tgindex

Sagalee Waaqayyoo

описание

Haalli mijatan hin jiru, Garuu inni haala mijeessu yesuus nu waliin jira! YESUUS!😊 @Subscribe @Share Gochuu hin dagatinaa Galatoomaa!😊👇 www.youtube.com/@WordPowerTube

332
подписчиков
Охват к подписчикам
89,8%
ERR
Реакции к просмотрам
1,54%
110 на 23 постов
Пересылки к просмотрам
0,24%
17
Постов в день
0,3
всего 23

Где отзываются чаще

доля реакций к просмотрам
  • 13 авг.без подписи14,29%
  • 12 авг.WANTI FEDHA WAAQAYYOO DUUBA TA'U TOKKO'LLEE HIN JIRU.😊 @HopeInHisRutern5,45%
  • 7 июл.HIN DAGATIN! kadhannaa caalaa humni guddaan hin jiru. AMANTII Caalaa jabinni guddaan hin jiru. WAAQAYYOO Caalaa immoo wanti guddaa hin jiru.😊5,08%
  • 28 июн.Yeroo tokko tokko jireenyi namatti hadha'a;🥹 Dhoksaatti boossa😢 eenyullee si cina akka waan in jirre sitti fakkaata gaddaarraan kan ka'ees onneen namaa in caba 💔 garuu Waaqayyo imimmaan hundumaa in arga, sagalee boo'icha namaas in dhaggeeffata, Akkuma Aggaar gaaf tokkoo.😊 ..."Aggaar, maal taate? Mucichi iddoo jirutti Waaqayyo sagalee isaa dhaga'eeraatii hin sodaatin! S/Uumamaa 21:17 WAAQAYYO SAGALEE BO'ICHA KEE DHAGA'EERA!😊 @latinaaf 💬4,67%
  • 27 мар."Kadhata keenyaaf deebiin akkuma nuti hawwinetti dafee dhufuu dhiisuu ni danda'a, wanti nuti gaafannes qajeelaa ta'uu dhiisuu mala; garuu yoo nuti amantii dhabnee abdii hin kutannu ta'e, Inni wanta ijoollee Isaatiif baay'ee gaarii ta'e beeku, isa nuti gaafanne caalaa waan baay'ee gaarii kenna." Sons and Daughters of God p. 922,87%
  • 13 мар.Alaazaar du'ee guyyaa afur boolla keessa ture Yesuus dhaqee "Alaazaar" jedhee waamee kaasee Isa jiraachise; Yesuus Kirstoos Jireenya kee keessaa waan dhibame humna du'aa ka'uu sanaan bakkatti siif deebisuu in danda'a.😊 #Ameen1,71%
  • 2 апр.Yesuus qofatu ifa, jireenya, nageenyaa fi wabii bara baraa ti. Ameen! 😊 @HopeInHisReturn1,68%
  • 3 апр.Amma ofii keessan fooyyessitanitti ykn gaarummaa fuula Waaqayyootti isin dhiyeessuu amma argattanitti kiristoos irraa akka of fageessitaniif yaada diinni isiniif dhiyeessu hin fudhatinaa. Amma sun ta'utti eegdu yoo ta'e yoom iyyuu gara Yesuus dhufuu hin dandeessan. Yeroo seexanni moofaa abaarsaa keessan isinitti argisiisu isin immoo isa Waaqayyo "Kan gara koo dhufu gadi baasee bakkeetti hin ari'u" jedhe sana irra deebi'aatii itti himaa. Waaqayyoo Gaariidha 😊 @shinegraphicsandpro1,61%
  • 8 янв.Galateeffadhu kadhadu.🥰 Waan nuti waaqayyoon komannuuf isatti waan hirratu tokko hin jiru; garuu yoo galateeffachuu dhiifne nutti wanti hirratu danuutu jira Jalqaba jiraachuu keessaniif waaqayyoon galateeffadhaa sanabooda wanta barbaaddan Isa gaafadha.😊 INNI NUUF HO'A NUUF YAADA. @HopeInHisReturn1,52%
  • 20 мар.Boo'icha, jireenya hadha'aa fi garaa cabaa dhaan hacuucamnee akka hafnu Waaqayyo hin barbaadu. ... Fayyisaa inni eebbifamaan namoota iji isaanii imimmaaniin haguugamee isa arguu dadhaban cina/bira dhaabatee jira. Yeroo nuti amantii dhaan isatti maramnee akka inni nu geggeessuuf isa kadhannu argee harka keenya jabeessee qabuu hawwa. Nagaa fi jajjabeessuun Yesuus jireenya keenya keessa akka seenu yoo heyyamneef gara onnee isaa isa jaalalaan guuteetti dhiyaanna... Waaqayyoo Waadaa Seenera!1,45%
  • 17 апр.Warri dhoksaatti Waaqayyoon barbaaduudhaan fedhii isaanii itti himanii gargaarsa kadhatan, kadhaan isaanii akkanumaan hin ta’u. “Abbaan keessan Inni dhoksaatti Isa kadhattan mul’inatti isiniif ni ksenna.” Yoo guyyaa hundumaa filannaa keenya Yesuusiin godhanne humni biyya lafaa kan hin argamne nu marsee jiraachuu isaa ni hubanna. Yesuusiin ilaaluudhaan gara fakkaattii isaatiitti jijjiiramna. Isa ilaaluudhaan ni jijjiiramna. Amalli keenya laafaa ta’a, ni qullaa’a, mootummaa Waaqayyoofis kan malu ta’a. Gooftaa keenyaa wajjin walitti dhufeenya dhugaa qabaachuun keenya qulqullummaa keenyaa fi jaalala keenya dabalaa deema. Kadhannaa keessa guddachuutu jira. Barumsa Waaqummaa baranna, kunis of eeggannaa fi kaka’umsa nuti qabnuun mul’ata.1,41%
  • 30 янв. 2025 г.без подписи1,40%