Meysam_Nesru
СтатистикаAs wr wb baga gara channel khiyyaa nagayaan dhuftan. Jechoota babbareedoofi Vidio nama boharsu seenaalee addaa addaa Bashannansiiso fi barsiiso kha tae argachuuf join qofa godhudhan nu hordofaa https://t.me/+TilBlC52mIc1NWQ0 Gafifi yada yo. @waritu14
- Последний пост
- 14 мая
- Последнее чтение
- 13 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 23
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- —
- 1/48двое суток
- —
- 1/72трое суток
- —
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
“Milkaa’inni guyyaa tokko hin dhufu; guyyaa guyyaan hojjechuun dhufa.” kanaaf hin taa'in yaali malee 💪
Ya saahibii! Kheeyrii irraa waaniin lubbuu tiyyaan jaaladhuun siin jaaladha. :- *. Dursi salaata keetiif. Hariiroo rabbii keetii wajjiin qabduun qumaara hin taphatin. *. Du'aa'ii heddummeeysuu irraa hifattee waan hunda hin kasaarin. *. Dalagaa saaliha rabbii wajjiin qabdu san nam-tokkottillee hin himin. *. Maatiin keetii fii namni nama kamuu caalaa sitti dhihaatu nama sababa keetiin hoongaa'u,gammachuu dhabuu fii gaddu hin ta'in.»
🍂🍂Akka ilmooon daa’imni hoggu haadha irrraa fagaatte miiidhamtutti. 🍂🍂ilmi Namaatis hoggu qur’aana irraaa fagaate ni miiiidhama Garuu immoo miidhamni isaa maaal akka tahe hin beekhu 🩷🩷Jireenya tasgabbaawaa jiraachuu yoo barbaadde SAAHIBA QUR’AANAA tahi https://t.me/ikhlas10
Guyya guyyaan / yero yeroon yoo balleessiteehuu, warra istighfaara godhan keessaa tokko ta’i. Rabbiin garbicha isaa dhiifama godhuufi hin dadhabu; 🩷🩷🩷🩷🩷🩷🩷🩷🩷🩷 ati hoo isa khadhachuu irraa akkamitti dadhabda? 🍂🍂🍂🍂🍂🍂🍂🍂🍂 daqiiqaa tokko keessatti istighfaara gochuun kee si gammachiisuu danda’a, rizqii kee siif fiduu danda’a, yookaan immoo balbala onnee teetii tan cufame siif banuu danda’a . أستغفرُ اللهَ🥰 AYAN ABDALLAA https://t.me/ikhlas10
https://youtu.be/eNrev7xZtYw?si=EUhEQH2qYwu92nws
Nama rabbiin kheeyrii isaaf fadhe qofaatu qarshii 50 qofaan yatiimaa fi miskina gargaaruuf arjoomuu danda’a. Anaa fi isin yoo rabbiin keeyrii nuun fadhee jira moo akkami ? CBE 1000646534608 Dubartota nuurul islam YAADAA DABALATAAF 0955550501 Bilbiluu ni dandeessan https://t.me/ikhlas10
Isiinu Andunyadha Tanaaf malif dararamne (chinqamnna)isinu dhumun isii hin olttu alhamddulillah jatte jirachu khalas "🙏🥰
"Namarraa nama xarafarra taa'ee Rabbi gabbaruutu jira. Hoggaa gaariin isa qunname Irratti tura. Hoggaa hamtuun isa qunname (tuqe) amantii ni dhiisa." ja'a Rabbul عzzaan. Rabbiin najaa nu haa baasu 🙏 Jajuun amma namatti daftii, nillee hin jajinaa, Dubbii akkanaa tana Rabbitti irraa maganfadhaa 🫡
Ilma Namaa Jechuun... 💬#MOTIVATIONAL_ORO_ℚ𝕌𝕆𝔼𝕋𝕆𝕊💫🤴 ➪ᴍᴀᴀᴛɪᴡᴡᴀɴ 🫶 ☞︎︎︎JOIN & SHARE Gᴏᴅʜᴜᴜɴ 𝗡𝘂 𝗝𝗮𝗷𝗷𝗮𝗯𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗮❤️🩹🔋 𝗝𝗢𝗜𝗡 🔔𝗖𝗛𝗔𝗡𝗡𝗘𝗟 📢 & 𝗦𝗛𝗔𝗥𝗘 𝗟𝗜𝗡𝗞 ⚡︎ @oroNej ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Yaa Rabbii Ani eenyu MAQAAN khiyya si biratti? Haala khamiinin si biratti beekkama yaa ilaahii? ~Tan IKHLAASA qabdu moo Tan fakkeffattu?... ~Tan DHUGAA dubbattu moo tan khijibdu?... ~Tan AMAANAA eeydu moo ta nyaattu?... ~Tan BEEYLAMA khabajju moo ta hin khabajne?... ~Tan yeroo KHOBAA baate maqaa khee yaamtu tan sitti diloytu?... ~Tan Namaaf GAARII yaaddo moo tanamatti Hammaattu?... Tan nama moo... Tan... Tan... Tan... Halli Aniin Kun yaa Rabbiii..... " Haasibuu Anfusakum qabla An tuhaasabuu....". Ja,e khaliifaan umar ibnu kaxxaab 📌Guddina fi khabaajan teenya ulfina fi beekkamtiin teenya tan ilma namaa biratti qabnu asumatti hafti, garuu wanni guddaan Rabbii khee biratti ol fuudhamudha, Rabbiin khee sirraa jaalatudha, Rabbii khee biratti beekkamudha. Tarree Warren gaggaarii kheysatti yaa Allaah nusattari if biratti ol nu fuudhi warra si biratti beekkamti Argatuf laffau nu taasisi.❤️🖇 ╭┈───────── ╰┈➤ @fazakkir12 @oroNej
Si wallaaluu Namootaaf Hin Rakkatin 🧏🏻♂️ Ati Sirriitti Of Beeknaan Gahaadha.😑 Guyyaa tokko ciminni hojii kee si beeksisuuf jira.✌️ @oroNej
Nagayni Rabbii sirratti haa jiraatu..! Yoo Zikriin ganamaati fi galgalaa karoora kee keessa hin jiraatin ati hedduu lubbuu tee miiteeti jirta. Ibnul Qayyim akkana ja’a “Zikriin ganamaati fi galgala akka huccuu lolaaf uffataniiti ,cufuma namni isii heddummeeyse huccuniis jabaatti ,xiyyiniis keessa seenu dadhaba inuma jabeenya keessa gurbaa darbatetti deebi’a.” Azkaarri ganamaa fi galgalaa qalbii fi ruuhii tasgabbeeysuu keessatti shora guddaa qabdi. Ibnul Qayyim akkana ja’a “Osoo beekee gabrichi hanga nyaata fi dhugaatitti haajamu daran Zikrii ganamaati fi galgalaatti haajama.” Ibnu Useeymiin akkana ja’a “Azkaarri ganamaati fi galgalaa nama qalbiidhaan ja’eef jogola Ma’ajuuj fi yaajuuj irra jabaate taheeti isa tiiysa.” Ibnu kasiir akkana ja’a “Akka ija jinniiti fi ija Namaa jalaa isin tiiysituuf uffata zikrii uffadhaa…akka diliin teeysan ta guyyaati fi ta galgalaa isiniif araaramtuuf ruuhii teeysaan Istighfaaraan xaahara.”
Ahbaabiyal kiraam nageenyaafi rahmanni rabbiidhaa isinirra haa jiraatu jechaa. Yaadannoo hedduuu gabbabduu takka wajji laalla.😇😇😇 Gizeee hedduu takka godhii rabbiin keenya nuuf godhe. Ykn ni’imaa rabbiin keenya nurratti oole laaftumatti irraanfanneeti Wantoota nujalaa hanqatan qofa ilaaluudhan jireenya keenya ifitti bisheessina 🤨🤨🤨 Rabbiin kalaama isaa kabajama keessati hoggu nuuf himu akkana ja’a 🌟 وَإِن تَعُدُّوا نِعْمَةَ اللَّهِ لَا تُحْصُوهَا ۗ Tola rabbiin keessan isinirratti oole oso lakkooytanii. Lakkooytanii hin fixxaniii. Subhaanaaanallh وقل الحمدلله. ALHAMDULILLAH ✅ https://t.me/ikhlas10
видео или голосовое, без подписи
«Salawata _buusaa» قال رسول اللهِ ﷺ" «Irraa caalaan guyya keessani guyya » Jumu'aati,guyya jumu'aa keessaa Salawata hedduminan narratti buusaa...."jedhan Ergamaan Aalamaa......... sallalahu aleeyii wasalma https://t.me/dhugaasha
﴿ يَقُولُ يَا لَيْتَنِي قَدَّمْتُ لِحَيَاتِي﴾ { "odoon jiruu tiyya ta dhugaa tanaaf ( dalagaa gaarii ) dabarfadheen hawwa." Ja’a } Imaam ibnu Kasiir akkana ja’a : Guyyaa qiyaamaa Yoo nama dilii dalagaa ture tahe dilii dalage ,yeroo isaa ta bilaashitti gube hunda irraa sheenawa. Yoo nama ibaadaa Rabbii godhaa ture tahe osoo ibaadaa san dabalateehi hawwa jachuudha. Obboleessa kiyya ka Rabbiif jacha wal jaalannu : Ilaa arraa Rabbii keetirraa fagaatte , nama Rabbirra si fageeysu saahibde ,salaata lakkifte ,Qur’aana irraa gara galte ,intala siif halaal hin taane wajjiin haasooyte yeroo isiitis irraa gubde ,ittiis kijibde , fadhinnaa tee waan Rabbiin sirraa barbaadu dura aansite haya gaafiin si gaafadhu : gammachuu barbaaddu san argattee ?! Qalbii tee keessaan akka sheenatti jirtu niin beeka. Arra ,boruun kara Rabbii deebi’a ,qajeelee gabricha gaarii ,ilmaa gaarii taha if keessatti jachutti jirta. Maalif guyyaa qabatta ?! Duuti ati akkanatti jiru sitti dhufuu dhabuu maaliin mirkaneeyfatte ?! Halkan arraa kun guyyaa jijjirama keetii haa tahu waan Rabbirraa si fageeysaa san hunda lakkisi ,atiin arraati fi atiin kalee adda haa tahu..! Irratti muradhu Rabbiinis gargaarsifadhu ,dura salaata yeroo irratti tiiyfachuun jalqabi achumaan karaa jijjiramaa naaf seeni..! Yeroo hunda akka Rabbiin siif laaffisuun dua’ii siif karadha..!
Ilmi namaa eenyummaa isaa isa dhugaa bakka lamatti agarsiisa Waan fedhe yeroo argatu ykn waan barbaade akka hin arganne yeroo mirkaneessu!👌 ©️MH ZAIN
🌹🌺🌹🌺🌺🌺🌞🌹🌹🌹 Akka namnii ati nama gaariidha siin ja’uu fi Waan gaaris namarraa hin eeggatin Hedduu nama gaarii tahuuf yaali. Garuu Rabbii kee biratti gaarii tahuuf tattaafadhu Waan gaaris rabbuma keetirraa eeegi ⭐️💫⭐️💫⭐️⭐️⭐️⭐️ وَأَحْسِنُوا إِنَّ اللَّهَ يُحِبُّ الْمُحْسِنِينَ [البقرة:195] Gaarii (Toltu) dalagi rabbiin warra gaarii (toltuu)dalagu jaalata. https://t.me/ikhlas10
Hiriyoonni Gaariin 💝 sitti kolfu.Miira kam Keessattu (Sii waliin Ta'uu) Hiriyoonni gaariin kolfa kee Arganii imimmaan ati dhokfattee turte haxaa'u Isaan kana Hiriyya Jechuun #BASHAASHOOTA😊🥰 @oroNej
❤@MuAz_Mahamed share and join godhu hin dagatina haya nucinaa dhabbadha nu jajjabeesse dogongora yoo qàbaannees nuuf sirreessa @MuAz_Mahamed👆👆👆👆hin hirranfatin haya #Motivational_Quotes_Mu Az ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ