tgindex
MUSعAB OFFICIAL™ ️

MUSعAB OFFICIAL™ ️

Статистика

﷽ OWN : @dr_muss3

Последний пост
11 янв.
Последнее чтение
14 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
20
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
14 авг.
Подписчики
5 867
мало замеров
Замеров пока мало
Сутки
0
0,00%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
459
20 постов
Вовлечённость
7,8%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 20
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
1/48двое суток
1/72трое суток

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • видео или голосовое, без подписи

  • 29 дек.5068из bishaara_4

    Miidhagina Islaamummaa. Namni suuraan isaa masjida kheysatti mullatu khun, Aliko Dangote ja'ama. Akka Africa tti qabeenyaan tokkoffaadha, bilyeenara... akkasuma investmentii gurguddoo ethiopia kheysaa qaba. Islaamummaa kheysatti namni sodaa rabbiitiin wal caala, Masjida warra VIP fi khan hiyyeessaa wanni ja'amun jiru, namayyuu duree rabbiititti wal qixa. Allaaha islaamummaa nu badhaaseef galanni haa gahu. Join ╭┈───────── ╰┈➤ @bishaara_4

  • видео или голосовое, без подписи

  • https://vt.tiktok.com/ZSfWC76Wp/

  • https://vt.tiktok.com/ZSyXoQW9p/

  • https://vm.tiktok.com/ZMAtsYW57/

  • видео или голосовое, без подписи

  • 4 нояб.3453из duschool

    Innaalillaahi Wa innaa ileeyhi raaji'uun Sheikh Abdusalaam, Rabbiin jannatul firdoowsiin sihaa qananiissu. Qubsuma tee Jannatul Firdoows Ollaa nabiyyootaa Rabbiin haa godhu.

  • https://vm.tiktok.com/ZMAbb3hLk/

  • https://vm.tiktok.com/ZMAPc5mY5/

  • https://vm.tiktok.com/ZMAyX2Erf/

  • https://vm.tiktok.com/ZMADj5tvS/

  • видео или голосовое, без подписи

  • EID MUBAREK❤️ KULLU عAMIN WA ANTUN BI KHEYR..! –DR MUSSE

  • Oduu Ajaa'ibaati! Waan akkana nama Ajaa'ibaa hin garee Ani takka 🥰🙏 Gidduu nama kanaaf Rabbii maaltu Jira laata!? Amiir jedhama, Lammii Libyaati. Akkuma nama kamuu Hajjii deemuuf kafaltii hunda cufatee qophaaye. Guyyaan bararaa gahee hujjaajota kaan waliin yeroo dirree Xiyyaaraa gahutti wanti inni tasumaa hin eegne Isa mudate. Yeroo namoonni kuun xiyyaara seenaa jiranitti hojjattoonni xiyyaarichaa Viizaan kee rakkoo qaba laallee siif sirreessuif ni yaalla jechuun turi jedhaniin. Xiqqoo Turus namoota fe'atanii yeroo seenuuf yaalutti lafaa ka'ee laallamee sirreeffamee bara dhufu deemta jechuun cufatanii gatanii deeman. Baay'ee rifatee dirrema Xiyyaaraa kana keessaa hin deemu barana inuma hajja fedha rabbiin jechuun achuma ture. Xiyyaaricha Ummata fe'atee balbala isaa cufatee lixe. Xiyyaarichi Isa didee lixe Kun yoo deemee karaa gahu rakkoon teeknikaa Isa mudatee ofirra deebi'uun dirree Xiyyaaraatti deebi'ee xiyyaaricha sirreeffatee ammas deeme. Ammallee lammaffaaf yoo karaa gahu rakkoon teeknikaa mudatuun ammas if duuba deebi'e. Booda Amma nama if duuba deebisan kana barbaadaa jedhanii Isa fudhatanii nagamaan bakkichatti bu'an. Haala Ajaa'ibaan hojjattoonni Xiyyaaraa hundi ajaa'ibdiifataa suuraa waliin ka'aa kabaja ajaa'ibaa argate! Silumaa inni yeroma San inshaa Allaa barana inuma hajja jechuun kakate.

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • Magaalaa Jalqabaa. 👉Itoophiyaa keessatti manni poostaa yeroo duraatiif kan baname magaalaa Hararitti ture. 👉 Itoophiyaa keeysatti Gaazexaan Jalqabaa kan maxxansame Magaalaa Hararitti yoo tahu Yeroon Isaa jaarraa 19ffaa keessa Afaan Faransaayiin ture. 👉Itoophiyaa keessatti tajaajilli bilbilaa yeroo duraatiif magaalaa Finfinnee fi Harar giddutti jalqabe. 👉 Itoophiyaa keessatti tajaajilli baankii yeroo jalqabaaf kan baname hararitti. 👉Itoophoyaa keessatti makiinaan huccuu hodhu yeroo duraaf kan galee fi jalqabe magaalaa Hararitti ture. 👉 Itoophiyaa keessatti eega Aksumii maallaqa maxxansitee tan fayyadamaa turte magaalaa Harar. 👉 Itoophiyaa keessatti tajaajila Mana qopheessaa / municipality service/ tan jalqabde Harari. 👉 Humna Poolisii magaalaa dhaabbataa tan jalqabaa Harartu waggaa 200 dura jalqabe 👉 Itoophiyaa keessatti Kophee Oomishuu tan jalqabdee fi Kaabaa fi giddu gala Itoophiyaa tan offachiifte Harar. 👉Itoophiyaa keeysatti Ragaan qabiyyee lafaa kan jalqabe waggaa 400 dura Hararitti 🤜 magaalaa tana keessa Kitaaba Qur'aanaa waggaa 1000 dura Hararkaan barreeyfameetu jira. 🤜 magaalaa tana keeysa Masgiida umrii waggaa 800 caalu qabuutu jira. 🤜 magaalaa tana keessa sirna ijaarsaa jaarraa meeqa qaare kan iccitii isaa architecture baraa itti hin dhaqqabintu jira. 🤜Magaalaan takkittiin god-hambaa ( museum ) 5 of keessaa qabdu Harari. 🤜Magaalaa takkattii tana keeysa Masgiidota 130 caalaatu jira. 👉 Akka addunyaatti Giddugala amantaa isaa 4ffaa( 4th holy city) jedhamtee beekkamti. 👉Magaalaa miseensa magaaloota tuurziimii adduunyaa taate. Harar madda qaroomina Itoophiyaati!

  • видео или голосовое, без подписи

MUSعAB OFFICIAL™ ️ — tgindex