tgindex
LIGHT OF TRUTH

LIGHT OF TRUTH

Статистика

Gola:- Fayyaa Qaamaaf Hafuuraa. 🎶Faaruu Nama Eebbisu! ✍️Barsiisa garaagaraa! ✍️Kitaabolee Hafuuraa! ⏱️Ergaa yeroo asiin argatu! Nu Qunamuuf 👉@Lite_of_truth Link You Tobe https://youtube.com/@ifa_dhugaa7?si=hKP

Последний пост
14 авг.
Последнее чтение
15 авг.
Постов за неделю
1
Всего постов
23
Тип
открытый
Язык
om
Категория
Видео
В каталоге с
14 авг.
Подписчики
745
мало замеров
Замеров пока мало
Сутки
0
0,00%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
815
23 постов
Вовлечённость
109,4%
к подписчикам
Постов в день
0,1
всего 23
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
42
1/48двое суток
48
1/72трое суток
51

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • Kitaaba EARLY WRITING (EW) CHAPTER 8 Keessaa kan fudhatame. "Gilgilfamuun inni guddaan sun jalqabameera; akkasumas itti fufuun kanneen ejjennaa cimaa fi hin dammaqne dhugaa fi hojii waaqayyoorratti hin qabaanne gingilchuu itti fufa. Ergamichi akkas jedhe:"NAMNI AARSAA AKKA OF GODHUUF WAAN DIRQISIIFAMU SITTI FAKKAATAA? Lakki,lakki. Inni maasii qonnaa sana bituuf waan hundumaa gaafata."ANI SABA ISAA WARRA DADHABDANNII JIRANIIF DU'AA JIRAN AKKA OLCHUUF WAAQAYYOOTTI NAN IYYEE.Sana booda MURTIIN WAAQAYYOO ARIITIIN AKKA DHUFAA JIRUUF, ERGAMAANIS AFAAN ISAATIN NAMOOTATTI AKKA DUBBATUF NAN KADHADHE. Innis akkas naan jedhe: "KANNEEN DHUGAAN IFAA DUBBII WAAQAYYOO KEESSA ISAANII HIN DAMMAKSINE, CALAQQEE FI QAQAWWEEN GAARA SIINAA, AKKASUMAS DUBBIIN ERGAMOOTAA ISAAN HIN DAMMAQSU".nan jedhe. Dubbii waaqayyo karaa namaa nutti dubbatuun yoo fooyyahuu baanne, Ergamaan utuu dubbatee iyyuu nun fooyyessu! SANBATA DHUFAA JIRU KANAAN BAKKA ITTI KUFNEE WAAQNI NU HAA DAMMAKSU. EEBBIFAMAA🙏

  • Channel photo updated

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • Faarfataa JIRENYA ELIAS Jedhama Waldaa A/G/7FFAA WAAJETI SHIMALAA irraati. Faaruu Nama Eebbisuu Track Lama qabatee achi as bahuu isaa yeroo dubbannuu Gammachuu In Ibsamneeni. JIREENYAAN Sichuu tajaajilli kiyya jechuun Faaruu Albuma Guutuu qabatee dhufaa jira. Hangasitti kana dhamdhamaa.

  • без подписи

  • без подписи

  • https://youtu.be/fZkzHmzgOdw?si=uOfktFdOfC9-t6IF

  • FAARUU KANAN EEBBIFAMAA

  • BAGA GAMMADDAN BAGA GAMMANNE. Dadhabbii guddaan ifaajaa kan turan Faarfattoonni Waldaa Warrajjirru Bachoo Amma Kottaa Eebbisaa Eebbifamaa jedhanii Sagantaa Hafuuraa Guddaa Qopheessanii jiru. Kan in dhagahin Yoona geessan Kan Barruu kana in argin jiru biraan gahaati Wajjin Kottaa... Jimaataa hanga dilbataatti Keessumoota Isin Irraa Barattanii hin quufneef faaruu isaaniis Dhaggeeffattanii in Gaabbine Hafeerree waan jirruuf Argamaa. Hafnaan In Gaabbitu! Galeta Kara Deemticha

  • Aaga Dhaga'a ! Gurmuun Faarfattoota Waldaa Adiveentistii Guyyaa Torbaffaa Buufata Laaloo Wanjoo Gareen 2ffaa Waan Ajaa'ibatiin Achii As Ba'aa Jiru ! Faarfattoonni Kun Faaruu Album Guutu Kan Mata Dureen Isaa #LOLTUUN_SI_FAANA_ HIRIIRE_HIN_MO'AMU Jedhu Bakka Faarfattoonni Keenyi Buleeyyiin Argamanitti Eebbisiisuuf Qophee Xumuraniiru .Maarre Yoom Isa Jedhuuf Sanbata Afoo Keenya Dura Jiru Jechuun Guyyaa Gaafa 9/8/18 Waldaa Laalo Wanjootti Waan Geggeffamuuf Kan Isinii Mijatu Irraa Hin Hafina Affeerramtaniittu .

  • без подписи

  • https://vt.tiktok.com/ZSH2g13Ef/ Seenaa Follow Gochuun Hordofaa

  • #1_day_left Waldaan adiveentistii guyyaa torbaffaa garjoo bachoo sagantaa addaa hawwiin eegama jiru qabdi ! Sanbata afoo keenya dura jiru jechuun guyyaa gaafa 5/7/18 qaamaan argamuu kan dandeessan akkasuma qaamaan argamuu kan hin dandeenye karaa toora teelegiraamiin hordofuun namoota eebba waaqayyoon badhaafaman ta'a ! Nama guyyaa sanaa waaqni nu'a taasisu !Ameeen ! Linkin kunooti https://t.me/Singer_EfaDeresa

  • 10 мар.6692из eloegm

    https://youtu.be/lThkehsi690?si=zK5njLlaRmf76YgW

  • 6 мар.5 77034

    ODUU GAMMACHIISAA! Faarfattoota keenya Waldaa Waajetii Shimalaa Kanaan dura faaruwwan garaagaraan suuraa Sagaleefi Track garaagaraa kan nuuf Qoodaa turan ammas Misiraachoo nutti himaa jiru. Maarree Faarfattoonni keenya kun Suura Sagalee Tokkoof Albuma Tokko qabatanii dhufaa jiraachuu isaanii yeroo dubbannu Gammachuu guddaani. Eebba Faaruu kanaaf Barumsa Sanbataa 11ffaa irratti Eebbisuuf qopheessaa waan jiraniif kan mijatu argamaa Eebbisaa Eebbifamaa. HAFEERAMTANIITTU Channel kana JOIN guchuun hordofaa https://t.me/Ifa_Dhugaa7 https://t.me/Ifa_Dhugaa7

  • Aaga Dhagaa'aa 🔊🔊🔊🔊 Baga gammaddan Baga gammanne W/A/G/7ffaa Addunyaawwaatiif Bara namni dhibe kunoo namni argame Faarfataa Efaa Dheeressaa jedhama. W/A/G/7ffaa Gerjoo Bechoo kan ta'e, baay'een keessan beektu kaanis baruuf jettu. Obboleessi Kun nama akkamiidha seetu dhugaama dubbachuuf nama kennaa guddaa qabuufi angafaafi gorsaa faarfattoota keenya baroota dheeraati.Akkuma beekamu kanaan dura faaruu laphee namaa rukutuuf miira hafuuraa nama keessatti uumu haala ajaa'ibaan qindeessee gareenis ta'e nama muraasaan hojjetee gurra keenya biraan ga'uunsaa ni yaadatama. Maarree Yeroo ammas faarsaa Album guutuu mata dureensaa #MADAALLII_WAAQAYYOO jedhu nu unachiisuuf kunooti. Maarree irraa hin hafamu kan dandeenyu qaamaan argamnee kan dadhabnes bakkuma jirru teenyee link telegram kanaa gadii join gochuun hirmaattuu sagantichaa haa taanuun dhaamsa keenya. Share gochuu hin dagatinaa. https://t.me/Singer_EfaDeresa #Namoota itti affeeruun dirqama hafuura haa ba'annu Eebbifamaa

  • без подписи

  • без подписи