Ayyuu Tube
Статистикаᴄʜᴀɴɴᴇʟɪɴ ᴋᴜɴ:- ✅ʙᴀʀɴᴏᴏᴛᴀ ᴛᴇᴄʜɴᴏʟᴏɢʏ, ✅ғᴜɴ & ᴄᴏᴍᴇᴅʏ ᴠɪᴅᴇᴏᴅʜᴀᴀɴ, ✅ᴍᴀʟʟᴀᴛᴛᴏᴏʟᴇᴇ ᴊᴀᴀʟᴀʟᴀ, ✅ᴡᴀʟᴀʟᴏᴏ ᴠɪᴅᴇᴏᴅʜᴀᴀɴ, ✅ᴀᴘᴘs ʜᴀᴀʀᴀᴀ ғɪ ᴋᴋғ ᴋᴀɴ ʙᴀʀsɪsᴜᴅʜᴀ. ᴋᴀɴᴀᴀғ ᴄʜᴀɴɴᴇʟ ʏᴏᴜᴛᴜʙᴇ sᴜʙsᴄʀɪʙᴇ ɢᴏᴅʜᴀ! 👇👇👇👇👇 https://youtube.com/c/AyyuuTube
- Последний пост
- 23 июл. 2025 г.
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 22
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- Категория
- Видео
- В каталоге с
- 14 авг.
- 1/24сутки в ленте
- —
- 1/48двое суток
- —
- 1/72трое суток
- —
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
Jireenyi fiigicha miti. Hundi keenya muuxannoo fi haala mataa keenyaan akkamitti akka deemnu murteessuuf of gargaaru qabna. Namoonni tokko tokko milkaa'ina si dura argachuu danda'u, garuu kana jechuun ati kufte jechuu miti. Namoonni tokko tokko jaalala si dura argachuu danda'u, garuu atis hin argattu jechuu miti. Namoonni tokko tokko gammachuu si dura argachuu danda'u, garuu ati gadadoon jiraatta jechuu miti. Obsi wanti siif ta'uuf yaadame sin hanqatu. Dhumarratti milkaa'uun kee hin hafu! Jireenyi yeroo hundaa garaa sitti hin laafu. Garuu ati of ilaali. Jabaa ta'ii dhaabbadhu, waan hundumaa gootummaan fuuldura dhaabbadhu. Gonkumaa abdii hin kutatin. Waan hundumaa walitti qabuun salphaa ta'uu baatus guyyaa guyyaan gara fuulduraatti tarkaanfadhu. Jireenya keessatti haalli hundi yeroodhaaf kan turuudha. Kanaafuu yeroo jireenyi gaarii ta'u, akka itti gammaddu fi guutummaatti akka argattu mirkaneessi. Yeroo jireenyi akkas gaarii hin taane immoo bara baraan akka hin turree fi guyyoonni fooyya’aan karaa irra akka jiran yaadadhu👇👇👇👇👇👇👇🥰❤️ https://obsii.com/know-each-others-needs-and-expect-each-others-feelings/
Miidhamni hundinuu sadarkaa bilchina haaraati. Wanta jibbitu hundarraa fagaadhu. Waamicha si aarsu tuffadhu. Ergaawwan si miidhan haqi. Waan jaalattu haala ittiin argachuu dandeessu yaalii argadhu. Waan abdii kee haaressu barbaadi. Waan kamuu dhiisuun fedhii keeti malee hiree kee miti. Yeroon filannoowwan hedduu yoo siif kennite wanta ejjennoo keef malu gara keetti dhiyeessi👇👇👇👇👇👇👇👇👇🤌 https://obsii.com/does-coffee-change-the-way-our-bodies-absorb-nutrients/
Sodaafi raafamni, doorsisaaf dheekkamsi inni guyyaa hedduu, inni ji’oota lakkoofsise, yaaddoofi dhiphinni inni waggoota dabarse gaafa narraa ijaaju, osoon arguu jaamee, osoon dhagahuus duudee, gaafan nahee fajaju. Duumessi yaaddoo wal butee, hurriin abdii kutanna gaafa na marsu, gaafa sagaleen of jibbuu, miira koo hiraarsu, hin danda'u hin jenne nan danda'a malee. Aarsaan an kanfalee guyyoota lakkoofsisee, ji'oota dabarsee, waggoota hanqaaqsee gaatiifi bu'aan isaa kunoo amma naaf gale🤌👇👇👇 https://obsii.com/how-you-have-entered-the-cloud-of-worry/
Namni kamiyyuu jireenyakeef akka siif murteessu hin eegiin. Jireenya sirriin ati jiraachuu dandeessu isa ofiikeef murteessitedha. Sirrii fi badaan isaa immoo harka kee keessa jira. Namaan hirkoo hin godhatiin. Namni akka shambaqqooti. Guyyaa tokko laafee si jalatti cabee si kuffisa. Namni jabaadhu, ishoo siin jechuuf si jajjabeessuu danda'a malee bakka kee bu'ee siif jabaachuu hin danda'u. Bakka kee bu'ee miira keessakee siif ta'uu hin danda'u. Dhukkubbiin kanuma keedha. Namni siif boo'uu danda'a malee bakka kee bu'ee siif hin du'u. Jireenyikee akka konkolaataati. Konkolaataa namni lama hin oofu. Jireenyikees akkasi. Namni lama siif hin jiraatu. Sumaaf suma qofa. Namni hanga bool'aatti si waliin deema malee si waliin bool'a hin lixu. Maarree nama isa kamiif furtuu jireenyaa laattee ofii balbala taatee jiraattaree? Abbalusheekoo waan jettu dhiisi. Nama hundaa gammachiisuu hin dandeessu. Namni gammachuu waan hin quufneef. Jireenya barbaadduuf dursa kenni👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👌 https://obsii.com/where-did-cain-get-a-wife/
Gatiin Kee ilaalcha gad bu'aa namni waa'ee keef qabuun hin murtaa'u . ~ Gatiikee fi gitakee jechuun hangaa Kee fi bakka siif ta'uu beekuu jechuudha . ~ Biyya lafaa kanarra yeroo jiraattu gatiikee fi gitakee beekuudhaan jireenyaa jiraachuuf uumamtee tokko jiraatta. <>Hanqaaquu Risaa (cululleetu) haanqaaquu lukkuu gidduutti makame ture. Lukkuuniis hanqaaquu culullee kana, hanqaaquu ishee waliin hammattee cuucii yaafte. <> Cuuciin hanqaaquu culullee keessaa ba'es, akkuma waan Lukkuu tahetti yaadaa guddate. Cululleen kun erga guddatees akkuma wanuuma lukkuuwwan godhan godhaa ture. <>Akkuma lukkuu kosii haadhee waan nyaatu barbaaddata. Cululleen kun lukkuu akka taheetti waan yaaduuf, akkuma lukkuu fageenya baay'ee gabaabaa barrisa malee, akka culullee ol-fagaattee barrisee hin beeku. <>Cululleen lukkuu waliin guddate kun gaaf okko, lukkuuwwan gaafate. "Sinbirroon miidhagaan akkanatti ol fagaatee barrisu kun maal jedhama?" 👇👇 https://obsii.com/does-coffee-change-the-way-our-bodies-absorb-nutrients/
Gatiin Kee ilaalcha gad bu'aa namni waa'ee keef qabuun hin murtaa'u Gatiikee fi gitakee jechuun hangaa Kee fi bakka siif ta'uu beekuu jechuudha Biyya lafaa kanarra yeroo jiraattu gatiikee fi gitakee beekuudhaan jireenyaa jiraachuuf uumamtee tokko jiraatta👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://obsii.com/doubt-is-a-mental-illness-that-destroys-love-for-marriage/
Yeroo tokko tokko amalaaf naamusa kee keessatti warra si dhiisuu hin feene ni deddeebi'u. Haga amalaaf fedhii nama kanaa bartetti, baay'ee xiyyeeffannaa itti kennuun barbaachisaa miti. Garuu tasuma akka kabaja si dhoowwatu eeyyamuun sirran jiraatu. Namni dhugaa hin kabajne namummaa kee hin kabaju. Of eeggachuun itti gaafatamummaa ofiiti. Even namummaan keenya, qaamni keenya kabaja nurraa barbaada. Ajajamuufii qabna. Qaama keenyaaf gaafa ajajamnu; nagaaf fayyaa qabaanna👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇🥰 https://obsii.com/love-yourself/
Dunquqqaa'uu ittisuun hirriba gaarii argachuuf wantoota gochuu qabnu shan iccitiin hirriba halkaniitiin booda miira gaarii qabaachuun ka'uu guyyaa jalqabuu danda'a. Hirriba keessan fooyyessuu fi dadhabbiin akka isinitti hin dhagahamne gochuudhaaf gorsa muraasni kunooti.👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://kayyoo.com/2025/05/21/five-things-to-do-to-prevent-snoring-and-get-a-good-nights-sleep/
Namoonni jireenya kophaa fi dhuunfaa filatan kanneen rakkoo mukaa'uuf saaxilamaniidha.har'a rakkoo mukaa'uu fi yaadda'uun qabamtee mana yaalaa yoo deemtu doktarri akka biyya keenyatti dawwaa siif ajajuu danda'a, garuu biyyoonni akka Denmaark,kanaadaa fi UK hariiroo hawaasummaa cimaa akka qabattu si gorsu.hariiroo jaalala nama hunduma wajjiin qabadhun jedha anis. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇🤌 https://obsii.com/my-clothes-do-not-express-my-inner-self/
Ofiif namoota biroo gidduutti sarara hin mul'anne sararachuun fageenya gidduu ofiif namootaa jiru keessa yeroo murtaa'eef turuun bu'aa gaariidha. Wanti dhabnu hin jiru. Sababni isas, waanuma ofiin of keessatti dudubbannuyyuu dhaggeeffachuun ergaa miirri keenya dabarsuu barbaadu hubachuu qabna nama tokko gammachiisuuf jechaa of dhabuun sirri miti of kee irraa ka'ee yoos namas ofis akka gaariitti waliin jiraachuu dandeesssa miira dangaa darbee hin godhi👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👌🫰 https://obsii.com/doubt-is-a-mental-illness-that-destroys-love-for-marriage/
Of agarsiisuu yoo baay'ate dhibee ta'uu akka malu beektuu? Namootni dhibee kana qaban: keessi isaanii miiraan kan guutamee fi amala isaanii tasa kan jijjiiran, akkasumas irra keessoo ta’uun beekamu. Akka addunyaatt dhibeen kun hawaasa dhibbeentaa 1-3% kan hubu yoo ta'u, baay'een isaanii dubartoota. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://obsii.com/did-you-know-that-too-much-self-expression-can-be-a-disease/
Akkuma jalqaba harka keessa galfachuuf jettee waanuma ishee gammachisuu gochaa turte, har'as akkasuma godhi! nama namummaa isaa baruuf dursitee eenyummaa kee hin agarsiisin. "Namoota gammachiisuun badii hin qabu, garuu namoota gammachisuuf jecha waaqayyoon hin gammachiiftu jechuu yoo ta'e, hiree kee jalaa darbuuf jirta jechuudha. "Balbala diinaa koo warra ati jettun baha karaan waaqayyoo?❤🔥🫶👇🏾 https://kayyoo.com/2025/05/21/five-things-to-do-to-prevent-snoring-and-get-a-good-nights-sleep/
Gufuuwwan (obstacles) fuuldura keenyatti dhufan akka nuuti cimnee itti fufnu malee akka nuuti dhibaa’oo (senef) taanuuf sababa ta’uu hin qaban. Dhibaa’ummaadhaaf iddoo hin kenninu taanaan amantiin keessa keenya jiru cimaa deema. Dhibaa’ummaan ofii ciisnee akka harka namaa irraa nyaannu nu godha. Dhibaa’ummaan kaayyoo gufachiisa. Dhibaa’ummaan hirriiba namatti fida. Hirriibni baay’annaan immoo uffata ciccitaa nama uffachiisa. Kanaaf kaayyoo qabanne irratti dhibaa’oo ta’uu hin qabnu. Inni kan biraa immoo amantii qabaachuudha. ✍️👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👌 https://kayyoo.com/2025/05/29/misleading-factors-in-choosing-a-mate/
Jireenyi dhuunfaa yeroo hunda injifatadha Hanga injifattutti dhoksii. Kolfikee haala kee haa jijjiiru malee haalli kee akka kolfa kee hin jijjiirre of eeggadhu!👇🏾👇🏾👇👇👇👇👇👌 https://obsii.com/does-coffee-change-the-way-our-bodies-absorb-nutrients/
Callisni lubbuu takka takkaa akkam bareeda? Aariin, dheekkamsi, isheehoo? Keessa "jiraadhu jiraadhu" namaan jedha. Ijjishee gamas gahee yoo deebi'u walitti deemaa dhufee cufama. Waan gamasii ilaalaa turte galmeessitee galmeesaa waan cuftu fakkaatti. Hidhiishee gogee daalachaa'e adda harkiftee arraba ishee gadi baaftee jiifatti.👇👇👇👇👇👇👇😘 https://obsii.com/what-does-salt-do-in-our-bodies/
Kabaja hojiikee irraa malee Afaan namaa irraa hin eegin.! Eessa akka jirtu beekuu caalaa eenyu akka taate beekutu si faayyada. Hanga siif hin galleetti cal jettee hin fudhatin, gaaffii gaafachuun amala nama beekaat. Dubbiin namootaa akka biyyeeti; yoo qilleensa keessa hin balali'in miila jalatti dhiitama. Kana gochuu hin dandeessu taanaan, ofuma keef jiraadhu. Arrabni hin callisu" jedha ogeessi tokko👇👇👇👇👇👇👇👇🏾👇🏾👌 https://kayyoo.com/2025/05/21/five-things-to-do-to-prevent-snoring-and-get-a-good-nights-sleep/
Daakuun eenyu jibbitaa jennaan Daaraadha jette. Maaliif jennaan ammoo koo hin geessuu na fakkaachuuf ammoo gad hin teessuu jette.🤣😁 qilleensarra balali'uu yoo feete, daakkiyyee waliin bishaan daakuu dhiisi👇🏾👇👇👇👇👇🏾👌 https://obsii.com/does-coffee-change-the-way-our-bodies-absorb-nutrients/
Akka nama amma du’uutti kadhadhaa, akka nama bor du’uutti bashannanaa, akka nama bara baraan jiraatuutti ammoo cimaa hojjedhaa! Har’a hojjennee bor jiraanna jechuudhaan har’a ofii dararuun jireenya bor dhufu sanas hir’uu taasisuu mala. Kanaaf Hojjechuufi jiraachuun yeroo hunda ta’uu qaban jedha ani!👇🏾👇🏾👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👌 https://kayyoo.com/2025/05/18/is-eating-too-quickly-harmful-to-our-health/
Yeroo baay’ee miira carraaqqii namoonni hariiroo keessatti uumaniif dinqisiifannaa guddaa dhabuu isaaniiti. Walitti dhufeenya akka jijjiiramaatti yookiin akka carraa ta’eetti ilaaluudha. Garuu akka walitti hidhamiinsi amanamummaa, kabaja fi gargaarsa walii waliinii irratti ijaarame hin yaadanne👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://obsii.com/does-coffee-change-the-way-our-bodies-absorb-nutrients/
Gatii amanamummaa yoo hin beekne, miidhaa gantummaan qabu gonkumaa hin hubattu. Amanamumman bu’uura hariiroo fayya qabessa hundaati, kun kutannoo hin dammaqneedha. Nama tokko bira dhaabbachuudha, isaan gargaaruu fi nagummaa isaaniif dursa kennuudha. Amanamummaan yeroo argamu, hariiroon ni jabaata akkasumas namoonni dhuunfaatti akka ilaalan, dhaga’anii fi gatii qabeessa ta’an itti dhagahama👇👇👇👇👇👇👇👇🫰 https://kayyoo.com/2025/04/28/there-have-been-calls-for-a-ban-on-virginity-restoration-treatments/