JCP CHURCH
СтатистикаJESUS CHRIST PROCLAIMERS CHURCH This is our Official Telegram Channel of JCP Church 📍Our Address Gulled Around St.Paulos Hospital Near Addis Ketema Kifle Ketema Building
- Последний пост
- 14 окт. 2025 г.
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 20
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 14 авг.
- 1/24сутки в ленте
- —
- 1/48двое суток
- —
- 1/72трое суток
- —
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
без подписи
Channel name was changed to «JCP CHURCH»
https://vm.tiktok.com/ZMr6vx8kS
без подписи
SAFUU JAALALAKEE | HEAVEN VOICE TEAM | JCP CHURCH https://youtu.be/VC9Ls4FnBC0
Nyaata Lubbuu HOLY SPIRIT QOUTES 1. Sagalee waaqayyoo soorachaa 2. Kadhata (Waaqayyo waliin dubbachuu) l.Kadhata karaa ittiin Waaqayyoon haasofnu dha. Kadhati karaa ittiin rakkina keenya ittiin haasofnu. Mfak1:23 kadhati yeroo muddamnu miti.Rom10:20 kadhati waan waammannefis miti. Kadhati sirna ykn siraata miti. Kadhati sodaa yaaddoo jireenyaa sodaa seexanaa sodaa du’aa miti kan nuti kadhannu. Kadhati haasaa jaalalaaati. Kadhati kakuu haaraa akka Sagalee waaqayyootti malee akka waan dhageenyeetti miti. Akka waantota nannoo keenyatti argamuun miti. Kadhati dadhabbii keef rakkina kee haasa’uu miti. Kadhati isa macaafni siin jedhe haasa’uu dha. Kadhati waan boossee kaateef kadhata miti. Baayyinni imimmaanii kadhata utuu hin ta’iin miira kee itti obsuu dha. Kadhati abbaa kee akka inni abbaa kee ta’e beekuun isatti haasa’uu dha. Nuti gaafa kadhannu akka Sagalee waaqayyootti dudubbachuu dha. Kadhati akka mucaa abbaa isaa irraa waa barbaadutti kadhatama. Akka mucaa birmaaduutti kadhatama Waaqayyo. Malee garbichi dhaala waan hin qabneef akka garbichatti kadhata. Kadhati waan irra deddeebinefis dhaga’ama miti. Kadhata isa akka fariisotaa dhiisaatii kadhata isa Waaqayyo barbaadu kadhadhu. Kadhati option kanbiraa ka’achuun utuu hin ta’iin, isa malee akka option hin qabnetti kadhadhu. Kadhati itti bubu’anii dhiisuu utuu hin ta’iin, bulleessanii cimsanii gaafachuu dha. Amma fudhatanitti abbaa ofiii irratti confidanceqabaachuudha. Malee na Kennaa laata jechaa gaafachuu miti. Kadhati abbaan kee Waaqayyo dachaa isa ati hin Kadhati in iyyuu siif deebisudha. Kadhati kakuu moofaafi kakuu haaraa akkaataan isaa garagara. MIya7:6- 1xim2:1- Yoom kadhannaa? Yeroo hundumaa kadhanna. Haasaan lubbuun keenya Waaqayyo waliin gootu kadhata dha. Qol4:2 Waan waa rakkanneef Waaqayyoon kadhanna miti, waan isa irraa karaa ilma isaa fudhanneef galateeffadha. Kakuu haaraa keessatti waan galateeffannuu tu caala. Zak12:10 Malif kadhannaa? - Waaqayyo malee waa gochuu hin dandeenyufidha yoh15:4 BY Brother Abdi Debela Sunday 16/2023
Kennaan Waaqayyo dhala namaaf kenne tokkicha innis YESUUS dha . Kennaa kana qabda taanan hundumaa qabdaa hin sodaatin YESUUS kennaa kee akka ta’e hundumatti beeksisi.
Yesuus QORICHA cubbuuti ittiiin fayyaa !!!
YAFET LIVE WORSHIP | NEW LIVE WORSHIP | JCP BAND | JCP MULTIMEDIA https://youtu.be/l2t0MIjo59g
SANBATA WAAQAYYOO | BOQONNAA WAAQAYYOO | BY BABDI DEBELA | JCP MULTIMEDIA PRESENTS | JCP CHURCH https://youtu.be/YswSGlGhYF8
https://youtu.be/OV16BUOGDAk
TAAMMANY MULUNEE | NEW LIVE WORSHIP | JCP BAND https://youtu.be/b9cPYUbtveI
AMANUEL SARBEESSAA | NEW LIVE WORSHIP | JCP CHURCH https://youtu.be/BboKKyNb78w
https://youtu.be/ax1_fjhpevU
SOLOMON ADUGNA | NEW LIVE WORSHIP | JCP BAND https://youtu.be/71fVoGovAVQ
#kutaa7ffaa Dhuma Baraa fi Dhufa Gooftaa #Brother Abdi Debela @jcpchurch4360 https://youtu.be/Zr9obgMzAes
Amanuel Sarbessa #LiveWorship @jcpchurch4360 https://youtu.be/L8bXTZS135Q
https://youtu.be/AwBj1u2fW8s
Mety Abera አውጃለው! Live Worship@ JCP ChurchWith JcpBand https://youtu.be/qkR4nz7GQbg
AMANUEL SARBESSA #LiveWorship #@JCPchurch with JcpBand https://youtu.be/SPARc74dpwY