tgindex

ILAALCHA

описание

Waliin marihachuun salphina haa irrifnuu Waliin marihachuun waa hunda caalaa.

81
подписчиков
Охват к подписчикам
43,2%
ERR
Реакции к просмотрам
0,00%
0 на 23 постов
Пересылки к просмотрам
0,00%
0
Постов в день
0,0
всего 23

Где отзываются чаще

доля реакций к просмотрам
  • 27 янв.Hiriyyaa waliin jirtu ka waa'ee jiruuf jireenya isaa sitti hin himne waa keetii itti hin odeessin. Hiriyyaa si dhageeffachuu malee tan isaa sitti hin naqanne yoo dandahame hiriyyummaa isaa waliin qabdu adda kuti. 🫡 #Share @gaarumansumafi0,00%
  • 3 дек.https://youtu.be/JbT51x1fuTo?si=imGpZQv8Mx8_2ADi0,00%
  • 16 сент. 2025 г.Gaafa aartu yookiin baay'e dhiphattu suuta jedhii nama keessaa ba'iitii bakka namni hin jirre caalleensa ykn cakkaa sagaleen hin jirree keessa seenii lafa dhayii gangaladhu iyyii! Sana booda aariifi dhiphinnikee ni bada jedha. @gaarumansumafi @gaarumansumafi0,00%
  • 12 авг. 2025 г.Qimamni Jiruu Nama Gaariidha Namni Gaariin Jiruu Sitti Mi’eessa🤍🌿 @gaarumansumafi0,00%
  • 11 авг. 2025 г.Yoomiyyuu Si dhiisee Hin Deemuu Gaafa Naan Jedhan Kaniin Amanu Yoo Jiraate Haadha Koo Qofaa.! 👩‍🍼 ❤️❤️‍🩹 #mother @gaarumansumafi0,00%
  • 10 авг. 2025 г.Waa Hedduu Yaadi Malee Waan Yaade Hunda Hin Dubbatin @gaarumansumafi0,00%
  • 10 авг. 2025 г.Walakkaan Gammaachuu HAADHA.🥰 Walakkaan saniraa hafe DU'AI HAADHAATI!.❤️‍🩹🖇 Rabbiin haadha teenya ngyfii Gammachuun umrii nuuf haa dheereessu❤️ Warri irraa Aakhiramtees Jannata kheessatti isiniif haa gammachiisu!.❤️‍🩹 @gaarumansumafi0,00%
  • 9 авг. 2025 г."Hin milkaa'uuf" ja'anii warri sirraa haasawu turan hundi isaani gaafa ati milkooyte "baga gammadde" siin jachuuf ta'an!.🖤🖇 @gaarumansumafi0,00%
  • 8 авг. 2025 г.Ilaahii khiyya....🥺 Haga taraan tiyya geessuttii akkaan eeggadhuuf OBSA jabaa si biraa tahe san naaf khanni!.❤️‍🩹 @gaarumansumafi0,00%
  • 6 авг. 2025 г.Waanin barreessuuf malee akka Ati Itti hubattuuf itti gaafatamummaa hin furadhu!. @gaarumansumafi0,00%
  • 5 авг. 2025 г.Sababa takka malee nu jaalatee Sababaan ka nu jibbine Kaaliqa tokkicha qofa!. #Share @gaarumansumafi0,00%
  • 3 авг. 2025 г.Wanni Hundi Gaarii Nu Tahuuf Taa'a!. Arra Tahuu Baatees GUYYAA TOKKO!. ❤️‍🩹🖇 #INSHA_ALLAAH 😊 @gaarumansumafi0,00%