tgindex

Qaroo Waamaraa

описание

Yoom AGS. Akkan taanes; akka taanus taaneerra! akki ta'uu qabnu si'achi. Akka ta'uu qabdu ta'uuf akka taatu ta'i. Kana ta'uufis Qaroo Waamaraa qabaadhu. Galmi keenya boruu guddaa-dha. Masaraa jabaas ijaaraa jirra. As-goraa!

19 247
подписчиков
Охват к подписчикам
8,2%
ERR
Реакции к просмотрам
0,62%
1 247 на 50 постов
Пересылки к просмотрам
0,21%
426
Постов в день
2,4
всего 53

Где отзываются чаще

доля реакций к просмотрам
  • 13 авг.Walaloo Sirba Caalaa Bultume – MAASTAR PILAANII 🎶🎤 Walgahaa Oromootaa Wirtuu Maccaaf Tuulamaa Finfinnee biyya Tufaa Akkamiin gurguramaa? Didi maaliif godaantaa? Godaanis yoo jedhanii Ajjeesii irratti du'i Lafa kee hin lakkisinii! Finfinnee haadha seenaa Ati nuuf qaroo teenyaa Lafa aadaa fi seenaa Galma keenya ganamaa Gaaddisa tumaa seeraa Heera Caffee Tuulamaa Dhiigumaan si tiksina Nutis kaane tokkummaan Kan biyya saaf wareegamu Booree baafata ilmii Guddifachaan as galee Maaf nutti ta'a silmii? Gudeedaan hin dhalanne Kanaaf saba ugguraa Osoo Oromoo ta'ee Maaliif biyya gurguraa? 🎸🎤🎬🥁🎹🎼 Dadammaqi lakkii Oromoo Bahaaf dhihaan walitti dhaamii Amantiif kutaan wal hin qoqqoodin Biyya si dhuunfatte alagaanii (×2) Oromiyaa biyya koo Meeqatu siif kitimamee? Dhiigaan si tiksuuf jecha Meeqatu bahee dhabamee? Seenaa guddaa hin daganne Sirraa qabna Finfinnee Kanaafi garaan keenya Yoomuu kan si hin daganne Dachee seena-qabeettii Haadha gootota kumaa Qe'een Tufaa Munaa (Habeebee) Kan Guddataa Araddoo Maaf diinaan dhuunfatamaa? Qe'ee Guutoo Wasarbii Qe'ee Qajeelaa Dooyyoo Badhoo Dachaas fa'a ture Kan gadi hin jenne roorroo Finfinnee dubbadhu mee Kan nyaatte Sooraa Loomee Goonni Guraaraa Lataa Sirratti fannifamee Bara Waaree Gololee Keenya turte Gullalleen Bara Daalacha Waamii Biyyi yoom gurguramee? 🎸🎤🎬🥁%;">🎼 "Maastar Pilaanii" jedhanii Sanyii si duguuguuf malanii Oromummaa keenya Qofaan tokko taanee Diinaan falmina ol kaanee! (×2) Dhukaasaa boombii Haleeli bergeedinini Duubatti hin deebi'u Yoomuu jajjabeenii Karaa goonni baase Gootummatu beekaa Abdii sabaati Hunduu suma eegaa Maalitti beekti gadheen Lafa dhiirri ooluu Akka goonni ajjeesee Foon allaattii sooruu... (×2) Haalli ishiin daangessu Dhiiraa dubartummaan Eenyutu nu dhoowwa? Beenu dhaqnee falminaan! 🎸🎤🎬🥁🎹🎼 #Ol_kaasi_malee Seene ol darbe, diinni mana kee seene Ajjeesii dibadhu, diina biyya kee seene! Hin fudhannu, hin simannu Maastar Pilaanii Biyya lama hin taatu Oromiyaani! #Dhaaddadhu_malee Seene unkuraa goonni, Oromoon teenyee Ajjeesii dibadhu, diina biyya kee seene! Injifannoo, injifannoo jedhe gaggarmaamee Goonni Oromiyaarratti wal waamee Laal akkatti bareeddu hidhannoon Dhiira mudhii gootaa Koottuu loli, manatti hin hafin Maal manaa gootaa? Jajjabduu akka sibiilaa WBO yaa gooftaa diinaa Hin rafin naa dhaqqabi jedhiinii Sabni kee siif hiriiraa Mamandiidee laftis bari'uu geecchee Lammiin lammiif dhaamee Gadaan bilisummaadhaa WBO'n bosonaa galma Hayyuuf beekaa qabna kan sabaaf yaadu Doorsifni alagaan hin taatuu Ajjees irra ejjedhu Diina kees akka gumaan baatuu Jaallan kufanis hin gannu gumaa isaanii Hin lolla muraasani, kutaani, cibraadhani, sagliidhanii Jabeeffadhu kilaashii kee, sitti bu'e bakkasaanii! Sirbi Chala Bultume "Maastar Pilaanii" jedhu kun, qabsoo fi diina irratti lola akkaataa bifa faaruu gootummaatiin dhiyeessa. barichatti onnees nutti uumeera. jiraadhu gameessa gaafa roorroo! ╔════════════╗ #Qaroo_Waamaraa 💌 ╚════════════╝ https://t.me/ForAllthingsEye2,18%
  • 13 авг.Abdii hin kutiin! OROMO Lolli cimaan loltoota ciccimoo Ta'aniif kennama1,95%
  • 12 авг.Namni sirriin yeroo badaa keessatti si dhiisee hin deemu. Garuu Namoonni miidhamaa jiraatan gosa afurtu jiru! ❶ Namoota namaaf yaadan ❷ Namoota garaa namaaf laafan ❸ Namoota nama Amanan ❹ Namoota nama jaallatan1,88%
  • 11 авг.Hin didiin dubbattee Madaa kootti buuta! Utuu ati na hubattee Hir'uun koo in guuta 🖤koof!1,28%
  • 11 авг.Si jaallachuun koo filannoo miti; Tasa onneen koo ofumaan si filate. Ida'ama naamusa kee fi amala keeti.1,18%
  • 23 июл. 2024 г.без подписи1,15%
  • 10 авг.Muka Jal'aa..... Jiraachuu utuu fedhuu Jireenya qananii Bara dhibba-bara kuma Mukti qajeelaan, Muka jal'aan dhuma!1,07%
  • 15 дек. 2024 г.без подписи0,98%
  • 24 июн.без подписи0,97%
  • 13 авг.Yoo dubbatan dubbii qaba Yoo callisan murtii dhaba Silaa. Gaafa Ture gaafa bule Akka baraa akka garaa Keessa ofii Gola ofii Maaltu namaa baraa? Warqittiif0,97%
  • 10 авг.Maaliif wal sodaanna Silaa wal jaalannaa Ifa baasuu baannus Maddii maddii deemnee Inuma haasofna Eenyumayyuu caalaa Waliif ni dhiphanna Sagalee waliin dhaga'in Buluuf ni rakkanna Kanarra maal eegna Dhugaa walitti Himnee Akka taane taana Warqeekoo jedhuu Warkee ishee Gurraattii Onneen si jaalatte Aardii guutuu burraaqxii0,93%
  • 14 нояб. 2024 г.без подписи0,91%