tgindex
Biiroo Barnoota Oromiyaa

Biiroo Barnoota Oromiyaa

Статистика

Bu'aa qormaata keessanii asirratti argachuu dandeessu

Последний пост
14 авг.
Последнее чтение
13 авг.
Постов за неделю
7
Всего постов
41
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
9 104
−11 за 2 дн.
Сутки
−8
−0,09%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
1 244
40 постов
Вовлечённость
13,7%
к подписчикам
Постов в день
1,0
всего 41
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
577
1/48двое суток
661
1/72трое суток
713

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • 14 авг.2442из ⒹⒶⓇⒺ ◌▹ ⓉⓊⒷⒺ | InterLink T2 🇪🇹

    видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • LIVE NOW COME AND JOIN WITH US. https://x.com/i/spaces/1RKjpbpeggjJw https://x.com/i/spaces/1RKjpbpeggjJw

  • Akka Isin Hin darbine. ➡️Jarrii Kophii godhanii fidani. ➡️Maqaan Appicha Orbalabs jedhama. ➡️Hanga August 20 yoo nama affeertan fi namichii active yoo ta'e 0.3 USDT nama tokkorraa  jedhaniiru. ➡️Appichi Playstore fi App store irra yeroo dhiyooti launch ni ta'a. Haalli hojii. 1. Mine gochuu. 2. Invite gochuu ( 0.3 USDT 💪) 3.Task hojjachuu. ➡️Invitation Code: 8968068 ➡️Invitation Code: 8968068 👉Yoo isin Rakkise. 👉 @daretubeNBO Full Video https://t.me/daretube/7135 https://t.me/daretube/7135

  • YBT Token Listing Soon 😲 Join Link https://t.me/daretube/6959 https://t.me/daretube/6959

  • LIVE NOW COME AND JOIN https://x.com/i/spaces/1DxLdZdEENRxm https://x.com/i/spaces/1DxLdZdEENRxm

  • LIVE NOW JOIN 💎 ITL Buyback & Rising Demand — Why Is ITL Getting So Much Attention? 🔥 https://x.com/i/spaces/1NGaroaBBAdJj https://x.com/i/spaces/1NGaroaBBAdJja

  • 9 авг.1 0373

    #ParallaxNetwork 🚀 🌍 Miliyoona hedduun osoo hin dhufin dura, bakka kee amma qabsiifadhu! 🌍 Amma dafii makami, mining jalqabi, akkasumas Ambassador ta'i! 🌍 Jalqaba irratti waan jirruuf, namoonni yeroo jalqabaatti makaman carraa badhaasa olaanaa argaytu. ❤️‍🔥 Faayidaa Ambassador: Yeroo jalqabaatti makamuun carraa galii fi badhaasa argachuu kee ni dabala. ✈️ Akkamitti jalqabna? ✅ Jalqaba Appicha buufadhu 👉 https://parallaxnetwork.xyz/i/EF540D50 👉 https://parallaxnetwork.xyz/i/EF540D50 ✅ Sana booda Email ykn Google Account fayyadamuun account bani. 🎟 Referral Code: EF540D50 👤 Link Ambassador argachuuf: @daretubeNBO 🚀 Amma mining jalqabi! 🏆 Ambassador ta'i! 🔥 🫳🏽Step Hunda Video Ilaalli

  • 7 авг.1 211из ⒹⒶⓇⒺ ◌▹ ⓉⓊⒷⒺ | InterLink T2 🇪🇹

    Family. ( 50 ETB nama 10 💪) ➡️Rewardiin Kun yoo mo'annee Isa duraa caala, Qarshii 50 ETB dha. ( nama 10 💪) ➡️Yoo mo'achuu baannes immoo Star nama muraasaf✌️ Requirements 1. Follow 2. Repost 3. Like 4. Comment. Commentiif isaan kana keessa filadhaati barreessa. ➡️. My 10M Avatar is ready! 🔥 ➡️ Proud to be a Linker! 🌍 ➡️ First 10M memories forever! 🚀 ➡️ Ready for 10M Linkers! 🔥 ➡️ Part of InterLink history! 🚀 1️⃣🔣 https://x.com/i/status/2085640226332901809 2️⃣🔣 https://x.com/i/status/2085648043299267024 Hubachisaa. 👉Core Teamin Like naaf godhaniiru. Tarii carraa mo'achuu ni qabaanna. 👉Please hanga dandeessan. Share godha.

  • Family. ( 50 ETB nama 10 💪) ➡️Rewardiin Kun yoo mo'annee Isa duraa caala, Qarshii 50 ETB dha. ( nama 10 💪) ➡️Yoo mo'achuu baannes immoo Star nama muraasaf✌️ Requirements 1. Follow 2. Repost 3. Like 4. Comment. Commentiif isaan kana keessa filadhaati barreessa. ➡️. My 10M Avatar is ready! 🔥 ➡️ Proud to be a Linker! 🌍 ➡️ First 10M memories forever! 🚀 ➡️ Ready for 10M Linkers! 🔥 ➡️ Part of InterLink history! 🚀 https://x.com/i/status/2085640226332901809 https://x.com/i/status/2085640226332901809 Hubachisaa. 👉Core Teamin Like naaf godhaniiru. Tarii carraa mo'achuu ni qabaanna. 👉Please hanga dandeessan. Share godha.

  • 6 авг.1 076

    Everything About the ITL Buyback Mechanism | Task 73 https://x.com/i/spaces/1YGNrrlWVeRGw https://x.com/i/spaces/1YGNrrlWVeRGw Seenaa ✌️

  • 6 авг.1 2272

    🚀 Welcome to Our Crypto Community! 💎 Join our Telegram channel for: ✅ Blockchain & Crypto Updates ✅ Airdrops & Online Earning Opportunities ✅ Web3 & AI News ✅ Learning Resources for Beginners ✅ A Friendly Community to Learn & Grow https://t.me/daretube https://t.me/daretube 📲 Join now and stay ahead in the world of crypto! 🌍🚀

  • 5 авг.1 2051

    Live Har'a galgala saattii 2ti  akka hin hafne. 1. Mallattoo + Sana tuquun balleessa. 2. follow fi like gochuu akka hin daganne. 3. Dhuma irrattii nama 10 f tITL 1 ni kenama. http://x.com/dare_tube http://x.com/dare_tube

  • 5 авг.1 3561

    Live Har'a galgala saattii 2ti  akka hin hafne. 1. Mallattoo + Sana tuquun balleessa. 2. follow fi like gochuu akka hin daganne. 3. Dhuma irrattii nama 10 f tITL 1 ni kenama. http://x.com/dare_tube http://x.com/dare_tube

  • 5 авг.1 346

    💥 Verified Ta'uu keenya Akkamitti Check Goona. 🌐 Register: https://www.yeblock.com/register?invite=DV2CWC2 🔗 Invitation: DV2CWC2 👉 Type Your Email & Next. 👉 Signup with Original Information. 👉 Login to Dashboard. 👉 Verify Email. 👉 Daily Checking. 👉 Gmail keessan keessa seentaanii verified ta'uu akka hin daganne. Ykn video hanga dhumaattii Ilaalla.

  • 2 авг.1 6463

    #InterPredict 👉Qaama Interlink support godhu keessa isa tokkodha. Even Interlink Foundation repost godheera. 👉Itti hirmaachuu dandeessu. Nama 50 badhaasa jedhanii ITLX Wallet address keessa comment godhaa. 👉Wallet keessan kiyya jalattii osoo hin taane kan isaanii jalattii. 👉Link jala garuu like fi comment gochuun jala. 👉Good Luck. 🤝 https://x.com/i/status/2083884763534827987

  • 31 июл.1 9972

    💥 Project kun isin jala hin darbin YeBlock. 🌐 Register: https://www.yeblock.com/register?invite=DV2CWC2 🔗 Invitation: DV2CWC2 👉 Click https://www.yeblock.com/register?invite=DV2CWC2 👉 Type Your Email & Next. 👉 Signup with Original Information. 👉 Login to Dashboard. 👉 Verify Email. 👉 Daily Checking. 👉 Gmail keessan keessa seentaanii verified ta'uu akka hin daganne. Ykn video hanga dhumaattii Ilaalla. @daretube @daretube

  • 29 июл.2 588102

    Irraa Baradhaa!👆 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ 🔴Guyyaa tokko Jeedalaa fi waraabessi utuu waliin deemaa jiranii dirree irratti sangaa guddaa du'e tokko argan. Waraabessichi akkuma amala isaa kajeellaa garmaleetiin, hunduma isaa anuma qofatu nyaata jechuun sassataan isa qabe. Jeedalli garuu dhimmicha ogummaa fi obsaan ilaaluu feete. ✍️ Waraabessichi jeedalittiidhaan, Sangaan kun kan koo qofa! Ati xiqqoodha, Nyaachuu hin dandeessu! jedheen. ➡️Jeedaltinis, tole obboleessa koo, sangaan kanuma kee haa ta'u. Garuu sangaan kun eessaa akka dhufee fi maaliif akka du'e hin beektu. Utuu qorannoo goonee nyaannee wayya jetteen. ✉️ Waraabessichi garuu sassata isaatiin kan ka'e gorsa ishee dhaga'uu dide. Qorannoon tokkollee hin barbaachisu; beela koo baasuu qofan barbaada! jedhee gara sangaatti fiigee foon nyaachuu jalqabe. Garuu sangaan sun bakka kiyyoon diriirfame ture waan ta'eef, waraabessichi utuu jarjaraan foon kajeeluu kiyyoon morma isaa qabe. Jeedalittiinis fagootti dhaabbattee utuu isa ilaaltuu akkas jetteen, "Gamna kan ta'e utuu hin nyaatin dura karaa isaa ilaala; sassataan garuu nyaata qofa ilaalee kiyyoo keessa seena jetteen jedhama. Gamnummaan hunda dursa! @daretube 😇

  • 28 июл.2 58494

    Hin Baqatin! ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ✍️ Guyyaa tokko mismaaratu gaaffii tokko madooshaa gaafate. "Ati garaa jabina akkamiitu sirraa mul'ata? Maaliif yeroo hundumaa mataa koo keessa na dhoofta? Anaanis, sanyii koo hundumaas mataa keessa nu dhoofta; garaa laafummaan guyyaa tokkoof maaliif sirraa hin mul'atu?" Jedhe. 🔴Madooshaanis gaaffii kana ajaahibsiifatee takka itti yaadee deebii kenneefii "Maaliif gaaffii gowwaa na gaafatta? Ati mismaaradha mitii? Kan ati uumamtes wantoota lama walitti qabsiisuuf mitiiree? Yoos utuu ani sin gargaariin, utuu ani sin dhiibiin akkamiin kaayyoo itti uumamte kana fiixaan baafta ree? Inni ani mataa keessa si rukutu lafa kaayyoo keen si gahuufi malee hamaaf miti, yoos inni ani si dhahu kuni maaliif jallina tahee sitti mul'ate? ✉️ Anoo akka ati kaayyoo uumamuu kee galmaan geessuufan si rukuta malee jibbaaf miti!" Jedhe. ➡️Yeroo kana mismaarris akka ofiisaa dogoggore hubatee madooshaa kana dhiifama gaafate. ✅ Jireenya kee keessatti warreen mataa si dhahan hedduun karoora ati uumamteef akka argattuufi akka galmaan geessuuf si dhiibuu isaanii akka tahe hin dagatiin! Waaqayyo yeroo lafa onaatti si geessu si jabeessuuf malee si balleessuuf miti. Mismaaronni tokko tokko mataa keessa dhahamuu waan sodaataniif yeroo madooshaan takkaa dhahu mataa isaanii sababa jalaa jallisaniif iddoo yaadan hin gahiin hafu. ✍️ Namoonni arraba, ceephoo, komii, rakkina sodaatanis akkuma kanaa waan uumamaniif bira hin gahiin hafu. Yeroo abjuukeef mataa keessa si rukutan dhaabadhu malee hin baqatin! @daretube✅️ @daretube✅️

  • видео или голосовое, без подписи

Biiroo Barnoota Oromiyaa — tgindex