EYOB TECH
СтатистикаCrypto and Airdrop channel Buy Ads :- https://telega.io/channels/Eyob_Tech/card/?r=Lc8ozxIS CEO ⏩️ @Eyob_Degefe
- Последний пост
- 13 авг.
- Последнее чтение
- 14 авг.
- Постов за неделю
- 3
- Всего постов
- 24
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- Категория
- Криптовалюты
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 529
- 1/48двое суток
- 606
- 1/72трое суток
- 653
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
#Angar_Guutee 💔Saba keenyarraa duutif buqqa'insi lafaa haa dhaabbatu !✊️ 🌐 @Eyob_Tech
💲Youtube'n criteria ittin monetize godhu dachaa laman dabaluf jedha ! ✅️Watch hours 4000 kan ture 8000 godhe ✅️Short Views or Short videos 10M kan ture 20M godhe ✔️Subscribe kan kan hin jijjiramne yeroo ta'u ammayyuu Subscribe 1000 ga'adha Youtube monetize gochuf 📌 February 1,2027 irraa eegalee hojiirra kan oolu ta'a 🌐 @Eyob_Tech
Telegram Channel gurgurtaf dhihaate jiru ✅️Monetize taheera ✅️Similar channel dha ✅️Active dha ✅️Subscribe 8.7k ✅️View 1k - 2k ✅️Gatiin isaa madalawwadha ! ✅️Namooti hojii garagaraf barbaaddan channel bareedadha 📞 0931253708 📌DM➡️ @Eyob_Inbox
✅Namooti Dolaara USDT gurgurachuu namooti barbaaddan Keessan na dubbisaa gatii bareedadhan isinirraa bita ✉️Asiin na dubbisaa ➡️@Eyob_Inbox
🛒Tiktok account gurgurtaf dhihaate jiru ✅Followers 28.4k ✅like 8.6k 💲 Gatin isaa madalawwadha 📞0931253708 📧DM ➡️ @Eyob_Inbox
✅️Channel kana namooti bitachuu barbaaddan ammuma keessan na dubbisaa ✅️Subscribe 13.1k ✔️Monetize taheera ✔️Similar channel dha ✅️Gatiinsaa rakasa Sold out ❌️ Gurgurameera ❌️ 📥Asiin na dubbisaa ➡️ @Eyob_Inbox
Ammas namooti tiktok account qabdan kan Followers 25k ol qabdan amma fidaa nan bitaa✔️ ✔️Followers isa 25k ol tahu qaba 👤 ✔️Copy right kan hin qabne © ✔️Warning kan hin qabne ⚠️ ✔️Account sun active tahuu qaba🔔 ✉️Namooti kanan dura na dubbistanii messenge isinif hin deebisin jiru irra deebiaa na dubbisaa 🙏 ✅️Ulaagaa kana kan guuttan amma keessan na dubbisaa 📥Dm @Eyob_Inbox 📞0931253708
Gurgurameera ❌️ Sold out ❌️ Namooti account 100k gadi barbaaddan yeroo dhihootti isiniifin fida 🤝 Namooti tiktok followers 100k gadi qabdanimmoo carrama kanan keessan na dubbisaa ⚠️ Followers 20k gadi hin bitu
🛒Tiktok account gurgurtaf dhihaate jiru ✅Followers 58.8k ✅like 214.4k 🔥 💲 Gatin isaa madalawwaadha 📞0931253708 📧DM ➡️ @Eyob_Inbox
🛒Tiktok account gurgurtaf dhihaate jiru ✅Followers 58.8k ✅like 214.4k 🔥 💲 Gatin isaa madalawwaadha 📞0931253708 📧DM ➡️ @Eyob_Inbox
✅️Qabxii qormaata kutaa 6ffaa gadhiifameera ✅️Link gadii jirun seenaa ilaalladhaa ✅️https://oromia6.ministry.et/#/result 🌐 @Eyob_Tech
🏦 Akkuma argitan application kun kan CBE bank yoo ta'u CBE CONNECT jedhama 📱 Amma kunoo akkuma argitan option ittiin paypal waliin connect ta'uu danda'u fidee jira 💰 Yeroo dhiyootti immoo paypal banuun ethiopia keessatti baayyee salphaa akka ta'u abdiin qaba ✅ Kana jechuun yeroo amma namoonni hojii online garaagaraa hojjettanii paypal irraa maallaqa qabdan karaa salphaa gara CBE connect dabarsuun baafachuu dandeessu jechuudha ☕️ Odeeffannoo dabalataaf channel keenya join gochuu hin dagatiinaa 🌐@Eyob_Tech
✅️Channel kana namooti bitachuu barbaaddan ammuma keessan na dubbisaa ✅️Subscribe 13.1k ✔️Monetize taheera ✔️Similar channel dha ✅️Gatiinsaa rakasa Sold out ❌️ Gurgurameera ❌️ 📥Asiin na dubbisaa ➡️ @Eyob_Inbox
видео или голосовое, без подписи
Channel gurgurtaf dhihaate jiru ✅️Monetize taheera ✅️Similar channel dha ✅️Active dha ✅️Subscribe 9.5k ✅️View 1k - 2k ✅️Gatin gadi buuseera madalawwadha keessan na dubbisaa ✅️Namooti hojii garagaraf barbaaddan channel bareedadha active dha statistics isaa ilaalu dandeessu Sold out ❌️ Gurgurameera ❌️ 📌DM➡️ @Eyob_Degefe
#Breaking #Kutaa_8ffaa #Result Bu'aan Qormaata Naannoo kutaa 8ffaa naannoo Oromiyaa bara 2018 ifoomeera! Odeeffannoo fuula Facebook sirrii Biiroo Barnoota Oromiyaa irraa arganneen yeroo ammaa kana bu'aan qormaata naannoo barattoota kutaa 8ffaa bara 2018 kan Naannoo Oromiyaa ifoomuu isaa mirkaneeffanneerra. Barattoonni kutaa 8ffaa qormaata kana fudhattan armaan gadiin qabxii keessan ilaalladhaa! Website :- http://oromia.ministry.et Website isaani busy taha jira sababa taheef vpn fayyadamaa Carraa Gaarii! Barattoota kutaa 8ffaa hundaaf share taasisaa! @Eyob_Inbox ✅
🎁Tilmaamaa badhaafamaa 🎁 Tapha world Cup Final Spain fi Argentina giddutti taasuma giddutti nama tilmaama sirrii argate nama 3 nii badhaafna [ Mobile card ] 🕑Taphi bor galgala Sa'atii 4:00 tti jalqaba 🥇100 birr 🥈50 birr 🥉25 birr ⚠️ ❌️Edit ❌️Erga taphi…
🎁Tilmaamaa badhaafamaa 🎁 Tapha world Cup Final Spain fi Argentina giddutti taasuma giddutti nama tilmaama sirrii argate nama 3 nii badhaafna [ Mobile card ] 🕑Taphi bor galgala Sa'atii 4:00 tti jalqaba 🥇100 birr 🥈50 birr 🥉25 birr ⚠️ ❌️Edit ❌️Erga taphi eegalee tilmaamun dhorkaadha ❌️Namni tokko yeroo lama tilmaamuu hin danda'u Taphicha miira keessa galtani hin murteessinaa waanuma sirrii murteessaa eenyu akka moo'u beekamadha sababa ta'ef 😁 GOOD LUCK FAM ❤️ 🌐 @Eyob_Tech
✅Namooti Dolaara USDT bitachuu barbaaddan na biraa argachu dandeessu✔️ Amma gatii isaa xiqqoo gadi buheera sababa taheef carraa kanatti fayyadamaa bitadhaa ✉️Asiin na dubbisaa ➡️@Eyob_Inbox
видео или голосовое, без подписи