tgindex
Последний пост
11 авг.
Последнее чтение
14 авг.
Постов за неделю
1
Всего постов
21
Тип
открытый
Язык
om
Категория
Новости и СМИ (по похожим)
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
1 591
+7 за 4 дн.
Сутки
+1
+0,06%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
1 151
21 постов
Вовлечённость
72,3%
к подписчикам
Постов в день
0,1
всего 21
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
293
1/48двое суток
335
1/72трое суток
362

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • https://www.facebook.com/100063724488231/posts/1641105211356946/?app=fbl

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • 23 янв.1 4404

    без подписи

  • 23 янв.1 2351

    Godinichatti nageenya amansiisaa fi itti fufiinsa qabu milkeessuuf qindoomina hojjatamaa tureera. Waajjirri Bulchiinsa fi Nageenyaafi Milishaa raawwii hojii ji'oottan jahan darbanii qooda fudhattoota Nagayaafi Milishaa aanaaleefi bulchiinsota Magaalaa godinichaa wajjiin qorachaa jira Ittigaafatamaan Waajjira Bulchiinsaafi Nageenya godinichaa Obbo Kadiir Kisoo mootummaan nageenya amansiisaa fi itti fufiinsa qabu mirkaneessuudhaan imala badhaadhina biyyaa galmaan gahuuf xiyyeeffannaa olaanaadhaan hojjachaa jiraachuu himuun, akka godinichattis nageenyi lammiilee akka eeggamuuf xiyyeeffannoon hojjatamaa turuu eeraniiru. Qorannaa raawwii hojii gaggeeffamaa jiru kanaan gabaasni raawwii hojii ji'oottan jahan darbanitti hojjatamaa turan dhiyaachuun ciminootnifi hanqinootni turan addaan baafamuun kallattiin hojiittaanuu ni kaa'ama.

  • без подписи

  • 23 янв.1 18011

    ‎" Qonnaan bultootni godinichaa giddugaleessan hektaararraa kuntaala 45-50 argachaa jiru. Obbo Ahimad Hajjii Godina Arsii Lixaatti qonnaan bultootni oomisha qamadii lafa hektaara tokkorraa giddugaleessaan kuntaala 45 hanga 50 argachaa jiraachuu bulchaa godinichaa Obbo Ahimad Hajji himan. Gargaarsa irraa bilisa ta'uun birmadummaa biyyaa ta'uu hubachuun qonnaan bultoonni Godina Arsii Lixaa xiyyeeffannoon hojjechaa jiru. ‎ ‎Qonnaan bultoonni Godina kanaa makaanaayzeshiniitti fayyadamuun oomisha isaanii guddisaa akka jiran himan. ‎ Lafa dabaluu osoo hin taane hektaara irraa oomisha argamu dabaluuf hojjetamaa jira jedhan. ‎ Qonnaan bultoonni adda dureen qamadii hektaara irraa hanga kuntaala 120 argachaa akka jiraniifi muuxannoo kana babal'isuuf hojjetamaa akka jiru himan. ‎ ‎ ‎ Giddugaleessan ammoo hektaara irraa kuntaalli 45-50 argaamaa jiraachuu himan. ‎ ‎ Jireenya qonnaan bultoota keenyaa ammayyeessuuf misooma koridarii baadiyyaa qorannoo gaggeessuun dizaayiniin qophaa'ee meeshaalee naannoo jiranitti fayyadamuun hojii keessa galamee jira jedhan. ‎ ‎

  • Channel photo updated

  • 8 янв.1 178

    без подписи

  • 8 янв.1 211

    без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи