Jalalaa dhugaa
Статистикаjaalala dhugaa❤️ Channeli kana keysatti wanti argattan ✦ Gorsa jaalalaa ✦ imiman walaloo ✦ Yaada Jaalalaa ✦ Kalaqa walaloo ✧Sirboottan Jaalalaa ✧Seenaa dhunfaa Bifa Walalootiin ✦ Kolfaa fi baacoo fi k.k.f oll ni argattu Yaadaaf @Amir67f
- Последний пост
- 23 сент. 2023 г.
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 20
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 15 авг.
- 1/24сутки в ленте
- —
- 1/48двое суток
- —
- 1/72трое суток
- —
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
The owner of this channel has been inactive for the last 5 months. If they remain inactive for the next 17 days, they may lose their account and admin rights in this channel. The contents of the channel will remain accessible for all users.
Osoo Galaanoo taatanii akkam gootuu? Seenaan seenaa dhugaa dha. Seenaa Galaanoo fi Naanaatii Baay'een gadda, dhiirri rakkatu malee hin boo'u. Dubbiin akkasi turte. Mucaan kun maqaan isaa Galaanoo jedhama. Akkuma namni tokko durba tokko jaallatu, innis Micayyoo suuraa wajjiin ka'e tana jaallate. Maqaan ishee #Naanaatii jedhamti. Erga guyyaa jaallateetii eegalee garaa guutuu fi amanamummaadhan akka ishee jaalattu dubbata. Jaalaluma kanaan osoo jiranii isheen dhiira biroo irratti haasofsiisuu eegalte. Innis dubbii kana osoo beekuu baay'ee waan ishee jaallatuuf gochaa ishee kanarra obsaan darbaa ture. Osoo wal hin fuudhiin dura inni Adaamaa jiraatus isheen Finfinnee jiraatti. Isheen mana firaan jira jetti malee dhiira biraa waliin akka Finfinnee jirtu ragaan gara boodaa ba'e ni ifoomsa. Osooma haala kanaan jiranii Galaanoo fi Naanaatiin sirna gaa'ela isaanii maatii biratti raawwachuun gaggeeffatani. Galaanoon maatii biratti Naanaatii fhiisee hojiidhaaf gara Adaamaatti akka deebi'e dubbata. Amma ofitti fudhatutti achuma taa'ee ishee gargaaraa ture. Ofitti fudhachuuf jennaan Naanaatiin ammas Adaama osoo hin ga'iin torbanoota muraasaaf finfinnee bubbulte. Yoo Galaanoon bilbiluuf mana firaan jira nan dhufa jetti malee, mana firaas hinjirtu nama biraa waliin jirti. Erga Adaamaa deemtees mana tokkotti waliin galanii waan jiraniif Galaanoon waanuma hunda osoo beekuu dhiisa,. Guyyaa baay'ee maqaa nama bilbiluufii tokko #Firakoo jettee qabattee jiraachuu ishee arge. Galaanoonis "Erga fira kee ta'ee maaf ammaa amma siif bilbilaa?"jedhee yoo gaafatu, "Yaaduma" jettee akka isa cufte dubbata Galaanoon. Isaa booda waan shakkeef lakkoofsa mucichaa fudhatee bilbileef. "Obboleessaa! Micayyoon kuni haadha manaa kootii maaf na jalaa janajjanta" jennaanin, mucichis 'Na fuudhi!' naan jetti, ani maalin godhe?" jedhee deebisaafi. Galaanoonis, "Maaloo har'aa eegalii dhiisi!. Isheen haadha Mana kootii"jedheen. Mucichis yeruma sana "Akkas taanaan ani dhiiseera" jedheen. Naanaatiinis erga
"Sin jaaladha jedhi Yookaan deemi didii deemuun dura garuu #Durbummaa_Koo_fidi😜 Ijji koo simalee Homaa nan argituu Ooyiruunkoo simalee Midhaan naan margitu! Sin jaaladha qashtii Hundarra caalchisee Guutummaa onnee koo Si qofan dhaalchise" Naan jettee hin turree har'a maaf na ganta? Anaan eessa keessee Orma woliin galta?😭 Lakkii dhiisi hin deemini Waan feeten sitti bitaa Yoo diddes akka mixii Ciniineen sitti cita" Jette Jaalalli gubee Intalattii waadnaani Gurbaanni waadaa diigee irraa qara yaadnaani! Woggaa kuma-n turani Yoo baayyate jaatamaa waadaan buddeena miti Akkamittiin nyaatama? Wol dhageenya dhalootaa Hin gannu safuuf duudhaa Tokko qofa jaaladhaa Tokkittii Sana
https://youtube.com/@semarudinumar
𝙟𝙖𝙖𝙡𝙖𝙘𝙝𝙪𝙪 𝙣𝙞𝙞 𝙗𝙖𝙧𝙗𝙖𝙖𝙙𝙙𝙖𝙖? 𝑤𝑎𝑎𝑛 𝑠𝑖 𝑗𝑎𝑎𝑙𝑎𝑡𝑡𝑒𝑒𝑓, 𝑛𝑎 𝑗𝑎𝑎𝑙𝑎𝑡𝑡𝑒 𝑗𝑒𝑡𝑡𝑒𝑒 𝑘𝑎𝑛 𝑖𝑟𝑟𝑎𝑡𝑡𝑖 𝑜𝑓 𝑡𝑢𝑢𝑙𝑡𝑢 𝑦𝑜𝑜 𝑡𝑎'𝑒, 𝑘𝑎𝑛 𝑖𝑟𝑟𝑎𝑡𝑡𝑖 𝑏𝑜𝑜𝑛𝑡𝑢 𝑦𝑜𝑜 𝑡𝑎'𝑒, 𝑘𝑎𝑛 𝑖𝑡𝑡𝑖 𝑞𝑜𝑜𝑠𝑡𝑢 𝑦𝑜𝑜 𝑡𝑎'𝑒, 𝑜𝑓 ℎ𝑎𝑟𝑘𝑎𝑎 𝑏𝑎𝑎𝑠𝑢𝑢 𝑘𝑎𝑎𝑡𝑒𝑟𝑡𝑎🏃🏻♀🏃🏻♀ 𝙖𝙠𝙠𝙖 𝙞𝙨𝙝𝙞𝙞𝙣 𝙨𝙞 𝙟𝙖𝙖𝙡𝙖𝙩𝙩𝙪𝙩𝙩𝙞; 👉🏼 𝑘𝑎𝑛 𝑖𝑠ℎ𝑖𝑖 𝑗𝑎𝑎𝑙𝑎𝑡𝑢, 👉🏼 𝑘𝑎𝑛 𝑖𝑠ℎ𝑖𝑖 𝑘𝑎𝑏𝑎𝑗𝑢, 👉🏼 𝑘𝑎𝑛 𝑖𝑠ℎ𝑖𝑖 𝑘𝑢𝑛𝑢𝑢𝑛𝑠𝑢𝑢, 👉🏼 𝑘𝑎𝑛 𝑡𝑒𝑒𝑐ℎ𝑖𝑠𝑒𝑒 𝑙𝑎𝑎𝑡𝑢𝑓, 👉🏼 𝑘𝑎𝑛 𝑜𝑓𝑖𝑖 𝑔𝑜𝑐ℎ𝑢𝑢 𝑘𝑎𝑛 𝑏𝑎𝑟𝑏𝑎𝑎𝑑𝑢 𝑎𝑘𝑘𝑎 𝑗𝑖𝑟𝑢 ℎ𝑖𝑛 𝑑𝑎𝑔𝑎𝑡𝑖𝑛. 𝑡𝑎𝑠𝑎 𝑠𝑖 𝑔𝑎𝑡𝑡𝑒𝑒 𝑦𝑜𝑜 𝑑𝑒𝑒𝑚𝑡𝑒, 𝑑𝑒𝑒𝑏𝑖'𝑢𝑢 𝑑ℎ𝑖𝑖𝑠𝑢𝑢 𝑑𝑎𝑛𝑑𝑒𝑒𝑠𝑠𝑖, 𝑙𝑢𝑏𝑏𝑢𝑢𝑑ℎ𝑎𝑛 𝑗𝑖𝑟𝑎𝑎𝑐ℎ𝑢𝑢 𝑘𝑒𝑒𝑡𝑖𝑙𝑙𝑒𝑒 𝑑𝑎𝑔𝑎𝑐ℎ𝑢𝑢 𝑑𝑎𝑛𝑑𝑒𝑒𝑠𝑠𝑖. 𝑗𝑎𝑎𝑙𝑎𝑐ℎ𝑢𝑢 𝑏𝑎𝑟𝑏𝑎𝑎𝑑𝑑𝑎 𝑦𝑜𝑜 𝑡𝑎'𝑒, 𝑜𝑠𝑜𝑜 𝑠𝑖𝑡𝑡𝑖 ℎ𝑖𝑛 𝑑𝑢𝑘𝑘𝑎𝑛𝑎𝑎'𝑖𝑛 𝑦𝑒𝑟𝑜𝑜𝑑ℎ𝑎𝑛 𝑑𝑎𝑚𝑚𝑎𝑞𝑖. 𝑦𝑜𝑜 ℎ𝑖𝑛 𝑏𝑎𝑟𝑏𝑎𝑎𝑑𝑖𝑛 𝑖𝑚𝑚𝑜𝑜 𝑖𝑡𝑡𝑖 𝑡𝑎𝑝ℎ𝑎𝑡𝑡𝑒𝑒 𝑓𝑢𝑙𝑑𝑢𝑟𝑎 𝑗𝑖𝑟𝑒𝑒𝑛𝑦𝑎 𝑘𝑒𝑒𝑡𝑖𝑖 ℎ𝑖𝑛 𝑑𝑢𝑘𝑎𝑛𝑒𝑒𝑠𝑠𝑖𝑛. 𝑒𝑒𝑛𝑦𝑢𝑚𝑚𝑎𝑎 𝑘𝑒𝑒𝑡𝑖𝑠 ℎ𝑖𝑛 𝑥𝑢𝑟𝑒𝑒𝑠𝑠𝑖𝑛. 𝑑ℎ𝑢𝑔𝑎𝑎 𝑔𝑖𝑟𝑢 𝑖𝑡𝑡𝑖 ℎ𝑖𝑚𝑖. 𝙨𝙞𝙣𝙗𝙖𝙧𝙗𝙖𝙖𝙙𝙪𝙣 𝑗𝑒𝑐ℎ𝑎 𝑠𝑎𝑙𝑝ℎ𝑎𝑎𝑑ℎ𝑎. 𝑗𝑎𝑎𝑙𝑎𝑙𝑎 ℎ𝑜𝑜'𝑖𝑡𝑢𝑢 𝑖𝑠𝑖𝑛𝑖𝑖𝑓 ℎ𝑎𝑤𝑤𝑒𝑒𝑟𝑎🙏🏼🙏🏼🙏🏼
Si Jaaladha ~ Amma na jaalattu sin jaalla dabalee Keessa koo mooteetta hin baatu yoomillee ~ Si'i gammachuun koo iddoon koo boqonnaa Afuurri kee damma seeqni kee qabbanaa ~ An siinan mul'adha akka aduu ifee Si waliin gammachuun gara kiyya dhufee ~ Si jaaladha baayyee hangan qabu ammaa Si waliin jiruun koo mi'aa akka dammaa ~ Naaf jiraadhu kuma hundumaa naaf caali Jireenya kiyyarratti gammachuu dabali ~ Sin jaalla hundaa ol mootii onnee kiyyaa Lapheen kee mana koo dawoon keemmoo biyya
#jaalala_Dhugaa! Goroorri kee dammaa Laphee koo qabbaneessa Osoon si argee ammaa Dadhabbi koon balleessaa💗 Halkanii guyyaan siyaadaa Loosha onneef mootii Silaa sii fudheen badaa Akka yaada kootii.👫 Gubaan yaada keetii Takkallee nan ciibsuu Qalbiin sumaa feetii Me akkamiin siif ibsuu? Deemuus nan deemsisuu Simalee galmaan gahuu Taa'uus nan teessiisuu Rafuus dharraan bahuu Nama jaalatan yaadanii Qalbiin hawwee dharra'aa Yaadaanis yoo badanii Garaan nama boora'aa🤔 Jechuma kamiin ibsuu Miidhaginnii kee addaa Osoo tiyyaa ta'uu baattee Silaallleen baayyeen gaddaa😥 Gaafaan dura si arguu Baayyeen sitti nahee Of to'achuu dadhabeen Gaggabee lafa dhahee. Dhibee kuffistuu se,anii Namoonni naa dheessanii Hiriyyoonni koo fuudhanii Mana yaalaa naa geessanii Ergaan hospitaala seenee Namaa keessaan bahee Bu'aan dhukkubaa kootii Dawaan sii duwwaa ta'ee Argaa guyyaa tokkoon Keessaa koo waraantee💘 Booda suutumaa suutaa Onnee koo wallaantee♥️ Ergaan hospitaalaa bahee Bakka jirtuun gaafadhee Si argeen sitti gammadee Onneerraa sii jaaladhee💝 To'aattuu jireenyaa too! Waan ofii damma too! Gaar-tokkee tiruu too! Siin yaadee ..........too! Kophaa ta'een mukkaa'ee Boontuu koo na si'eessii Gorora kee dammasan Koottuu natti mi'eessii. Anoo amala qabeessaa Sin rakkisuu badaa Duudhaaf safuun qabaa Ani ilmi abbaa gadaa Narraan fagaatiin maaloo Sidhabnaan nan aaraa Argaan kee naaf dawaadha Dhibee keessa koo yaalaa. Simalee homaan qabuu Dadhabbi narraa balleessii Gubadhee bee waan ofii Koottuu na qabbaneessii. Garaan kee yoo naa nahee Jaalalaan naa wallaanii Sumaaf jedheen ta'ee Miidhama naa baraarii Rifeensa kee qaqqabeen Foolii kee fuunfadhaa Achi gadii bu'een ammoo Handhura keen dhungadhaa💋 Karaatti dadhabdee Muugdee najalaa rafinii Sii duwwaan abdaadhee Adaraa narraan hafinii Egaa maal godhuree Homaan jedhuf maleessaa Fageenyaatu na danqee Uumpha💋afaan kee keessaa. Na laamsheessaa bar Guutuummaa qaama koo Si arguun jabaadhaa! Uuuuuuphaa💋damma koo! 💋💋🌹♥️🌹💚❤❤ 💋💋🌹♥️🌹💚♥️♥️ 💋💋🌹❤🌹💚❤
Nama biraa hin qabuu Simalee ani firaa Jaalallee koo dammee Hin fagaatin narraa Kun jaalala miti Maraachatu na qabee Oolee buluun dadhaba Sagalee kee dhabee Duruu wal jaalata Namni bakka bakkaa Maaliif jaalalti kee Hirriba na dhorkaa Na bobbooressita Laphee koo kuffistee Jaalala qofamoo Wayumaan na tuqxee? Araada koo guddaa Sibaree sibaree Suma qofan yaada Ganamaa fi waaree Maaliin siif ibsuree Jaalala koo onneerraa
Qofaa kiyya na dhiiftee Ati deemtus na gattee...! Keessi koo tasan beektuu Imaanaa kee dagattee...! Hin abdattu yoomiyyuu Garaan koo orma amantee...! Onneen koo hin jiraattuu Irbuu kaleessaa gantee...! Sin yaadadha har'ayyuu Aduu dhihee bari'uu...! Yaadni kee yeroo maraa Qalbii koo na booji'uu...! Erga deemte garaan koo Takkaa hin beektu raftee...! Jabduu onneen sibiilaa Nii dhufta moo hin haftee...?
❤️JAALALA❤️ ~ "Si malee jiraachurra ,irree harka irratti du'uu naaf wayya" Jechi yoo gocha ta'e ,himni armaan olii sirrii sirriin oliiti.Garuu yoo gochi bira hin jirre ykn yoo abbaan jaalatame bakka kana jiraachuu baate faayidaa dhaba malee! Jaalalli suuraa onnee(❤) bakka hundatti kaasaa ooluu fi ergaa ooluun ,sirbaan , aartii fi dhukkubbiin osoo hin taane garaa irraa ta'a. Namni afaaniin qofa sin jaaladha waliin jedhu garuu kan wal argaa walii jibbu , kan garaa duuba harka wal qabatee boo'ee jaalala walii ibsatee boodammoo wal quba hin qabne, tokkummaa jedhee osoo boo'u garuu kan maaddii tokkotti waliin hin nyaanne jaalala waliif qaba hin jedhamu. Jaalalli guutuun garaa fayyaa waliif qabaachuun ibsama. Fixii jaaladhu!Jaalattee amanummaa biraa hin hambisiin.Hir'uu kennanii ,guutuu argachuun waan hin jirreefi.Nama jaalatte amanis ,jaaladhus! Jechama "Jaaladhu malee hin amaniin" jedhu yoo sammuu keessaa qabaattellee haqii gati.Yoo Sitti himuuf jedhanillee gurra kee irraa cufadhu. Vaayirasii hamaa JAALALA dhabamsiisu waan ta'eefi. Miidhaan jaalalli hanga ammaa fide yoo jiraate ,waanuma hin jiraanne qofa.
𝙝𝙞𝙣 𝙜𝙤𝙬𝙬𝙤𝙤𝙢𝙞𝙣 𝙙𝙝𝙞𝙞𝙧𝙪𝙢𝙢𝙖𝙖 𝑗𝑒𝑐ℎ𝑢𝑢𝑛 𝑠ℎ𝑎𝑚𝑎𝑟𝑟𝑒𝑒/𝑑𝑢𝑟𝑏𝑎 𝑏𝑎𝑎𝑦'𝑒𝑒 𝑤𝑎𝑙𝑖𝑟𝑟𝑎𝑡𝑡𝑖 𝑦𝑘𝑛 𝑎𝑙𝑡𝑜𝑘𝑘𝑜𝑡𝑡𝑖 𝑗𝑎𝑎𝑙𝑎𝑐ℎ𝑢𝑢 𝑚𝑖𝑡𝑖. 𝑙𝑎𝑘𝑘𝑜𝑜𝑓𝑡𝑢𝑛/𝑚𝑎𝑑𝑎𝑎𝑙𝑡𝑢𝑛 𝑑ℎ𝑖𝑖𝑟𝑢𝑚𝑚𝑎𝑎; 𝑠ℎ𝑎𝑚𝑎𝑟𝑟𝑒𝑒 𝑡𝑎𝑘𝑘𝑎 𝑖𝑠ℎ𝑒𝑒 𝑗𝑎𝑎𝑙𝑎𝑡𝑡𝑒 𝑠𝑎𝑛 ℎ𝑢𝑛𝑑𝑎 𝑐𝑎𝑎𝑙𝑐ℎ𝑖𝑠𝑡𝑒𝑒 𝑗𝑎𝑙𝑎𝑐ℎ𝑢𝑢 𝑓𝑖𝑖 𝑦𝑒𝑟𝑜𝑜 ℎ𝑢𝑛𝑑𝑎 𝑎𝑚𝑎𝑛𝑎𝑚𝑎𝑎 𝑡𝑎'𝑢𝑢𝑓𝑖𝑑ℎ𝑎. 𝑎𝑑𝑑𝑢𝑛𝑦𝑎𝑎 𝑘𝑎𝑛𝑎𝑎𝑓 𝑎𝑡𝑖 𝑛𝑎𝑚𝑎 𝑡𝑜𝑘𝑘𝑜 𝑞𝑜𝑓𝑎. 𝑛𝑎𝑚𝑎 𝑠𝑖 𝑗𝑎𝑎𝑙𝑎𝑡𝑢𝑢𝑓 𝑔𝑎𝑟𝑢𝑢 𝑎𝑑𝑑𝑢𝑛𝑦𝑎𝑎 𝑘𝑎𝑛𝑎 𝑔𝑢𝑢𝑡𝑢𝑑ℎ𝑎. 𝑒𝑒𝑛𝑦𝑢𝑚𝑚𝑎𝑎 𝑏𝑎𝑟𝑒𝑒𝑑𝑎𝑎 ℎ𝑜𝑟𝑎𝑐ℎ𝑢𝑢𝑓 𝑖𝑙𝑎𝑎𝑙𝑐ℎ𝑎 𝑘𝑒𝑒 𝑗𝑖𝑗𝑗𝑖𝑖𝑟𝑢𝑢 𝑞𝑜𝑓𝑡𝑖 𝑔𝑎ℎ𝑎𝑎𝑑ℎ𝑎. 𝑛𝑎𝑚𝑛𝑖 𝑠𝑖𝑟𝑟𝑖𝑖𝑛/𝑔𝑎𝑎𝑟𝑖𝑛 𝑦𝑜𝑜 𝑠𝑖𝑖𝑓 𝑑ℎ𝑢𝑓𝑒, 𝑛𝑎𝑚𝑎 𝑠𝑖𝑟𝑟𝑖 𝑡𝑎'𝑢𝑢𝑓 𝑦𝑎𝑎𝑙𝑖. 𝑠ℎ𝑎𝑚𝑎𝑟𝑟𝑒𝑒𝑛 𝑜𝑛𝑛𝑒𝑟𝑟𝑎𝑎 𝑠𝑖 𝑗𝑎𝑎𝑙𝑎𝑡𝑡𝑢 𝑤𝑎𝑛𝑡𝑎 𝑏𝑎𝑎𝑦'𝑒𝑑ℎ𝑎𝑎𝑛 𝑠𝑖𝑡𝑡𝑖 𝑔𝑎𝑑𝑑𝑖𝑡𝑢𝑠 𝑠𝑖𝑟𝑟𝑎𝑎 𝑓𝑎𝑔𝑎𝑎𝑐ℎ𝑢𝑢 ℎ𝑖𝑛 𝑏𝑎𝑟𝑏𝑎𝑎𝑑ℎ𝑢
◾Jaalalaaf foormulaan kana jedhamu hin jiru. "Olkaa'an olka'anii fuudhu" jedhama mitiiree...? Jaalalli akkasi . Kan ittin dhamaane, kan ittin qophoofne, kan ittin dhimmine eessaa dhufa...? Jaalalli itti qophii barbaada. Yeroon jalqabaa baay'ee tolaaf miidhagaadha. Boqonnaa nama dhorka. ◾Sammuu keenya too'annoo miira haaraa sana jala galchee of nu dagachiisee addunyaa biraa keessa nu joorsa. Haata’u; yeroo bareeda kana argachuutti gammaduun gaariidha. ◾Garuu sana booda of qopheessuun barbaachisaadha... Jabinni yeroo itti qoramutu, jaalallis, miirri jaalalaas qoramuun ni dhufa, isheenis yeroo itti guutuu taatee waan hedduu yaaduu jalqabdutu dhufa. Kanaaf cimina ofiirratti hojjechuu yaaduun gaariidha. ◾Bakka ofii beekuu, madaala ofii beekuu, kan of fakkaatu beekuu ulaagaa ati jalqaba jaalalaa godhachuu qabdudha. Jireenya jaalalaa kee keessatti Dubartiin :- sin kabajne, dubartiin si busheessituuf si tuffattu, dubartiin bakka siif hinkennine, sin barbaachistu. Siif hin taatu ; sin madaaltu sin fayyaddu. ◾Atis isheen durbaa akkasuma :- Dhiirri sin kabajne, sin kunuunsine, madaala si barbaachisuuf, bakka si barbaachisu siif hin kennine siif hin ta'u; sin barbaachisu. Bakka kee miti. Nama siif jireenya kee gara fuulduraaf kenname miti. Jaalachuun qofti gahaa miti. Bakka ofii beekuun barbaachisaadha. Ejjennoo toluun akkan kufneef, akkan mucucaanneef Jedha OROMOON ! ◾Jireenya kee keessatti dubartii takka faana bu'i. Asiif achi yaaduun jireenya kee tasgabbii dhorka. Tartiiba yaada kee bittinneessa. Yaada kee facaasa. Waan tokkorratti gaafa xiyyeeffattu karoorri jiruu kee wal qabata. Eeyyee dubartii takkarratti gaafa qalbii kee walitti qabdee teessu karooraaf yaadota biroo hedduutti sammuun kee hojiirra oola malee burjaajiin sin rakkisu ; atis isheen durba akkasuma, Sammuun hin facaane immoo misooma gaariirratti argama. ◾Kan si geessu, kan si barbaachiftu, kan qalbiif yaadni kee itti boqote takka argatte waan ta'eef jireenyi kee tasgabbii keessa jira. Kanaaf takka irratti xiyyeeffadhu, Oliif gadi hin joorin. Kudhan argiteef bakka kudhanitti ofin kukkutin. Takka jaaladhu yaada keef eenyummaa kee tasgabbeessi , Jaalalaa DHUGAA Namaa sanaaf qabaadhu ! ◈Share◈Share ✨。\|/。🌺 ─────•◈🔥◈•───── @jalalaadhugaa ─────•◈🔥◈•───── 💜。/|\。💎 🔺JOIN🔺
Jalalli Madaadha Jaalalli dhugaa inni hin qabne mudaa Keessi isaa garuu fayyaa miti madaa Kana ilaalteetoo yaadaf hin sardamin Akkamitti jechuun gafachuuf hin mamin Eeyyoo Jaalalli madaadha Eeyyoo Jaalalli dhibeedha Hammi jaalachuu kee obsuudha ibsama Madaaf dhibee malee mee maaltu obsamaa? Ammi wal jaalatan amma wal obsanii Hir'uu keessa ofii waliif yoo guutanii Jaalalli inni dhugaa madaadha dhugaattuu Osoo si dhukkubuu kolfaa kan filattuu #Share Share◈Share◈Share ✨。\|/。🌺 ─────•◈🔥◈•───── @Jalalaadhugaa @Jalalaadhugaa ─────•◈🔥◈•───── 💜。/|\。💎 🔺JOIN🔺
Kolfi ~ Mee bisiq godhe kolfi yaa qaxalee Kolfi umrii'n gabaabsu ni dheeressa malee ~ Kolfi kee fayyaadha fuulli kan kees ifaa Gammachuun garana karaa keetin dhufaa ~ Gammadi damma koo sesseeqii taphadhuu Gadda ajjeesitoo gammachuun jiraadhuu ~ Kolfi kee kolfa koo gaddi kees naaf gaddaa Ifni jireenya koo ilkaan keerraa maddaa ~ #Share Share◈Share◈Share @Jalalaadhugaa ─────•◈🔥◈•───── 💜。/|\。💎 🔺JOIN🔺
https://www.facebook.com/bil133
Jalalaa dhugaa jaalala dhugaa❤️ Channeli kana keysatti wanti argattan ✦ Gorsa jaalalaa ✦ imiman walaloo ✦ Yaada Jaalalaa ✦ Kalaqa walaloo ✧Sirboottan Jaalalaa ✧Seenaa dhunfaa Bifa Walalootiin ✦ Kolfaa fi baacoo fi k.k.f oll ni argattu Yaadaaf @Amir67f
❤️❤️ QASHXII TOO❤️❤ 𝘴𝘪𝘧 𝘑𝘢𝘥𝘩𝘦𝘦 𝘣𝘢𝘩𝘦𝘦 𝘒𝘢𝘺𝘺𝘰𝘰 𝘬𝘰 𝘥𝘢𝘨𝘢𝘥𝘩𝘦𝘦 𝘑𝘪𝘳𝘶𝘶 ko 𝘨𝘶𝘶𝘵𝘶𝘶 𝘚𝘪 𝘢𝘳𝘨𝘶𝘥𝘩𝘢𝘢𝘧 𝘫𝘢𝘥𝘩𝘦𝘦 𝘵𝘪𝘺𝘺𝘢 𝘫𝘢𝘥𝘩𝘦𝘦 𝘣𝘦𝘦𝘬𝘢𝘢 𝘖𝘯𝘯𝘦𝘦𝘳𝘳𝘢𝘢 𝘰𝘭𝘬𝘢𝘢𝘴𝘦𝘦 𝘈𝘬𝘬𝘢𝘮 𝘢𝘵𝘵𝘪𝘪 𝘨𝘢𝘳𝘶𝘶𝘶 𝘒𝘢𝘯𝘢 𝘯𝘢𝘢𝘧 𝘩𝘶𝘣𝘢𝘵𝘦𝘦2* 𝘣𝘦𝘦𝘬𝘦𝘦 𝘩𝘪𝘯 𝘥𝘶𝘣𝘣𝘢𝘥𝘩𝘶 𝘞𝘢𝘮𝘢 𝘩𝘶𝘯𝘥𝘢𝘢 𝘫𝘢𝘥𝘩𝘢𝘢 𝘑𝘢𝘭𝘢𝘢𝘭𝘢 𝘬𝘦𝘦𝘯 𝘲𝘢𝘣𝘢𝘮𝘦𝘦 𝘕𝘢𝘢𝘧 𝘩𝘶𝘣𝘢𝘥𝘩𝘶𝘶 𝘢𝘥𝘢𝘳𝘢𝘢2* 𝘛𝘢𝘢'𝘦𝘦 𝘺𝘰𝘰𝘯 𝘥𝘦𝘦𝘮𝘶𝘶𝘴 𝘠𝘢𝘢𝘯𝘪𝘪 𝘬𝘰 𝘴𝘪 𝘣𝘪𝘳𝘢 𝘍𝘢𝘨𝘢𝘥𝘩𝘦𝘦 𝘺𝘰𝘰𝘮 𝘣𝘦𝘦𝘬𝘢𝘢 𝘋𝘶𝘳𝘪𝘪 𝘩𝘢𝘯𝘨𝘢𝘢 𝘢𝘳𝘳𝘢𝘢 𝘏𝘢𝘳'𝘢 𝘵𝘢'𝘦𝘦 𝘬𝘢𝘭𝘦𝘦𝘴 𝘚𝘪 𝘢𝘳𝘨𝘶𝘶𝘥𝘩𝘢𝘧 𝘩𝘢𝘸𝘸𝘦𝘦 𝘎𝘢𝘳𝘶𝘶 𝘮𝘢𝘢𝘭 𝘨𝘰𝘥𝘩𝘶𝘶 𝘚𝘪 𝘢𝘳𝘨𝘶𝘶 𝘩𝘪𝘯 𝘥𝘢𝘯𝘥𝘦𝘯𝘺𝘦 𝘈𝘣𝘥𝘪𝘪𝘯 𝘬𝘶𝘵𝘶𝘶 𝘢𝘯𝘪𝘪 𝘚𝘪 𝘦𝘦𝘨𝘢 𝘺𝘰𝘮𝘪𝘪𝘭𝘦𝘦 𝘘𝘢𝘭𝘭𝘰𝘰 𝘬𝘰 𝘢𝘥𝘢𝘳𝘢𝘢 𝘏𝘪𝘯 𝘧𝘢𝘨𝘢𝘵𝘵𝘪𝘯 𝘈𝘵𝘵𝘪𝘭𝘭𝘦. Share◈Share◈Share ✨。\|/。🌺 ─────•◈🔥◈•───── @Jaalala dhugaa ─────•◈🔥◈•───── 💜。/|\。💎
😍LUBBUUKOO ✨ Yoonif hayyama kee tahe fedhiin ani siif qabu akkana jedheen siif ibsa. Hangan sijaaladhu tilmaamuu hin beeku. Qama kee oson maxxanee Lubbuukoo silaa sibira jiraadhee Sitti maxxanee wantan an sigodhu Ofitti si qabee dhungoon si dhungadhu Tokko sirraa nan dhoowwu dhugaa hanga yaa boonaa kiyya na dhiisi dadhabee naan jettutti. Umphaa!💋💋 Ilove you ✨。\|/。🌺 ─────•◈🔥◈•───── @jalalaadhugaa ─────•◈🔥◈•─────
Jalalaa dhugaa jaalala dhugaa❤️ Channeli kana keysatti wanti argattan ✦ Gorsa jaalalaa ✦ imiman walaloo ✦ Yaada Jaalalaa ✦ Kalaqa walaloo ✧Sirboottan Jaalalaa ✧Seenaa dhunfaa Bifa Walalootiin ✦ Kolfaa fi baacoo fi k.k.f oll ni argattu Yaadaaf @Amir67f https://t.me/jalalaadhugaa
#Dhaamsa ♥️ 1. Jaalalli yoo ati dhugaan kunuunsite yoomiyyuu hin xoolagu. ♥️ 2. Dubartiin takka akka jaalalleen ishee ishee dhiisee nama biraa hin jaalanne gochuuf, jaalala shakkii of keessaa hin qabne kennuufii qofaani. ♥️ 3. Jaalalti bareeduma osoo hin taane miira wal harkisa nama lamaa jidduu kan maddudha. ♥️ 4. Nama jaalattu tokko akka sin shakkine yoo feete ati dursii shakkii irraa fagaadhu. ♥️ 5. Namoonni hedduun kan jecha 'sidura nama hin jaaladhe' jedhu kana fayyadaman warra jaalalti hin galiniifidha. ✨。\|/。🌺 ─────•◈🔥◈•───── @jalalaadhugaa ─────•◈🔥◈•───── 💜。/|\。💎