tgindex
Murre Tips️

Entrepreneur | Content Creator CEO & Founder of "Tipulse" 🔗 Explore what I do at the link Below

Последний пост
12 авг.
Последнее чтение
15 авг.
Постов за неделю
4
Всего постов
47
Тип
открытый
Язык
om
Категория
Криптовалюты (по похожим)
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
2 653
+3 за 2 дн.
Сутки
+1
+0,04%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
439
40 постов
Вовлечённость
16,5%
к подписчикам
Постов в день
0,6
всего 47
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
260
1/48двое суток
297
1/72трое суток
321

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • Ammee!!! 👀🥶 YouTune Seera Haaraa Maallaqa itti Hojjatan Baase! Carraa hafe akkamiin itti Fayyadamna? Guutuu Video asii argattu : 👇👇👇 https://youtu.be/w98Vi96UuwQ?si=UBd098XSHzsZr_oe

  • Good Morning! Attam Bultan!!

  • Akkam Jirtan!! 🫶😀 Barattoota Gannaa isin hin daganne!! 👀 Guyyaa Muraasa Booda kennaa isiniif qaba. 📅 Obsaan na eegaa!! 🚀

  • tipulse.com 😍 Wanti Guddaan tokko Dabalamaa jira.

  • 4️⃣ Dandeettii Ijaaruu Irra Jireenya Followers Ijaaruu. Namoonni hedduun viral ta'uu barbaadu... Garuu yeroo namoonni hedduun isaan hordofuuf dhufanitti, waan gatii qabu kan itti gurguran hin qaban. Osoo beekkamtii hin ariime dura, jalqaba dandeettii tokko baradhu. Sana booda social media fayyadamuun dandeettii kee fi hojii kee guddista.

  • 3️⃣ Namoota Online Waliin Waldhabuu. Siyaasa, Kubbaa miilaa, Oduu namoota beekamoo, Waldhabbii amantii dabalatee Yeroo online irraa namoota waliin wal dhabdu kamuu sa'aatiin kee ni bada. Garuu homtuu hin jijjiiramu. Bakka Wal dhabbii fi Mormii Online irraa gootu, AI, Digital Marketing, Video Editing ykn dandeettii galii guddaa siif argamsiisuu danda'u barachuuf itti fayyadamuu dandeessa.

  • 2️⃣ Taa'anii Carraa Sirrii Eeguu!! Dargaggoonni hedduun waggoota hedduu Daldala ykn business sirrii, hojii sirrii ykn kaappitaala sirrii eeggachaa dabarsu. Haaluma kanaan... Namni biraa xiqqoo irraa jalqaba, Ni barata, ni fooyyeffata, Dhumarrattis milkaa'a. Carraa perfect ta'e goonkumaa teessee hin eegin. Waan qabduun amma jalqabi.

  • Obboleessa kiyya, Obboleettii tiyya, Yeroon maallaqa caalaa gatii qaba. Maallaqa dhabde deebitee argachuu dandeessa. Garuu waggoota ati qisaaste deebitee argachuu goonkumaa hin dandeessu. Yoo ammallee jireenya kee ijaaruu irratti hojjechaa jirta ta’e...Yeroo kee wantoota 5nan kana irratti qisaasuu irraa of eegi. 1️⃣ Qabaataa Of Fakkeessuu irraa. Uffata maqaa guddaa qabu, iPhone haaraa, foolii qaalii, kophee qaalii fi jireenya of agarsiisaa hordofuu dhiisi. Namni qabaataa fakkaachuuf yaaluun qofti qabaataa nama hin taasisu. Jalqaba irratti qabeenya ijaaruu irratti xiyyeeffadhu; Jireenya kee keessatti Qabaataa tahuuf yaaltee beektaa?? Nama akkasiihoo meeqa argite?? Itti fufuu keenyaan dura mee gaafii armaan oliif deebii nuuf kaa'i. Dhaloonni irraa barata "BARACHAAN JIRA" Jachuuniis akka nu hordofaa jirtu mirkaneessi. Akka itti fufnuuf nu gargaara...

  • Good Morning Family!! Attam Bultan!!

  • 5️⃣ Konkolaataa ykn Baajaaj Namoota Dinqisiisuuf qofa Bituu. Kaffaltiin liqii, kan boba'aa, kan tajaajila suphaa, inshuraansii fi baasii suphaaf ji'a hunda si dhiphisaa jira yoo ta'e, konkolaataa osoo hin taane dhiphina bitachaa jirta. Konkolaataan galii kee deeggaruu qaba; galii kee waliin dorgomuu osoo hin taane.

  • 4️⃣ Cidha Dandeettii Kee Ol Ta'eef.. Fuudhaa fi heeruma liqiin jalqabuun akka ba’aa ulfaataa baattee fiigicha jalqabuuti. Keessummoonni ni nyaatu, ni sirbu, suuraa ni Wal kaasu; achumaan si dhiisanii deemu. Ati garuu liqii sana kaffalaa hafta. 😅 Nama akkasiin rakkoo keessa seene argitee beektaa?? 👀🥶

  • 3️⃣ Uffata Yookaan Kophee Maqaa Qabuuf. Guyyaa tokkoof uffata yookaan kophee qaalii uffachuuf liqeeffachuun, egeree kee osoo hin taane fakkii nama biraatti agarsiisuuf maallaqa baasuu dha. Namoonni waan uffatte ni irraanfatu. Namni siif liqeesse garuu liqii kee hin irraanfatu. Kanaaf Wanta kana godhuuf goonkumaa hin liqeeffatin.

  • 2️⃣ Bashannana Yeroo Ayyaanaaf. Ayyaana, dhaloota, imala boqonnaa, cidha yookaan bashannanaaf liqeeffachuu jechuun, yaadannoo guyyaa muraasaaf kaffaltii waggoota hedduu kaffaluu jechuudha. Liqeeffadhu guddachuuf; bashannanuuf garuu miti.

  • Liqiin yeroo hunda rakkoo miti... Garuu liqeeffattee wantoota dogoggoraa bituun, waggoota hedduuf gatii si kaffalchiisuu danda'a. Namoonni baay'een Rakkoo faaynaansii Keessa kan seenaniif Waan galii dhabaniif miti; liqii dogoggoraaf fudhataniifi. Har'a immoo wantoota 5, gonkumaa maallaqa liqeeffattee bituu hin qabne ilaalla. 1️⃣ iPhone Haaraa Yookaan Bilbila Qaalii Bituuf. Bilbilli amma harka kee jiru bilbiluu, interneetii fayyadamuu fi hojii kee hojjechuuf si gaha yoo ta'e, haaraa qabaachuuf jecha maallaqa hin liqeeffatin. Bilbilli qaalii taheef galii kee hin dabalu.

  • Xiqqo Busy tahe, na of kolchaa!! Jidduun takka takka niin darbadha!! 😅

  • Good Morning! Bultanii!!

  • 🤔 Nama hin ajaa'ibuu? 📉 Torban sadan darbaniif maarkeet Strategy koo wajjin wal hin simne. Kanaaf, seera koo cabsuu irra obsaan eeggadhe; trade tokkollee hin seene. ⏳ 📈 Torban kana garuu haalli maarkeetaa jijjiirame. Strategy koo guutummaatti waan guuteef seene, walitti aansuun trade sadii banee, hundumtuu Take Profit (TP) dhaqe. 🎯 📚 Barnootni guddaan:_ Trading keessatti milkaa'inni baay'ina trade irraa hin dhufu. Seera kee hordofuu, carraa sirrii eeggachuu fi obsaan hojjechuun bu'aa yeroo dheeraa siif fida. 💯 Ati torban sadii guutuu yoo barbaachise obsitee, seera kee eegdee carraa sirrii qofa ni eeggattaa? Moo ariitiin seera kee ni cabsita? 👇💭

  • 🚀 Hello Traders! Viidiyoon 3, Quiz isaa waliin dabalamee jira. 📚 Kutaa "Technical Analysis and Market Structure" jalatti seenuun viidiyoo ilaalaa, achumaanis Quiz hojjadhaa. Kun hubannoo keessan cimsuuf baayyee barbaachisaa dha. Warri haaraa taatan, linkii kana fayyadamuun koorsii jalqabuu dandeessu. 🔗 https://tipulse.com/courses/trading/ #trading #forextrading #forexafaanoromoo

  • Good Morning Akkam Bultan!!

  • Tipulse INTRO 🤩 Iddoo Barbaaddanitti, Viidiyoolee keessaniif Fayyadamuu dandeessu. It's Free 😋

Murre Tips️ — tgindex