tgindex
VOH EDUCATION 📚

VOH EDUCATION 📚

Статистика

Education for All For ads use http://adstelo.com/@voh_news On YouTube http://youtube.com/@VOH_EDUCATION other channels Strong together 💪 @VOH_BUSINESS @VOH_SPORT @VOH_TECHNOLOGY @VOHACADEMY

Последний пост
11 авг.
Последнее чтение
15 авг.
Постов за неделю
1
Всего постов
49
Тип
открытый
Язык
om
Категория
Видео
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
278
0 за 2 дн.
Сутки
0
0,00%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
105
40 постов
Вовлечённость
37,8%
к подписчикам
Постов в день
0,1
всего 49
Упоминаний
4
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
13
1/48двое суток
14
1/72трое суток
16

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • https://youtu.be/-bLU3npN_8E

  • https://youtube.com/shorts/P1TS7FLcU90?si=fFg2rAKNkT-Fszbc

  • Oromiyaatti qabxiin Qormaata Kutaa 6ffaa bara 2018 ifoome. ** Keebor Media Jul 31-2026 *** Naannoo Oromiyaatti qabxiin qormaata naannoo xumura barnoota Sadarkaa 1ffaa Kutaa 6ffaa bara 2018 ifoomeera. *** Qabxiin darbiinsaas 50% fi isaa ol ta'uun murtaa'eera. Barattoota qormaaticha fudhatan dhiira kuma 200 fi kuma 67 fi 307 akkasumas dubaraa kuma 200 fi kuma 49 fi 902 keessaa qabxii darbiinsaa (50% fi ol) galmeessisuun gara kutaa itti aanuutti kan darban dhiira kuma 200 fi kuma 43 fi 827 akkasumas barattoota dubaraa kuma 200 fi kuma 21 fi 12 ta’uun eerameera. *** Walumaagalatti barattoonni kumni 400 fi kumni 64 fi 839 (89.9%) qabxii darbiinsaa fiduun gara kutaa itti aanuutti darbuu ragaan Biiroo Barnootaa Oromiyaarraa argame ni mul’isa. *** Barattoonni qabxii isaanii ilaallachuuf marsariitii https://oromia6.ministry.et fayyadamuu akka danda’an biirichi beeksiseera. *** https://t.me/biiroo_barnoota_oromiyaa0

  • Social Media Marketing ~~~~ Irra hedduun keenya miidiyaalee hawaasaa  guyyaa guyyaan fayyadamnu, dhimmoota faayidaa hin qabne qofaaf fayyadamna.  Keessattuu biyya keenya keessatti miidiyaalee hawaasaa dhimmoota daldalaatiif (Business) fayyadamuun baay'ee kan baratamee miti. Gariin keenya odeeffannoo argachuuf, gariin ammoo itti bashannananuuf, gariin akkanumaan yeroon dabarsuuf, muraasni ammoo dhimma Business tiif fayyadamna. Hordoftoota hedduu qabaachuu malla. Garuu akkamitti akka hordoftoota kenneen gara Business tti jijjiirra jennee yaadnee beeknaa? Dhugaa dubbachuuf yoo karoora baafannee irratti hojjanne Social Media Marketing fayyadamuudhaan hordoftoota keenya akkaataa Business keenya keessattis irraa fayyadamuu dandeenyutti jijjiiruu dandeenya. Gama birootiin yoo ofii Business dhuunfaa hin qabaannes Digital Marketing Agency banachuudhaan, dhaabbilee garagaraatiif tajaajiloota Digital Marketing kennuudhaan hordoftoota keenya gara Business tti jijjiiruu dandeenya. https://t.me/digital_oromia

  • Kabajamtoota hordoftoota keenya namoonni barnoota #technology, #Ai, #Artificial #intelligence, #mobile ,akkasuma itti fayyadama teknolojii barachuu yoo feetan subscribe share gochuun channel YouTube Nexifytech kana hordofaa.👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 http://youtube.com/@NexifytechM http://youtube.com/@NexifytechM

  • без подписи

  • Bu'aa Qormaata Kutaa 8ffaa Naannoo Oromiyaa barattoota Kuma 61 Ta'antu Kufan! Biiroon Barnootaa Oromiyaa bu'aa qormaata biyyaalessaa kutaa 8ffaa naannichaa ilaalchisee odeeffannoo dabalataa ifoomseera. Itti Aanaa Hoogganaa Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dr. Bultoosaa Hirkoo akka beeksiisanitti, bu'aan qormaataa kan gadhiifame yoo ta'u, waliigala barattoota qormaaticha fudhatan keessaa dhibbeentaan 86 darbaniiru. Akka Biiroon Barnootaa beeksisetti, qabxiin ceumsaa (passing mark) dhibbeentaa 50 fi isaa ol ta'uun murtaa'eera. Akka ibsa Dr. Bultoosaatti, naannoo Oromiyaa keessatti waliigala barattoota kuma 415 ta'antu qormaata kutaa 8ffaa fudhate. Kanneen keessaa barattoonni kuma 354 ta'an qabxii darbiinsaa fiduun gara kutaa 9ffaatti kan darban yoo ta'u, barattoonni kuma 61 ta'an immoo qabxii darbiinsaa osoo hin fidin hafaniiru. Liinkii :- oromia.ministry.et irratti ilaaluu akka danda’an ibseera.

  • Kabajamtoota hordoftoota keenya namoonni barnoota #technology, #Ai, #Artificial #intelligence, #mobile ,akkasuma itti fayyadama teknolojii barachuu yoo feetan subscribe share gochuun channel YouTube Nexifytech kana hordofaa.👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 http://youtube.com/@NexifytechM http://youtube.com/@NexifytechM

  • http://youtube.com/@NexifytechM

  • @YouTube//NexifytechM

  • без подписи

  • Waamicha yuunivarsiitii madda walaabuu barattoota gannaatiif https://t.me/VOH_EDUCATION https://t.me/VOH_EDUCATION

  • Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa hardhaa Boruu Eegala! Qormaanni biyyoolessa kutaa 12ffaa bara 2018 guyyaa borurraa eegalee hanga Adoolessa 16, 2018’tti marsaa jahaan (waraqaa irraan/oonlaayiniin) kennama. Baay'ina Barattootaa: Waliigalaan barattoota 563,501 (Saayinsii Uumamaa: 306,456, Saayinsii Hawaasaa: 257,045). Guyyoota Qormaata Waraqaa: 👉Saayinsii Uumamaa: Adoolessa 1–3 👉Saayinsii Hawaasaa: Adoolessa 6–8 Gara kutaa qormaataa keessatti kanneen eeyyamaman: 👉Kaardii seensa qormaataa (Admission Card) 👉Waraqaa eenyummeessaa 👉Kobbee (qalama) eeyyamame fi waraqaa duwwaa 👉 Israasii fi laaphisii Meeshaalee dhowwaman (Gara kutaatti fiduun dhorkaadha): Bilbila moobaayilaa, Sa'aatii ismaartii, Biluutuuzii, Eerfoonii, Filaashii, Kaardii miimoorii fi Laaptooppii. Dhaamsa: Ministeerri Barnootaa barattoota hundaaf carraa gaarii hawwaa, qormaaticha tasgabbiifi naamusa gaariin akka hojjetan dhaameera.

  • без подписи

  • Barattoonni Eebbifaman Kallatummaan Gara Hojiiti Akka Seenan Hojjatamaa Jira. Dhaabbanni barnoota ol'aanaa, barattoonni isaanii erga eebbifamanii booda kallattiin gara addunyaa hojiitti akka seenan hojjamaa jiraachuun dhagahameera. Dhaabbanni barnoota ol'aanoo dhimma kana irrattii dhaabbatawwan adda addaa waliin hidhata uumaa jiraachuu Yuuniveersiitiin Gambeellaa beeksisee jira. Dhaabbatawwan warqee baasuu irratti bobba'an, baankota fi industiiriwwaan dabalatee walumaagala dhaabbatawwan 11 ta'an waliin hidhata carraa uumuu isaani yuniversitichi ibsuun keessattuu barattoonni barnoota isaaniitiin qabxii ol'aanaa fi dandeettii gaarii qaban carraa dursa akka argataniif dhaabbatawwan kanneen waliin waliigaltee irra gaahamuu isaa addeessanii jiru. Barattoonni erga eebbifamanii booda jireenya haaraa isaan eegalan keessaatti rakkoo xiinsammuu isaan muudachuu danda'uuf qophii sammuu akka qabaataniif hojjetamaa turuu isaas beeksisanii jiru. Barattoonni eebbifamanii ba'anii booda meeqan isaaniitu hojii argatan kan jedhu irrattis hordoffii fi deeggarsa akka taasisaa jiran ibsameera. https://t.me/VOH_EDUCATION https://t.me/VOH_EDUCATION

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • Magaalaa Finfinnee fi guutu oromiyaatti qormaatni kutaa 6ffaa kennamuu eegale Barattoonni kutaa 6ffaa sadarkaa Magaalaa Finfinneetti fi naannoo Oromiyaatti qormaata xumura barnootaa sadarkaa 1ffaa fudhachuu eegalaniiru. Hogganaan Biiroo Barnootaa Magaalaa Finfinnee Zalaalem Mulaatuu (PhD) Mana Barnootaa Sadarkaa 1ffaa Daagimaawwii Miniliikitti argamuun qormaaticha eegalchiisaniiru. Magaalaa Finfinneetti barattootni 85, 017 kan fudhatan yoo ta'u, Manneen barnootaa 667 buufata qormaataa 199'tti qoodamuun barattootni qorumsa fudhachaa jiru. Naannoo Oromiyaatti qormaaticha barattootn 546,792 ni qoramu jedhameera. https://t.me/VOH_EDUCATION