General Wako Gutu No.2 Primary School️
СтатистикаBarnoota Gahumsaafi Qulqullina Qabu Lammii Hundaaf!
- Последний пост
- 14 авг.
- Последнее чтение
- 14 авг.
- Постов за неделю
- 3
- Всего постов
- 21
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- Категория
- Новости и СМИ (по похожим)
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 847
- 1/48двое суток
- 970
- 1/72трое суток
- 1 046
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
Beeksiisa Barattoota bara 2018 qormaata kutaa 8ffaa fudhatanii barattootnii qabxii gidduugaleessa (avareejii) dhiraaf 83 fi dubaraaf 80 kan fidan waraqaa Eenyuma faayida qabachuun m/b jeneeraal Waaqoo guutu lakk-2 argamuun guyya7/12/2018 akka galmooftan isin beeksifna.
Beeksiisa Barattoota bara 2018 qorumsa kutaa 8ffaa fudhatanii gara kutaa 9ffaa titti darbitan galmeen guyyaa 4/12/2018 irraa jalqabee waan gaggeeffamuuf mana barumsaa jeneeraal Waaqoo guutu sad.2ffaa argamuun akka galmooftan isin beeksifna. M/B
መመዝገቢያ ሊንክ፡- https://bs.ministry.et Beeksisa! Biiroon Barnootaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Qulqullina Barnoota Bulchiinsa Magaalichaa Keessatti Kennamu Ol Guddisuuf Giddu-Gala Madaallii Saayinsii Moodeela Idil-Addunyaa Uumuudhaan Xiyyeeffannoodhaan Hojjachaa Jira. Haaluma Kanaan, Bara Barnootaa 2019tti Mana Barnoota Waliigalaa Sadarkaa Lammaffaa Misraq Goh Saayinsii Moodeela Idil-Addunyaa Keessatti Barattoota Kutaa 9ffaa Hanga 12ffaa Simatee Barsiisuuf Hojii Qophii Xumuree Jira. Salphaatti, Barattoonni Mana Barnootaa Kana Keessatti Barachuu Barbaaddan, Ulaagaalee Dorgommii Miidiyaalee Hawaasummaa Biiroo Barnootaa Irratti Ibsaman Bu'uura Godhachuun, Liinkii Ibsameen Hanga 8/12/2018 A.L.I.tti Galmaahuu Kan Dandeessan Ta'uu Isinii Beeksifna. Liinkii Galmee:- https://bs.ministry.et ለተጨማሪ የመረጃ አማራጮች ማሰፈንጠሪያውን ይጫኑ! https://linktr.ee/aacaebc
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
ማስታወቂያ! (ነሀሴ 3/2018 ዓ.ም) የአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ በከተማ አስተዳደሩ የሚሰጠዉን ትምህርት ጥራት ለማላቅ ሞዴል አለም አቀፍ የሳይንስ ልህቀት ማዕከል በመፍጠር በትኩረት በመስራት ላይ የሚገኝ ሲሆን በ2019 የትምህርት ዘመን በምስራቅ ጎህ የሳይንስ ልህቀት ማዕከል ሁለተኛ ደረጃ ት/ቤት ከ9ኛ እስክ 12ኛ ክፍል ተማሪዎችን ተቀብሎ ለማስተማር የቅድመ ዝግጅት ስራዉን ያጠናቀቀ በመሆኑ በትምህርት ቤቱ ለመማር የምትፈልጉ ተማሪዎች በትምህርት ቢሮ ማህበራዊ ሚዲያ አማራጮች ላይ በተገለጸው የመወዳደሪያ መስፈርት መሰረት በተጠቀሰው የመመዝገቢያ ሊንክ እስከ 8/12/2018 ዓ.ም ድረስ መመዝገብ የምትችሉ መሆኑን እንገልጻለን፡፡
Barattootaa fi maatii Barattoota kutaa 8ffaa gara kutaa 9ffatti galmooftaniif Yeroo ammaa kana akka galmooftaniif ragaa keessan m/b Sad.2ffaaf soft coppii fi hard copydhan dabarsinullee kallattiidhan siisteman tiraanisferii kan ta'e irraa malee hin galmeessina jedhamneera waan jedhaniif ammatti immoodabarsuuf Siistemni hojjachaa waan hin jirreef hanga siistemni hojjatee isin beeksinutti galmeedhaf jecha akka hin dhamaane isin hubachiisaa yeroo isaan galmeessuu danda'an gama keenyan hordofnee kan isin beeksinu ta'a. Nagaa wajjin.
видео или голосовое, без подписи
ማስታወቂያ! (ሀምሌ 27/2018 ዓ.ም) የአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ በ2019 የትምህርት ዘመን በእቴጌ መነን የልጅ አገረዶች እና በገላን የወንዶች መካከለኛና ሁለተኛ ደረጃ አዳሪ ትምህርት ቤቶች እንዲሁም በሚኒሊክ ሳይንስ ሼርድ ካንፓስ የ7ኛ እና የ9ኛ ክፍል ተማሪዎችን ተቀብሎ ለማስተማር ባወጣው ማስታወቂያ መሰረት በኦን ላይን/online/ ምዝገባ ያከናወናችሁና የመግቢያ ፈተና የወሰዳችሁ ተማሪዎች በሙሉ ;- ውጤታችሁን https://bs.ministry.et ላይ መመልከት የምትችሉ መሆኑን እናሳውቃለን፡፡ Beeksisa! Biiroon Barnootaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee bara barnootaa 2019tti Mana Barnootaa Bultii addaa Sadarkaa Giddu-galeessaa fi Waliigalaa Sadarkaa 2ffaa Shamarranii Itegee Manan, Mana Barnootaa Bultii addaa Dhiiraa Galaan fi Kaampaasii Saayinsii Sheerdiitti barattoota kutaa 7ffaa fi 9ffaa simatee barsiisuuf beeksisa baase irratti hundaa'uun: Barattoonni onlaayiniidhaan (online) galmooftanii fi qormaata seensaa fudhattan hundi;- Bu'aa keessan marsariitii https://bs.ministry.et irratti ilaaluu kan dandeessan ta'uu ni beeksifna. ለተጨማሪ የመረጃ አማራጮች ማሰፈንጠሪያውን ይጫኑ! https://linktr.ee/aacaebc
видео или голосовое, без подписи
ቀን 25/11/2018 ዓ/ም P.G.D.T ለሁሉም ት/ቤቶች በክፍለ ከተማችን ድግሪ ጨርሰው በPGDT ምክንያት የትምህርት ማሻሻያ ያልተያዘላቸው ከታች ባያያዝነው ቅጽ መሰረት እስከ 26/11/2018(እሁድ) 6፡00 ሰዓት ብቻ በሶፋት ኮፒ እንድትልኩልን በጥብቅ እናሳስባለን የዩኅቨርስቲ የመጨረሻው መቀበያ ቀን 27/11/2018 ዓ/ም ብቻ መሆኑን እናሳውቃለን። ማሳ፡-ከመንግስት ዩንቨርስቲ የተመረቁትን ብቻ
የመምህርነት የስራ ቅጥር ማስታወቂያ! (ሀምሌ 24/2018 ዓ.ም) ከዝህ በፊት የወጣው የስራ ማስታወቂያ ልንክ ዛሬ ሀምሌ 24/2018 ዓ.ም በወጣው ስለተቀዩረ የሞላችሁም ያልሞላችሁም ድጋሚ ይህንን ልንክ ተጠቅማችሁ በእንግሊዝኛ ብቻ እንድትሞሉ ይሁን። መመዝገቢያ ሊንክ፡- https://lyuhub.com/jobs ለተጨማሪ የመረጃ አማራጮች ማሰፈንጠሪያውን ይጫኑ! https://linktr.ee/aacaebc Beeksisa Qacarrii Hojii Barsiisummaa! (Adoolessa 24/2018 A.L.I.) Liinkiin beeksisa qacarrii hojii kanaan dura bahe har'a, Adoolessa 24/2018 A.L.I., waan haaromfameef, namoonni duraan guutanis ta'e kan hin guunne hundi irra deebi'anii liinkii kana fayyadamuun Afaan Ingiliffaan qofa akka guutan jechuun beeksifama. Liinkii galmee (Registration): https://lyuhub.com/jobs Odeeffannoo dabalataaf fi filannoowwan biroo argachuuf, liinkii armaan gadii cuqaasaa: https://linktr.ee/aacaebc
видео или голосовое, без подписи
የመምህርነት የስራ ቅጥር ማስታወቂያ! (ሀምሌ 24/2018 ዓ.ም) መመዝገቢያ ሊንክ፡- https://lyuhub.com/jobs ለተጨማሪ የመረጃ አማራጮች ማሰፈንጠሪያውን ይጫኑ! https://linktr.ee/aacaebc
видео или голосовое, без подписи