Burqaa jaalala dhugaa 💓
СтатистикаWalaloo jaalalaa toora kanaan ni argattu, walaloo jaalalaa yoo qabaattan share nuuf godhaa @ https://t.me/Jalalaadh🌹💌 @ https://t.me/walaloojalal 💘💘💘💘 @hamdiidh
- Последний пост
- 14 авг.
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 10
- Всего постов
- 59
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 329
- 1/48двое суток
- 377
- 1/72трое суток
- 406
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
видео или голосовое, без подписи
Jidduu ija tiyyaa fi onnee tiyyaa jirta... @ https://t.me/Jalalaadh 🌹
видео или голосовое, без подписи
Onnee tiyya keessa jirta♡ x100 @ https://t.me/Jalalaadh ❤️
Onneen🫀 Jaalala feeti, Sammuun🧠 Milkaa'ina barbaaddi, Qalbiin Garuu Nageenya barbaaddi!. @ https://t.me/Jalalaadh
HIN ARGATTU! Akka garaa keetiitti Hin argattu waan feetu Wol bira daddabarsa Gara-galchee hireetu Kaniti ofii barbaaddu Garagalee sin laaluu Innis barbaacha deema Kan fedha isaa madaaluu Ati isa tokkoof joortee Ibidda lulluuqqattaa Tokko mmoo duuba keeti Siif boo'ee guggubataa Ati isa duuba keeti Quban qabdu fedha saa Inni ati barbaaddus Quba sin qabu tasaa Carraatu akkas godhee Daddabarsa wol biraa Kaniti feetu tokkoo Kan si hawwu kan biraa Isa hawwinu dhabnee Kajeelaa hin jiraannuu Bira nun dabarsin gaa Wanta ofii barbaannuu 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰 :¨·.·¨: 💔 `·. @ https://t.me/Jalalaadh ❤️ ➖➖➖➖➖➖➖➖
Takka jabanaa, takka sinii....! "Sinii fi jabanaanis Bifti wal hin fakkaatu Wal malee hin bareedanii Kanaaf wal jala kaatu Yoo siniin bira hin jirre Jabanaan hin dhaabbattu Yoo jabanaan hin jirre Siniin buna hin abdattu Jabanaan akka saawwaa Ennaa daakuu dhudhaatu Namni muchashee hawwa Akka waan aannan baatuu Jabanaa ibiddarraa Kan danfi keessaa koqu Tuqneet waan ishee barra Namni onnatee hin tuqu Ogeettiin buna dhaabdee Sinii natti kennitee Na amanuu dadhabdee Harka isa guba jettee Harka koo naaf hafuufte Harkumaan narraa fuutee Jabanaa bifa halkanii Sinii bifa buburree Waan akkanaa hin beekanii Tasa walitti barree Durillee akkana hin turree Takka jabanaa, takka sinii Buna fakkaate keenya kunii Takka jabanaa, takka sinii Buna fakkaate keenya kunii Takka jabanaa, takka sinii Buna fakkaate keenya kunii !!!!!" :¨·.·¨: 💔 `·. @ https://t.me/Jalalaadh ❤️ ➖➖➖➖➖➖➖➖
YOO DHUFTEEF SIN EEGA! Yoo dhufteef sin eega, Balbala onnee banee Silas deemuu kankee, Garaan yoom amane? Qara ilaalaan jira, Ofiikoo irraa bahee Lubbuun osoon jiruu, Waan hin jirre tahee Yoo dhufteef sin eega, Yaada jijjiirrattee Coba imimmaankoo, Kallattii godhattee Sittin obsa hunda, Bu'aa bayii jiruu Kunoo ergati deemtee, An jiruyyuu hin jiru Lubbuunkoo si dhabnaan, Narkatti maraatti Yoo dhufteef sin eega, Qe'ee jaalalaatti! @ https://t.me/Jalalaadh 🌹
Jibba irra jaalalli; Fudhachuu irra kennuun; Kuffisuu irra harka qabuun; Miidhuu irra gargaaruun; Dheekkamuu irra gorsuun; Dubbachuu irra dhaggeeffachuun; Yeroo kamillee gaariidha! @ https://t.me/Jalalaadh 🌹
Namoonni nama jaalalaaf isaani gowwomeerratti qaruuxumma isaani agarsiifachu yaalan baay'een erga nama isaan jaalatu san dhabani booda gowwummaa isaani hubatani sheenaa quba if ciniina boo'u. Namu jaalala keeysatti Gati imimmaan dhangalaase dhiiga sheenaatin kafala jiraata! @ https://t.me/Jalalaadh 🌹
https://youtu.be/rWam_wDGPX4?si=85kJeBVD53LaS3sQ
Walaloo jaalalaa babareduu argachuu yoo barbaadan #Join godha
Jaalalli wareegama qaba; wareegama Jaalalaa xiqqo takkallee na waliin kafaluuf hin yaaltu yoo tahe sobdee natti hin siiqiin. Jaalalli fafakkeessaan odoo hin tahin dhugaa keessaa dhufeenii qalbii booji'a.🥰 @ https://t.me/Jalalaadh
Jaalachuu gaafa dandeessu Waan jaalattu beekuu qofaa miti, gama waan jaalattee tarkaanfatuu eegalta, Sababa kanaan Jaalatanis jaalatamaanis Jaalallis Tokko taha!. @ https://t.me/Jalalaadh
An kaniin jedhu surri warra dubara irratti zipiin inni fula duraan jiru maliif fayada🤷♂😜 ▣ Join Us ▣ 😂😂😂😂😂😂😂😂😂 @ https://t.me/Jalalaadh
Shamarran gaafa jalqaba heerumtu laakkofsa bilbilaa Abbaa manaa ishee akkanatti save godhatti..... 😂 Guyyaa jalqabaa... My 💕 love... xiqqoo bubbullaa .... Gaalii/qaalii koo....😮 yoo ijoollee horan.... Abbaa Abdallaa... 👨👧👦 Gaafa manguddooamn.... Jaarsattii..... 😁
Onnee koo keessa jirta Eessa yoon jiraadhes eessa yoo jiraattes onnee koo keessa jirta yeroo kamiyyuu keessatti akka ani si jaalladhu akka ati naaf bartun barbaada. Sin jaaladha
🙏Dhiifama 🙏 naaf godhii ilmi namaa ni dogongoraa 😌❤️ @ https://t.me/Jalalaadh ♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡
♡ Jaalala keessatti Namoonni Osoo gaddisiistu si gammachiisani Osoo boochistuu immimaan isaani lolaasaa si waliin kan jiraatan Osoo sobduu kan si amanan Osoo miituu kan si barbaadan.madeessitee deemtee deebitus kan jaalalaan si keessuummeessan guyyaa tokko na gahe jedhanii deeman.yeroos yoomillee eenyumaanuu deebistee argachuu hin dandeessu. Kanaafuu... Nama jaalalaa keetiin gowwoome si dhabuurra jedhee waa mara siif danda'u atis gowwoomif yoo hin jalanne garuu dhugaa jiruu itti himuun yeroo dhan gaggeessi....! Jaalalti miidhaa miti 💚 @ https://t.me/walaloojalal ❤️
Baayyee callisuu koo irraan kan kahee gaafa kessumman mana keenya dhufu anaan haasahi jedha😭 ❤️ @ https://t.me/walaloojalal ❤️