tgindex

ABDII SABAA TELEGRAM CHANNEL

описание

👉https://youtube.com/@africaunitedtube58 Https://x.com_abdiisabaa04

11 596
подписчиков
Охват к подписчикам
13,0%
ERR
Реакции к просмотрам
0,23%
307 на 43 постов
Пересылки к просмотрам
0,09%
122
Постов в день
0,1
всего 43

Где отзываются чаще

доля реакций к просмотрам
  • 6 авг.Facebook keenyaa hordofa Facebook.com//Africamedia0,79%
  • 20 июн. 2024 г.без подписи0,53%
  • 27 июл.Komii Raawwachiiftota Filannoo - "Kaffaltiin %60 Nuuf Hin Kaffalamne, Guyyaan Hojjannes Nurraa Hir'ifame!" Raawwachiistonni filannoo waliigalaa 7ffaa irratti naannolee adda addaa keessatti bobba'an, kaffaltiin waliigaltee isaanii keessaa dhibbeentaan 60 (%60) fi baasiin dura-bobbiin guyyoota afran (4) hanga har'aatti akka hin kaffalamneef komatanii jiru. Akka raawwachiistonni kunniin himanitti, itti gaafatamummaa fi amanamummaadhaan dirqama biyyaalessaa kan bahan yoo ta'u, kaffaltiin isaanii Adoolessa 11 hanga 15, bara 2018 (A.L.I) keessatti akka raawwatamu waadaa galamus, yeroon jedhame darbee hanga har'aatti homaa hin arganne. Beellamni yeroo adda addaatti kennamus osoo hin raawwatamin hafuun isaa, Boordii Filannoo Biyyaalessaa irratti amantaa akka dhaban isaan taasiisuu ibsaniiru. Raawwachiistonni kunniin akka jedhanitti kaffaltiin isaanii guutuun hanga Waxabajjii 2018tti akka xumuramuuf himamus hanga ammaatti akka hin arganne ibsaniiru. Dabalataanis, yeroo kaffaltiin %40 isaaniif kaffalamu, guyyoota isaan hojjetan irraa seeraan ala hir'ifamuu isaa dubbatu. Raawwachiistonni komii qaban kunniin, kaffaltiin isaanii harkifachuu fi guutummaatti kaffalamuu dhabuun isaa jireenya isaanii fi maatii isaanii irratti dhiibbaa diinagdee guddaa waan uumeef, qaamni dhimmi ilaallatu kaffaltii hafe kana hatattamaan akka raawwatuuf gaafataniiru. https://t.me/ABDIISABAATELEGRAM0,52%
  • 13 окт. 2024 г.без подписи0,45%
  • 9 авг.Walaloo gorsaa baredaa barsisaa fi barataa namnii waa irra bartuu FB keenya follow godha hordofa facebook.com//Africamedia #Barnoota #Oromia https://www.facebook.com/share/v/14qLfjXS6ga/0,42%
  • 2 июл. 2024 г.без подписи0,38%
  • 13 сент. 2025 г.без подписи0,36%
  • 21 мая 2024 г.без подписи0,34%
  • 22 сент. 2025 г.без подписи0,32%
  • 12 сент. 2025 г.без подписи0,27%
  • 9 нояб. 2024 г.без подписи0,26%
  • 24 апр.без подписи0,25%