tgindex
HARIIROO JALAALA

HARIIROO JALAALA

Статистика

Gorsa jechoota jaalala fi kkf Guyya guyyaan argachuuf channel kanaaf maatii ta'aa JOIN GODHUUN t.me/hariiroo_jalaala

Последний пост
28 янв.
Последнее чтение
15 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
59
Тип
открытый
Язык
om
Категория
Новости и СМИ (по похожим)
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
1 850
+31 за 5 дн.
Сутки
+5
+0,27%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
1 580
40 постов
Вовлечённость
85,4%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 59
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
1/48двое суток
1/72трое суток

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • 28 янв.2 233217

    "Yeroon Aangoorra turetti waanin hojjedhe keessaa Mahammed Gaadaafii ajjeesuu kootti nan gaabbe"Barack Husen Obama. -- ➞Wantotni Mootota irraa Gaadaafii adda taasisu waa 3:- 👉Mootii gulantaa Marshaalii qabu, 👉Mootii shugguxxiin isaa warqii irraa hojjetamee fi 👉Mootii ejjennoodhaan imaamata warra Lixaa mormu ture... -- ➞Jechoota ajaa'ibsiisoo Gaadaafiin dubbatee fi biyyoota Lixaa mufachiise keessaa,... == ➤"Dimokiraasii jechuun ofiin of to'achuu jechuudha,filachuun garuu gabrummaadha ➤Paarlaamaan uummata bakka bu'a jedhu,uummatni mataa isaa malee eenyuuniyyuu bakka bu'uu hin danda'u ➤Ani pirezidaantii miti,geggeessummaa nama beeku dura bu'aadha ➤Uummata geggeessuun hin danda'amu uummatni karaa isaa beeka ➤Mootummaan diina uummataati ➤Paartileen siyaasaa warra sanyummaa ammayyaati ➤Sirni paartii tokkummaa uummataa diiga ➤Dubartootniifi dhiirotni wal qixa,garuu uumamaan garaagara ➤Kubbaan miilaa daandii waraana ammayyaati ➤Istaadiyeemiin bakka uummatni itti hidhamu mana hidhaadha ➤Dubartiin akka abaabooti,akka dhiiraatti hojjechuu hin qabdu ➤Bilisummaan warra Lixaa,bilisummaa jechaa qofa ➤Namootni sagaleen filachuun isaanirra hin jiru yaadaan jiraachuu qabu ➤Gaggeessaan uummatni itti gaddu hin barbaachisu ➤Jalqabni kitaabaa seera uumamaadha ➤Namni mana isaa keessatti hojjechuu qaba,mootummaan hojii uumuu hin qabu ➤Barnootni to'annoo mootummaa irraa bilisa ta'uu qaba ➤Namni kan isa barbaachisu qofa fudhachuu qaba,dabalatni qabeenyaa hannadha ➤Rakkoon addunyaa mootummaadha ➤Uummatni dirqamaan gammaduu hin danda'u ➤Bilisummaan seera hin barbaadu,seerri bilisummaa daangessa ➤Namni mataa isaa irratti mootummaa ta'uu qaba ➤Injifannoon barreessitootaa seenaa sobaadha ➤Namni filachuun bilisa hin ta'u,hirmaachuudhaan bilisa ta'a ➤Taayitaan mataan isaa ofii isaatiin gadheedha ➤Bulchaan biyyaa mataa isaa uummataa ol yoo taasise ni bada ➤Warraaqsi dhaabbachuu hin danda'u,itti fufa ➤Namni qabeenyaa isaa yoo eeggate,bilisummaa isaa ni dhaba ➤Diinni bilisummaa sodaadha ➤Ani bulchaa biyyaa miti,ergamaa warraaqsaa qofa". (Kanin dubbiserraa akkan hiiketti)

  • 28 янв.1 7682

    👉Namoota YEROON fuula itti naanneffatte waliin utuu jirtuu,waa'ee qabeenyaa hin haasa'iin.Sanaanis hin booniin.Keessattuu namoota daa'ima/dhala godhachuu hin dandeenye gidduu teessee waa'ee daa'imaa/dhalaa haasa'uu irraa cimsii of qusadhu. (Kanin dubbiserraa akkan hiiketti) (Quotes-Nelson Mandella) (Source-Mindset for success

  • 28 янв.1 81185

    👉"Namni tokko akka si dhaga'aa jiru utuu beektuu,yeroo lamaa ol hin waamiin.Yoo deebii siif kennuu baate tarii waan hojjechaa jiru akka qabu yokiin yeroo mataa isaatiitti deebii siif kennuu akka barbaade siif haa galu 👉Qarshii liqeeffattee,liqeessaan utuu si hin gaafatiin dura deebisi.Ammam jecha keef amanamaafi nama waadaa eegu akka taate kan si qulqulleessu isadha.Dibaabee ergifattees haa ta'u kobbee,utuu hin gaafatamiin deebisuun amanamummaa kee mul'isa. 👉Namni kamiyyuu si haffeeruudhaaf mana nyaataa yoo si geesse,nyaata gatiin isaa qaala'aa ta'e hin ajajatiin.Namootni ammam gaarii yoo ta'aniyyuu nama waa'ee namaaf dantaa hin qabne taajjabuun isaanii hin oolu. 👉Nama kamiyyuu 'maaliif hanga har'aatti hin fuune?',yokiin 'hin heerumne?' gaaffii jedhu gaaffii dhuunfaa hin gaafatiin.Yokiin maaliif dhala hin godhanne hin jedhiin.Kun kan isaaniiti malee dhimma dhuunfaa kee miti.Gaaffiin akkasii namoota rifaasisa. 👉Balbala bantee yeroo galtu dhiiras ta'e dubartii,guddaas ta'e xiqqaa namni yoo jiraate akka isaanitti hin cufamne qabiif.Namootaaf gadi of deebisuun si kabachiisa malee,xiqqoo si hin taasisu. 👉Hiriyyaa kee waliin Taaxii yaabdee yeroo deemtu inni yoo kaffale,atimmoo guyyaa biraa kaffali.Fedhee yoo ta'e malee namni kamiyyuu maal naan jedhaatiin baasii kee kaffaluudhaaf dirqama hin qabu. 👉Yeroo hunda ana qofaatu sirriidha hin jedhiin.Lakkoofsa 6 kan sitti fakkaatu,nama biraatti 9 fakkaachuu danda'a. 👉Namni yeroo dubbatu hanga inni fixutti eegi malee addaan hin kuchisiisiin.Namni tokko waan jechuuf ka'e utuu hin fixiin yaada kennuun gara dogoggoraatti si geessuu danda'a. 👉Namoota irratti baacoo gar-malee hin baaciin.Keessattuu baacoo kee yoo hin jaallanne achumatti dhiisi.Waan akkasiirra akka hin deebineefi miira namootaaf akka ati of eeggattuuf agarsiistuudha. 👉Yeroo hunda namoota gaaffii gaafattee,erga si gargaaranii booda; 'sin galateeffadha' jechuu aadeffadhu. 👉Namoota dirreetti baasii galateeffadhu.Waan sirreeffatan yoo qabaatan immoo suuta jedhii dhuunfaa isaaniitti itti himi malee,namoota fuula duratti yaada itti hin kenniin.Fooyyessuudhaaf kan isaan fayyadu kana gochuu keetiini. 👉Nama kamittuu waan ulfaatina isaa ilaalchisee yaada itti hin laatiin.Tarii uffata gaarii uffatee/uffattee yoo argite har'a sitti toleera ykn sitti bareedeera jedhiin.Namootni waa'ee furdinaafi qal'ina isaanii ofiisaanii haa dubbatan malee yaadni kee isaan jeequu danda'a. 👉Namootni bilbila isaanii irraa suura akka ilaaltuuf yeroo sitti kennan kan isaan sitti agarsiisan qofa ilaalii deebisiif.Utuu siif hin eeyyamiin gara itti aanutti hin darbiin.Akka carraa kan dhuunfaafi namni kamiyyuu kan hin ilaalle ilaaltee isaan mufachiisuu maltaa. 👉Waahilli hojii kee 'mana yaalaatii beellaman qaba' yoo siin jedhe maalti si dhukkuba jettee hin gaafatiin.'Fayyaa akka taate abdiin qaba' qofa jedhi. 👉Mana hojii keessatti hoji-geggeessaas haa ta'u,qulqulleessituu hundumaa kabajaan waami.Yommus nama hundumaaf gadi of deebisaadha jedhanii akka si jaallataniifi si kabajan beeki. 👉Nama waliin utuu haasoftuu gonkumaa bilbila harka kee hin ilaaliin.Kun namichaaf tuffii ati qabduuf agarsiistuudha waan ta'eef sitti mufata. 👉Gorsa namaaf kennuu kan ati qabdu yoo si gaafateefi yoo barbaade qofa.Al tokko tokko namootni nama baay'isanii isaan gorsan hin jaallatani.Waan gadi bu'an fakkaatee isaanitti dhaga'amuu danda'a. 👉Umuriifi miindaa namaa hin gaafatiin.Ofii isaatii,ofii isheetii odeessuu yoo barbaade/dde malee.Waantotni namootni haasa'uu hin barbaadne keessaa gurguddoon isaan kana. 👉Kallattiin kan si ilaallatu yoo ta'e malee dhimma namootaa keessa hin galiin.Keessumaa abbaa warraafi jaalalleewwan gidduu hin galiin. 👉Manastarii(Ilaaltuu ijaa)ittiin boontu godhattee daandiirra utuu deemtuu nama beektu yeroo agartu (manastarii)ilaaltuu ija kee ofirraa baasii haasofsiisi.Namoota waliin yeroo haasoftu qunnamtiin ijaa fi ijaa barbaachisaadha.Kana gochuu kee nama sanaaf kabaja ati qabduuf agarsiisa.

  • 27 дек.1 58395

    Osoo waadaa eegun akka waadaa seenuu salphaa ta'ee; Onneen namoota hedduu hin cabu ture! 😓

  • 27 дек.1 52664

    Yeroo tokko tokko sansalatni bilisa akka hin taane kan nu dhorku qaama caalaa sammuudha

  • 26 дек.1 54151

    Namnii maaliif argaa kee jibba beektaa ? ====<<<<<>>>>>>>>><<<<<>>======= Namoonnii Yeroo Si Jibban Waantota Kanatu Duuba Jira! Beeki.!!! •💦Akka kee ta'uu barbaadanii yoo dadhaban. •💦isaan caalaa waan kabajamteef. •💦Si waliin dorgomanii mo'amuu isaanii yoo mirkaneeffatan........... •💦Dhageettii isaan yeroo hunda argachuu barbaadan, ati argattee isaan yoo dhaban...... •💦Jireenya kee fi kan isaanii wal cinaa qabanii, isaan caalaa jireenya gaarii jiraachuu kee yoo baran .......... •💦Ati nama sii gargaru qabaatte isaan yoo dhaban......... •💦Akka kee yoo ofiitti amanamuummaa dhaban. •💦Nu caaluu mala /malti / jedhanii yoo shakkan. •💦Si cinaa of qabanii hanqiina isaanii yoo argan. •💦Fuuli kee fuula nama isaan miidhaa ture waliin yoo wal fakkaate. •💦Waan ati qabdu mara siif qooduu yoo dadhaban........ •💦Keessa isaanitti ofiin gad aantota of godhanii olaantumman kee yoo itti mul'ate....... •💦Onnee nama isaan kajeelaa turanii salphaatti yeroo fudhattu. •💦Isaan caaluu kee ibsuun isaan dhibee keessi isaanii osoo ciinca'uu yaadaan of tasgabeessani turuuf . •💦Hanqiina /dadhabii / akka qaban yeroo itti himtuu......... ✅️💯Kanuma Jibbaan ilma Namaa💢🙉 YOO Si tole hiriyaa keetiif qoodi ➪𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢𝐰𝐰𝐚𝐧 🫶 ☞︎︎︎ 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 & 𝐣𝐨𝐢𝐧 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐮𝐧 𝗡𝘂 𝗝𝗮𝗷𝗷𝗮𝗯𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗮❤️‍🩹🔋☟︎』   ☛ @Hariiroo_jalaala ☜︎   ☛ @Hariiroo_jalaala ☜︎

  • 26 дек.1 3662

    Namni dubbisu hin badu! Baga dubbiste! Yoo sitti tole share godhii darbi ➪𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢𝐰𝐰𝐚𝐧 🫶 ☞︎︎︎ 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 & 𝐣𝐨𝐢𝐧 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐮𝐧 𝗡𝘂 𝗝𝗮𝗷𝗷𝗮𝗯𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗮❤️‍🩹🔋☟︎』   ☛ @Hariiroo_jalaala ☜︎   ☛ @Hariiroo_jalaala ☜︎

  • 26 дек.1 469103

    💓Jaalalleewwan Afuur kan qabu abbaa qabeenyaa(sooressa) beekama tokkotu ture. Jaalallee ishee arfaffaa hunda caalaa garmalee jaalata ture. Waan ishee jaalatuuf waan hundaa isheef gochuun sirritti akka gammaddu taasisa ture. 💓Jaalallee ishee sadaffaa ammoo jaalachuu qofa osoo hin taanee ittiinis ni boona; ittiin oftuula; akkasumas bakkee(addababayi)tti itti mul'achuu barbaada. Haa ta'u malee gattee akka hin deemneef baay'ee sodaata. 💓Jaalallee ishee lammaffaas akkasumatti ni jaalata. Ishee lammaffaan tun ammoo waan hundaa kan qalbeefattu, kan hubattu, rakkinni yoo isa muudate illeen kan waliin mari'atuufi furmaatas kan kenniituufii turte. 💓Jaalalleen ishee jalqabaa baay'ee amanamtuu fi gara- laafettiidha. Mana isaafi keessumma hunda kan gaggeessituufii jaalallee ishee jalqabaa tanadha. Isheen garmalee ni jaallatti. Soorreesichi kun garuu jaalallee ishee jalqabaa tana guyyuma tokko illeen qalbii isaatti yaadee hin beeku. Onnee isaa keesaattis iddoo kenneefii hin beeku. ✍Egaa gaaf tokko dhukkubni itti dhaga'ame... kan hin fayyines ta'uu baree addunyaa badhaadhinaa isaa yaadee akkas jedhe, " Jaalalleewwan afurii fi qabeenya baay'een qaba. Garuu gaafan du'u qofaa koon ta'a. Akkamittin qofa koo ta'a?" Jechuun jaalalleewwan isaa afran(4) waamsisee gaaffii dhiyeessefii. 👉"Hunda keessanuu baay'een isin jaaladha. Uffata bareedaan isin bareechee isin jiraachisaan ture. Amma garuu qofaa koo du'uufan jira waan ta'eef qofummaa koo irraa na baraaruuf hundi keessanuu na duukaa koottaa" jedheen. 👉Jaalalleen ishee arfaffaa, "gonkumaa hin ta'u" jechuun iddoo jirtuu baqatte. Sooreessichis waan dhaga'etti garmalee gadde. 👉Jaalallee ishee sadaffaadhanis, " umrii koo guutuu si jaalachuudhaan jiraadheen jira. Amma hoo ana wajjin ta'uufi garan deemutti na waliin deemuf eeyyamamtuudhaa?" jedheen gaddaan deebii eeggachaatii. "Lakki, jireenyi hin quufamtu, as jiraachuun gaariidha. Kanaafuu du'a keetiin booda heerumee (bultii godhee) jiraachuun fedha" jetteen. 👉Soorreesichi kun lapheen isaa yemmuu cabu itti dhaga'ame. Ammas miira abdii kutuun, "bara jireenya koo guutuu gargaarsa yoon barbaadu gara keettan fiiga ture. Atis na gargaarta ture. Ammas ammoo gargaarsa keen fedhaatii na gargaari" jechuun jaalallee ishee lammaffaa gaafate. "Yeroo kanatti si gargaaruu dhabuu kootti baay'een gadda. Wantin si gargaaru yoo jiraate hanga awwaalcha keetti si faana deemee si awwaaluu qofa" gaafa jettuun sooressichi akka nama bakakkaan rukutee bakka jiru wallaale. 👉Miira rifannaan qabamee osoo jiru sagalee, "bakka deemtu hundatti si duukaan deema. Sifaanan ta'a" jedhu dhaga'e. Ija isaa ol kaasee yoo ilaalu jaalallee isaa kan inni bakka hin qabneef san ta'uu bare. Sooressichis imimmaan ija hudhaatii, "yoon qabuufi yoon danda'u si kunuunsuun qaba ture" jedhee hammate. ⚜Ergaa!⚜ ✍Egaa jalqabumaayyuu hundi keenyaa jaalallee afur qabna waan ta'eef, kun seenaa mataa keenyaa ta'uu danda'a. 👉Jaalalleen teenya isheen arfaffaa "Foon keenya dadhabaa" kanadha. Miidhagina isaaf hanga fedhe yoo dadhabne illeen kan nu biraa hafudha malee nu duukaa hin deemu. ✍Jaalallee teenya ishee sadaffaan ammoo qabna jennee kan ittiin boonnuu fi oftuullu, "qabeenyaa fi kabaja keenya" dha. Kunis yoo duune nama biraatti kan darbudha. 👉Jaalalleen teenya isheen lammaffaan ammoo, "maatiifi hiriyoota" keenyadha. Bara jireenya keenya keessatti hanga fedhe firummaa fi walitti dhufeenya ykn hiriyummaa yoo qabaanneyyuu wanti gochuu danda'an hanga awwaalchaatti gaggeessuu qofadha. 👉Jaalalleen teenya isheen jalqabaa ammoo "lubbuu keenya" jiraattuu bara baraati. Wanta gaariidhaan haa ijaarru. Boru hanga dhumaatti kan nu waliin jiraattu isheedha waan ta'eef. Qabeenyafi waan darbu kuusuuf osoo dhamaanuu gara cinaatti dhiisnu illee hanga dhumaatti waan nu waliin jiaraattuuf sa'aatii dhumaatti osoo hin taane ammuma eegallee kunuunsuu fi eeguun barbaachisaadha.

  • 19 нояб.1 55873

    Amaloota Yeroo Durbi Tokko Dhiira Jaallattu Agarsiiftu:👉 =========================== 1. Yeroo Haasoftu, Kolfitu, Taphattuu Fi Teessu Ija Hattee Hattee Si Ilaalti Taanaan 2. Si Fuulduratti Dhiiraa Wajjin Taphachuu Fi Hasa'uu Baayyifti Taanaan 3. Yeroo Hiriyoota Ishee Waliin Teessu Waa'ee Kee Hammaa Hamma Haasofti Taanaan 4. Lafa Ati Jirtutti Dhiyoo Taahuu Jaallatti Taanaan. 5. Gaafa Sitti Haasoftu Harkishee Fi Qaamni Ishee Ni Hollata Yoo Tahee. 6. Gaafa Si Bira Dabartu Yookin Deemtu Deemsa Jijjiirti Yookan Deemsatu Harkaa Bada Taanaan 7. Yeroo Ati Shamarree Biroo Waliin Haasoftu Ni aarti Taanaan ------------------ Kana Caalaa Maal Eegdare Intalli Si Jaallatteetti Obbolee.😋 Yoo sitti tolee #share godhi. Nagaan bulaa Join Us// @hariiroo_jalaala @hariiroo_jalaala

  • 19 нояб.1 44443

    Shammaran #keenyaa waliin haa duubbisnu!! Jarsi kee akka sirraatti hin fuune fi akka inni dhugaan si jalatuu yoo barbaade gorsa kanatti fayaadami!.👇😕 1, Qulqullinna kee sirritti egaadhu. 2, kan isaas akka inni eegatuu gorsii. 3, jalaala isaaf qabduu yeroo hunda itti himi. 4, nyaata mi'aawa nyachisii. 5, yeero dubbatuu sagalee kee gadii qabii haalan dubbadhu. 6, yeroo kamuu huccuu bareeda qulqulluu ta'ee uffaadhu yeroo ala baatu kan uffaatu irra kan mana kessatti isaa duratti uffaatu,huccuu daraan bareeda ta'ee uffaadhu. 7, maati isaa kabaji. 8, hiriyyaa isaa kan dhiiraa ol jette hin laalin garuu fuula itti hin guurin. 9, yeroo hundaa jaarsa keetif seeqadhuf. 10, yoo wol dhabdan dafte utalte gara alaa hin ba'iin gara goola seeni. 11, Eeyyaama isaatin alaa iddoo argittee hunda hin deemiin. 12, akka inni waan atii isaara barbaadu hundaa tolee sif jedhuu yeroo waa gafatuu suuta jedhii seeqa taphata gaafadhuu. Qabxilee 12 kana sirritti yoo itti hojjette jarsi kee si malee shammarraa biraa garagale hin laalu dubbisaa shamaran kenyaa🥰🥰 🫰dogooggora qubeef dhfma❤️. #Galtooma ☺️☺️ Join Us// @hariiroo_jalaala @hariiroo_jalaala

  • 19 нояб.1 22883

    #Mugaabeen dhiironni hedduun bakka tokkotti dhaabbatu, dubartoonni hedduunis sababoota 15 kanaaf waardiyyaa dhaabbatu jedha. 1. Yoo bareedduu taate➡️yaadni ishee zeeroo ta'a! 2. Yoo beektuu taate ➡️ gabroomfataa taati! 3. Yoo dureeyyii taate ➡️si hin kabajju! 4. Hojjettuu cimtuu yoo taate ➡️ yeroo siif hin qabdu! 5. Yoo abbaa irree taate ➡️ulaagaan ishee ol'aanaa ta'a. 6. Yoo lallaaftuu taate ➡️ onneen ishee dhiiran miidhameera! 7. Yoo itti gaafatamte ➡️ jaalalaaf dhimma hin qabdu! 8. Yoo baay'ee baratte ➡️ yeroo hunda sirrii dha jetti! 9. Yoo isheen hin baranne ➡️ yommuu sirreessitu ni aarti yookiin ni muufatti! 10. Yoo qaroo taate ➡️ dirree duwwaa hunda keessa ciifti! 11. Baay'ee safuu yoo qabaatte ➡️gowwaa taati! 12. Yoo misirroo taate ➡️ nyaata sanatti mi'eessituu ni dabalti! 13. Daldalaa yoo taate➡️abbaa manaa kee taati! 14. Yoo haadha manaa taate ➡️ yoo baate hin deebitu! 15. Yoo sagaagaltuu taate➡️sirraa fudhatamti! Jedhan. :¨·.·¨: `·. Kana isin Maal jettu?🫢😄 jarittiin armaan gadii tunniin ulaagaa isa kam filatteewwaniitu laata🤦😁 Join Us// @hariiroo_jalaala @hariiroo_jalaala

  • без подписи

  • 14 нояб.1 45957

    #Dhiirota-Qofaaf...💋 Shamarran akka hin dubbisne🤫 ➾Yoomiyyuu jaalalaaf dubartii hin kadhatiin. Dubartiin gara jabeettiidha. Ofii isheetii si jaallatti malee kadhatteef sin jaallattu waan ta'eef kana beeki #Jazbaa😏 ➾ Dubartii sin kabajneef obsa tokkollee hin qabaatiin dafii ofirraa gaggeessi😜 ➾ Dubartii kunuunsa addaa kan humna keetii olii sirraa barbaaddu wajjiin hin dhama'iin. Boriif siif hin taatu🤭 ➾ Dubartii si dhiisuu barbaadduuf akka sin dhiifneef sossobaa ( kadhachaa ) hin ooliin.😎 ➾ Dadhabina ykn hanqina kee dubartiitti hin mul'isiin🤫 ➾ Dubartii si dhiistee nama biraa jaallattee ofitti hin deebisiin. Jireenya kee balleessuuf sitti deebitii😂 ➾ Dogoggortee dubartiif jettee dhiira wajjiin wal hin dhabiin dubartiin haadha tokko jala sagaltu jiraa😜 ➾ Hiriyaan kee gad fageenyaan ykn 100% haadha maanaa kee akka garaa baruuf hin eeyyamiin😏 ➾ Dubartii nagaan yeroo kee akkuma siif kabaachiiftu dubartii hamtuun yeroo kee qisaaseessiti😩 ➾ Dubarri saalaan alatti adda kan ishee godhu sammuu isheeti.🤭 Yoo sinitti tole waliif qooduu hin dagatinaa join godhaa iddoo nagaa oolaa Dhiiroochee afaan keessan nurraa qabadhaa maannii🙄🤔

  • 2 нояб.1 1085из textjaalala

    Milluun tee anaaf qoricha, argaan tee anaaf daawwitiidha. Gaafa ati ija keeysa naa ilaala hamdi tiyyaa naan jettu akka nama bishaan hudhee taheetiin dubbachuu dadhabe suuta je ija keessa si ilaauuf yaaluus ija guute si ilaalu hin danda’u, si millaadheetuman oyyyee hub kiyyaa sin jechaa,ija lafa qabee onnee kee irratti achii je miira koo of dhageeyfacha dhahannaa onnee keetii suuta jedhe dhageeyfadha...🥰 Join Us// @TextJaalala @TextJaalala

  • 2 нояб.1 7634из textjaalala

    Narraa yoo fagaattees, ani sin yaada; maqaan kee yeroo hunda afaan koorraa hin badu. Ati dhimmoota koo warra hangafaa keessaa isa tokkodha. Karoorri koo inni dilbiin sun si waliin galmaa gahaa. Inumaayyuu isaan kaleysa si jaaladhe irra, isa har'aatu caala. Inni boriimmoo kan kana hunda caaluudha.❤️😘🙏🏽 Join Us// @TextJaalala @TextJaalala

  • 2 нояб.1 10918из textjaalala

    Koo🥰 Gad fageenyi jaalala ani siif qabu ibsamuu hin danda'u. yeroo tokko tokko anumtuu amanuuf nan rakkadha. Jaalallikee wiirtuu jireenyaa koo hunda keeysa seenee, lubbuu koofi kee akka hin cabnetti kan walitti hidhedha. Dha'annaan onnee koo hundi maqaa kee sirba, yaadoonni sammuu koo hoogganan martis waayee keeti.♥️ Hiika jaalalaa isa dhugaa, jechuunis jaalala keessatti obsa, gara laafessummaafi jaalala ofittummaa hin qabne na barsiifteetta. Deeggarsifi ijjannoon kee inni raafamne gufuu kamiyyuu akkan mo'u humna naaf kenneera.♥️ jireenya koo keeysatti ba'aa mara narra qooddattee cinaa koo jiraachuu keetif galata guddaan siif qaba. Jaalalli kee miira kaayyoon haaromfameefi sababa guddummaaf carraaqu naaf kenneera.♥️ Kanaaf haviivii koo, ati waan hundumaa kooti, bara baraan koo taatee akka na wajjin jiraattu nin amana jechaa ergaa kana haa xumuru. Hafuuran baafadhu hundaa keeysatti akkan si kunuunsu fi si jaalladhu, waan ati hojjettu hunda keeysatti akkan si deeggaru, akkasumas hiriyaa ati yeroo hunda itti hirkattu akkan ta’u waadaa siif galeen ture hin diigu.♥️ Waliin taanee seenaa jaalalaa qormaata injifate akka uumnu hin shakku♥️ Bara baraa fi yeroo hundumaa si faana koo qalbiin!♥️ Join Us// @TextJaalala @TextJaalala

  • 👉Durbi durii jaalala filattee jibba ganti, durbi ammaa dhiira jala deemtee luka banti😁 👉Durbi durii jaalalaan qalbii nama fuuti, durbi ammaa birriif qabeenyaa irratti duuti😁 👉Durbi durii hojjettee of jijjiirti, durbi ammaa ija dhiiraa dura boroo micciirti😁 👉Durbi durii sirnaan gaa'ila dhaabdi, durbi ammaa bakkeetti luka dhaabdi😁 👉Ittoo durbi durii hojjettu miyaan laphee si buta, Ittoo durbi ammaa hojjettu albaatii si jala kuta😁 👉Durbi durii harka lamaan aannan raafti, durbi ammaa harka lamaan 'Text' xaafti😁 👉Durbi durii hooksitee sa'aa elmiti, durbi ammaa sossobdee dhiira elmiti😁 #hubadhu durbi hundi kana hin gootu garuu baayyeen isaanii bara kana akkas godhu #Tawu #durbochee #Kanan_dubbise_irraa_siniif_qoode Maxxansa mimmiidhagoo Akka Kanaa Argachuuf join Godhaa Join Us// @hariiroo_jalaala @hariiroo_jalaala

  • Soba Dubartootaa 7'n / Kolfaaf 1 "Ati nama baay'ee gaarii dha. Hiriyyaa kee isa dhugaa nan ta'a". Hiikni: Hiriyummaatiin ala jaalallee kee na gochuuf hin yaalin! 2 "Laguu irran jira, mataan koo na dhukkubaa jira." Hiikni: Laguu irra hin jiru... Hin dhukkubsadhus. Garuu walqunnamtii saalaa raawwachuu waanan hin barbaanneef maaloo na dhiisi😊 3 "Nama na caalu siif mala!... Ani eebba keeti!" Hiikni isaa: callisii Taa'i. Ati ni jibbisiifta waan si ajaa'ibu na hin madaaltu. 4 "Daqiiqaa 5 booda nan ba'a." Hiikni isaa: Daqiiqaa 30 itti dabali. ijan fuunee! 5 "Tolee dhiifama siif godheera jaalallee koo!" Hiikni: Ani nama miti hojiikee yoo siif hin kennine! Ani ashaangulliitii kee miti kan waan ati goote dagadhu! 6 "Nagaa kooti". Hiikni: Maal na rakkisaa ... ammallee turtee rakkoo kee nyaatta. 7 "Ulfaatina hir'isuuf irbaata hin nyaadhu". Hiikni isaa: Gaafa ciiftu sirriitti si nyaadha! foon fidde, timaatima firijii keessa jira...amma ciisi abbee! 😂 Yaada irratti dabalaa, mee... Join Us// @hariiroo_jalaala @hariiroo_jalaala

  • Yeroon tasgabbii dhabee guyyoonnikoo badu keeysatti; yeroo ifni aduu warqii natti ta'ee natti qaala'u keeysatti; ijjikee akka urjii samii halkan koo ibsee dukkana naannoo kiyyaa balleessa. Yeroo miirri kophummaa natti dhaga'amu" an kan keeti hunda keeysatti sii waliniin jira naan "jettee sagalee kee lallaafaaf mi'aawaan miira kophummaa naannoo kiyyaa Godaansitee addunyaa kana guutuu koluu koo jala galchita. Ati na waliin ta'uun hir'uu koo guutuu akka naaf taasisu natti mulifta. An si qabachuu kiyyaanin boona yeroo hunda 🥰 Join Us// @hariiroo_jalaala @hariiroo_jalaala

  • Waan dubbiftaniif galatoomaa!🙏 maxxansa mimmiidhagoo akkasi Join Us// @hariiroo_jalaala @hariiroo_jalaala