GUMAATA ISLAAMUMMAA 𓂆 🇵🇸
Статистика#فلسطي AS WR WB 𝑫𝒉𝒂𝒂𝒎𝒔𝒂 𝑰𝒔𝒍𝒂𝒂𝒎𝒖𝒎𝒎𝒂𝒂 𝒊𝒍𝒎𝒂 𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂 𝒉𝒖𝒏𝒅𝒂𝒂𝒇. 𝒌𝒐𝒐𝒕𝒕𝒂𝒂 𝒘𝒂𝒍𝒊𝒊𝒏 𝒕𝒂𝒂𝒏𝒆 𝒘𝒂𝒍𝒊𝒊𝒏 𝒈𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂𝒂. 𝑺𝒂𝒈𝒂𝒏𝒕𝒂𝒂𝒍𝒆𝒆 𝒌𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂 𝒌𝒂𝒏𝒆𝒏𝒆𝒆𝒏 𝒉𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒖𝒖𝒏 𝒔𝒉𝒂𝒓𝒆𝒆 𝒈𝒐𝒅𝒉𝒂𝒂
- Последний пост
- 14 авг.
- Последнее чтение
- 14 авг.
- Постов за неделю
- 3
- Всего постов
- 132
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- Категория
- Новости и СМИ (по похожим)
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 32
- 1/48двое суток
- 36
- 1/72трое суток
- 39
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
без подписи
без подписи
🌹 MUSLIMA TA’UU KEETIIF RABBIIF GALATA GALCHI! 🤲🕌 ✅ Warra qabeenyaan dhaadatu gaafa argite, warra gosaa fi shanyiin dhaadatu gaafa argite, ati Diina Rabbiitiin dhaadadhu! Diin Islaamaa irra jiraachuu keetiin booni. Karaa Rabbii qabachuu caalaa wanti guddaan hin jiru. “Ani Muslima!” jedhi. 🤍 🎙Muslima ta’uu keetiif Rabbiif galata galchi. 🏞 Rabbiin Diina kana nama jaalatuuf kenna; nama jaalatus iimaanaan badhaasa. Karaan gaariin kan nu walitti fidu Islaama qofa. Karaan biraa garuu nu addaan facaasa. 🪐Muslima taanaan, gurraachis adiinis obboleessa. Dureessis hiyyeessis tokko. 🤝❤️ Wal bira dhaabbanna; akka qaama tokkootti, akka dhaaba tokkootti. 💦Gaafa gariin keenya dhibamu, kan biraa ni dhukkubsata. Gaafa gariin keenya tolu, kan biraa ni gammada. Kanaaf, karaa Islaamaa kana haa jabeessinu! 🕌❤️ Rabbiin Qur’aana keessatti akkana jedhe: إِنَّ الَّذِينَ كَفَرُوا لَن تُغْنِيَ عَنْهُمْ أَمْوَالُهُمْ وَلَا أَوْلَادُهُم مِّنَ اللَّهِ شَيْئًا ۖ وَأُولَٰئِكَ هُمْ وَقُودُ النَّارِ “Dhugumatti, warri kafaran qabeenyi isaanii fi ilmaan isaanii homaa isaan irraa azaaba Rabbii hin deebisan. Isaan qoraan ibiddaati.” (Al-Qur’aana, Aali-Imraan 3:10)📖 🌤Qabeenyaan dhaadachuun bu’aa hin qabu. Ilmaan, gosti fi shanyiinis guyyaa Qiyaamaa nama hin fayyadu. Gama Rabbii deebinee, gabroottan dhugaa ta’uun qofatu nu baasa. 🌟Kanaaf, ajandaa ganda keessaa fi dhaadannoo addunyaa kanaa dhiifnee, Diina Islaamaa haa qabannu; Diina kanaafis haa dhaabbannu. 🤲 ☀️Namni haqa kana balleessuuf itti duule, dhumarratti salphinni isa mudata. Deeggertoonni inni addunyaa tana irratti qabu hundi guyyaa Qiyaamaa isa hin fayyadu. Qabaa Rabbii jalaa eenyutu bahuu danda’a? 🌼Warri jajjabaan kaleessaa illee du’a irraa of baasuu hin dandeenye. Kanaaf: 🌿.Muslima dhugaa ta’i! 🌿.Iimaana kee jabeessi! 🌿.Qur’aanaa fi Sunnah baradhu! 🌿.Haqa qoradhuu itti amani! 🌿.Obboleessa kee Muslimaa jaalladhuu jabeessi! 🌺Ati Muslima ta’uu baattus, amantii biraa hordoftus, dhugaa Islaamaa qoradhuu wal bari. Haqa jiru qalbii qulqulluudhaan qoradhu. 🌸Karaan addunyaa fi Aakhirattis milkaa’ina namaaf fidu, karaa Rabbii qofa. 🌳Rabbiin hundi keenya Islaama irratti nu haa jabeessu; iimaana guutuu nuuf haa kennu; dhuma keenya Islaama fi iimaana irratti haa godhu. 🤲❤️ آمِين يَا رَبَّ الْعَالَمِينَ 🥰 Isin jaaladha; Rabbiin isin haa jaallatu. 🤲❤️ 📲Chaanaalii keenya hordofaa:- https://t.me/maada_beekumsaa
ﺇﺫﺍ ﻭﻓﻘﻚ ﺍﻟﻠﻪ ﺃﻥ ﺗﺼﻠﻲ ﺍﻟﻔﺠﺮ ﻓﻲ ﻭﻗﺘﻪ ﻓﺄﺑﺸﺮ ﻭﺍﻟﻠﻪ! ﻓﺈﻥَّ ﺍﻟﺬﻱ ﺭﺯﻗﻚ ﺻﻼﺓً ﻫﻲ ﺧﻴﺮٌ ﻣﻦ ﺍﻟﺪﻧﻴﺎ ﻭﻣﺎ ﻓﻴﻬﺎ، ﻟﻘﺎﺩﺭٌ ﻋﻠﻰ ﺃﻥ ﻳﺮﺯﻗﻚ ﺍﻟﺪﻧﻴﺎ ﻭﻣﺎ ﻓﻴﻬﺎ. - هنيئاً لكم يا أهل الفجر.
◾️safaa (fuula) tokko osoo qaraatee Ajirii kuma shantama qabda. 🔻juuza tokko yoo qaraate Ajirii kuma dhibba qabda. Yeroo tokkoof osoo Akattamtee Ajirii miliyoona sadi qabda ✅ Rabbiin (s.w)bar kanaaf 'Qur'aana qara'uun daldala kasaaraa hinqabne qaba' kanjedheef. ◾️(إِنَّ الَّذِينَ يَتْلُونَ كِتَابَ اللَّهِ وَأَقَامُوا الصَّلَاةَ وَأَنْفَقُوا مِمَّا رَزَقْنَاهُمْ سِرًّا وَعَلَانِيَةً يَرْجُونَ تِجَارَةً لَنْ تَبُورَ) [سورة فاطر 29] 🔺Dhugumatti,isaan Kitaaba (Qur'aana) Rabbii dubbisanii,salaatas sirnaan dhaabataniifi kan waan nuti isaanif kennine irraa dhoksaafi ifattis kennan,daldala kasaaraa hinqabne kajeelu. Fuula tokko dubbisuuf daqiiqaa meeqa sitti fudhata❓
Gujii Bahaa https://t.me/Xaaliburidallah
Seenaa Faaximah (r.a) Intala Nabii keenyaa (s.a.w) ❇️ Faaximaa bint nabii keenyaa (r.a) haadha manaa Aliyyi bin Abii Xaalib. haadha hasaniifii huseen. Sadarkaa guddoo qabdi. 🎁 Aa'isharra odeeffame akkana jette: “Guyyaa tokko Faaximaan deemaa nutti dhufte deemsi isii deemsa nabiiti fakkaata. Nabiin intala tiyya baga nagayaan dhufte jedhee simatee mirga yookaa bitaa isaa teessise. Eegasii dubbii wahii hasaasee itti himee booche, eegasii dubbii biraa hasaasee itti himee kofalte. Maalif booche jedheen gaafadhe. Iccitii ergamaa Rabbii hin facaasu jette... ✅ Eegasii eega nabiin du’ee itti deebi’ee gaafadhe. Wanni abbaan kiyya iccititti naan jedhe “jibriil wagga waggaan qur’aana yogguu takka narra fida ture baranammoo yogguu lama narra fide, kuni umrii kiyya dhumuu na agarsiisa, Ati ammoo maatii kiyya keessaa du’aan kan dura natti dhufu sihi” jennaan booye. Eegasii “Ati caaltuu dubartii jannataa tahuu hin jaalattuu yookaa caaltuu dubartii mu’iminaa tahuu hin jaalattuu naan jedhe”, Nin kofle jette. (Bukhaariitu galmeesse) 🫶🥰Yaa dubartoota Muslimaa! isinis warra seenaa diin galmeessu Rabbi isin haa godhu. 🤲🤲 https://t.me/Zaadul_muttaqiin
«وفيها ساعة لا يوافقها عبدٌ مؤمن يدعو اللَّه بخيرٍ إلَّا أُستجيب له» - سيدنا جبريل محدثًا رسولنا ﷺ عن آخر ساعة في يوم الجمعة. لا تنسوا الدعاء لكل موتى المسلمين جميعاً وبالشفاء لكل مرضى المسلمين جميعاً لا تنسونا من صالح دعائكم 🌼🍃
"مع أذكار الصباح يشرق القلب قبل الشمس، فيسير اليوم على نورٍ من الله وسكينةٍ لا تزول."
البدعة أحب إلى إبليس من المعصية؛ لأن العاصي يعلم أنه عاصٍ فيتوب، والمبتدع يحسب أن الذي يفعله طاعة فلا يتوب.. شيخ الإسلام ابن تيمية رحمه الله .. 🕊🩷🕊
صلاة الفجر خير من النَّوم ومن المال ومن العمل ومن الكلام ومن السَّهر ومما تملك صلاه الفجر خيرٌ من الدُّنيا وما فيها، وأعظم طريق يوصلك إلى رضوان الله، وأعظم مفتاح للرِّزق والتَّوفيق والسَّعادة والطُّمأنينة والرَّاحة. صلاه الفجر رضي الله عنكم وارضاكم وتمم اموركم
Yaa Rabbi takka sin dhokattuu Hunda laalte agartaa Nurra si itti aanaa 🥹 Tan miidhamtoota kanaa sirratti amanaa
#قال_رسول_الله_ﷺ : {كلمتان حبيبتان إلى الرحمن خفيفتــان علـى اللســــــــان ثقيلتــــــــان في الميـــــزان } ….سبحان الله وبحمده …. ….سبحان الله العظيـم …. #صحيح_البخاري •••
🌿 Sabahaa Al-Kheeyr 🌿 Yaa obboleessa koo fi obboleettii koo, ✅ Guyyaan har'aa kennaa guddaa Rabbiin siif kenne dha. Galata Rabbii baasi, salaata kee eegi, qalbii kees zikrii Rabbiitiin ifa godhi. 💐Rabbiin ol ta'e ni jedha: ﴿أَلَا بِذِكْرِ اللَّهِ تَطْمَئِنُّ الْقُلُوبُ﴾ ✅ “Dhugumatti, qalbiin yaadannoo Allaahaatiin tasgabboofti.” ✅ Har'a hojii gaarii tokko hojjadhu, nama tokko gammachiisi, araarama kadhadhu, namas araarami. ✅ Jireenyi addunyaa gabaabaa dha; hojii gaariin garuu si waliin hafa. ✅ Rabbiin guyyaa kee kheeyrii, barakaa fi milkiidhaan siif haa guutu.🤲 ✨Halkan gaarii siif haa ta'u! ✨
﴿ وَذَكِّرْ فَإِنَّ الذِّكْرَىٰ تَنفَعُ الْمُؤْمِنِينَ ﴾ - سُبحان الله . - الحَمد لله . - لا إله إلا الله . - الله أكبر . - لا حَول و لا قوة إلا بالله . - سُبحان الله و بِحمده . - سُبحان الله العَظيم . - أستغفِرُ الله الْعَلِيُّ الْعَظِيم وَأَتُوبُ إِلَيْهِ. -لا إِلَهَ إِلا أَنتَ سُبْحَانَكَ إِنِّي كُنتُ مِنَ الظَّالِمِينَ. -اللَّهُمَّ صَلِّ وَسَلِّمْ عَلَى نَبِيِّنَا مُحَمَّدٍ. -يا مقلِّبَ القلوبِ ثَبِّتْ قلبِي على دينِك .
🎧Sagantaa Daaw'aa Mata-Dureen Muslimoota Kaleessaa fi Muslimoota Har'aa kan jedhuudha.......🎤 By Oustadh Jibril Dita....👌 📌Warri Sagantaan isin jala darbe...Sagalee kana seenaa Dhageeffadhaa....🌺 ✈️ @Caayaadiiinaalislaam ✈️
Abbaan Qabeenyaa Daangooteen Qabeenya Isaa Doolaara Biiliyoona 11.6 ( Harka Sadii keessaa Tokko ) Sadaqaa Akka Kennamu Murteessan. * Abbaan Qabeenyaa Islaamaa Afrikaa Daangootren Qabeenya isaa harka sadii keessaa tokko hojii tola Ooltummaa sadaqaaf akka oolu seeraa Islaamaa (Shari'aa) irratti hundaa'e sadaqaaf akka oolu maatiin isaa ibsaniiru. *** Intalli isaa Haliimaa Daangooteen akka ibsiteetti, qabeenyi isaanii keessaa tilmaamaan doolaara biliyoona 11.6 hojii tola ooltummaaf akka oolu dursanii sanada dhaalaa irratti murteessaniiru. *** Daangooteen milkaa'ina dhugaa argachuuf namni kamiyyuu waan lama irratti xiyyeeffachuu qaba jechuun amana; isaanis sadaqaa kennuu fi haadha kabajuudha. Akkasumas seerri dhaalaa Islaamaa haqaa fi itti gaafatamummaa hawaasaa mirkaneessuuf iddoo olaanaa akka qabu hubachiisaniiru. *** https://t.me/gumaataislaamummaa
🔊Oduu Gammachiisaa🥰📢 🌸AssalaamAleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhuu....akkam jirtu obboleewwan koo...🥰 ✅ Hordooftoota 10k galee jira Alhamdulillah Galaani kan Rabbiitti. 🌸Yeroo muraasa keessatti 100k gahuu inshaa'allaah.🥰 ☀️Namni Waan Gaarii irratti nama qajeelche,isaafis mindaa(ajrii) akka Isa dalagee argaata [Nabi Muhammadﷺ] Kaayyoon keenya inni guddaan. #Barachuun of Misoomsuudha.!!! ✓Waliin taanee ✓Waliif taanee ✓Amantii teenya barannee haa barsiifnuu. ✓Qur'aana fi hadiisa In-box:- @Alamudinabe28 📢Channel keenya barnoota kaniin argaachu dandeessu join gochun nu hordoofaa. ✍. Seenaa Sahaaboota. ✍. Seenaa Ambiyootaa. ✍. Walaloo Ajaa'ibaa ni argattu. ✍. Sagantaa lee Daaw'aa Gara Gara ni argattu akkasumas ✍. Sagantaa Maarii Islaamaa Fi kiristaan ☪ & ✝ ni argattu. JOIN GOCHUN NU HORDOOFAA.
مع هذا الفجر؛ اللهم لا تحرمنا لذة الوقوف بين يديك في كل صلاة واجعل صلاة الفجر وقرآن الفجر أحب لنا من الدنيا وما فيها صلاة الفجر يرحمُكُم الله 🤍 🌿 🕊
🔊Maarii Islaamaa Fi kiristaan !!! 🎙️ Mata-Duree Maarii: Eenyummaa Yesuus Kiristoos Affeeramtooni Ibnu Teymiya Fi Agenyo jidduuti kan gaggeeffamudha.📌 🌸Hundi keessanu irratti hirmaadha barakallaahufikum.🥰 🌸Sa'aatiin beellamaa har'aa Galgalaa sa'aatii 3:00🇪🇹 irratti. 📢 Islaamummaadha moo kiristaanummaatu Amantii dhugaati kan jedhu immoo Marsaa itti anu nu eegaa inshaa'allaah. ✍Yaada keessan immoo Asumaan comment nuuf Godhaa. 💬💬 📌Sa'aatii:3:00 ⏰ 🌸Iddoo =Chanaalii telegram : Caayaa Diinaal islaam jedhu kan irratti🥰 🔄 Hiriyoota keessan hundaaf 'SHARE' godhaa. https://t.me/Caayaadiiinaalislaam