Oromia Health Bureau
Статистика- Последний пост
- 6 авг.
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 21
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- Категория
- Новости и СМИ (по похожим)
- В каталоге с
- 14 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 7 237
- 1/48двое суток
- 8 293
- 1/72трое суток
- 8 944
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
видео или голосовое, без подписи
Oduu Gammachiisaa Biiroon Fayyaa Oromiyaa Dhaabbata “Project Harar” Waliin Ta’uun Hospitaala Yuuniversitii Wallaggaatti Marsaa 2ffaaf Daa'imman Godinaalee Buunnoo Beddellee, Wallaggaa Arfanii fi Shawaa Lixaa Rakkoo Baqaqa Hidhii fi Laagaa Qabaniif Hagayya 8 – 10/2018tti Tajaajila Yaala Bilisaa Kennuuf Qophiirra Waan Jiruuf Carraa Kanatti Akka Fayyadamtan Isin beeksifna. Biiroo Fayyaa Oromiyaa fi Dhaabbata “Project Harar” Hubachiisa: Baasii Nama Tokkoo fi Daa'ima Yaalaaf Dhufuu Kan Geejjiba Dhaqaa fi Galaa Dhaabbata “Project Harar” Kan Danda'u Ta’a. Odeeffannoo Dabalataaf 0917794735 Obbo Bushuraa Nugusaa Dubbisaa Akkasumas Sarara Bilbila Tolaa 6955 irratti Bilbilaa
https://www.facebook.com/share/v/1Rrj9AmGVh
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
Baga gammaddan. Baga gammadne Waxabajjii/2018 ============================ Biiroon keenya bara 2018 walgitiinsa fayyaa damee dhimmoota dubartoota, daa'imman, hawaasummaa fi kutaa qaamolee hawaasaa hirmaachise irratti gumaachaa olaanaa taasisee fi raawwii bu'a qabeessa galmeessiseen akka biyyaatti dursummaan ministeera fayyaa irraa badhaasa beekamtii argate.
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи