- Последний пост
- 14 авг.
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 8
- Всего постов
- 37
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 558
- 1/48двое суток
- 639
- 1/72трое суток
- 689
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
Hagayya 7, 2018 Gujii, Adoolaa Godina Gujii aanaa Girjaa mana barumsaa Biluu Xibirrootti hojiin gama pirojektii ODA-GGE-UNICEF-Finland Funded tiin hojjatamaa ture ogeeyyii barnootaa fi eegumsaaf kunuunsa daa'immanii dhaabbata UNICEF irraa dhufan, bakka qooda fudhattoonni argamanitti sadarkaa mana barumsaatti hawaasni mana barumsaafi caasaan gandaa argamanitti hojiin gama barnoota AEP fi ASR waliin wal qabatee jiru ilaalamuun wantoota akka ciminaatti jiranii fi fooyya'uu qaban irratti mariin sadarkaa mana barumsaatti, sadarkaa aanaatti qooda fudhattoota waliin gaggeeffamee jira. Dhumarrattis sadarkaa godinaatti gabaasni hojii haga ammaa jiru dhiyaachuun bakka itti gaafatamaan waajjira barnootaa godinichaa fi itti gaafatamtuun eegumsaa fi kunuunsa daa'immanii waajjira gurmaa'insa uummataa godinichaa argamanitti mariin gaggeeffamee goolabamee jira. Tokkummaan misoomaaf Dhaloonni barnootaaf!!!
видео или голосовое, без подписи
https://www.facebook.com/profile.php?id=100069042379316 Page WMO follow godha, ergaafi odeeffannoo wayitaa gama kanan ni argatu.
Barattoota #MBBAfi_MBA Kutaa 9ffaa Seenuu Barbaadan Hundaaf: --------------------- BBO- 03/12/2018 Akaakuu Barnootaafi Qabxii Madaallii Qormaata Seensa Kutaa 9ffaa MBBAfi MBA ilaallata. #1_Akaakuu_Barnootaa Qormaata Seensaa Kutaa 9ffaa Manneen Barnootaa Bultii Addaa 2ffaaf Kennaman: 1 - Afaan Oromoo 2 - Ingiliffa 3 - Herregaafi 4 - Saayinsii Walii Galaa keessaa kan qophaa'an waan ta'eef itti qophaa'aa kan jedhu ergaa keenya yoo ta'u, duraan dursitanii '#online'n: #Galmaa'uufi #Buufata_Qormaataa_filachuu hin dagatinaa! Liinkin Galmeetis:- https://exam.oeb.gov.et/ #2_Qabxii Madaalli Ulaagaalee 1- Qabxini Qormaata Seensaa barreeffamaan kennamu - 80% 2- Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa Bara 2018 - 15% 3- Qabxiin Tiraansikriiptii kutaa 7-8 - 5% keessaa kan qabamu yoo ta'u, 100% keessaa barattootni walduraa duubaan caalmaan galmeessisan gara Manneen B arnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad. 2ffaa, Mana Barnoota Bultii Addaa Waldaa Misoomaa Oromiyaa Sad. 2ffaafi Manneen Barnootaa Addaa Sad. 2ffaatti kan ramadaman ta'uun beekameera. Kanaafuu, Ammaa achi qormaata seensaa 'online'n kennamu irratti xiyyeeffannoon qophaa'un murteessaa ta'uu hubachuun barbaachisaadha. #Carraa_Gaarii!
Updated!
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
📍 Hagayyaa 7, 2026 Hojii Fakkeenyummaa qabu Dhalootaaf! Guyyaa har'aa Daarikteerri Olaanaa Waldaa Misooma Oromiyaa (WMO), Obbo Dajanee Itichaa, Aanaa Kombolchaa keessatti ijaarsi Mana Barumsaa Sadarkaa Lammaffaa xumuramaa jiru daawwatan. Pirojektiin kun manneen barnootaa shanan keessaa isa tokko yoo ta'u, kan Biiroo Barnootaa Oromiyaatiin WMOtti kennamee ijaaramaa jiruudha. Daawwannichaan hojii ijaarsaa qulqullinaa fi sadarkaa barbaadameen raawwatamaa jiraachuun hubatamee, hojii hafe saffisaan akka xumuramu kallattiin barbaachisaan kennameera. Waldaan Misooma Oromiyaa hojii barnootaa qulqullinaa fi yeroo eeggateen raawwachuun misooma barnootaa fi ijaarsa dhalootaa keessatti gahee isaa cimsuun itti fufeera. Tokkummaan Misoomaaf! Dhaloonni Barnootaaf! 💚