@Mu Az Mahamed official
СтатистикаAs wr wb Viidiyoole garagaraa,jechoota babbareedoo fi gorsaalee boharsoo fi barsiisoo tahan arkkachuuf channel kenya join godhuun maatii keenya tahuun nu hordofa 👇👇👇👇👇👇 👉https://t.me/muazomahamed👈 👆👆👆👆👆👆
- Последний пост
- 14 авг.
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 4
- Всего постов
- 29
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 7
- 1/48двое суток
- 8
- 1/72трое суток
- 8
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
Barattonnii Kutaa 12 ffaa barana qormaata entrance fudhattaan hundii keessan gaafaa...... see more Ibsa guutuu isaa dubbisuuf bakka SEE MORE jedhuu tuqa request kan jedhuu tuqaa ilaala. Oduu ammee
Diraama hiree kutaa 93 ffan gad lakkifame jiraa kanaaf bakka DIRAAMA HIREE jedhuu tuqun Request kan jedhuu tuqaa ilaala
Oduu gammachisaa. Sa'atii ammati kaase hangaa boruu sa'ati kanatti internate hin dangeffamne kenname waan jiruuf bakka free internate jedhuu tuqun add godha bilisan fayyadama. Utuu hin dhaabbatin dafaa itti fayyadama
🚨 Namoonni yeroo amma online jirtaan Badhaasa qarshii 2000 irratti hirmaadha🔥🔥🔥 Daqiqaa muraasa qofaaf kan turu OPEN bakka jedhuu amumma aritiin tuqun add bakka jedhu tuqun badhaafamaa👇👇
Eid mubarak to all of my subscriber☀️🌙
Jaalala jechuun maal jechuudhaa ? Jaalala jechuun gammachuu nama jaalataniitiif jiraachuu jechuudhaa Jaalalti jireenya. Jaalalti gammachuudha. Jaalalti kan dheeboteef bishaanii. Kan beelaheef soorata onneeti. Kan dharraheef soorata ijaati. Jaalalti nama gammachiifti akkasumaas gaddaas qabdi. Jaalalti ifa akkasumaas kan dhabetti dukkana. Jaalalti waan hunda jechuun ni danda'amaa. Yaadaaf @keetiis_bot tuqaa @ramme63 @ramme63
Namnii channali baayye active ta'ee bitachuu barbaaddan username kanan na dubbisaa @waver15
❤@MuAz_Mahamed share and join godhu hin dagatina haya nucinaa dhabbadha nu jajjabeesse dogongora yoo qàbaannees nuuf sirreessa @MuAz_Mahamed👆👆👆👆hin hirranfatin haya #Motivational_Quotes_Mu Az ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

Eid mubarak ✨️ to my family
Hiriyya ko. Yaadaaf @Keetiis_bot tuqaa @ramme63 @ramme63 join godhaa
Ramadaan Kariim
❤@MuAz_Mahamed share and join godhu hin dagatina haya nucinaa dhabbadha nu jajjabeesse dogongora yoo qàbaannees nuuf sirreessa @MuAz_Mahamed👆👆👆👆hin hirranfatin haya #Motivational_Quotes_Mu Az ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
❤@MuAz_Mahamed share and join godhu hin dagatina haya nucinaa dhabbadha nu jajjabeesse dogongora yoo qàbaannees nuuf sirreessa @MuAz_Mahamed👆👆👆👆hin hirranfatin haya #Motivational_Quotes_Mu Az ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Nama mataan isa barbaachisuuf ........ @Salman_Mahdi1
Wantoota ✍️ Nama Gowwaa FI Nama Dadhabaa Si Footu 1.Hedduu qoosaa baayyisuu fi (serious) tahu dhabu 2.Namoota hunda jaalachiisuf Tattaafachuu gaarummaan likki Bira yoo dabarte namatu si DAGATA Habibi.🫡 #Share 👇 @gaarumansumafi
❤@MuAz_Mahamed share and join godhu hin dagatina haya nucinaa dhabbadha nu jajjabeesse dogongora yoo qàbaannees nuuf sirreessa @MuAz_Mahamed👆👆👆👆hin hirranfatin haya #Motivational_Quotes_Mu Az ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
❤@MuAz_Mahamed share and join godhu hin dagatina haya nucinaa dhabbadha nu jajjabeesse dogongora yoo qàbaannees nuuf sirreessa @MuAz_Mahamed👆👆👆👆hin hirranfatin haya #Motivational_Quotes_Mu Az ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
❤@MuAz_Mahamed share and join godhu hin dagatina haya nucinaa dhabbadha nu jajjabeesse dogongora yoo qàbaannees nuuf sirreessa @MuAz_Mahamed👆👆👆👆hin hirranfatin haya #Motivational_Quotes_Mu Az ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Waa dhabni hamaadha Fuula nama si dhaaba Kan ati beytuu tu hula sitti gad qaba Gaafa ati rakkatte Tokko siin jaaltu Hundu si wallaala Kan duraan beytu Rabbin ko sin mudin dhaban harka nama bareeda yoo taatees Enyu sitti haajama Si dheessuu eegala Gaafa ati dhabde Lafaa ol sin fuudhu Yooniifi nille cabde Kaleessa si beeka Arrammo si dheessa Dhabu keetif ja'e Ifirra si fageessa Qabaata yoo taate Kan si beeku dhibba Akka tasa dhabnaan Firrinuu si jibba Dhabaan sin mudin mee Fuula ilma nama Rabbiin siif Ha kannu Waan dhabde hunduma @MUAZMOHAMED✍️