- Последний пост
- 13 июл.
- Последнее чтение
- 13 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 25
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- —
- 1/48двое суток
- —
- 1/72трое суток
- —
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
💣App bareeda tapha waancaa Addunyaa qulqullinaan ittiin ilaaltan download gochuun fataa jedhaa👇👇argachuuf link gaditti isiniif kaa'e kana join gochuun argattu👇👇 https://t.me/Oduu2Ispoorti
🚨 ODUU KUBBAA MIILAA HUNDAA BAKKA TOKKOTTI! ⚽🔥 Oduu sobaa osoo hin taane, odeeffannoo amanamaa fi saffisaa argachuu barbaadduu? 📌 Channel @Oduu2Ispoorti irratti ni argattu: ⚽ Oduu kubbaa miilaa haaraa 🚨 Breaking News 🔄 Oduu Transfer 🏆 Bu'aa fi sagantaa taphootaa 📊 Istaatistiksii fi odeeffannoo taphattootaa 🌍 Oduu liigota addunyaa hundaa bakka tokkootti 👉 Har'uma @Oduu2Ispoorti join godhaa! 👥 Hiriyoota keessanis affeeraa. 📲 Join: @Oduu2Ispoorti
Bubbee S1E18 Misirroo Siitkoomiin Bubbee garamitti deemaa jira? Bubbee fi Jiituun gaa’ela dhaabbatan moo? Michuun akkam taati laata? Mee kutaa ajaa’ibaa kana hundumtuu daawwadhaa! https://youtu.be/LTPnq2dNB9I?si=IHWVrXF9HvyuK3_K
🫂🇧🇷 Neymar: “Vinicius Jr waancaa addunyaa kana irratti urjii keenya. Inni Taphata murteessa, waan guddaa hojjechaa jira”.
🚨⚫️🔵 Inter Milan Maarkoo Paalestiraa Atalanta irraa bituuf gaaffii bitaa dhiyeesseera: 💰 Kaffaltii €45m fi dabalataan €5m. Waliigalteen kun haala dhuunfaatiin, kan raawwatamee fi kan mallatteeffame yoo ta'uus Paalestiraan Interitti makamuuf fedhii guddaa qaba. Madda Odeeffannoo:FabrizioRomano 🚀✨ 𝐉𝐎𝐈𝐍 & 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➤ @murtihaqa ✨🚀 🚀✨ 𝐉𝐎𝐈𝐍 & 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➤ @murtihaqa ✨🚀 ❤️ 𝐋𝐢𝐤𝐞 📤 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 💾 𝐒𝐚𝐯𝐞 🗨 𝐂𝐨𝐦𝐦𝐞𝐧𝐭 ━━━━━━━━━━━━━━━
🚨⚪️ Peedroo Poorroo kontiraata haaraa Tootinaam Hotspur keessaa turuuf waliigaltee hangaa bara 2031 isaa tursiisuufi . Dabalataanis filannoo hanga june 2032tti, daballii mindaa waliin waliigaltee raawwatame. Madda[FabrizioRomano] 🚀✨ 𝐉𝐎𝐈𝐍 & 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➤ @murtihaqa ✨🚀 🚀✨ 𝐉𝐎𝐈𝐍 & 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➤ @murtihaqa ✨🚀 ❤️ 𝐋𝐢𝐤𝐞 📤 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 💾 𝐒𝐚𝐯𝐞 🗨 𝐂𝐨𝐦𝐦𝐞𝐧𝐭 ━━━━━━━━━━━━━━━
🚨🇫🇷 Manuu Koonee waa'ee fuuldura isaa irratti: "Amma hojii koo guddaan Tapha Addunyaa irratti xiyyeeffachuu dha. Erga tapichi xumuramee booda fuuldurri koo maal akka ta'u yeroo sana murteessina.” 🚀✨ 𝐉𝐎𝐈𝐍 & 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➤ @murtihaqa ✨🚀 🚀✨ 𝐉𝐎𝐈𝐍 & 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➤ @murtihaqa ✨🚀 ❤️ 𝐋𝐢𝐤𝐞 📤 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 💾 𝐒𝐚𝐯𝐞 🗨 𝐂𝐨𝐦𝐦𝐞𝐧𝐭 ━━━━━━━━━━━━━━━
🔥🇧🇷 Vinicius Jr , amma qaamaanis ta’e dandeettiidhaan yeroo hundumaa caalaa qophaa’een jira, Waancaa Addunyaatiif yeroo dheeraa hojii cimaa hojjechuun bu’aa akka fidu naan amana.⚽🏆🇧🇷 Madda[FabrizioRomano] 🚀✨ 𝐉𝐎𝐈𝐍 & 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➤ @murtihaqa ✨🚀 🚀✨ 𝐉𝐎𝐈𝐍 & 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➤ @murtihaqa ✨🚀 ❤️ 𝐋𝐢𝐤𝐞 📤 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 💾 𝐒𝐚𝐯𝐞 🗨 𝐂𝐨𝐦𝐦𝐞𝐧𝐭 ━━━━━━━━━━━━━━━
видео или голосовое, без подписи
🚨🗣️| Ousmane Dembélé qeeqa Ispeen keessatti Kylian Mbappé irratti taasifamaa jiru irratti: Mbappé irratti qeeqni baay’ee cimaa fi sirrii hin taane taasifamaa jira; namoonni obsa fi hubannoo qabachuu qabu⚽🤝🇫🇷. 🚀✨ 𝐉𝐎𝐈𝐍 & 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➤ @murtihaqa ✨🚀 🚀✨ 𝐉𝐎𝐈𝐍 & 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➤ @murtihaqa ✨🚀 ❤️ 𝐋𝐢𝐤𝐞 📤 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 💾 𝐒𝐚𝐯𝐞 🗨 𝐂𝐨𝐦𝐦𝐞𝐧𝐭 ━━━━━━━━━━━━━━━
Brighton & Hove Albion taphataa sarara giddu ganna 19 Luka Vuskovic Tottenham Hotspur irraa fudhachuuf miliyoona £30 dhiyeesseera. Madda[David Ornstein] 🚀✨ 𝐉𝐎𝐈𝐍 & 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➤ @murtihaqa ✨🚀 🚀✨ 𝐉𝐎𝐈𝐍 & 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➤ @murtihaqa ✨🚀 ❤️ 𝐋𝐢𝐤𝐞 📤 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 💾 𝐒𝐚𝐯𝐞 🗨 𝐂𝐨𝐦𝐦𝐞𝐧𝐭 ━━━━━━━━━━━━━━━
🚨🇸🇴Omar Artan abbaan murtee lammii Somaaliyaa Ameerikaa akka hin seenne dhorkamee ture, tapha UEFA Super Cup ji'a Hagayya keessaa Paris Saint-Germain Fi Aston Vill gidduutti gaggeeffamu irratti abbaa murtii taphiichaa olaanaa ta'uun filatame. 🚀✨ 𝐉𝐎𝐈𝐍 & 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➤ @murtihaqa ✨🚀 🚀✨ 𝐉𝐎𝐈𝐍 & 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➤ @murtihaqa ✨🚀 ❤️ 𝐋𝐢𝐤𝐞 📤 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 💾 𝐒𝐚𝐯𝐞 🗨 𝐂𝐨𝐦𝐦𝐞𝐧𝐭 ━━━━━━━━━━━━━━━
🚨🐺 woolvis Cesar Peixoto leenjisaa isaa haaraa godhuuf waliigaltee afaanii irraatti isaan lamaanu walii galaniiru. 🚀✨ 𝐉𝐎𝐈𝐍 & 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➤ @murtihaqa ✨🚀 🚀✨ 𝐉𝐎𝐈𝐍 & 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➤ @murtihaqa ✨🚀 ❤️ 𝐋𝐢𝐤𝐞 📤 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 💾 𝐒𝐚𝐯𝐞 🗨 𝐂𝐨𝐦𝐦𝐞𝐧𝐭 ━━━━━━━━━━━━━━━
🚨🇺🇸🇨🇦🇲🇽 Waancaa Addunyaa 2026 jalqabuuf guyyaa 1 qofa hafeera. Akka tilmaamni opta agarsiisutti gareewwan mo’attoota ta’uu danda’an: 1️⃣ 🇪🇸 Spain 2️⃣ 🇫🇷 France 3️⃣ 🏴 England 4️⃣ 🇦🇷 Argentina 5️⃣ 🇵🇹 Portugal 6️⃣ 🇧🇷 Brazil 7️⃣ 🇩🇪 Germany 8️⃣ 🇳🇱 Netherlands 9️⃣ 🇳🇴 Norway 🔟 🇨🇴 Colombia ⚽️ Gareewwan kun gara xumuraatti ce’uun fi waancaa injifachuuf dursaa irratti argamu jechuun tilmaamameera. 🚀✨ 𝐉𝐎𝐈𝐍 & 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➤ @murtihaqa ✨🚀 🚀✨ 𝐉𝐎𝐈𝐍 & 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➤ @murtihaqa ✨🚀 ❤️ 𝐋𝐢𝐤𝐞 📤 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 💾 𝐒𝐚𝐯𝐞 🗨 𝐂𝐨𝐦𝐦𝐞𝐧𝐭 ━━━━━━━━━━━━━━━
🚨🍒 Bournemouth fi Alex Scott waliigaltee haaraa irratti marii gaggeessaa jiru. 📄 Waliigalteen haaraan kun Yoo kilabiin biraa maallaqa waliigalteedhaan murtaa’e kaffale, taphataan kilabicha gadhiisuu danda’a. ✅ Bournemouth kanaan dura Huijsen fi Rayan waliin mala kana fayyadamee ture. 🔄 Amma immoo, yoo Alex Scott walii galu, mala wal fakkaataa kana isa irrattis hojii irra oolchuuf qophaa’eera. ⏳ Murtiin xumuraa waliigaltee taphatichaa irratti hundaaya. Madda[FabrizioRomano] 🚀✨ 𝐉𝐎𝐈𝐍 & 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➤ @murtihaqa ✨🚀 🚀✨ 𝐉𝐎𝐈𝐍 & 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➤ @murtihaqa ✨🚀 ❤️ 𝐋𝐢𝐤𝐞 📤 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 💾 𝐒𝐚𝐯𝐞 🗨 𝐂𝐨𝐦𝐦𝐞𝐧𝐭 ━━━━━━━━━━━━━━━
🚨⚪️⚫️ Juventus F.C. waliigaltee Emiliano Martínez goolii eegaa isaanii keessaa filannoo duraa godhatanii jiru; sababiin isaa waliigalteen Alisson Becker fashalaa’eera. Mariin waa'ee gatii fi ibsa kontiraataa, mindaa eegaleera garuu Juventus jijjiirraa kana qorachuuf fedhii guddaa qaba. Waliigalteen Emiliano kunis yoo Fashalaa'ee Filannoon biraa ammoo goolii eegaa Tottenham Hotspur kan ta’e Guglielmo Vicario ta’ee itti fufeera. Madda[FabrizioRomano] 🚀✨ 𝐉𝐎𝐈𝐍 & 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➤ @murtihaqa ✨🚀 🚀✨ 𝐉𝐎𝐈𝐍 & 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➤ @murtihaqa ✨🚀 ❤️ 𝐋𝐢𝐤𝐞 📤 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 💾 𝐒𝐚𝐯𝐞 🗨 𝐂𝐨𝐦𝐦𝐞𝐧𝐭 ━━━━━━━━━━━━━━━.
🚨🇹🇷 Daarektarri Inter Milan Piyeeroo Awusiliyoo: “Chaalhanoglu tursiisuu barbaanna,inni amma iyyuu kontiraata hin xummurre garuu, 🗣️ “Dubbiiwwan Fenerbahçe irraa dhufan bu’aa tokkollee ni qabaatu jedhee hin amanu”. 🚀✨ 𝐉𝐎𝐈𝐍 & 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➤ @murtihaqa ✨🚀 🚀✨ 𝐉𝐎𝐈𝐍 & 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➤ @murtihaqa ✨🚀 ❤️ 𝐋𝐢𝐤𝐞 📤 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 💾 𝐒𝐚𝐯𝐞 🗨 𝐂𝐨𝐦𝐦𝐞𝐧𝐭 ━━━━━━━━━━━━━━━
🚨⚪️⚫️ Waliigaltee jalqabaa haala dhuunfaatiin Juventus fi bakka bu'oota Aleeksaandar Soorloth gidduutti taasifame. Mariin Juventus fi Atlético Madrid gidduutti itti fufa; gareewwan lamaan dhimma Nico González irrattis mari’achaa jiru. ⚽️🔥 🚀✨ 𝐉𝐎𝐈𝐍 & 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➤ @murtihaqa ✨🚀 🚀✨ 𝐉𝐎𝐈𝐍 & 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➤ @murtihaqa ✨🚀 ❤️ 𝐋𝐢𝐤𝐞 📤 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 💾 𝐒𝐚𝐯𝐞 🗨 𝐂𝐨𝐦𝐦𝐞𝐧𝐭 ━━━━━━━━━━━━━━━
🚨🇭🇺 Áron Yaakobishvili seenaa haaraa galmeesse! 🧤🔥 Áron Yaakobishvili, garee biyyaalessaa Hungary keessatti yeroo jalqabaaf taphachuun, goolii eegaa umrii xiqqaan ta'ee seenaa galmeesse. 🇭🇺👏 🗣️ “Kun abjuu koo dhugoomedha. Ijoolleen hundi guyyaa tokko Puskás Aréna keessatti taphachuu hawwu.” 🔵🔴 Barcelona ammoo yeroo ammaa waqtii dhufuuf gaaffii liqii lama isaaf dhiyaate fudhateera. 👔 Leenjisaan Barcelona, Hansi Flick, dandeettii isaa irratti amantaa guddaa qabaachuun gara fuulduraatti kilabichaaf goolii eegaa murteessaa ta'uu akka danda'u ni amana. ⏳ Murtiin inni Barcelona keessatti turuu ykn liqiin gara kilabii biraa deemuu isaa irratti yeroo dhiyootti ni murtaa'a. 🌟 Dargaggeessi kun gara fuulduraatti goolii eegitoota ciccimoo addunyaa keessaa tokko ta'uu danda'a jechuun hedduun ni amanu. 🧤💙❤️ 🚀✨ 𝐉𝐎𝐈𝐍 & 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➤ @murtihaqa ✨🚀 🚀✨ 𝐉𝐎𝐈𝐍 & 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➤ @murtihaqa ✨🚀 ❤️ 𝐋𝐢𝐤𝐞 📤 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 💾 𝐒𝐚𝐯𝐞 🗨 𝐂𝐨𝐦𝐦𝐞𝐧𝐭 ━━━━━━━━━━━━━━━
видео или голосовое, без подписи