FOCUS KITTOO FURDISA
Статистика...................FOCUS KITTO FURDISA............... Welcome to the official Telegram channel of FOCUS Ministry – Jimma University (JIT) Kitto Furdisa Branch. FOCUS KITTO FURDISA 💳 CBE ACCOUNT :1000197541974
- Последний пост
- 12 авг.
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 15
- Всего постов
- 34
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- Категория
- Образование
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 145
- 1/48двое суток
- 166
- 1/72трое суток
- 179
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
FOCUS KITTOO FURDISA pinned a photo
Nagaan Waaqayyoo siniif haa baayyatu. Audion barumsa kanaa yeroo muraasa booda waan gad-dhiifamuuf obsaan akka nu eegdan jaalala Waaqayyoon isin yaadachiifna.
📢CHRISTOLOGY CONTINUES TEACHING #PART13 🔻KYRIOS (ΚΥΡΙΟΣ) Yesus gooftaa akka ta'e afaan keetiin yoo beeksifte, Waaqayyo du'aa akka isa kaase immoo garaa keetti yoo amante fayyina bara baraa in argatta*. Roomaa 10:9 🤝Nagaan fi ayyaanni Waaqayyoo hunda keessaniif…

📢SUMMER VIRTUAL PROGRAM 2026 “Ilaa, obboloonni walii wajjin jiraachuun, attam gaarii dha, attam namatti tolas!”--Far.133:1 🤝Nagaa fi ayyyaanni Waaqayyoo hunduma keessaniif haa baayyatu. Akkam nagaa jirtuu, maatii Gooftaa? 🔹️ Yeroo kanaa biqoonnaaf maatii keenya bira jiraachuun keenya beekamaadha. Eegaa maarree Yeroo boqonnaa keenya kanaattis sagantaa tokkummaa keenya waliin qabaannuu qopheessinee waan jirruuf namni kamuu akka irratti hirmaatu jaalala Gooftaan isin yaadachiifna. 🔸️Saganataan kun karaa "Online" gaafa 13-12-2018EC telegram channel keenya irratti waan darbuuf hiriyyoota keessan yaadachiisuun eebba kana irraa haa hirmaannuu. Qabiyyeewwaan sagantaa keenyaa: 🛐Yeroo kadhannaa 🎶Waaqeffannaa 📖Sagalee Waaqayyoo 📆Guyyaa:13-12-2018EC(Roobii) ⏰ Sa’aatii: 12:00LT galgala 📍 Karaa: @Focus_jit ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 🎯 WE ARE FOCUSED 📖 WE PREACH THE GOSPEL 🌍 WE REACH THE NATION ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 📲 Follow Us: Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook 💜❤️💜 YOURS FOCUS 💜❤️💜
📢CHRISTOLOGY CONTINUES TEACHING #PART13 🔻KYRIOS (ΚΥΡΙΟΣ) Yesus gooftaa akka ta'e afaan keetiin yoo beeksifte, Waaqayyo du'aa akka isa kaase immoo garaa keetti yoo amante fayyina bara baraa in argatta*. Roomaa 10:9 🤝Nagaan fi ayyaanni Waaqayyoo hunda keessaniif haa baayyatu. Akkam nagaa jirtuu, maatii FOCUS? 🔹Barnoonni waliittii fufaan mataduree "CHRISTOLOGY" jedhu ammas yeroo isaa eeggatee itti fufee jira. 🔹Maarree kutaa 13ffaan guyyaa boruu galagala mata duree xiqqaa "#KIRISTOOS_GOOFTAA" jedhuun itti fufa. 🔸Kanaaf hundumti keenya yeroo keenya mijeffannee irraa haa barannu. 📌Hubachiisa: Barumsi kuni audio fi barreeffaman qophaa'ee jira. ✨Hiriyyoota keenyaafis haa qoodnu. 📆Guyyaa:ROOBII(12-8-2026) ⏰ Sa’aatii: 1:00LT galgala 📍 Channel: @Focus_jit Telegram ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 🎯 WE ARE FOCUSED 📖 WE PREACH THE GOSPEL 🌍 WE REACH THE NATION ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 📲 Follow Us: Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook 💜❤️💜 YOURS FOCUS 💜❤️💜
Nagaa fi Ayyaanni Waaqayyoo hunduma keessaniif haa baayyatu. Akkam jirtu maatii FOCUS Kittoo? Egaa akkuma beekamu hojiin FOCUS kittoo keessatti hojjetamu hojii bal'aadha. Kanumaan wal qabatee documentary gabaabaa kana akka daawwattan kabajaan isin affeerra. #AYYAANA_DANUU! ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 🎯 WE ARE FOCUSED 📖 WE PREACH THE GOSPEL 🌍 WE REACH THE NATION ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 📲 Follow Us: Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook 💜❤️💜 YOURS FOCUS 💜❤️💜
📢CHRISTOLOGY CONTINUES TEACHING #PART12 🔻THE SON OF GOD Kunoo, sagaleen immoo, “Inni kun ilma koo isa jaallatamaa dha, gammachuun koos isatti in raawwatama” jedhee waaqa irraa in dubbate*. Wangeela Maatewos 3:17 🤝Nagaan fi ayyaanni Waaqayyoo hunda keessaniif…

📢CHRISTOLOGY CONTINUES TEACHING #PART12 🔻THE SON OF GOD Kunoo, sagaleen immoo, “Inni kun ilma koo isa jaallatamaa dha, gammachuun koos isatti in raawwatama” jedhee waaqa irraa in dubbate*. Wangeela Maatewos 3:17 🤝Nagaan fi ayyaanni Waaqayyoo hunda keessaniif haa baayyatu. Akkam nagaa jirtuu, maatii FOCUS? 🔹Barnoonni waliittii fufaan mataduree "CHRISTOLOGY" jedhu ammas yeroo isaa eeggatee itti fufee jira. 🔹Maarree kutaa 12ffaan guyyaa boruu galagala mata duree xiqqaa "#ILMA_WAAQAYYOO" jedhuun itti fufa. 🔸Kanaaf hundumti keenya yeroo keenya mijeffannee irraa haa barannu. 📌Hubachiisa: Barumsi kuni audio fi barreeffaman qophaa'ee jira. ✨Hiriyyoota keenyaafis haa qoodnu. 📆Guyyaa:DILBATA(9-8-2026) ⏰ Sa’aatii: 1:00LT galgala 📍 Channel: @Focus_jit Telegram ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 🎯 WE ARE FOCUSED 📖 WE PREACH THE GOSPEL 🌍 WE REACH THE NATION ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 📲 Follow Us: Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook 💜❤️💜 YOURS FOCUS 💜❤️💜
📢CHRISTOLOGY CONTINUES TEACHING #PART11 🔻THE SON OF MAN Kunoo, ilma namaa kan fakkaatu duumessoota waaqaatiin dhufuu isaa halkan mul'ataan nan arge; yommus inni gara isa bara baay'ee dheeraa jiraate sanaa dhaqee isa duratti in dhi'eeffame. Daani'el 7:13…

📢CHRISTOLOGY CONTINUES TEACHING #PART11 🔻THE SON OF MAN Kunoo, ilma namaa kan fakkaatu duumessoota waaqaatiin dhufuu isaa halkan mul'ataan nan arge; yommus inni gara isa bara baay'ee dheeraa jiraate sanaa dhaqee isa duratti in dhi'eeffame. Daani'el 7:13 🤝Nagaan fi ayyaanni Waaqayyoo hunda keessaniif haa baayyatu. Akkam nagaa jirtuu, maatii FOCUS? 🔹Barnoonni waliittii fufaan mataduree "CHRISTOLOGY" jedhu ammas yeroo isaa eeggatee itti fufee jira. 🔹Maarree kutaa 11ffaan guyyaa boruu galagala mata duree xiqqaa "#ILMA_NAMAA" jedhuun itti fufa. 🔸Kanaaf hundumti keenya yeroo keenya mijeffannee irraa haa barannu. 📌Hubachiisa: Barumsi kuni audio fi barreeffaman qophaa'ee jira. ✨Hiriyyoota keenyaafis haa qoodnu. 📆Guyyaa:ROOBII(5-8-2026) ⏰ Sa’aatii: 1:00LT galgala 📍 Channel: @Focus_jit Telegram ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 🎯 WE ARE FOCUSED 📖 WE PREACH THE GOSPEL 🌍 WE REACH THE NATION ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 📲 Follow Us: Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook 💜❤️💜 YOURS FOCUS 💜❤️💜