tgindex

BBC AFAAN OROMOO

описание

This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners.

128 106
подписчиков
Охват к подписчикам
7,4%
ERR
Реакции к просмотрам
0,25%
716 на 30 постов
Пересылки к просмотрам
0,03%
95
Постов в день
3,7
всего 33

Где отзываются чаще

доля реакций к просмотрам
  • 14 авг.без подписи0,76%
  • 13 авг.без подписи0,55%
  • 12 авг.Kilabi Kubbaa Miillaa Bulchiinsa Magaalaa Gimbii kilaboota naannolee 40 caalan bira darbuun chaampiyoonaa biyyattii ta'eera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/aehoPBY0,46%
  • 11 авг.Naannoo Tigraay Aanaa Raayyaa Allaamaaxatti haleellaan diroonii humnoota Tigraayirratti qiyyaafate gaggeeffammuu qondalonni naannichaafi humnoonni Tigraay irraa BBCn odeeffate. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/01S6yqZ0,40%
  • 13 авг.без подписи0,38%
  • 11 авг.Pirezidaantiin US, Doonaald Tiraamp yaaddoo haleellaa Iraanirraa kan ka'e konkolaataa nyaata deddeebisu keessa dhokachuun xayyaara geeddarachuunsaanii gabaafame. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/aRWkFG90,36%
  • 12 авг.Pirezidaant Doonaald Tiraamp sodaa haleellaa Iraanirraa kan ka'e konkolaataa nyaata deddeebisu keessa dhokatee xayyaara jijjiirrachuu amanan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/U60vz1B0,35%
  • 14 авг.без подписи0,32%
  • 12 авг.Namoonni siyaasaa, gaazexeessitoonniifi namoonni biroon lakkoofsaan dhibba sadii ol ta'aniifi rakkoo nageenyaa naannoo Amaaraa keessa jiruun walqabatee shororkeessummaan himataman dhiifamaan akka gadhiifamaniif adeemsarra jiru. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/qrCLMvV0,29%
  • 13 авг.без подписи0,27%
  • 12 авг."Mana haadha kootti namoota abbaa bideenaa koo waliin dhufaniin irra deddeebiin gudeedamaan ture. Kanan gudeedamaa tures, namootan amanuun, namoota barsiisota amantaati jedhuunin ture" jechuun ijjishee diimatee, imimmaan lolaasaa BBC'tti dubbatte. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/PfJ1K6d0,24%
  • 13 авг.без подписи0,24%