Islamic Media 😍
Статистика#Namni Waan Gaarii irratti nama qajeelche,isaafis mindaa(ajrii) akka Isa dalagee argaata [Nabi Muhammadﷺ] ➪Contact:- @abdu11220
- Последний пост
- 13 авг.
- Последнее чтение
- 14 авг.
- Постов за неделю
- 4
- Всего постов
- 31
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 86
- 1/48двое суток
- 98
- 1/72трое суток
- 106
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
﴿إِنَّ اللَّهَ وَمَلَائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى النَّبِيِّ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آَمَنُوا صَلُّوا عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا﴾ - Salawaata ergama rabbii ﷺ irraatti buusuun guyyoota biroo irraa Jum'aa irra jaalatamaadha, halkan isaalleen irra caala halkaniiti. Akkuma ergamaan rabbiiﷺ jedhan : ("إن من أفضل أيامكم يوم الجمعة فأكثروا عليَّ من الصلاة فيه") «Irraa caalaan guyyoota keessanii guyyaa jum'aatii, Guyyaa jum'aa keessa salawaata narratti buusuu heddemmeessaa اللهمَّ صَلِّ وَسَـــلِّمْ وَبَارِك على نبينا مُحمَّد وعلى آله وصحبه وسلم تسليماً كثيراً.
🤍اللهم صلي وسلم على سيدنا وحبيبنا ونبينا محمد📿
#Halkan jummaa halkan jaalatamaa keeysaa jirraa Ergamaa Rabbii nabii Muhammad ﷺ irraatti Salawaata buusu baayisi اللهم صل على محمد وال محمد وال على سيدنا ونبينا محمد وعلى آله وصحبه وسلم صلى الله عليه وسلم صلى الله عليه وسلم صلى الله عليه وسلم
"Dureeysii waa kadhattee sitti hin boone /hin aarre Rabbi qofa."
без подписи
« Abbaa kee maqaa isaatiin hin yaamin. Isa fuulduraas hin deemin. Isa fuuldurallee hin taa'in. Osoo hanga feete isaanitti tola ooltee haadhaa fii abbaa keetiif galata galchuutti gahuu hin dandeeysu.»ღ 🎤 أبو هريرة رضي الله عنه. Safar 26,1448H
Nagayaafi Rahmanni Ergamaa Rabbii Nabi Muhammadirra Hajiraatu اللهم صلي وسلم على نبينا محمد
« Sabaata qabaachuun; kennaa fii arjummaa rabbi ﷻ qofa irraa taateedha. Du'aa'ii Rasuulli ﷺ isii heddummeeysu kan " Yaa Muqallibal quluun sabbit qalbii alaa diinika" jettu sun sujuuda keetii fii kkf keessatti jabeeysii isii qabadhu.»ღ Safar 24,1448H
Rabbiin warra qananii isaarratti galata galchuuf dabala. Wantoota Rabbiin siif kenne lakkooytee hin fixxuu Alhamdulillaah jechuu baayyiisi! ✅𝗝𝗢𝗜𝗡 🔔𝗖𝗛𝗔𝗡𝗡𝗘𝗟 📢 & @islamic11media ✅ 𝗦𝗛𝗔𝗥𝗘 ⚡︎
Halkan juma'aa fii guyyaa juma'aa salawaata Nabiyyii irratti baayyisuun akkaan jaalatamaadha. أكثرُوا من الصَّلاة على النَّبيِّ ﷺ. قَال الشَّافعيُّ : وَأُحِبُّ كَثرةَ الصَّلاة على النَّبِيِّ ﷺ فِي كُلِّ حَالٍ، وَأَنَا فِي يَومِ الجُمعةِ وَليلتهَا أَشَدُّ استحبَابًا، وَأُحِبُّ قِرَاءَةَ الكَهفِ ليلةَ الجُمعةِ وَيومهَا لمَا جَاءَ فِيهَا. اللهمَّ صلِّ وسلِّم وبارك على نبيِّنا محمَّد وعلى آله وأصحابهِ أجمعين.
без подписи
« Ibraahiim Ibn Ad'ham-Rahimahullaah- akkan jedha " Namni raahaa barbaade akka haara galfatuuf jecha makhluuqa haa qalbii isaa keessaa baasuu.» قال إبراهيم بن أدهم رحمه الله : مَن أرادَ الراحة "فليخرج" الخَلْق من قلْبِهِ، حتى يسْتريح. سير السلف الصالحين (٤٧٧) Safar 22,1448H
« Gaafa yaaddoon sheekkanii waan beekamuu qabu kennuu taatee yaaddoon barataatiis waanuma beekamuu qabu qofa walitti qabachuu taatee; kanarraa dhalootaa qalbiin goggooyduu kan onneen gonfamtuutu uumama. Salaftoonni darban beekumsa dura naamusa, muuzaakaraa dura ibaadaa,falmii dura akhlaaqa baratu turan.»ღ #منقول Safar 21,1448H
{ وَأَمَّا مَنْ خَافَ مَقَامَ رَبِّهِ وَنَهَى النَّفْسَ عَنِ الْهَوَى } [سُورَةُ النَّازِعَاتِ: ٤٠]
قَالَ إِنَّمَآ أَشْكُوا۟ بَثِّى وَحُزْنِىٓ إِلَى ٱللَّهِ وَأَعْلَمُ مِنَ ٱللَّهِ مَا لَا تَعْلَمُونَ Surah Yusuf, Ayah 86
без подписи
Darsii Mukhtasara Hilyatu Talibl ilm har'a qara'amee xumurame. Darsii 01 https://t.me/DrsHADIISA/66 Darsii 02 https://t.me/DrsHADIISA/67 Darsii 03 https://t.me/DrsHADIISA/68 Darsii 04 https://t.me/DrsHADIISA/69 Darsii 05 https://t.me/DrsHADIISA/70 Darsii 06 https://t.me/DrsHADIISA/71 Darsii 07 https://t.me/DrsHADIISA/72 Obboleessa keenyaa fii Ustaaza keenya Ustaz Abul Fidaa -hafizahullaah- Rabbiin ﷻ jazaa isaa kheeyriin haa deebisuuf-aamiin.
Yeroon darsii Mukhtasara Hilyatu Talibl ilm geeysee seenaa baarakallaahu fiikum https://t.me/HadithOfficial?livestream=8251051b93fd3a451d
Darsii Hilyatu Talibl ilm arralle itti fufnee qaraana inshaa allaah
без подписи