BBC News Afaan Oromoo
СтатистикаOduu - BBC News Afaan Oromoo BBC Afaan Oromoo irratti oduu, odeessaa fi taateewwan haaraa Itoophiyaa, Afriikaa fi guutuu addunyaa irratti ta’an argattu. Yeroo mara waan haaraa jiru baruuf gara keenya kootta.
- Последний пост
- 20 июн. 2025 г.
- Последнее чтение
- 13 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 20
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- —
- 1/48двое суток
- —
- 1/72трое суток
- —
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
Tibba tokkootti hogganaa Afriikaa tarkaanfachiisaa yaada haaraa ta'an keessaa akka tokkootti kan yaadamanii turan Isaayaas Afawarqiin erg aangoo qabatanii waggaa 32 lakkoofsiisan illeen abdiifi abjuu isaan milkeessuu hin dandeenye. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/g68I53Z
Kuusaawwan gabbiisa Yuuraaniyeemii Iraan barbadeessuun namoota naannoo sana jiran irratti balaa qaqabsiisuun alatti rakkoo cimaa biraa hin kakaasu jedhu qorattoonni. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/d1WYrzV
Tarkaanfii ija jabinaa fudhatameen, raadiyoo fi meeshaaleen qunnamtii gara biraa miseensonni Hezbollaa itti fayyadaman gara meeshaalee harkaa dhoo’uutti jijjiiraman. Meeshaaleen kunneenis hordoffii sadarkaa olaanaa Israa'el jalaa miliquudhaaf akka mala nageenya qabuutti kan yaadaman yoo ta'u, garuu harka fayyadamtoota isaaniitti dhoosuun namoota hedduu ajjeesauun kanneen kuma hedduu ta'an madeessan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/YVNH29B
Viidiyoon barattoonni dubartootaa qabduu harmaa uffachuun isaanii ilaaluuf yoo sakatta'aman agarsiisu garmalee qoodamaa ture. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/F26YxK7
Israa'el humna lafoon Libaanos weeraruun Hezbollaarratti duula erga eegaltee torban lama guutera. Kamisa halkan haleellaa magaala Beerut irratti raawwaatteen namoonni heddu du'uu hordofee Lobaanositti waraanni akka dhaabatuuf waamichi taasifamu jabaataa jira. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/VIMks5B
Dhiheenya adda waraanaa baha Yukireen keessa yoo xiyyaarroonni aara adii yaasan lama samuu qaxxaaamuraniiru jechuun, kana jechuunis waan himu qaba. Jeettiiwwan Raashiyaa haleellaa raawwachuuf jechuudha. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/e4Max5m
Dureewwan biyyoota Somaaliyaa, Ertiraafi Masrii magaalaa guddoo Ertiraa Asmaraatti walgahii taa'an nageenyarratti waltumsuuf waliigalan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/pvYPiMq
Itoophiyaan deeggarsa mootummaa Gamtaa Imireetota Arabaa (UAE) irraa argameen lammiileen miliyoona shanii ol leenjii dijitaalaa akka argatan taasisuuf hojii eegalteerti. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/L5XvH4p
Qorannoon haaraan akka agarsiisutti shamarran Ameerikaa marsaa laguusaanii jalqabaa dafanii argu.Qilleensa faalamaf saaxilamuun gartokkoon gumaacha qaba jedhame. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/FPMAqQc
Gosooti hojii namoota baayyeen dalagaman fuulduratti hojii tahuun isaanii ni hafa. Ragaan dhaabbata diinagdee World Economic Forum akka agarsiisutti dhimmooti lama haala kana ibsuu danda'u. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/FwkvyUG
Keeniyaa bulchiinsa Marsabeet naannoo Moyaaleetti hidhattoonnii Itoophiyaarraa daangaa ce’an jedhaman namoota konkolaataan imalaa saddeet ajjeesan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/4D9g1hZ
Haleellaan tasaa Yukireen gaafa Hagayya 6 Raashiyaa irratti raawwatte Mooskootti qofa osoo hin taane namoota Yukireen keessa jiraataniifi alaa warra taajjabaniifis waan hin eegamne ture. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/t2ifFOs
CV erguun yeroo dheeraaf iyyannoo hojii keessatti dhagaa bu’uuraa ture. Garuu akkuma gabaan hojii guddachaa dhufeen ammallee kaadhimamtoota namoota hedduu keessaa adda bahuu barbaadaniif filannoo hundarra murteessaadhaa? via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/JjKuGQP
Haleellaa hidhattoonni Faannoo Jimaata ALI Hagayya 3, 2016 Godina Horroo Guduruu Wallaggaa aanaa Abee Dongoroo keessatti raawwataniin lubbuun jiraattotaafii qaamolee nageenyaa yemmuu darbu, maatiin heddu buqqa’an. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/a1Nn4mk
Naannoo Amaaraatti walitti bu'iinsa hidhattoota Faannoofi mootummaa gidduutti erga eegalee waggaa caale karaa nagaan furuuf haala aanjessaa kan ture Kaawunsiliin Nageenyaa, gufuu hedduun isa mudachuu ibse. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/0ej1U6z
Daa'imman lakkuu reef dhalatan otoo abbaan isaanii waajira mootummaa naannootti dhalachuu isaanii galmeessisuu haleellaa qilleensarraa Israa'el Gaazaa keessatti raawwatteen ajjeefaman. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/kb3dF0H
Waggaa lamaa oliif Yukireen daangaa ishee keessatti haleellaa Raashiyaa itti dhufe qolachaa turte. Loltoota Raashiyaa dhiibdee daangaashee keessaa baasuu dadhabdus dura dhaabbachuu dandeessetti. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/cMqaAP9
Omishaalee qonnaa Itoophiyaan gara biyyoota alaatti ergituufi sharafa alaa Olaanaa irraa argattu keessaa bunni isa ijoodha. Abbaan Taayitaa Bunaa fi shaayii Itoophiyaa akka jedhutti ammoo, Itoophiyaan bara bajataa 2016 kanatti gali olaanaa seenaa keessatti argattee hin beekne alergii bunaa irraa argatte. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/P0ov3Wf
Dubartiin ulfaa tokko dhugaatii burcuqqoo tokko torbaniitti yoo dhugde guddina sammuu, boca fuulaafi amala daa’ima garaa keessaarratti dhiibbaa akka qabu saayinsiin ni hima. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Q28B7Su
Umurii waggaa 5tti Zeenaa Akuwaan intala qaama miidhamummaa tokko malee turte. Halkan tokko hirribaa dammaqxee gara mana fincaanii deemuun itti dhaga'ame. Kan nama ajaa'ibu garuu dhaabbachuu hin dandeenye. Achiis gargaarsa haadhashee gaafatte. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/qcbY3HQ