tgindex
T𝕙𝕠𝕦𝕘𝕙𝕥 P𝕠𝕨𝕖𝕣

T𝕙𝕠𝕦𝕘𝕙𝕥 P𝕠𝕨𝕖𝕣

Статистика

Purpose of this channel: SERVING PEOPLES TO THEIR HIGHEST CONSCIOUSNESS WITH IMPACT. Stay tune! Remember to share like and Comment

Последний пост
14 авг.
Последнее чтение
15 авг.
Постов за неделю
11
Всего постов
49
Тип
открытый
Язык
om
Категория
Музыка (по похожим)
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
14 166
−30 за 2 дн.
Сутки
0
0,00%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
136
40 постов
Вовлечённость
1,0%
к подписчикам
Постов в день
1,6
всего 49
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
по 3 постам
1/24сутки в ленте
69
1/48двое суток
79
1/72трое суток
85

Медиана по постам, которые мы застали свежими и померили через сутки.

Посты

  • AMALA KANA NI QABDAA LAATA? MEE OF ILAALI. 𝐅𝐀𝐒𝐓 𝐅.. 𝐀.. 𝐒.. 𝐓..

  • MAAL NU BARSIISA SUURAAN KUN? 1. Gatii Milkaa'inaa: Jireenya keessatti waan guddaa fi mi'aawaa (akka dammaa) argachuuf, rakkoo fi dhukkubbii (akka hiddama kanniisaa) obsuun dirqama. Bu'aa guddaa argachuuf gatii isaa kaffaluu qabna. 2. Murannoo fi Obsa: Rakkooleen nu mudatan (fuula dhiita'e) abdii nu kutachiisuu hin qaban. Galma keenya gahuuf murannoodhaan deemuu fi kufaatii keessaa ka'anii ammas yaaluun barbaachisaadha. 2. Murtoo Fudhachuu: Murtoowwan nuti fudhannu hunduu gatii qabu. Waan gaarii barbaannu dhiyeenya keenyatti argachuuf, miidhaa fi dhiphina dhufuu danda'u dursanii beekanii fudhachuu barbaachisaadha.

  • Guyyaan boruu Jimaata. Sagantaa leenjii Ogummaa Jireenyaa. Temesgen Hailu waliin. Koottaa waliin qooddannaa. Sa'aatii 8:00 WB #etcareAdama

  • Network Marketing keessatti nama gosa sadii keessaa tokko ta'uu dandeessa. 1 Posers..Namoota hojii eegalanii yeroo muraasa booda as buuten isaanii dhabamu. Biizinasicha akka lotoritti ilaalanii dhufu.Lotoriin sun hin bahu waan ta'eef ni badu. 2 Amateurs .. Namoota biizinasicha xinnoo hojjachuun yoo bu'aan adda cite adda kutan Warri kun sissinnooftudha. 3 Ogeessa.. Namoota hojicha ija ogummaatin ilaalan. Ogummaa sanas gadi fageenyan barachuun Ogeessa ta'anii warra hojii dalaganiidha. Isaan kun milkaa'odha. Eric Wore akkas jedha. Biizinisii network Marketing keessa yoo jiraatte yoo taate OGEESSA ykn galii mana taa'ii jedha. GoPro or Gohome @thought_power_369

  • Humna ilaalchaa Dhimmichi injifachuu ykn injiftamuu kee miti. Deebii ati taatee sanaaf deebistuudha madda gammachuu kee kan ta'u. @thought_power_369

  • Eye challenge?

  • Oomisha raajii kanaan wal baraa Maqaa: Albent Galtee: 1..Beentoonaayitii 2.. Hargiisa Faayidaa 🌱Foolii lukaa(fangasiif 🌱Finniisaf 🌱Xalaa(Rakkoo gogaa qofa yoo ta'e) 🌱Seelota gogaa du'aniif Gogaa kamiifuu mijataa kan ta'e. Guutumatti Bilbila: 0973757509

  • Saamunaa uumamaa Foolii qaamaf Lallaafuu gogaa keenyaf Rakkoolee gogaa adda addaaf Filannoon keessan jalqabaa saamunaa Shiibaa yaa ta'u. Bakka jirtanitti isiniif fiduu dandeenya. 0973757509

  • Yeroo kee Humna kee Jaalala kee eenyuf kennaa akka jirtu beeki. Bakka hin taanetti dhangalaasaa jiraachuu dandeessa. @thought_power_369

  • 📖 “The Power of Your Subconscious Mind” Jabina kitaaba kanaa keessaa innin heddu jaaladhe,kennaa jabaa sammuun keenya qabu nutti hima. Ijoon...,'Akkamitti humnicha akka fayyadamnu' isa nutti agarsiisudha. Kutaalee sammuu keenyaa addaan baasee nuuf hima. Sammuu dammaqaa( Conscious ) fi sammuu riphaa( Subconscious ) garaagarummaa isaa. Keessawuu mana kuusaa sammuu riphaa keessa jiru saayinsii isaa nuuf hima. Kitaaba beekkumsa qofa osoo hin taane shaakkallidhan guuttameedha. Akeekkachiisa Namoonni kitaaba mindset biroo dubbisanii hin beekne kitaaba kana dursa osoo dubbisuu baatanii gaaridha. @thought_power_369

  • Mul'ata waggaa tokkoo qabda taanan abaaboo dhaabi. Mul'ata waggaa kudhanii qabda taanan,mukkeen misoomsi. Mul'ata barabaraa qabda taanan,namoota misoomsi. ~China~ @thought_power_369

  • Amala nama abjuu qabuu. Ati abjuu qabdaaree? #TolaAbdi

  • Kufaati fi Milkiin waliif faallaa miti. Lamaanuu kutaa milkaa'inaati. Akka fuula lamaan saantima tokkooti. #Abraham_Linkan

  • Jireenyi nama ishee challenge godhu jaalatti. Ati challenge hin gootu taanan jireenyatu si qora. Filannoon keeti. @thought_power_369

  • 𝐐𝐚𝐚𝐜𝐜𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐚{𝐁𝐨𝐨𝐤 𝐑𝐞𝐯𝐢𝐞𝐰} '''''''""" Torbee kanammoo dargaggeettii biizinasii networkMarketing keessatti kutannoon guddachaa jirtuun wal barra. Lalisee Galataa jedhamti. Intala warra Gibee gamaati,warra sanyii Mootii. Kitaaba 𝐌𝐚𝐧𝐚 𝐛𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐃𝐚𝐥𝐝𝐚𝐥𝐚𝐚(𝐁𝐮𝐬𝐢𝐧𝐞𝐬𝐬 𝐒𝐜𝐡𝐨𝐨𝐥) Robert Kiyoosaakin barreessee INJ.Daniel Habisa gara afaan Oromootti hiike qaaccessitii. Nammoonni Jimma irratti biizinasii Lalisee waliin hojjachuu feetan immoo dubbisaa. Telegram: @Nafi2721

  • Jireenya kee keessatti jecha "Hin danda'amu" jedhu galmee jechoota sammuu kee keessaa baasi. @thought_power_369

  • Injifattoonni waan addaa hin hojjatan, waanuma hojjatan karaa addaatin hojjatu malee. Shive Kera KItaaba You Can Win irraa @thought_power_369

  • Good morning the wise change malers. Today is your Day One @thought_power_369

  • без подписи

  • без подписи