tgindex
Galmee Hayyoota

Galmee Hayyoota

Статистика

Sin darbin dhaqqabadhu👇 👉@Galmee_Hayyoota

Последний пост
8 июн.
Последнее чтение
13 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
21
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
1 054
−4 за 4 дн.
Сутки
−1
−0,09%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
3 005
19 постов
Вовлечённость
285,1%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 21
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
1/48двое суток
1/72трое суток

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • Leencatu jedhani... Erga dhalatee hoolota waliin oolee bulee guddate. Akkuma isaanii marga dheedee bishaan dhugee mana tokko waliin bulaa oolmaa tokko waliin oolaa guddate. Leenci kun ilaalcha hoolaa of keessatti guddisuun amalaa fi ilaalcha hoolaa ofitti fudhatee ani Hoolaadha ofiin jedhee isaan waliin jiraata ture. Guyyaa keessaa guyyaa gaaftokkoo marga dheedicha irraa bishaan dhuguuf hora deemani. Achi ga'aniis bishaan dhuguu eegalani. Leenci sun utuu bishaan dhuguu bishaan sana keessatti gaaddidduu ofii isaa kan ta'e gaaddillee leencaa arguun leenci natti dhufe jedhee dheesse. Yeroo kana hoolonni lakki leenci nu nyaatu hin jiru jedhanii  isa tasgabbeessanii suuta waliin imala isaanii gara marga dheedichaatti eegalani. Yaada leencaa kana keessa yaada hoolaa, ilaalcha leencaa kana keessa ilaalcha hoolaa, sodaa leencaa kana keessa sodaa hoolaatu fe'amee waan jiruuf hoolonni leenca ni sodaatuutii innis ani hoolaadha jedhee waan of ilaaluuf leenci na nyaata jedhee ni sodaata ture. 👇 👉@Galmee_Hayyoota

  • "Eega yaaduun kee hin oolle murtee malee hin ka'in" Join👇👇 sher godhi @Galmee_Hayyoota @Galmee_Hayyoota

  • 17 февр.2 02652

    #Ramadaana Soomni guddaan Ji’a Ramadaanaa guyyaa boruu eegala. Ji'i ji’a Ramadaanaa mul'ateera. Jechuun haramayin gabaaseera. Salaanni Taraweeh har’a galgala eegala, soomni Ramadaanaa boru, eegala. hordoftoota amantii Islaamaa maraan baga geessan jechaa ji’a soomanaa gaarii isiniif hawwa. Join sher 👇👇godhi @Galmee_Hayyoota @Galmee_Hayyoota

  • 19 янв.2 02473

    Haala kee keessaa tokko namafi himte kan hafe ni tilmaamuu ! Kanaaf amala kee namatti hin himin Join sher 👇👇👇godhi @Galmee_Hayyoota @Galmee_Hayyoota

  • 21 дек.2 07272

    Ofitti murteessee ❌ Hanga dhaba lubbuu Barbaacha kee miilli Osoo ana dhukkubuu Akka atileetii Oliif gadi fiigee Takka yaada jaaree Takka takka diigee Akka waan si arguu Tolan cabee dhiige Takka gaara gubbaa Takka goodaa laalee Sin argadha se'ee Wanta hedduun yaale Sitti dhihaachuudhaaf Hin ciisne hin teenye Garuu bara dheeraaf Si arguun dandeenye Milkaa'inni tureef Hin kutadhu abdii Waan dhamaatii guddaa Bu'aa caalu qabdi Balballi onnee kee Natti ta'us cufaa Ammas si barbaachi Daran itti fufa! ✔️ Join sher godhi👇👇 @Galmee_Hayyoota @Galmee_Hayyoota

  • Live stream finished (22 seconds)

  • Live stream started

  • Walitti dhufeenya ija kee lamaan gidduu jiru beektaa? Wal faana libsatu, wal faana deemu,wal faana boo'u, wal faana waa ilaalu akkasumas wal faana rafu. Ta'us garuu tasa wal arguu hin danda'an. Hiriyummaanis akkana ta'uu qaba!...Jireenyi hiriyaa malee hiika hin qabu (duwwaadha). Join sher👇👇godhi @Galmee_Hayyoota @Galmee_Hayyoota

  • Bu'aan qormaata akkamiin ilaalu danda'ama? Barattoonni qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2017 qormaata fudhatan bu'aa yeroo gadhiifametti karaa asii gadii kanaan ilaaluu ni danda'u jedhameera. Marsariitii 👉https://result.eaes.et Ergaa barreeffamaa gabaabaa /SMS/👉 6284 Karaa Telegiraamii👉 https://t.me/eaesbot Share waliif Gochuu hin dagatinaa! Join 👇sher godhi @Galmee_Hayyoota @Galmee_Hayyoota

  • ..Waan dandeessu, waan qabduun, bakka jirtutti hojjedhu ..Sagaleen yaada namoota biroo sagalee keessoo keetii akka hin liqimsinee ..Shakkiin kufaatiin yoomiyyuu caalaa abjuu ajjeesa ..Sammuu jechuun dandeettii jijjiirama wajjin walsimsiisuudha Join👇👇sher godhi @Galmee_Hayyoota @Galmee_Hayyoota

  • #Update #Official #BBO #Kutaa_8ffaa #Grade_8_Result Bu'aan barattoota kutaa 8ffaa bara 2017 kan naannoo Oromiyaa yeroo ammaa kana ilaalamaa jira. Barattoota kutaa 8ffaa hanga ammaatti hin ilaallanne hundaaf #share taasisaa! Qabxii keessan ilaallachuuf liinkii armaan gadii fayyadamaa! https://oromia.ministry.et/#/result Guutummaa odeeffannoo kanaa fi akkaataa itti ilaallatan argachuuf channel armaan gadii join fi share taasisaa! Join 👇 👇 sher godhi @Galmee_Hayyoota @Galmee_Hayyoota

  • "Eenyummaa keenyaaf gadi aantummaa laachuun kaayyoo keenya gatii dhowachuudha" Join👇👇sher godhi @Galmee_Hayyoota @Galmee_Hayyoota

  • Yeroo guddachuu fi bilchaataa ta’uu eegaltu, yeroo hiriyaa barbaadduu wantichi wanta barbaachisaa akka hin taane ni hubatta. Wanti baay’ee nama dhibu ilaalcha isaati, miira itti gaafatamummaa, amanamummaa fi amanamummaa isaati. Nama qaamaan, yaadaan, fi maallaqaan si kunuunsuu danda’u filadhu. Join 👇 👇 sher godhi @Galmee_Hayyoota @Galmee_Hayyoota

  • “Yeroo ati ofitti amanamummaa qabaattu, saroonni wanti gochuu danda’an hundi dutuu qofa. ” ” Join 👇👇sher godhi @Galmee_Hayyoota @Galmee_Hayyoota

  • Rakkinni kee hammuma kee gahaa Rakkinni nama tokko tokkoo isa tokko tokkoof taphaadha isa tokko tokkoof immoo gaaraadha🏔 Join 👇👇sher godhi @Galmee_Hayyoota @Galmee_Hayyoota

  • "Yeroon baay'ee cimee nama rakkisu hanga dhumaatti hin jiraatu, namni cimaa garuu ni jiraata" _joe biden Join👇👇 sher godhi @Galmee_Hayyoota @Galmee_Hayyoota

  • As wr wb Eid mubaarak 🌙🌟 السلام عليكم ورحمه الله وبركاته عيد مبارك من العايدين ومن الفايزين كل عام وانتم بخير 🌙🌟 تقبل الله منا ومنكم صالح الأعمال 🌟🌙 Eid mubarek To you and your family 🌟🌙 Baga geessan cufti muslimaatuu እንኳን አደረሳችሁ ዒድ ሙባረክ 🥰🥰 Join 👇 sher godhi @Galmee_Hayyoota @Galmee_Hayyoota

  • Yoo kaleessa boba’an har’a ifu. Yoo kaleessa facaasan har’a sooratu. Of kennan malee,waan fedhan hin kennaman! Join sher 👇👇godhi @Galmee_Hayyoota @Galmee_Hayyoota

  • #Ramadaana Soomni guddaan Ji’a Ramadaanaa guyyaa boruu Sanbata duraa eegala. Ji'i ji’a Ramadaanaa mul'ateera. Jechuun haramayin gabaaseera. Salaanni Taraweeh har’a galgala eegala, soomni Ramadaanaa boru, eegala. hordoftoota amantii Islaamaa maraan baga geessan jechaa ji’a soomanaa gaarii isiniif hawwa. Join sher 👇👇godhi @Galmee_Hayyoota @Galmee_Hayyoota

  • • ✓ "Namni cal'isu, nama yaada guddaa qabu yookiin nama yaaddoo guddoo qabu...!! Join sher👇👇godhi @Galmee_Hayyoota @Galmee_Hayyoota