tgindex
Последний пост
1 июн.
Последнее чтение
15 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
21
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
2 576
−6 за 3 дн.
Сутки
−6
−0,23%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
1 522
21 постов
Вовлечённость
59,1%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 21
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
1/48двое суток
1/72трое суток

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • 1 июн.1 00644

    Dhumarratti yeroo hunda waan sirrii ta'e hojjechuu qabda, yoo ulfaataa ta'ellee, hamma jaalalaa safaruuf madaalliin dhugaa jaalaladha. At the End of time! Na madeessitee hin deemiin!

  • 29 мая1 01652

    Dhugaa sitti hadhooftus liqimsuu qabdu tokkon sitti hima. Gaafa waa qabdu inni si jaalatus, inni sin jaalannes si jaalata. Gaafa harka duuwwaa taate kan sin jaalanne duras sanuma. Garuu kan si jaalatu hidhii sitti xuuxa. Atumtiyyuu of jibbita. Hiyyeessi gurra hin argatu. Hiyyeessi akka garaasaatti hin dubbatu. Hiyyeessi waan barbaade hin nyaatu. Kanaafuu fiigi. Gurra argachuuf, akka feete dubbachuuf, wanta feete laachuf, nama feetef laachuf, abjuu kee jiraachuuf, ... Fiigi! Anaaf deebii laachuuf hin cinqamin. Tiraakii irra fiigdutti yaadi. Obboloota koo isinan jaaladha Isinis warra jaalattaniif qoodaa

  • 18 апр.1 37156

    Sareen ati guddifte sitti dutuu jalqabnaan🐕, Namni si caalaa nyaata kennuuf akka jiru shakki. Jecha dubbii qabu.!

  • 18 апр.1 17814

    “Namootni gurguddoo fakkaatanii sitti mul'atan teessee waan isaan ilaaltuuf guddaa sitti fakkaatu; kanaafuu, ka'i ilaai” isaan hubatta.

  • 2 апр.1 31452

    SANBATNI GOOFTAA... ✍️ Guyyaa Boqonnaati: Hojii idilee fi dadhabbiitti irraa boqochuudhaaf guyyaa adda bahee dha. ✍️  Guyyaa Yaadannootti: Guyyaa uumama addunyaa fi uumaa itti yaadatanidha. ✍️  Guyyaa Waaqeffannaati: Guyyaa qulqullummaan itti walitti qabamanii kadhannaa fi galataa Waaqayyoo itti dhiyeessanidha.   ✍️ Guyyaa Gammachuuti: Guyyaa itti maatii fi hawaasa waliin nagaa fi gammachuun itti dabarsanidha. ✍️  Guyyaa Birmadummaati: Garbummaa hojii fi dhiphina jireenyaa jalaa itti ba’anidha. ✍️  Hojiiwwan Gaariiti: Akka barumsa Yesuusitti, guyyaa itti namoota dhibaman dubbisanii fi gara laafina itti argisiisanidha. ✍️  Guyyaa Qulqullummaati: Guyyaa adda bahee fi Waaqayyoof qulqullaa’edha. BAGA GUYYAA ISA EEBBIFAMAAFI QULQULLA'AA SANBATA GOOFTAA KEENYA YESUUS KRISTOOS NAGAAN GEESSAN; SANBATA GAARII! ✨️✨️✨️ 🌟 Poster design:

  • Yeroo wanti hojjachaa jirtu (itti gaafatamummaan kee) salphaa tahe gahumsi kee hin guddatu, daangeeffamee dhaabbachuun boodarra hir'achaa gara du'uutti deema,  yeroo wanta ati (itti gaafatamummaan kee) guddaa fi qormaanni kan itti baay'atu tahe gahumsi kee guddachaa dagaagaa dhufa. Qormaanni hojii (itti gaafatamummaa) kee keessatti heddummaachuun guddaa tahaa dhufuun, coba gaarii unkurri gahumsa keetii ittiin lalisuun guddatuudha. Coba unkurri gahumsa kee ittiin guddatu kan taasisu ammoo gatii sirrii ati madaala qormaaticha sunii irra yeroo if keeysu ifii kennituudha. Madaala hin taane ifii kennita taanaan cobni sun sababaa du'aa dhufuu gahumsa keetii taha.                                                               ~

  • Siif HAA bari'u humna dhiiga hoolichaan!

  • Kan Si Jalqabsiise Waaqayyo taanaan Waa'ee Xumura isaafis hin Yaadda'iin inni si wajjin Jira.

  • Sareen ati guddifte sitti dutuu jalqabnaan🐕, Namni si caalaa nyaata kennuuf akka jiru shakki. Jecha dubbii qabu.!

  • Hin Yaadda'iin; hin sodaatiin; hin shakkiin dhimmicha Waaqayyo Gooftaa Maccaatu siif Xummura.! Sumaaf✍️ Guyyaa Gaarii Qabaadhaa.!

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • Kaayyoo Galma hin qabne                                                                       Mana utubaa hin qabne Utubaa Mana hin qabne Hangafa barcuma hin qabne Sabni Tokkummaa hin qabne: Yeroo hunda ni raafama!! Dhugaan galgalaan galti

  • Abdii hin kutiin aduun kee ammayyuu ganama. ATI Abdii Qabda.

  • Qaalii qaalii siin jechaa Qallee si qircanne kaa Dhiigakee akka dhibaayyuu Wal irraa qicanne kaa Nama meeqa jibbinee Haaloo meeqa kuufannee Sirba sobaa sirbinee Daldallee siin buufannee Yaa falmaa mirga namaa Goota ilma abbaan dhalche Duuti kee viizaa ta’ee Meeqa biyya ambaa galche Dhugaan ati ittiin duute Dhaabatee siif haa lolu Bool’akees daadhiin guutee Fooliin seenaa kee tolu! From #DHO

  • "Barcumaa fi ulfana abbaatu of jala baata." Jedhan

  • "Na kadhadhu! Anis siif nan dhaga'a; wanta guddaa ati qortee bira ga'uu hin dandeenye sitti nan hima.” — Er. 33:3

  • Dhimmiikee kana caalaa ulfaataadhaa? "Alaazariin du'aa erga kaasee; Saaraa ilmoodhaan erga eebbisee; Daani'eeliif afaan leencotaa erga cufee; Balbala mana hidhaa pheexiroosiif erga banee; Museedhaaf gaalaana diimaa erga gargar hiree; Dhimmiikee kana caalaa ulfaataadhaa? Haalli kee maal iyyuu yoo ta'e amantii fii qajeelummaadhaan Gooftaa eeggadhu!! Gooftaan isa si qaannessu utuu hin taanee, isa waan si yaaddessu irraa si boqochiisudha! Haalotaa ol kan jiruufi haalakee jiran kan jijjiiruu fi gaaffiikee deebisuu kan danda'u Gooftaa yesuus qofa !" Maaliif abdii kutta? #trust #faith #hope @barreeffameejira @HopeInHisReturn

  • @binioromo

  • Hunda caalaa of hin sobin. Namoonni of sobanii fi soba ofii amanan dhugaa keessa isaaniis ta'e naannoo isaanii jiru adda baasuu waan hin dandeenyeef waan ga'aniif kabaja ofiifis ta'e namoota biroof qaban dhabu. Nama kamiyyuu ykn waanuma fedhe kabajuu yeroo dhiisan jaalala ni dhiisu.

Burqaa Beekkumsaa — tgindex