- Последний пост
- 14 авг.
- Последнее чтение
- 13 авг.
- Постов за неделю
- 1
- Всего постов
- 22
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 74
- 1/48двое суток
- 84
- 1/72трое суток
- 91
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
видео или голосовое, без подписи
https://youtu.be/7RDWcxodLU8?si=e65f6cnF016q8YV-
https://youtu.be/5NRNF16jmeU?si=wTObCzBtWByW2ASZ
https://youtu.be/Yl7u3aVR9AM?si=laYbBH3RtOxnHlH4
https://youtu.be/JypC5p8QjI0?si=4rMsa8ZvtMKafmny
https://youtu.be/Wd6EBTcayS0?si=2_WbHa6fB7hPps8R
https://youtu.be/Wd6EBTcayS0?si=2_WbHa6fB7hPps8R
Namni dhimma isaa dhiisee waa’ee kee kan haasa’uuf: • Inaaffaa: Milkaa’ina kee waan dorgomuu hin dandeenyeef, si xiqqeessuun of ol qabuu barbaadu. • Hojii Dhablummaa: Namni kaayyoo qabu waa’ee namaa odeessuuf yeroo hin qabu; kanaan "bashannanu." • Of-dhabuu: Jireenya ofii keessatti gammachuu waan dhabaniif, xiyyeeffannaa gara keetti deebisu. Gabaabaatti: Namni waa’ee kee dubbatu si duuba jira jechuudha. Ati gara fuulduraatti deemi, callisni kee deebii isaanii haa ta’u. https://t.me/Tezeraofficial369
ሰዎች ስለአንተ የሚናገሩት አንተ ማን እንደሆንክ አይወስንም!” ሰዎች ሊተቹህ ይችላሉ፣ ሊያቃልሉህ ይችላሉ፣ እንኳን ችሎታህን ሊጠራጠሩ ይችላሉ። ግን… የሌሎች ድምፅ ማንነትህ አይደለም። ራስህን በሰዎች አስተያየት አትለካ፤ ራስህን በራስህ እሴት፣ ራዕይ እና እምነት ለካ። “አንተን ማን እንደሆንክ የሚወስነው ሰዎች ሳይሆኑ፤ አንተ ራስህ ነህ።” #tazeman21 https://t.me/Tezeraofficial369
https://youtu.be/AOv1lAgSB58?si=LPCxU1cQFhQVk6ON
https://youtu.be/yxajrO1LmqI?si=yxLggavsuddhLGKS
ቀስት ወደ ፊት እንዲወነጨፍ... ወደ ኋላ መሳብ አለበት! 🏹 ህይወት ወደ ኋላ ስትገፋህ ወይም ፈተናዎች ሲበዙብህ ተስፋ አትቁረጥ። ቀስት በረጅም ርቀት እንዲወነጨፍ በደንብ ወደ ኃላ መወጠር እንዳለበት ሁሉ፣ አንተም በህይወትህ ውስጥ የሚገጥሙህ ፈተናዎች ወደ ታላቅ ስኬት ለመወንጨፍ የምትዘጋጅበት "መወጠሪያ" ጊዜያት ናቸው:: ትልቁ አሸናፊነትህ እና ስኬትህ ተቃርቧል! በርትተህ ቀጥል! 💪✨ Forward @tazeman21 @tazeman21 https://t.me/Tezeraofficial369
https://youtu.be/1GBbhnCc_QY?si=CVi36UG05YV3R6Lk
በአንድ መንደር ዝናብ በመጥፋቱ ፀሎት ለማድረግ የሰፈሩ ሰዎች ተሰበሰቡ። ..... ......... ............. ነገር ግን አንድ ሰው ብቻ ነበር ጥላ ይዞ የመጣው🙊 ብዙ ሰው ይመኛል ፤ ስኬታማው ሰው ግን እንደሚያሳካው ርግጠኛ ሆኖ ይጀምራል Forward @tazeman21 https://t.me/Tezeraofficial369
CARRAA JIREENYAA Namoonni carraa qabanitti fayyadamuu dadhaban, yaa anaa jedhanii ofii isanii of komatu. Namoonni carraa Argatanin fayyadaman immoo yaa carraa koo jechuun carraa isaaniiti gammadu! Egaa atis bor yaa anaa jettee akka ofi komachaa hin jiraaneef carraa qabdutti fayyadamuun bakka gahuun qaba jette yaaddu gahi argami. Jireenyi dorgommii miti, namni hunduu daandii mataa isaa qaba. Akkaataa filannookee, humnakee, sonakee fi amaleeffannaa keeti jiraachuu itti fufi. Namni baayyeen jireenya mataa isaa dhiisee, abjuu isaa milkeessuu dhiisee waa’ee jireenya namaa cinqamaa oola #Jireenya ofii keessatti yeroo hedduu addaa addummaa kan uumu #carraa argatanitti fayyadamuu fi fayyadamuu dhiisuudha. Carraan aduu miti naanna'ee dhufuu dhiisuu danda'a. Lafa nagaa Oolaa!!! Telegram- @tazeman21 Call: +251914165705 Tezera Negesa https://t.me/Tezeraofficial369
𝐆𝐚𝐚𝐟𝐢𝐧 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧 𝐤𝐚𝐦𝐢? ~~~ 1) Hojii hin qabu waan ta'eef akkamitti madda galii uumm𝐚dhu? 2) Hojii nan qaba,garuu galiin koo qaala'iinsa jireenya waliin natti ulfaatee jira,akkamiin galii.dabalataa argadhu? 3) Ani barataadha,barnoota koo maddiiti biizinasii boruu koof ta'u akkamittan eegala? . . . Gaafilee kanneenif deebii nu biraa ni argattu. Odeeffannoo biizinasii kanaaf liinkii kanaan na dubbisaa. 👇👇 Telegram= @tazeman21 Bilbila = 0914165705 https://t.me/Tezeraofficial369
https://youtu.be/MBo4BkdY-Pg?si=2clVzqolALf78xiJ
Affeerraa Bunaa fi Carraa Hojii! "Buna booda yaada gaaritu jira!" Hojjetaa ta'anii akkamitti galii dabalataa argachuun akka danda'amu koottaa baradhaa. Beekkamtii fi marii ho'aas qabna. 📍 Bakka: #Adama 📅 Yoom: Boru (Jimaata) 🕙 Sa'aatii: 10:30 PM (Galgala) Carraa jireenya jijjiiru hin dabarsinaa! 👇👇👇👇👇 @tazeman21 https://t.me/Tezeraofficial369
Ati dubartii kaayyoti. Galma kee ni geessa. Garuummoo galma kee bira gahuuf wanti guyyaan hojjattu murteessadha. Maal hojjachaa ooltaree? @tazeman21 https://t.me/Tezeraofficial369
ANI TEZERA NEGESA'N jedhama. ⤺⤻⤺⤻⤺⤻⤺⤻⤺ Kanan hojjadhu 👉Independent business owner ta'ee fi 👉Personal development training irrattiidha. Anaan waliin hiriyoota heddun uummadhee dalagaa jira. Kan anaan waliin dalaguu feetan marsaalee asii gadii kanaan n argachuu dandeessu. Telegram....@tazeman21 Facebook #TezeraNegesa #YOTUBE CHANEL LINK 👇👇👇 https://www.youtube.com/@TezeraOfficial