THE HORN MEDIA NETWORK
СтатистикаThe Horn Media Network: Dhimmoota si ilallatan Mara Tulluu ba'ee dachaa bu'ee dirree qaxxaamuree hoo'ituu ishee si biraan ga'a. sitti odeessuuf miti fala siif dhahaa gola Ogummaa seeneen iciitii jiru bulte ooltee Addunyaa kanaa si harkaan ga'a.
- Последний пост
- 13 февр.
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 20
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 15 авг.
- 1/24сутки в ленте
- —
- 1/48двое суток
- —
- 1/72трое суток
- —
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
https://t.me/AbiyAhmedAliofficial?livestream
https://vm.tiktok.com/ZMA8dTWex/
The moment you stop learning you start loosing!
без подписи
Osoo furtuu hin argatin balbala cufaa waliin hin rakkatin!
Sammuun yaadee karoorsu; harki hojjetee milkeessu eebbifamaadha!
Channel name was changed to «THE HORN MEDIA NETWORK»
Mul'atakee gochaan milkeessi!
Balballi dhugaa qabattee, dhugaan itti seente sikuffisu!
Madda: Gaggeessummaa
Qaaliin nama!
Bakka hin affeeramne hin dhaqin; affeeramtus hin turin!
Gatii Nama Hin Dhabsiisin! ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ 🚫 Haaduun akka malee qaradha, garuu muka muruu hin danda'u. 🚫 Qottoon akka malee jabaadha garuu rifeensa muruu hin danda'u. Namnis akkaataa yeroo fi kaayyoo isaatiin barbaachisaadha. 🚫 Gatii namaa waan hin beekneef gatii nama hin dhabsiisin! ✅ Nama jaalattuuf share godhi! Madda chaanaalii @Gaggeessummaa ☑
Bara meeqa calliftee jiraatte beektaa? Namni hin karoorfanne; nama callisee jiraatudha. Siifan!
Baga geessan!
Carraankee harkakeerra, Milkaa'innikee Arrabakeerra; Galmikee qalbiikeerra jira. Ofiikee of abboomi! Torban hojii gaarii!
Carraakee ijaari! Carraan akka dhufu teessee hin eegin ka'ii harka keetiin ijaarradhu! Siifan
Abdiikee haaressi; jiruukee cimsi! Kaleessarraa ni baratta, Har'i keeti ittiin jiraatta; Boru ni abdata! Siifan daandii ogummaa!
Bakka geessuufi hamma geessuu gochaan himadhu! Siifan !
Midhaan warra Gowwaa Bona Bona nyaatu! Ati eenyu?