ORO SKY SPORT™
СтатистикаChaanaalii kana keessatti Odeeffannoowwan ispoortii yeroo isaa eeggate kanneen akka ✓ Jijjiirraa taphattootaa ✓ Seenaa taphattootaa ✓ Tapha kallattiidhaanii Yaada qabdaniif 👉 @ https://telega.io/c/ORO_SKY_SPORT1
- Последний пост
- 13 авг.
- Последнее чтение
- 13 авг.
- Постов за неделю
- 1
- Всего постов
- 22
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 106
- 1/48двое суток
- 121
- 1/72трое суток
- 131
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
BAGA GAMMADDAAN ☺️ ABISINIA BANK MAMIILTOOTA ISAAF CARRAA BAREEDAA FIDEE JIRA AMMAA DEEMAA IRRATII HIRMAADHAA BADHAFAMA TA'AA ISINIIN JEDHA 🙏
Tapha Piriimiyerliigii Ingiliiz Dilbata dhufu Liiverpuuliif Fi Woolvis ❤️ irratti ilmaan Diyoogoo Jootaa (Deenisii fi Duwaartee) ni argamuu
📊 Taphataan bara 2025 kilabii fi biyyaaf ta'e hunda irratti Liyooneel Meesii caalaa kubbaa mijeessee kenne hin jiru.🪄🔥
Taphattoota erga Biruunoon Maanchistar Yunaayitid mallatteessee booda carraa goolii galchuu liigii kana keessatti uuman.
Tapha eda Riyal Madrid Deportivo alaves goolii 2:1n injifatee irratii Reetingi Beelingihaam ⭐
THE BATTLE OF CLEAN SHEET SANCHEZ VS RAYA 🔥🔥
Taphatoonii Arseenal 5 yeroo isaan taphataa Woolvis 1 faana fiigaan qindoomina ajaa'ibaa 🔥
JUST IN Chelsea fi Real madrid murilo forest irraa mallatteesifachuu barbaadu 🎖 Daily Mail
🐐
Cheelsiin taphoota 3n darbaniin gahumsaa isaati deeba hin dandeenye
🇪🇺Taphoota Shaampiyoons Liigii Awurooppaa amma taphatamaa jiru. ⏱Boqonnaa Riyaal Maadriid 1-2 Maan Siitii ⚽️Roderigoo 28' ⚽️Orayli 36' ⚽️Haaland 43' P Kilab Biruuj 0-1 Arsenaal ⚽️N. Madukee 25' Atleetik Bilba'oo 0-0 PSG Baayer Livarkusan 1-0 Niwkastil ⚽️Andrik 14' Benefikaa 1-0 Naapoolii ⚽️Richard 20' Dortumaand 1-1 Boodoo ⚽️Brant 19' ⚽️Alesami 42' Juveentus 0-0 Paafos
"Kana yaadadhu, osoo gara Liivarpuul hin dhufin dura nama mo'amaa turte." 🗣 | Jaamii Kaaraagar ; Mohaammad Saalaattin
Arne Slott Salah irratti 🗣 "Waan inni miidiyaa irratti dubbate amanuu hin dandeenye!"
CHERKI VS WIRTZ
🚨 47 CAREER TITLES FOR LEO MESSI! 🇪🇸 35 with Barcelona 🇦🇷 6 with Argentina 🇫🇷 3 with PSG 🇺🇸 3 with Inter Miami THE MOST SUCCESSFUL PLAYER OF ALL TIME. 🐐
Maanchistar Yunaayitid baatii Guraandhalaa keessa Koonor Gaalaagar fudhachuuf yaadaa jira. Taphataan kun naannoo paawundii miiliyoona 26 akka baasu yaadameera. Kilabichi galmi dursa isaaniif kennu kan biraa ta'us, Galaagar akka filannootti ilaalaa jira. [Faabriiziyoo Roomaanoo].
DARBY DAY 🔥 Blue 🔵 vs Red 🔴
Coming
Coming
Neeymaar: Namoonni hedduun waan hedduu naaf hojjetaniiru dhugumas na kabaju. Ani nama tokko malee of dhaggeeffadheera!