- Последний пост
- 15 авг.
- Последнее чтение
- 13 авг.
- Постов за неделю
- 23
- Всего постов
- 159
- Тип
- открытый
- Язык
- und
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 141
- 1/48двое суток
- 161
- 1/72трое суток
- 174
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
Story fi Profile Gochuun Hunda bira nuuf geessa Jazakumulah kheyr Story ወይም profile በማድረግ ጎናችን ሁኑልን🥰 https://t.me/Nur_media26
❤️መወደስህን ከፍ አደረግነው...ﷺ🤌 የስይዳችን ﷺ መወደስ ልዩ ሚያደርገው በሰው የላቀው ጌታ አላህ ﷻ ከስሙ ፣ ከዉዳሴው እና ከልቅናው አስከትሎ የሳቸውን መወሳት ከፍ ማድረጉ ነው። እሳቸዉን በማውሳት ነው የዱንያ ቋጥ ሁሉ ዱቄት ሆኖ ሚቀለው።❤️ በሰለዋታቸው ነው የህይወት ጨለማ በብርሃን ሚጠመቀው። እነሆ እኛም ልናወድሳቸው ፣ በሰለዋታቸው እኛው ልንቸር ኸሚስ ምሽታችን ይደምቅ ዘንድ ምሽት 3:00 ላይ በቴሌግራም ቀጥታ ስርጭት ቀጥረናችኋል። ኑ ኸሚስ ምሽታችንን አብረን በሰለዋት እና ዉብ መልዕክቶች እናሳምረው 🤗 #ኑር_መልቲሚድያ #ሰለዋት_ቻሌንጅ #ኸሚስ #ምሽት_3:00 #ቀጥታ https://t.me/Nur_media26
.#የ_ሰፈር_30_መልዕክት #የዛሬ_ማስታወሻ 📖 ቁርዓንን ከነገ አትጀምር… ዛሬ ጀምር! ወንድሜ🤍 ማንኛውንም መስጂድ ገብተህ ቁርዓን ሳትቀራ አትውጣ። አንድ አንቀጽ ብቻ ቢሆንም አንብብ። ጊዜ ሳታራዝም፣ “ነገ ነገ” ሳትል፣ ከሚመጣው ፈጅር ሰላት ጀምረህ ከቁርዓን ጋር የቀንህን ጉዞ ጀምር። የልብህ ድርቀት እንዲወገድ ከፈለክ፣ ቁርዓንን በማስተንተን አንብብ። ቁርዓን የሚነበብ መጽሐፍ ብቻ ሳይሆን፣ የልብ መድኃኒት ነው። 🤍 #መፍትሔ اللهم اجعلنا من أهل القرآن 🤲 አላህ ሆይ! ከቁርዓን ባለቤቶች አድርገን። #Nur_Multimedia #ሶባሃል_ኑር ☺️ #መልካም_ቀን_ተመኘንላችሁ!! #አላህ_ይጠብቃችሁ 🥰🥰 #እንወዳችኋለን_ለ_አላህ_ስንል☺️ ♡ ㅤ ⌲ ✉️ 𝗟𝗶𝗸𝗲 𝗦𝗵𝗮𝗿𝗲 𝗖𝗼𝗺𝗺𝗲𝗻𝘁
#Ergaa Ji’a Safar 30 ❤️🩹 Obboloota koo ❤️🩹 📖 Qur’aana “Boru ” hin jedhin… har’a irraa jalqabi! Obboleessa koo 🤍 Masjiida kamiyyuu seentee Qur’aana osoo hin qara’in hin ba’in. Keeyyata tokko illee yoo ta’e dubbisi. Yeroo hin dheeressin; “Boru, Boru” hin jedhin. Salaata Fajrii borii irraa jalqabdee Qur’aana waliin imala kee jalqabi. Yoo gogina qalbii irraa fayyuu barbaadde, Qur’aana hubannoo fi xiinxala waliin qara’i. Qur’aanni kitaaba qara’amuu qofa osoo hin taane, daawaa qalbiiti. 🤍 #Furmaata اللهم اجعلنا من أهل القرآن 🤲 Yaa Allaah! Warra Qur’aanaa keessaa nu taasisi. #Nur_Multimedia #sabaahal_nur🤩 #Oolmaa_gaarii_isiniif_hawwina!!🫠 #Rabbii_isin_haa_eegu☺️ #Isiin_jaallanna_Rabbiif_jecha🥰 ♡ ㅤ ⌲ ✉️ 𝗟𝗶𝗸𝗲 𝗦𝗵𝗮𝗿𝗲 𝗖𝗼𝗺𝗺𝗲𝗻𝘁
🍁የዛሬው የቁርዓን ግብዣ ማሻ አላህ 🍁 🥰🥰#የማለዳ #ስንቅ #ለቀልብዎ❤️ 🤌#ቁርኣን☺️ ከህይወትህ ውስጥ የአለምን ጫጫታ ቀንስና የቁርኣንን ድምፅ ከፍ አድርግ። ያለጥርጥር ትደሰታለህ🥰🥰 ከወደዱን በ REACTION ያበረታቱን! ሰላማዊ ውሎ መልካም ቀን! 🍁Affeerraa Qur’aanaa har’aa, Maashaa Allaah🍁 🥰🥰 #Sinqii_Ganamaa #Qalbii_Keessaniif ❤️ 🤌 Qur’aana. 🥰 Jireenya kee keessaa jeequmsa addunyaa hir’isi, sagalee Qur’aanaa ol kaasi. Dhugumatti, gammachuu ni argatta 🥰🥰 Yoo isinitti tole, REACTION gochuun nu jajjabeessaa! 🙌 Oolmaa nagayaa! Guyyaa gaarii isiniif haa ta’u! 🌷 https://t.me/Nur_media26
#Sagantaa_Addaa #Mata_Duree: #GATII_keenya…🤗🤗 #Dhiyeessaa_Keenya: #Keessummaa_keenya_jaallatamaa Isma’il Ahmad “Akkaataa bareedaa fi hawwataa ta’een”
Sagantaan keenya har’aa akkam ture? 😉 Isin gammachiiseeraa? 😊 Har’a maal haaraa irraa barattan? Yookaan waan qalbii keessan tuqe argattaniittuu? 🤍 💬 Yaada keessan nuuf qoodaa — yaanni keessan hundi nuuf gatii guddaa qaba! ❤️ Yoo isinitti tole Reaction kennuun nu jajjabeessaa 📝 Comment gochuun yaada keessan ibsaa Sagantaalee akkasii caalaatti akka isin biraan geenyuuf 👉 deeggarsi keessan nuuf humna guddaadha! 🔗 https://t.me/Nur_media26
Live stream finished (41 minutes)
Share gochuudhaan obboloota keessan biraan nu ga’aa.
🚨 Share waliif godhaa! Sagantaan keenya jalqabameera 😘😘😘😘🏃♂🏃♂
Live stream started
Assalaamu aleykum warahmatullaahi wabarakaatuh 🤝 Sagantaan keenya jaallatamaan kun yeroo gabaabaa keessatti ni jalqaba. Qophaa’aa jirtuu?
Story fi Profile Gochuun Hunda bira nuuf geessa Jazakumulah kheyr Story ወይም profile በማድረግ ጎናችን ሁኑልን🥰 https://t.me/Nur_media26
🤩 Geenyeerra, geenyeerra…! 😊 Alhamdulillaah, geenyeerra! 🤩 Kunoo sagantaa keenya addaa fi jaallatamaa sanaan isin bira geenyeerra… 🤗🤗 Kabajamoo maatiiwwan Nuur Multimediaa, akkam jirtu ? Chaanaaliin keenya sagantaalee bashannansiisoo fi barsiisoo garaagaraa dhiyeessuun ni beekama. Har’a akkuma barame #Sagantaa_Addaa wajjin isin bira dhiyaanneerra. 📌 #Mata_Duree: #GATII_Keenya….🤗 🎙 Dhiyeessaa Keenya: Keessummaa keenya jaallatamaa isma’il Ahmad 🎤 “Qopheessitu” #Qanani_Awal Waliin taanee yeroo gaarii dabarsina. Akkasumas halkan keenya qiraa’ata Qur’aanaa bareedaan ni miidhagsina. Qopheessaa: #Nuur_Multimediaa Har’as Galgala Sa’aatii 3:00 irratti karaa Telegram tamsaasa kallattiin nu eeggadhaa. 😊 Hirmaannaan keessan akka irraa hin hafne abdanna. #Nuur_Multimediaa #Telegram #Har’a_Galgala_3_00 #Sagantaa_Addaa #Tamsaasa_Kallattii #Hin_Hafu_InshaaAllaah