tgindex
MICHUU📚

Ni qoosna Ni taphanna Nama hin tuqnu siyaasa hin laaqnu amantiitti hin buunu! Maaltu nu dhiphise silaa 1000 hin jiraannu🥰 Yaadaaf👇👇 @michuu_fayisaa Chaanaalaaf👇 ✍️ @Michuu_ko

Последний пост
22 июл.
Последнее чтение
14 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
20
Тип
открытый
Язык
om
Категория
Новости и СМИ (по похожим)
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
22 874
−68 за 3 дн.
Сутки
−20
−0,09%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
2 599
19 постов
Вовлечённость
11,4%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 20
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
631
1/48двое суток
723
1/72трое суток
779

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • X ke durii jazbooftee sitti dhuftu arguu caalaa maaltu si gammachiisa Amma😁

  • "Namni maraate Akka maraate hin beeku erga tahee nutis yoo maraanneerra tahe maalitti beekna" jette #_Ababo_Tamiru😁

  • Yoomallee natti aarte Maqaakoon hadheessiini Sobiima seeqii darbi Guyyaa Koon balleessiini!

  • 13 июл.1 0609

    Xumura Bara barnootaa 2018 mana barumsaa cufuuf maatiin barattootaa, barsiisonnii Fi barattonni achitti argamne! Badhaasni barattootaa Fi qaama deeggarsa baruu barsiisuu deeggaraa tureef kennamuu eegale! Jidduutti waan na dinqu tokkotu tahe. Class tokko keessaa gurbaa average 58 fidetu sadarkaa 1ffaa bahe jedhanii waamani😂. Nan rifadhe. Gurbaan ija jabaatee dhufee badhaasa hin fudhatu jedhee osoon yaadaa jiruu gurbaanoo seeqaa dhuftee badhaasashee qalam gootee deebite😂 Maalan yaade beektaa class Sanaa nama 3 caalaa barataan waan darbe nattin fakkaatu! Dur average 58 namni fidu barataa dadhabaa Isa dhumarra jirudha. Dubbiin hedduun mataa miila taheera yeroo jennu nun amantani silaa🙄

  • Hordoftoota Koo nagaa jirtuu isin jalaan bade mitii xiqqoo biizii taheeni dhiifa

  • 4 июл.1 2424

    Ofii sin Amanan garuu ati Akka isaan amantu si dirqisiisu😁

  • 1 июл.1 40243

    Dhumarratti garuu waan hunduu ni darba! Nutis anis Atis numa darbina!

  • 21 июн.1 714632

    "Dargagguummaa daangaa dhabde " kitaaba jedhu dubbisuu ni barbaadduu? Namni fedhu react godhi

  • 20 июн.1 69823

    Waanti nama yaaddessu garuu Namni umuriin isaa 40'oota keessa jiru Gorsa daa'imaa yeroo inni si gorsu arguudha🥲

  • 14 июн.1 915101

    Mooraa Yuunivarsiitii irraa galaan jira. Deemsa guyyaa lammaaffaa Finfinnee irraa ka'een gara shaambuu imalaa jira. Bety' tu na bira taa'e. Erga Finfinnee fira bira ji'a 3 turtee biyyatti deebi'aa Akka jirtu natti himte. "Wallagga lixaarraa dhiistee gara shaambuu maalif deemaa jirtaree achis firatu jiramoo" jedheen gaafadhe. Loqoda lixaa kana bareechitee haasoftiifani. Hiriyyoonni ko baayyeen ijoollee lixaati loqodicha sirriittan adda baasee beeka. "Lakkii anoo shaaambuumattan Ala'ee gudda'ebbaa wallagga lixaa miti!"jette. Amma reefu loqonni gara shaambutti jijjirame. Na dinqeen ahaa akkasii jedheen callise. Achumarra dhaabbadheen waa yaade maqaan dhalootashee gonkumaa bety Akka hin taanen bare. Maqaan dhalootashee Baqqaluudha. Argitee waan baatii 3n qofti nama gootu! Hunduumaafuu yoo bilchaatan wayya jechuufani! Oolmaa Gaarii!

  • 14 июн.1 4829

    Konkolaataa keessatti yeroo deemtu oduu sittti buusa taanaan dulloomaa jirta quba qabaadhu!

  • 6 мая3 115216

    "Silaa Miidhanii deemurra Miidhamuutu caala Nama dhugaan miite Harka rabbii yaala!" Jedhe Haceenuu!

  • MICHUU📚 pinned «Dhugaan ilmoo waaqaati! Waaqni immoo ilmoosaaf ni dhaabbata! Nutimmoo dhugaa hordofna! Kanaaf yoomiyyuu injifatoodha! 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰»

  • 20 февр.5 511101

    Who hates being honest 🥲

  • 17 февр.4 395135

    ppt waggaa 3 dura qopheesse kana dubbisi si fayyaddi

  • Barattoonni seera seenuuf yaaddanii nama marii'attan dhabdan jirtuu? Ppt Kun isiniifi!

  • 14 февр.4 10318

    member chaanaala kanaa warri lubbuun jirtan me react godhaa isiniif deebi'eera! moqmoq goona kana booda!

  • 12 февр.4 407216

    " Gaafa guddatte Akka ilma/intala abaluu tahuu qabda!"jechaa nu giddisanii erga guddannee immoo "Of tahii jiraadhu, of danda'ii of jiraachisi!"Nuun jechuu eegalani🙄

  • 2 февр.4 719122

    Boorumasaafuu gaafan du'ee seenaa jireenya Koo dubbistan "Kun hunduu prank life ture!" Jettanii seenicha xumuruu qabdu!🙄

  • 25 янв.5 195224

    "Gatii ke sirriitti bareechee siif deebisuuf waaroo salphinaas mataatti si uwwisuuf yaadeen ture garuu maalan godha haadhakootu dubartiidha! Siin salphisuun Ishee salphisuudha! Kanaafan dhiise!"

MICHUU📚 — tgindex