tgindex

Galmo kormoso πŸ‘ˆ

описаниС

Oromia Shall be Free

223
подписчиков
ΠžΡ…Π²Π°Ρ‚ ΠΊ подписчикам
47,5%
ERR
Π Π΅Π°ΠΊΡ†ΠΈΠΈ ΠΊ просмотрам
0,00%
0 Π½Π° 50 постов
ΠŸΠ΅Ρ€Π΅ΡΡ‹Π»ΠΊΠΈ ΠΊ просмотрам
0,05%
2
ΠŸΠΎΡΡ‚ΠΎΠ² Π² дСнь
0,1
всСго 60

Π“Π΄Π΅ ΠΎΡ‚Π·Ρ‹Π²Π°ΡŽΡ‚ΡΡ Ρ‡Π°Ρ‰Π΅

доля Ρ€Π΅Π°ΠΊΡ†ΠΈΠΉ ΠΊ просмотрам
  • 14 Π°Π²Π³.Π±Π΅Π· подписи0,00%
  • 7 Π°Π²Π³.Kaaba Itoophiyaa muddamni cimetti osoo waraanni ka'e mootummaa Ertiraa wanti jedhamu hin jiraatu jedhan aangawaan olaanaa Itoophiyaa. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/iGC3jNF0,00%
  • 7 Π°Π²Π³.Kaaba baha Itoophiyaa bakkee Sudaan daangessutti waraana mootummaa federaalaafi humnoota Tigraay gidduutti Sambata ganama walitti bu'iinsi mudachuu maddeen garagaraa dubbatan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/TkBFcaq0,00%
  • 7 Π°Π²Π³.Itoophiyaan Buufata Xiyyaaraa Idil-addunyaa Bishooftuu Afrikaa keessatti isa guddicha ta'a jedhame dhiheenya magaalaa Bishooftuutti ijaaraa jirti. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Z1leFRi0,00%
  • 7 Π°Π²Π³.Naannoo Amaaraa Godina Kibba Walloo aanaa Lagaambootti haleellaa konkolaataa deddeebisa Uummataa irratti raawwatameen yoo xiqqaate namootni shan ajjeefamuu angaa'aan godinichaa fi maddeen Hospitraalaa BBC'tti himan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/IwXqn230,00%
  • 7 Π°Π²Π³.Heera Itoophiyaa keewwata 39 jalatti ''Mirga hiree ofiin ofiin murteeffachuu hanga fottoquutti,'' kan jedhu ragga'eera. Gama biraan ammoo keewwati kun saboonni of jabeessanii akka of danda'an gochuun biyya laaffise sodaa jedhuun akka fooyya'uu qabu kan gaafatanis jiru. Mootummaan biyya bulchaa jiru kanarraa ka'uun keewwata 39 akka ajandaa marii ijoo tokkootti Marii Biyyaalessaa irratti dhiheesseera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/m7jtAyC0,00%
  • 29 июл.QABSOO OROMOO GULANTAA 2FFAA, BOQONNAA 5FFAA - Akeekni Boqonnaan 5ffaa qabsoo maali? - Maal faatu keessatti hojjatama - Balaafi carraa maalii of keessaa qaba - Akkamiin goolabama? Guyyoota itti aanan keessatti barreeffamaafi sagaleetin dhiyaata. Yoo jaariin tolte bifa presentation irratti mari'anna. Manaabaaniis maafiyaa marfeeysuu dhiisaa, hirriba nagayaa rafaa!0,00%
  • 29 июл.Ameerikaan misaa'eloota bakka buusuun salphaa hin taane hedduu Iraanitti dhukaasteetti. Garuu, dhugumatti US meeshaalee waraanaa ishee of harkaa fixxee galma waraanaa fi dirqama ishee ba'achuuf qoramaa jirtii? via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/m06P8uG0,00%
  • 7 июл.AJJEECHAA MOYIBOON BAQQALAA irratti qorannaa gochaa turre hanga ammaa dhiheessuu dhabuu keenyaaf akka dallantan nan beeka. Sababa gaariitu jira. Qorannoo hanga amma geggeessine keessaa kun hedduu wal xaxaadha. Dubbii hamma dhumaatti akka mamiin homaatuu hin hafnetti ( no reasonable doubt) qulqulleeffachuu barbaanne. Namoota ajjeechaa san raawwatan irra gahuun yeroo hin fudhanne. Warra lubbuun hanga ammaa jiru dubbifneerra. Garuu warri ajjeeseefi ajaje murna garagaraa sadii keessatti argamuutu nu dhibe. Namoonni kun ajaja hooggansa murna keessa jiraaniitiin raawwatan moo bakka biraatii to'atamu ture? Ka'umsa dhuunfaati moo shira siyaasaati? Gaaffiilee kana deebisuun ragaalee barreeffamaa, afgaafii sa'aa dheeraa, maxxansa marsaa hawaasaa, dhugaa ba'ummaa namoota 20 caalanii irra deddeebinee ilaaluufi xiinxaluu gaafata ture. Of biras dabarsinee namoota ogummaa qorannoo qabanis ilaachisuun barbaachisaa ture. Kanaaf harkifanne. Waan dhumarratti irra geenye yoo yeroo qabaanne bor, ta'uu baannaan iftaan isiniif dhiheessina. NAGAAN BULAA!0,00%
  • 29 июн.https://www.youtube.com/live/ZMWhEgjVnIM?si=Nv1IgfTVaqoH-Gtp0,00%
  • 28 июн.Hojiiwwan muuziqaa Haacaaluu Hundeessaa qulqullinaa fi sadarkaa isaanii eeggatanii tooftaalee tamsaasaa bebbeekamoo akka Itunes, Amazon music, apple music, spotify fi kaanirra kan bahan bara 2021 keessa ture. Ogeessi hojiiwwan aartist Haacaaluu pilaatfoormiiwwan kanneen irratti akka bahan gumaacha olaanaa godhe keessaa Olii Taammiraat tokko via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/bkH4qLZ0,00%
  • 27 июн.Waxabajjii 13, 1325 hayyuun Morookoo Abuu Abdullaah Muhaammad Ibin Batuutaa, yeroo baayyee Ibin Baatuutaa jedhamuun waamamu imala seenaa addunyaa keessatti ajaa'iba jedhame jalqabe. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/xc2FeHs0,00%