tgindex
Asset Building + Money + Mindset

Asset Building + Money + Mindset

Статистика

Helping Ethiopians build wealth, business discipline, and financial freedom through practical daily strategies For business opportunity👇👇 @naatoo16 Owner: Samuel Wakgari Kitila

Последний пост
12 авг.
Последнее чтение
15 авг.
Постов за неделю
1
Всего постов
20
Тип
открытый
Язык
om
Категория
Познавательное (по похожим)
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
41 703
−166 за 4 дн.
Сутки
−39
−0,09%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
299
20 постов
Вовлечённость
0,7%
к подписчикам
Постов в день
0,1
всего 20
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
85
1/48двое суток
97
1/72трое суток
105

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • без подписи

  • “Ofitti Amani!” “Namni hundi si hin amanu… garuu ati ofitti amanuu qabda!” “Jireenya keessatti yeroo tokko tokko kufaatii, mormii fi abdii kutannaa ni argita. kufuun kee dhuma miti—ka'uun kee seenaa kee barreessa.” “Namni har'a milkaa'e jiru guyyaa jalqabe rakkate sana. Innis sodaa qaba ture. Dogoggora hojjeteera. Garuu gara duubaatti hin deebine.” “Ati nama biraa wajjin of hin madaalin. Of kee kaleessaa wajjin of madaali. Har'a waan xiqqoo tokko fooyyessi. Baradhu. Hojjedhu. Obsaan itti fufi.” “Yaadadhu: milkaa'inni nama yeroo hunda cimaa ta'eef qofa miti; nama yeroo kufe ka'ee itti fufeef dhufa.” “Yoo abjuu qabda ta'e, har'a tarkaanfii fudhadhu. Yeroo kee amma! Ergaa kana nama abdii kutateef qoodi. ❤️” @naatoo16 https://t.me/im_done_check

  • 🎁Har'a Murteessi, Bor Jijjiiri! Akkam jirtu hundi keessan! Yeroo baay'ee namoonni milkaa'ani jechuun waan akka carraa argatan se'u. Garuu dhugaan isaa kana miti. Namni milkaa'u tokko guyyaa tokkoon hin jijjiiramu. Murtoo xixiqqoo sirrii guyyaa guyyaan fudhatuun jijjiirama guddaa uuma. Yoo har'a abdii kutatte, yaadadhu: dukkanni halkan keessaa yeroo hunda barii dura baay'ee cimaa fakkaata. Namni si amanu jiraachuu dhiisuu danda'a, garuu ati of amanuu hin dhiisin. Baradhu. Hojjedhu. Obsaan itti fufi. Har'a tarkaanfii tokko fudhadhu. Tarkaanfiin xinnaan har'a fudhatte bor milkaa'ina guddaa siif ta'a. Yaadadhu: Milkaa'inni nama hin eegu. Nama hojii jalqabee fi hin dhaabbanne eega. ergaan kun yoo si fayyadeera tahe, #Like godhi, #Share godhi, akkasumas fuula kana Follow godhi. Namni biraas akka jijjiiramu waliin haa goonu! Namoonni business dalagu barbaaddan,galii dabalata argachuuf comment irratti 'Desire' jedhi barreessi Personal telegram t.me/Naatoo16 telegram channel https://t.me/im_done_check

  • IMALA MATAA KEETII YEROO JALQABDU, IFAA💡 NAMAA HIN EEGGATIN ******** Namoonni hedduun yeroo tokko tokko, nama isaan jajjabeessu, karaa isaaniif banu, yookaan carraa isaaniif uumu eeggatu. Garuu dhugaa jiruun siif hima hbb ky🤗: Namni jireenya keetiif dhama'ee si baraaruuf cinqamu hin jiruu na amani Hirkattuumaan yeroofi malee bara jireenyaa kee Guutu sin jiraachisu. Ifaan💡 ati arra fayyadamaa jirtu kun, guyyaa tokko ni dhaama, Ifaa namaa eeggachaa yeroo kee hin balleessin. Yoo ifaa argachuu barbaadde, ifaa mataa keetii of keessatti qabsiifadhu. Yoo karaa dhabde, karaa mataa keetii uumi. Yoo balballi tokko siitti cufame, isa biraa banadhu. Balballi hundi yoo ilaalte Cufaadha, garuu dhiibii Siif banamaa adeeroo Namni si gargaarus ni dhufa, garuu hanga inni dhufutti jireenya kee dhaabuu hin qabdu. Milkaa'inni nama isa eeggatu bira hin dhaabbatu, deemti nama tarkaanfii fudhatu bira dhaqa. 📖dubbataan keenya tokko Akkuma jedhetti Ofitti amani. Hanga ati of beeytu caalaa jabaadha ati, waan beektu caalaa dandeettii qabda, waan tilmaamtu caalaa galmaan ga'uu dandeessa. 🔥 Har'a ifaa namaa hin eegin. Ifaa mataa keetii qabsiifadhu. Ifaan bara jireenyaa kee Guutu si jiraachisu kan ati uummatte Qofaa beeki, Sababni isaas, nama jalqaba jireenya kee jijjiiruu danda'u ati mataa keeti. Atis jabaadha -yeroo mara, Yoom takkaa yaaltee beeyta? https://t.me/im_done_check #Motivation #AfaanOromo #Kaayyoo #Milkaaina

  • без подписи

  • 𝗝𝗶𝗿𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮,... 𝗠𝘂𝗿𝘁𝗼𝗼𝗻 𝗴𝗮𝗮𝗿𝗶𝗶𝗻 𝗺𝘂𝘂𝘅𝗮𝗻𝗻𝗼𝗼 𝗶𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗸𝗮𝗻 𝗱𝗵𝘂𝗳𝘂 𝘆𝗼𝗼 𝘁𝗮’𝘂, 𝗺𝘂𝘂𝘅𝗮𝗻𝗻𝗼𝗼𝗻 𝗴𝗮𝗿𝘂𝘂 𝗺𝘂𝗿𝘁𝗼𝗼 𝗯𝗮𝗱𝗮𝗮 𝗶𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗮𝗿𝗴𝗮𝗺𝗮. 𝗝𝗶𝗿𝗲𝗲𝗻𝘆𝗶 𝗸𝗮𝗻𝗮𝗱𝗵𝗮,.... 𝗞𝗮𝗻𝗮𝗮𝗳, 𝗱𝗼𝗴𝗼𝗴𝗴𝗼𝗿𝗮 𝗸𝗮𝗺𝗶𝗶𝗻𝘂𝘂 𝗵𝗶𝗻 𝘀𝗼𝗱𝗮𝗮𝘁𝗶𝗻! 𝗙𝘂𝘂𝗹𝗱𝘂𝗿𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗱𝗲𝗲𝗺𝗶 𝗶𝘀𝗮𝗮𝗻 𝗶𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗯𝗮𝗿𝗮𝗱𝗵𝘂! ✅Yeroo sammuun kee dadhabu Haalli rakkoodha. ✅Yeroo sammuun kee madaalawaa ta’u haalli qormaata. ✅Garuu yeroo sammuun kee jabaatu Haalli carraa ta'a! @naatoo16

  • Carraa xiqqaa fakkaatu hin tuffatin. Milkaa'inni guddaan yeroo baay'ee murtoo jabaa tokko irraa jalqaba. Har'a murteessi, bor jireenya kee jijjiiri! Don't reject an opportunity because it looks small. Great businesses often start with one simple decision. https://t.me/im_done_check @naatoo16

  • The person you become is more important than the goals you achieve. https://t.me/im_done_check @naatoo16

  • Success begins the moment you decide that quitting is no longer an option. https://t.me/im_done_check @naatoo16

  • According to psychologist Charles Snyder, hope has three main components: Goals – Having clear, meaningful objectives to pursue. Pathways – Finding one or more ways to reach those goals, even when challenges arise. Agency – Believing in your own ability and determination to keep moving toward those goals. @naatoo16 https://t.me/im_done_check

  • (Maayiles Munroo) Munroon mul’ata qabaachuun akkamitti kaayyoo, kallattii fi kaka’umsa akka kennu akkasumas murtoo fi gocha nama tokkoo akka bocu qorate.  1) Mul'ata jechuun dandeettii waan ammatti hin jirre arguuti. Kana jechuun haala amma keessa jirruun daangeffamuu hin qabnu jechuudha. Yeroo hundaa gara fuulduraa ilaaluu fi waan danda'amu tilmaamuu qabna. 2) Mul'anni furtuu milkaa'inaati.  Jireenya keenya keessatti mul’ata dhabnaan kaayyoo malee burjaaja’uu yoo ta'e malee dandeettii keenya guutuu bira gonkumaa hin geenyu. Garuu mul’ataan galma kaa’uu akkasumas galma ga’uuf karoora baasuu dandeenya. 3) Mul'anni ni daddarba. Yeroo mul’ata qabaannu, namoonni biroo mul’ata mataa isaanii akka qabaatan kakaasa. Kunis dambalii addunyaa jijjiiruu danda'u uumuu danda'a.   4) Mul'anni humna qaba. Addunyaa jijjiiruu danda'a. Mee mul'ata Maartiin Luuter Kiingi Juuniyeerii fi Mahaatmaa Gaandii yaadi. Mul’anni isaan addunyaa haqa qabeessaa fi walqixa ta’e arguuf qaban namoota miliyoonaan lakkaa’aman kakaasuun jijjiirama dhugaa fiduuf gargaareera.   5) Mul'anni amantii gaafata. Mul’ata keenya galmaan ga’uu akka dandeenyu amanuu qabna. Kana jechuun deebii hunda qabaachuu qabna jechuu miti. Garuu deebii isaa argachuu akka dandeenyu amanuu qabna jechuudha. 6) Mul'anni tarkaanfii barbaada. Mul'ata keenya dhugoomsuuf guyyaa guyyaan tarkaanfii fudhachuu qabna.    7) Mul'anni walitti fufiinsaan hojjachuu gaafata. Karaa irratti duubatti deebi'iinsi ni jiraata, garuu mul'ata keenya irraa gonkumaa abdii kutachuu hin qabnu. Keessattuu yeroo qormaanni nu muudatu kun dhugaadha. Garuu yoo itti fufne dhumarratti kaayyoo keenya galmaan geenya.    8) Mul'anni wareegama gaafata. Mul'ata keenya galmaan ga'uuf wantoota tokko tokko dhiisuu qabna ta'a, garuu dhuma irratti gatii qabaata. Kunis yeroo keenya, qarshii keenya ykn hariiroo keenya illee dhiisuu jechuu taʼuu dandaʼa. Garuu wareegama kana kaffaluuf fedhii yoo qabaanne kaayyoo keenya galmaan ga’uuf tarkaanfii tokko itti dhihaanna.   9) Mul'anni garee barbaada. Mul'anni qophaa hin milkaa'u. Deeggarsa namoota biroo nu barbaachisa. Kana jechuun gorsaa argachuu, garee deeggarsaatti makamuu ykn namoota yaada qajeelaa qabaniin of marsuu jechuudha.   10) Mul’anni of kennuu hanga cimuu gaafata. Mul'ata keenya galmaan ga'uuf waan barbaachisu hunda gochuuf fedhii qabaachuu qabna. Kana jechuun guyyaa guyyaan carraaqqii keenya taasisuu fi gonkumaa abdii kutuu dhiisuu jechuudha. Share @naatoo16

  • без подписи

  • 𝗝𝗶𝗿𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮,... 𝗠𝘂𝗿𝘁𝗼𝗼𝗻 𝗴𝗮𝗮𝗿𝗶𝗶𝗻 𝗺𝘂𝘂𝘅𝗮𝗻𝗻𝗼𝗼 𝗶𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗸𝗮𝗻 𝗱𝗵𝘂𝗳𝘂 𝘆𝗼𝗼 𝘁𝗮’𝘂, 𝗺𝘂𝘂𝘅𝗮𝗻𝗻𝗼𝗼𝗻 𝗴𝗮𝗿𝘂𝘂 𝗺𝘂𝗿𝘁𝗼𝗼 𝗯𝗮𝗱𝗮𝗮 𝗶𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗮𝗿𝗴𝗮𝗺𝗮. 𝗝𝗶𝗿𝗲𝗲𝗻𝘆𝗶 𝗸𝗮𝗻𝗮𝗱𝗵𝗮,.... 𝗞𝗮𝗻𝗮𝗮𝗳, 𝗱𝗼𝗴𝗼𝗴𝗴𝗼𝗿𝗮 𝗸𝗮𝗺𝗶𝗶𝗻𝘂𝘂 𝗵𝗶𝗻 𝘀𝗼𝗱𝗮𝗮𝘁𝗶𝗻! 𝗙𝘂𝘂𝗹𝗱𝘂𝗿𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗱𝗲𝗲𝗺𝗶 𝗶𝘀𝗮𝗮𝗻 𝗶𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗯𝗮𝗿𝗮𝗱𝗵𝘂! ✅Yeroo sammuun kee dadhabu Haalli rakkoodha. ✅Yeroo sammuun kee madaalawaa ta’u haalli qormaata. ✅Garuu yeroo sammuun kee jabaatu Haalli carraa ta'a! @naatoo16 https://t.me/im_done_check

  • Akkaataa sammuudhaan cimaa ta’uu dandeenyu: • Yeroo kophaa hin sodaatin. • Waan darbe irratti hin xiyyeeffatin. • Addunyaan liqii sitti hin dhaga'amin. • Bu'aa hatattamaa hin eegin! • Balaa shallagame fudhachuu hin sodaatin! • Kufaatii jalqabaa booda abdii hin kutatin. • Itti gaafatamummaa irraa hin saalfatin. • Nama hunda gammachiisuuf hin yaadda'in! • Milkaa'ina namoota birootti hin aarin! • Namoonni kaan miira kee irratti dhiibbaa akka geessisan hin godhin! • Yeroo ofiitti gaddaan hin gubin! • Wantoota to'achuu hin dandeenye irratti humna hin qisaasessin! @naatoo16 https://t.me/im_done_check

  • 100% ትክክል!!! https://t.me/im_done_check @naatoo16

  • Yoo fulduratti hin tarkaanfanne, Yeroo hunda bakkuma takka teessa waan barbaaddu tokko jala yoo hin deemne, goonkuma hin argattu. @im_done_check

  • Silaa Gabrummaa Ofii (Garbummaa Of Keessaa) ​“Osoo namni biraa nu gabroomse jannee hin gaddiniin dura, nu dhuunfaan garba ofii keenyaa ta'uu dhiisuu keenya mirkaneeffachuu qabna,” jedha jechamni tokko. Dhugaadha!!! ​Gara keessa keenyaatti haa deebinu; tarii yaada nu gabroomsu, hawwii nu boojhu, akkasumas jireenya fi amala keenya isa guyyaa guyyaa kan garba nu taasisan argachuu dandenya. Yeroo nuti kanaan injifannu fi garba ofii ta'uu dhuunfannu; yeroo san namni kamiyyuu ta'ee wanti kamiyyuu nu gabroomsuu hin danda'u. ​Murteewwan jireenya keenya keessatti fedhii keenyaan murteessinu, itti-gaafatamummaa isaa namoota biraa irra kaahuun salphaadha. ​Fakkeenyaaf, jireenya fayyaalessa hin taane hordofuun koo dogoggora koo miti jedhee kan na jibbisiisu, "michoonni koo yeroo dhuumaa isaan waliin akkan ta'u fi waan isaan godhan akkan godhu waan na dhiibaniif (na qoraniif)" jedhanii isaan qeequun salphaadha. ​Fakkeenyaaf, ispoortii hojjechuuf humna sammuu (morali) dhabuun koo, "namoota naannoo koo jiran kanneen na xiqqeessaniif" jedhee isaan irratti maxansuun salphaadha. ​Fakkeenyi olitti caqasame kun ilaalcha dogoggoraa irraa kan maddeedha. Haalonni alaa nu tuquu danda'anis, dhumarratti garuu wantoonni sun jireenya keenya akka to'atan ykn akka hin to'anne kan murteessu nu dhuunfaa keenya. ​Yeroo nuti of irratti to'annaa guutuu qabaannu, namni kamiyyuu (ykn wanti kamiyyuu) nu gabroomsuu hin danda'u. Of to'achuun, namni biraa akka nu hin to'anne taasisa. Of sirriitti geggeessuun, namni biraa akka malee akka nu hin deemsifne (nu hin ajajne) nu gargaara.

  • без подписи

  • What is a Real Asset? 🧠💡 ​Most people work hard for things that actually take money out of their pockets. They think a flashy lifestyle is the goal, but true leaders focus on a different metric. ​Robert Kiyosaki famously simplified it: ​An Asset puts money into your pocket. ​A Liability takes money out of your pocket. ​When you invest your time in personal development, build a professional network, or develop a business system, you are building an asset. You are creating a foundation that works for you even when you aren't in the room. ​The Shift: Stop working only for immediate survival. Start dedicating a portion of your daily energy to building something that grows over time. ​What asset are you focusing on building this month? Let me know below! 👇 @naatoo16

  • без подписи