Bohaartii Media
Статистика🌍 Oduu Ammee ⚽ Ispoortii 📊 Seenaa fi barnoota gaggabaaboo siniin geeenya! Nu hordofaa! 🤖 @jechabot 📢 @qeerroofqarre
- Последний пост
- 30 июн.
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 28
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- —
- 1/48двое суток
- —
- 1/72трое суток
- —
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
Morookoon tapha ajaa'ibaan Nezerlaandis mo'attee gara 16tti darbite. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/eLWGB46 Gorsa fayyaaf: @fayyaaoromoo Beeksisa hojiif: @Urjiijobs Hordofaa
GOOL ⚽️⚽️ 🥅 Martinelli daqiiqaa 96ffaatti Galcher jira!!! Brazil 2:1 dursuu eegalteetti! @Bohaartii_media Gorsa fayyaaf: @fayyaaoromoo Beeksisa hojiif: @Urjiijobs Hordofaa
CASEMIRO Goolii qixxeessituu BRAZIL'f Galcheera!!! 🇧🇷 Brazil 1-1 Japan 🇯🇵 🏎 @Bohaartii_media Gorsa fayyaaf: @fayyaaoromoo Beeksisa hojiif: @Urjiijobs Hordofaa
Brazil 🇧🇷00 - 01 Japan Biyyi Kubbaa miillaan beekamtii qabdu Jaappaaniin durfamaa jirti! Biraazil waancaa Addunyaa kanarraa ala taatii laata? @Bohaartii_media Gorsa fayyaaf: @fayyaaoromoo Beeksisa hojiif: @Urjiijobs Hordofaa
✨| 𝐂𝐇𝐀𝐍𝐍𝐄𝐋 𝐎𝐖𝐍𝐄𝐑𝐒 & 𝐀𝐃𝐌𝐈𝐍𝐒 |✨ 📥 𝐖𝐀𝐕𝐄 📥 – መግባት የምትፈልጉ? ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 🔻 REQUIREMENTS 🔻 ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 🌠 ➤ 𝟓𝐊+ 𝑺𝒖𝒃𝒔 🚀 ➤ 𝟏𝟎𝐊+ 𝑺𝒖𝒃𝒔 🌟 ➤ 𝟏𝟓𝐊+ 𝑺𝒖𝒃𝒔 👑 ➤ 𝟑𝟎𝐊+ 𝑺𝒖𝒃𝒔 🛡️ ➤ 𝟓𝟎𝐊+ 𝑺𝒖𝒃𝒔 ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 📬 𝑰𝒏𝒃𝒐𝒙 ለ ተመዝጋቢዎች: 🧸 @Oliinaaf ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 📡 ➕ 𝐜𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 ✨ 𝐎𝐍𝐋𝐘 𝐀𝐂𝐓𝐈𝐕𝐄 & 𝐏𝐎𝐖𝐄𝐑𝐅𝐔𝐋 𝐂𝐇𝐀𝐍𝐍𝐄𝐋𝐒! ✨ ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━
Carraa Hojii Gaarii Argachuuf Ulaagaan Inni Guddan Maalidha Jettu?
Maaramee Harqaa Kaasaa weellistuu beekamtuu Oromooti. Bara 1990 keessa sagalee isheen mirga namoomaaf falmaa turte. Sirboota aadaa fi kitaab aishee Gundoo Booree jedhamuun beekamti. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/JB5GQRk Gorsa fayyaaf: @fayyaaoromoo Beeksisa hojiif: @Urjiijobs Hordofaa
Foormulaa of jaallachuu❤️ 📍Dogongora ofiif dhiifama godhi 📍Abjuu kee yaadadhu 📍Fedhii keessan dhaggeeffadhaa 📍Waadaa ofitti galte eegi 📍Of dinqisiifachuu baradhu 📍Hin dhaabatin 📍Fedhii keessoo keetii amanadhu 📍Dangaa dhuunfaa cimsuu 📍Yeroo hunda itti gammadaa ━━━━━━━━━━━ 🖌@Bohaartii_media🖌 Gorsa fayyaaf: @fayyaaoromoo Beeksisa hojiif: @Urjiijobs Hordofaa
🚨 GOAL: Gooliin jalqabaa waancaa Addunyaa 2026 Garee Mexikootiin lakkofsifame! 🇲🇽 Mexico 1-0 South Africa 🇿🇦 🏎 Tilmaamaa Badhafamaaa! Gorsa fayyaaf: @fayyaaoromoo Beeksisa hojiif: @Urjiijobs Hordofaa
𝐃𝐫𝐨𝐩 𝐲𝐨𝐮𝐫 𝐩𝐫𝐞𝐝𝐢𝐜𝐭𝐢𝐨𝐧𝐬 𝐟𝐨𝐫 𝐭𝐡𝐞 𝐟𝐢𝐫𝐬𝐭 𝐠𝐚𝐦𝐞 𝐛𝐞𝐥𝐨𝐰 Tilmaama keesan Barreessaa 👇
Click on link below to Watch World Cup games for free.
Waancaa Addunyaa Har'a jalqabu tilaamuu qofaan qarshii 10,000 badhaafamaa! Meeksikoo vs Afrikaa kibbaa Goolii jalqabaa eenyutu galcha? Taphni meeqaan xumurama?
Biyyoota yeroo jalqabaaf tapha waancaa addunyaarratti hirmaatan!! Tapha waancaa addunyaa 2026 biyyoota 48 hirmaachiise keessaa biyyootni gaditti tarreeffaman kunniin 4’n taphichaaf fuula haaraadha. Keeppi Veerdee - Baayina Uummataa naannawaa 550,000 Joordaan- Baayina Uummataa naannawaa Miiliyona 11.9 Kuraasaahoo -Baayina Uummataa Kuma 100 fi Kuma 58 Uzbeekistaan - Baayina Uummataa Miliyoona 38.3 @Bohaartii_media
Dhalataan #Somaaliyaafi murteessaan seera dirree tapha kubbaa miilaa kan Yuunaayitid Isteetis viisaa seensaa dhorkatte gootummaan simatame #Finfinnee, Waxabajji 11, 2026: Murteessaan seera dirree tapha kubbaa miilaa beekamaan lammii Somaaliyaa, kan dorgommii #Waancaa_Addunyaatiif gara #Yunaayitid_Isteetsitti (US) akka hin seenne dhowwame, Roobii kaleessaa yeroo gara biyya isaatti deebi’u deeggartoota fi hayyoota mootummaatiin simannaan gootaa taasifamee jira. Omaar Artan, kan bara 2025 keessa murteessaa seera dirree tapha kubbaa miilaa cimaa #Afrikaa jedhamuun badhaafame, Waancaa Addunyaa isa itti aanu irratti argamuuf akka karoorfate ibsuun, dargaggoonni Somaaliyaa biyya isaaniitiin akka boonan waamicha godheera. Odeessa guutuuf dubbisaa https://www.facebook.com/share/p/1Pjpzt9JV4/ Gorsa fayyaaf: @fayyaaoromoo Beeksisa hojiif: @Urjiijobs Hordofaa
Gareen Biyyaalessaa Itiyoophiyaa kan Maalaawwii waliin qixa ba'e Finfinnee, Waxabajjii 2, 2018 (FMC) - Gareen Biyyaalessaa Itiyoophiyaa garee Biyyaalessaa Maalaawwii waliin tapha michoomaa marsaa 2ffaa taphateen 1 fi 1'n qixa ba'eera. Tapha sa'aatii 12:00 irraa eegalee taphatameen Maalaawwiif Adeepoojuu Baabaatuundee yoo lakkoofsisu, Biiniyaam Balaay ammoo Itiyoophiyaaf galchii qixeessituu lakkoofsiseera. Waaliyaawwan istaadiyeemiima walfakkaataatti tapha marsaa 1ffaan 1 fi 0'n mo'achuun isaanii ni yaadatama. Gorsa fayyaaf: @fayyaaoromoo Beeksisa hojiif: @Urjiijobs Hordofaa
Waancaa Addunyaa Mana keessan teessanii TG dhaa tola ilaaluu barbaadduu? FREE TV TUQAA!
Ilaalcha Risaa 🦅 Gorsa fayyaaf: @fayyaaoromoo Beeksisa hojiif: @Urjiijobs Hordofaa
Abbaan murtee cimaa Somaaliiyaa Ameerikaa akka hin seenne dhorkame. Abbaan murtee kubbaa miilaa cimaan lammii Somaaliyaa Omar Artaan Ameerikaa akka hin seenne dhorkame. Omar Artaan abbootii murtee kubbaa miilaa Afrikaa bakka bu’uun waancaa Addunyaa kamisa dhufu eegaluuf filataman keessaa tokko ture. Abbaan murtee kun Ameerikaa buufata xiyyaaraa Maayaamitti dhorkamuun, amma Tarkiyyee jira jedhame. Sababni ammaan murtee kun dhorkamaniif ibsamuu baatus, bulchiinsi mootummaa Doonaaldi Tiraampi biyyoota qoqqobbii imalaa irra kaa’e keessaa Somaaliyaan tokko. Omar Artaan bara 2018 irraa eegaluun abbaa murtee ’FIFA’ ta’uun hojjechaa jira, abbootii murtee 52 waancaa Addunyaa kanaaf filataman keessaattis ni argama. Artaan bara 2025 Abbaa murtee cimaa Afrikaa jedhamuun badhaafamuun isaas ni yaadatama. Gorsa fayyaaf: @fayyaaoromoo Beeksisa hojiif: @Urjiijobs Hordofaa
Furmaanni Tasgabbii keessaan argama! @Bohaartii_media
Israa'elifi Iraan erga walitti dhukaasanii booda ammaaf nu gaha jedhaniiru. Tiraamp Beeniyaamiin Netaaniyaahutti bilbiluun Iraanirratti haleellaa dabalataa akka hin gaggeessine waliin dubbatan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/480dgyk Gorsa fayyaaf: @fayyaaoromoo Beeksisa hojiif: @Urjiijobs Hordofaa