🌙𝗕𝗔𝗥𝗡𝗢𝗢𝗧𝗔 𝗗𝗜𝗜𝗡𝗔𝗟 𝗜𝗦𝗟𝗔𝗔𝗠🌙
Статистика✨As wr wb Baga nagayaan gara channel kanaa dhuftan ♻️Channeli Kenya qophiilee kanneen armaan gadi qaba 👉 Da'awaalee garagaraa 👉 Senaalee namatii tolaan bifa laafaa ta'een 👉 Hadisa ergamaa rabbii ﷺ ✨Yaada qabdan kamiifu @ifaadiin_26_bot
- Последний пост
- 1 февр.
- Последнее чтение
- 14 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 21
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- —
- 1/48двое суток
- —
- 1/72трое суток
- —
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
No Block 😅 Gurbaan, "Nama na jibbu mara block hin godhu je'e. Maalif jennaan? Milkii tiyyaa akkamitti arkan wii." Magan 🤭😂 🥀🥀 @barnotadiin 🥀🥀 🥀🥀 @barnotadiin 🥀🥀 🥀🥀 @barnotadiin 🥀🥀
🕋 Ulaagaalee Salaataa kutaa 3ffaa fii xumuraa ♻️Ulaagaa 5ffaa: Najaasaa Deemsisuu -Najaasaan waa sadi irraa deemsifama: -Qaama irraa -Uffata irraa -Bakka salaataa irraa Ragaa Qur’aanaa: > {وَثِيَابَكَ فَطَهِّرْ} "Uffata keetis qulqulleessi." [Almuddassir: 4] ♻️Ulaagaa 6ffaa: Awrata Sataruu (Dhoksuu)dha. Nama odoo qaama isaa satarachuu danda’uu qullaa salaate salaanni isaa akka baduu beeytoonii irraati waliif galanii jiruu. Awranni dhiiraa: Handhuura hanga jilbaatti. Dubartii bilisaa: Fuula ishee malee qaamni ishee cuftinuu awrata sataruun dirqama. Ragaa Qur’aanaa: > {يَا بَنِي آدَمَ خُذُوا زِينَتَكُمْ عِنْدَ كُلِّ مَسْجِدٍ} "Yaa ilmaan Aadam! Masjiida hunda biratti uffata keessan qabadhaa." [Al-a'araaf: 31] Masjiidatti kan fedhame salaata. ♻️ Ulaagaan Torbaffaan Waqtiin Salaatichaa Seenuudha: Ragaan hadiisa irraa hadiisa Jibriil kan inni Nabiyyiif (SAW) waqtii jalqabaatiifi waqtii dhumaa irratti imaama ta’ee salaachisee, ergasii “Yaa Muhammad, salaanni jidduu waqtii kana lamaaniiti” jedheedha. Ammas ragaan jecha Rabbii Ol Ta’eeti: {إِنَّ الصَّلَاةَ كَانَتْ عَلَى الْمُؤْمِنِينَ كِتَابًا مَوْقُوتًا} [An-Nisaa: 103] “Salaanni Mu’minoota irratti dirqama yeroon ishee murteeffama taateetti.” [An-Nisaa: 103] Ragaan waqtiilee immoo jecha Rabbii Ol Ta’eeti: {أَقِمِ الصَّلَاةَ لِدُلُوكِ الشَّمْسِ إِلَى غَسَقِ اللَّيْلِ وَقُرْآنَ الْفَجْرِ إِنَّ قُرْآنَ الْفَجْرِ كَانَ مَشْهُودًا} [Al-Israa: 78] “Aduun dabuu irraa hanga dukkana halkaniitti salaata ulaagaa ishee guutii sagadi. Salaata fajriis (sagadi). Salaanni fajrii (maleykaadhaan) hirmaatamaa ta’eera.” [Al-Israa: 78] ♻️Ulaagaa 8ffaa: Qiblaatti Garagaluu Gara Ka'abaa(Masjidal-Haraam) Ragaa Qur’aanaa: > {قَدْ نَرَى تَقَلُّبَ وَجْهِكَ فِي السَّمَاءِ ۖ فَلَنُوَلِّيَنَّكَ قِبْلَةً تَرْضَاهَا ۚ فَوَلِّ وَجْهَكَ شَطْرَ الْمَسْجِدِ الْحَرَامِ ۚ وَحَيْثُ مَا كُنْتُمْ فَوَلُّوا وُجُوهَكُمْ شَطْرَهُ} "Dhugumatti, gara samii deddeebi’uu fuula keetii arginee jirra. Gara qiblaa ati jaallattu si deebisuuf jirra.(Ammuma) Fuula kee gara Masjidal-Haraam(ka'abaatti) garagali. Eessallee yoo jirtan fuula keessan gara isatti garagalchaa." [Al-Baqara: 144] ♻️Ulaagaa 9ffaa: Niyyaadha. Bakki niyyaa immoo qalbiidha. Ishee sagaleen jechuun bida'aadha. Ragaan Hadiisaa: > "Dalagaan kan sirrii ta'ee argamu niyyaadhaani; nama hundaafuu wanta inni niyyatetu jira." Jechuudha. "Wantoota hanga amma barreesse keessaa dogongora fi waan isinif hin gale ykn ifa hin taane yoo jiraate, dhiifama naaf godhaa. Wallaalummaa kootii waan ta’eef." Share godha. "Page kanaas join gochuun nu jajjabeessa." JZKL🥰 🥀🥀 @barnotadiin 🥀🥀 🥀🥀 @barnotadiin 🥀🥀 🥀🥀 @barnotadiin 🥀🥀
🕋Ulaagaalee Salaataa Kutaa 2ffaa ♻️Ulaagaa 4ffaa: Hadasa Kaasuu Hadasa jechuun wantoota wuduu balleessan, kan akka: -Fincaanii -Bobbaatii > Kanneen dhiqannaa qaama dirqama godhan: -Haydii (laguu) -Janaabaa (qunnamtii saalaa ) Kan asii olitii dubbatame hadasa isa wudu'a dirqamsiisuudha. Ulaagaa Wuduu'a ♻️Ulaagaan Wuduu’a kudhan: 1. Islaama 2. Sammuu qabaachuu 3. Tamyiiza ( gaarii fi badaa addaan baafachuu) 4. Niyya qabaachuu 5. Hanga dhumatti xahaarattiin niyyataa turuu 6. Wanti wuduu balleessu nama irraa dhaabbachuu 7. Dura istinjaa yookaan istijmaar godhachuu 8. Bishaan qulqulluu fayyadamuu 9. Bishaan halaala fayyadamuu 10. Waan bishaan qaama irra dhaqqabu dhowwu of irraa kaasufi nama yero hunda hadasnii irraa ba'uuf immoo waqtiin salaataa seenuudha. ♻️Dirqamoota Wuduu’a ja’an: 1. Fuula dhiqachuu — akkasumas lulluuqqachuu fi bishaan funyaan keessa seensisuu. Daangaan isaa oleedhaan bakka rifeensi mataa itti biqilu irraa eegalee hanga lafee areedaati. Dalgeen immoo hanga laaftuu gurra lamaaniiti. 2. Harka lama ciqilee waliin dhiqachuu. 3. Mataa hunda irra haxaa’uu — gurri lamaanis ni dabalata. 4. Miila lamaan koronyoo wajjin dhiqachuu. 5. Duraa duuba eeguu. 6. Wal hordofsiisuu ( walitti aansee raawwachuu). Ragaa Qur'aanaa: > {يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا إِذَا قُمْتُمْ إِلَى الصَّلَاةِ فَاغْسِلُوا وُجُوهَكُمْ وَأَيْدِيَكُمْ إِلَى الْمَرَافِقِ وَامْسَحُوا بِرُءُوسِكُمْ وَأَرْجُلَكُمْ إِلَى الْكَعْبَيْنِ} "Yaa warra amantan! Yeroo salaataaf kaattan, fuula keessan, harka keessan hanga ciqileetti dhiqadhaa; mataa keessaniis haxaa’aa; luka keessanis hanga koronyootti (dhiqaa)." [Almaa’idaa: 6] Ragaa Duraa Duuba Eeguu: > "Waan Rabbiin eegaleen eegalaa." Ragaa Wal Hordofsiisuu: > Hadiisa namicha miila irra dhooqaa luka isaa kan bishaan hin tuqne argame. Nabiyyin (SAW) yeroma sana wuduu isaa deebisuutti ajajan. Waajibni Wuduu’a: > Yeroo yaadataan bismillaah jechuudha. ♻️Wantoota Wuduu’a Diigan (8) 1. Waan kallattii lamaaniin ba’e (fincaan, bobbaa). 2. Waan fokkisaa najasaa qaama irraa ba’u. 3. Sammuun deemuu ( yero hanga ta'e takkaf of wallaaluu). 4. Fedhii saalaatiin dubartii tuquu. 5. Farjii fuulduras ta’ee duubaa harkaan tuquu. 6. Foon gaalaa nyaachuu. 7. Du’aa dhiquu. 8. Islaamummaa irraa deebi’uu ( ba'u). Inshallah ittii fufaa... 🥀🥀 @barnotadiin 🥀🥀 🥀🥀 @barnotadiin 🥀🥀 🥀🥀 @barnotadiin 🥀🥀
🕋 Ulaagaalee Salaataa kutaa 1ffaa 🕌Ulaagaaleen (sharxiin) salaataa sagal. Isaanis: 1. Islaama 2. Sammuu qabaachuu 3. Ga’eessa waa adda baasuu danda’u (Tamyiiza) 4. Hadasa of irraa kaasuu 5. Najaasaa deemsisuu 6. Awrata (qaama) sataruu 7. Yeroon salaatichaa itti seenuu 8. Qiblaatti gara galuun 9. Niyya (qalbii keessatti yaada qabachuu) ♻️Ulaagaa 1ffaa: Islaama Faallaan Islaamaa kufriidha. Kaafirri hojii kamuu dalagee hojiin isaa itti deebifamaadha. Ragaa Qur'aanaa: > {مَا كَانَ لِلْمُشْرِكِينَ أَنْ يَعْمُرُوا مَسَاجِدَ اللَّهِ شَاهِدِينَ عَلَى أَنْفُسِهِمْ بِالْكُفْرِ ۚ أُولَٰئِكَ حَبِطَتْ أَعْمَالُهُمْ وَفِي النَّارِ هُمْ خَالِدُونَ} "Odoo lubbuu isaanii irratti kufrii ragaa ba’anii jiranii masjiidota Rabbii jiraachisuun mushrikootaan hin malu. Isaan dalagaan isaanii baddeeti; isaan ibidda keessatti hafoodha." [Attawbaa: 17] > {وَقَدِمْنَا إِلَى مَا عَمِلُوا مِنْ عَمَلٍ فَجَعَلْنَاهُ هَبَاءً مَنْثُورًا} "Nutis gara dalagaa isaan dalaganii dhufnee dhukkee faca’aa isa goone." [Alfurqaan: 23] ♻️Ulaagaa 2ffaa: Sammuun fayyaa qabaachuu Faallaan isaa maraatummaadha. Maraatuun hanga fayyutti qalamni irraa kaafamaadha. Hadiisa Ragaa: > “Qalamni nama sadii irraa kaafameera: nama rafe hanga dammaqutti, maraatuun hanga fayyutti, daa’imni hanga ga’eessomutti.” ♻️Ulaagaa 3ffaa: Tamyiiza (Waan Gaarii fi Badaa Addaan Baafachuu) Faallaan isaa daa’imummaadha. Daangaan isaa waggaa torba. Ergasii salaatatti ajajama. Hadiisa Ragaa: Ergamaan Rabbii (S A W ) nii jedhan:- > “Ilmaan keessan waggaa torbatti salaatatti ajajaa; waggaa kudhanitti (yoo isaan didan) ishee irratti isaan rukutaa. Ciisa keessattis adda baasa.” Inshallah ittii fufaa... 🛰️🛰️ @barnotadiin 🛰️🛰️ 🛰️🛰️ @barnotadiin 🛰️🛰️ 🛰️🛰️ @barnotadiin 🛰️🛰️
✍️ Keessummoonni sadii beellama malee sitti dhufu: *Qadara* *Hiree* *Du'a* *Yaa Rabbi rizqii keenya halaala godhi, Qadara keenyas bareedaa, osoo nurraan jaalatin gara keetti nun fudhatin yaa Allaah…. Aaaamiin * 🍃🤲🏻 🥀🥀 @barnotadiin 🥀🥀 🥀🥀 @barnotadiin 🥀🥀 🥀🥀 @barnotadiin 🥀🥀
✫✫﷽✫✫ ✍Irra bareedaan namaa.....?! 🤌Nama yeroo Waa siin jechuuf deemu osoo hin jedhin qalbii tee qoratu.....!! 🫀Jechi kiyya Kun Qalbii nama kanaa cabsa moo jedhee if gaafatu....!!Sana booda dubbatu!!...nama akkanaattu bareedaa namaati🦋🕊 🤏🏽Waa qalbii namaa cabsu dubbattee dhfmni ati gaafattuun qalbii nama sanii suphuu hin dandahu...!! 🫵🏽Jechoota namaan jettu keessatti gaarii jechaa filadhu...! Share👇 🥀🥀 @barnotadiin 🥀🥀 🥀🥀 @barnotadiin 🥀🥀 🥀🥀 @barnotadiin 🥀🥀
bᥱ ρᥲᴛiᥱᥒᴛ اقترب من الله يقترب منك كل جميل ❤🩹 "ወደ አላህ ተቃረብ" ውድ ነገር ሁሉ ወደ አንተ ይቀርባል"❤️🩹 🥀🥀 @barnotadiin 🥀🥀 🥀🥀 @barnotadiin 🥀🥀 🥀🥀 @barnotadiin 🥀🥀
💙 Dhukkuba hamaa je'amerraa Rabbiin Akka si tiysu yoo feete Du'aa'ii tana haffazi👇 اللَّهمَّ إنِّي أعوذُ بِكَ منَ البرصِ والجنونِ والجذامِ ومن سيِّئِ الأسقامِ. 🛰️🛰️ @barnotadiin 🛰️🛰️ 🛰️🛰️ @barnotadiin 🛰️🛰️ 🛰️🛰️ @barnotadiin 🛰️🛰️
Duaaii hin lakkisinaa. ♻️•Wanti lubbuu keessan irraa beektan sun du'aa'ii heddummeeysuu irraa isin hin dhoorkin. Rabbiin ﷻ sheeyxaana irra caalaa irra badaa makhluuqaa ta'eefuu ni owwaatee!.»ღ ♻️Walitti fufiinsaan du'aa'ii godhun,qeebaltii irraa abdii muruu dhabuun,walitti fufiinsaan khajeellaa rabbiirraa qaban guddisuu fii du'aa'ii hedduummeeysuun jajjabeeysuun akkaan akka malee barbaachistuudha. Rabbiin ﷻ warra du'aa'ii jabeeysaanii fii heddummeeysan ni jaalata #Yaa_Allah🤲 🛰️🛰️ @barnotadiin 🛰️🛰️ 🛰️🛰️ @barnotadiin 🛰️🛰️ 🛰️🛰️ @barnotadiin 🛰️🛰️
𝐀𝐫𝐫𝐚𝐚𝐧 𝐭𝐚𝐧𝐚 𝐡𝐚𝐥𝐤𝐚𝐧 𝐚𝐤𝐤𝐚𝐚𝐧 𝐥𝐞𝐞𝐲𝐥𝐚𝐭𝐮𝐥 𝐪𝐚𝐝𝐫𝐢 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐤𝐚𝐣𝐞𝐞𝐥𝐚𝐦𝐮 𝐡𝐚𝐥𝐤𝐚𝐧 𝟐𝟕𝐭𝐢...! Irra caalaan jachaa leeylatul qadrii yoom tahaa keessatti kurnan booda halkan qarii keessatti isa ja’uudha. Garuu Ubayyi ibnu Ka’ab fi Abdallaah ibnu Abbaas halkan 27ti taati ja’aniiti dirree baasanii dubbatan. Inumaa Ubayyi ibnu Ka’ab leeylatul qadri halkan 27ti ja’eti kakata. Ubayyi Ibnu Ka’ab akkana ja’a “Rabbii isa malee haqaan gabbaramaan hin jirreen kakadhe halkan leeylatul qadri halkan kam akka tahe niin beeka. Leeylatul qadri halkan Rasuulli ﷺ akka dhaabbannee salaatnu nu ajaje halkan Diigmdamii Torbaati mallattoon isiidha aduun ganama sanii adii tan owwa hin qabne taatee bahuudha ja’e.” •Muslim 1278. Sheekni hadiisaa guddaan khaalid Al-huweeysiin akkana ja’a “Amata Digdamii oliin halkan leeylatul qadrii taa’ee eege..Ramadaana hundaahu halkan Digdamii Torbaa tahuun arge.” Imaamul Albaaniin akkana ja’a “Irra caalaan jachaa Halkan leeylatul qadrii halkan 27ti sababni irra hedduun hadiisa halkan 27 tahuudhaani dhufan.” Edanu hiree jabduu bakka hin buufamne ta irraa fayyadamuu qabnuudha ,keessattu namni guyyaale dabre keessatti kheeyrii irraa gabaabbate : I’itikaafa sa’aa hanga Takkaaf masjiida taa’uu , Qur’aana qara’uu heddummeeysu,sadaqaa kannachuu ,leeylii salaatu, Dua’ii fi Zikrii heddummeeysuun akkaan barbaachisaadha. Yaa Rabbi yoo halkan kun halkan leeylatul qadrii taate cufa dalagaa ati jaalattutiin warra sitti dhihaatu ,kan ibidda irraa ati bilisoomsite irraa nu godhi.! #Sharefabdumalik 🛰️🛰️ @barnotadiin 🛰️🛰️ 🛰️🛰️ @barnotadiin 🛰️🛰️ 🛰️🛰️ @barnotadiin 🛰️🛰️
WAAN NAMA SOOMANUU IRRAA BARBAACHISU ♻️Namni soomanaa ibaadaa Rabbii heddummeessuu barbaachisa, haraam hundarraa fagaachuu qaba, salaata shanan yeroo isiitti jamaa’aadhaan salaatuu qaba, kijiba dhiisuu qaba, nama hamachuu, nama gowwoomsuu, dhala (Ribaa) nyaachuu, fii jechootaa fii hojiilee dhoowwa tahe hundarraa fagaachuu barbaachisa. قال النبيﷺ: "من لم يدع قول الزور، والعمل به، واجلهل، فليس لله حاجة في أن يدع طعامه وشرابه". (رواه البخاري). ✨Nabiin keenya ﷺ akki jedhe “Namni jecha cubbuu haasawuufii itti hojjachuu hin dhiisin, kan Wallaalummaa (badii) hindhiisin rabbiin nyaataafii dhugaatii dhiisuu isaarraa dantaa hin qabu’’ 📚(bukhaariitu odeesse)📚 🛰️🛰️ @barnotadiin 🛰️🛰️ 🛰️🛰️ @barnotadiin 🛰️🛰️ 🛰️🛰️ @barnotadiin 🛰️🛰️
Ramadan Mubarak 🌙 🌙 Baga isiniin gahe. Sanbanni boruu guyyaa Ramadaanni tokko jedhee ittiin eegaluudha… Alhamdulillaah 🛰️🛰️ @barnotadiin 🛰️🛰️ 🛰️🛰️ @barnotadiin 🛰️🛰️ 🛰️🛰️ @barnotadiin 🛰️🛰️
بمازا نسةقبل شهر رمضان المبارك ♻️RAMADAAN MAALIIN QEEBALLA Yaa obboleessa/obboleetti Rabbii Ramadaana mana tolfachuufi nyaatafi dhugaati tolfachuun hin simatamu #Maaliin_simatama ✳️1, dilii itti jirtu dhiistee Gama Rabbii keetii deebihuun simatta قال الله تعالى (ياأيهاالذين أمنو توبواإلى الله توبتا نصوحا) Yaa ummata Rabbitti Amantan gama Rabbii keessanii deebihaa haala gaariidhaan ✳️2, wal dhabbii siifi jidduu obboleessa/obboleetti keetii jirtu tolchuudhaani soomana simatta Rabbiin akkana nuun jedha (Rabbi sodaadhaa wal dhabbi jidduu keessan jirtu furaa) ♻️Ergamaan Rabbii ﷺ Akkana jedhan (Nama islaamaa tokkoof obboleessa isaatiin ooduun isaaf hin ta'u guyyaa sadii ol Namoonni wal lolan lameen kun yerooniifi karatti walitti dhufan isaan lameenuutuu walirraa gara galan Ammoo isaan lameen keessaa kan irra caalu kan salaamtaa dura jadheen) ♻️ laal obboleeyyan kiyya qaalii Akka Rabbiin dalagaa keyrii sirraa qeebalu barbaannaan Namoota walitti mufii qabdu dhiifama gaafadhu osoo innilleen si miidhee ♻️Ergamaan Rabbii ﷺ Akkana jedhan (dalagaan keyrii guyyaa isniinaatiifi kamisaa samii baati rabbi bira garuu tan nama wal dhabee rabbiin gadi deebisa Maleeykaadhaan akkana jedhaan tan isaan lamaanii deebisaa hamma walitti Araaramanii) Kanaafuu. Obboleeyyan kiyya qaalii 💥 Yoo duraan muziqaa dhageeffatu jiraatte dhiisi ! 💥 Yoo duraan hin salaanne salaati ! 💥 Yoo duraan haadhaa abbaa keetitti mataa jabaatte irraa deebihi ! 💥Walumaa galatti hariiroo siifi rabbi jidduu tolchi ! 💥Hariiroo siifi nama jidduutis tolchi ! ••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••• #Rabbif_jacha_Afoonalillah ✨Yaa Rabbi Nagayaan Ramadaana nuun gayi🤲 🛰️🛰️🛰️ @barnotadiin 🛰️🛰️🛰️ 🛰️🛰️🛰️ @barnotadiin 🛰️🛰️🛰️ 🛰️🛰️🛰️ @barnotadiin 🛰️🛰️🛰️
🌸﷽🌸 ✍Yeroo tokko tokko haalli nutti jijjiiramee....osoo gadduun barbaadin gadda keessatti if argina. ✍Yeroo tokko tokko akka takkuu duniyaarra jiraannee hin arginii haala isii ..dhiphannee...laftumman bal'oon tun nutti dhiphatti. ✍Keessattuu dubartoonni yeroo tokko tokko jecha kana fayyadamna dafnee qalbii cabuu rabbiin waa nu keessatti ummeef "osoo jiraachuu baadhee....nama argamaa hin taane osoo ta'ee "jennee qalbii keenna cabsina. ✍Akkana dalaguun kee ati🧕.... gabrittii gaarii taate saniin wal fakate haalli kee gaafa ciinqamte san #haati isaa mariyam.... {یالیتنی مت قبل هاذا وکتن نسیا منسیا }Jetti turte ✍Garuu waa takka qofa hubadhu....sunis..... 👌Wanni siif ta'ee fi sirratti ta'ellee waan rabbiin qadaratti dabarse. 👌Tan ati keessatti dhiohataa jirtu duniyaadha waan taheef....hadha gadda,dhiphina.boru gammachu fi mirqaana.... 👌 siif dhaame....gaddaa fi gammachuu keessattillee rabbima kee hin dagatin. Ani siif dhaame nama biraatiif dhaami. الدال علی الخیر کفاعله 🛰️🛰️ @barnotadiin 🛰️🛰️ 🛰️🛰️ @barnotadiin 🛰️🛰️ 🛰️🛰️ @barnotadiin 🛰️🛰️
♧﷽♧ 🌸Amma marti nama salawaata buusee ergamaa rabbii irrattiﷺ..... 🌹Ati.... 🌹Isiin... 🌹Isaan.... 🌹Namni barreeffama kana dubbistan.... #salawaata buusaa.... ﷺ 🌸Salawaanni isin narratti buustan na bira ni geettiﷺ 🌸Waan taane nama tokkorraa kanarratti salawaata buuse... rabbiin ruuhii tiyya natti deebisee anillee salaama isaa san deebisuuf malee.... ﷺ 🌸اللهم صل وسلم وبارك على محمد صلاتا وسلاما داءما❤️ 🌸Hin jaalannaan ragaan keenna rabbi❤️ 🌸YAA HABIIBII... ❤️ YAA RASUULA ALLAAH.... ❤️ 🌹Rabbiin jannata keessatti walitti nu haa qabu... 🌹 🥀🥀 @barnotadiin 🥀🥀 🥀🥀 @barnotadiin 🥀🥀 🥀🥀 @barnotadiin 🥀🥀
#Quran_recitation #Part_13 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰 🛰️🛰️ @barnotadiin 🛰️🛰️ 🛰️🛰️ @barnotadiin 🛰️🛰️ 🛰️🛰️ @barnotadiin 🛰️🛰️
بسم اللہ الرحمٰن الرحیم...... 🪅Fageessi lubbuu tee....qur'aana qara'urraa akka qaari'ee siin jedhamuuf.... 🪅fageessi lubbuu tee....sadaqachurraa akka arjaadha siin jedhaniif 🪅Rabbi gabbarurraa lubbuu tee fageessi....akka Aabidee/rabbi gabbaraa akka siin jedhaniif. 🪅fageessi lubbuu tee..... nama gorsurraa...akka gorsaa/kaaxiba siin jedhaniif. 💡Lubbuu tee fageessi naa dhagahii fii naa argii irraa. share👇 🥀🥀 @barnotadiin 🥀🥀 🥀🥀 @barnotadiin 🥀🥀 🥀🥀 @barnotadiin 🥀🥀
#Old_school😅 Ustaz Hakim Hassan 🥀🥀 @barnotadiin 🥀🥀 🥀🥀 @barnotadiin 🥀🥀 🥀🥀 @barnotadiin 🥀🥀
#True_story 👉በድህነት ውስጥ የሚኖር አንድ ቤተሰብ ነበር፡፡ በቤተሰቡ ውስጥ እናት፣ አባት እና አንድ ሴት ልጅ ነበረች፡፡ 👉ከቤተሰቡ ውስጥ ገቢ የነበረው አባት ብቻ ነበር፤ ነገር ግን መሰረታዊ ፍላጎትን (ምግብ፣ ልብስ፣ መጠለያ) ለማሟላት በቂ ነበር፡፡ አባት ምንም እንኳን በቂ ገንዘብ ባይኖረውም ሁሌም የሚያልመው ልጁን የአለማችን ምርጥ ዶክተር ማድረግ ነበር፡፡ እጅግ ከሚባለው በላይ ይወዳታል፡፡ እሷም መልካም ልጅ ነበረች፡፡ 👉የHigh School ውጤቷን በተቀበለችበት ቀን አባት ከሚባለው በላይ በመደሰቱ "ዛሬ በአንቺ ኩራትና ደስታ ተሰምቶኛል፤ እንድገዛልሽ የምትፈልጊውን ማንኛውንም ነገር ጠይቂኝ" አላት፡፡ ልጅ መለሰች አባ ባለፈው ያሳየውህን ቀሚስ እፈልጋለው፤ ግን ዋጋው 1500Dollar ነው፤ የዛኔ እንድትገዛልኝ አልጠየኩህም፤ ነገር ግን አሁን ትገዛልኛለህ?" አለች፡፡ 👉አባት በመደሰቱ እና ልጁ ተከፍታ ማየት ስለማይፈልግ ብቻ ያን ቀሚስ የሚገዛ ገንዘብ እንደሌለው እያወቀ እንኳን እንደሚገዛላት ቃል ገባ፡፡ በቀጣዩ ቀን አባት ያንኑ ቀሚስ ገዝቶ ስጦታ ሰጣት፡፡ 👉እናት ይህን ስትመለከት ያን ያህል ገንዘብ እንደሌለው ስላወቀች ገንዘቡን ከየት እንዳመጣው ጠየቀችው፡፡ አባት እንዲህ ሲል ተደመጠ "ያጠራቀምኩት ትንሽ ገንዘብ ነበር፤ በተጨማሪ ደሜን ሸጬ ባገኘውት ገንዘብ ነው፡፡ ምክንያቱም ልጄን ማናደድ አልፈልግም፡፡ 👉"ከግዚያት በኀላ ልጁ የጤና ትምህርት ቤት ገባች፡፡ አባትም ለእሷ የሚያስፈልጉ ክፍያዎችን መክፈል ያስችለው ዘንድ ከወትሮው በበለጠ ጠንክሮ መስራት ጀመረ፡፡ የመጨረሻ አመቷ ላይ ደረሰች፡፡ ለሁሉም ነገር የሚከፈል 80000 Dollar ያስፈልጋታል፡፡ አባት በቂ ገንዘብ ባይኖረውም እንዴት እንደሆነ ባይታወቅም ያን ገንዘብ ከፈለ፡፡ 👉እናት አሁንም ያን ያህል ገንዘብ እንደሌላቸው ስለምታውቅ በጥርጣሬ "ያን ገንዘብ ከየት ነው ያመጣኸው? ያን ገንዘብ ለማግኘት መጥፎ ነገር አደረክ እንዴ?" በማለት ጠየቀች፡፡ 👉"አይደለም የሆነ ኩላሊቱ ከጥቅም ውጭ የሆነበት ሰው ነበረ፤ እና አንዱን ኩላሊቴን ሸጥኩለት፡፡ አደራ ለልጃችን እንዳትነግሪያት፤ የጥፋተኝነት ስሜት ይሰማታል፡፡" አለ አባት:: ዛሬ የልጃቸው የመመረቂያ ቀን ነው፡፡ 👉 እናትና አባት ሴት ልጃቸው ለመጀመሪያ ግዜ ዶክተር ሆና ወደ ቤቷ ልትመጣ በጉጉት እየጠበቋት ነው፡፡ ነገር ግን ልጃቸው ዶክተር ሆና ሳይሆን አስከሬን ሆና ወደ ቤት መጣች፡፡ የምታፈቅረው ሰው በእሷ ላይ ከሌላ ሴት ጋር ስለማገጠባት ራሷን አጠፋች፡፡ 👉እስቲ መልሱልኝ አሁን የሞተው ማነው? እሷ ወይስ ቤተሰቦቿ? በተለይ አባቷ የሞት ሞትን ነው የሞተው፡፡ -ወዳጄ ህይወትክ ያንተ ብቻ መስሎህ ከሆነ ተሳስተሀል፡፡ መኖርህ እንኳን ባይጠቅማቸው መሞትክ የሚጎዳቸው ቤተሰቦች አሉህ፡ስለዚህ እራስህን በሲጋራ፣ ጫት፣ አልኮል ውስጥ ደብቀህ በቁም ሞተህ በቁም አትቅበራቸው፡፡ 👉እህቴ፤ አንቺ እራስሽን ብታጠፊ ፍቅረኛሽ ሌላ ሴት ያገኛል፤ ቤተሰቦችሽ ግን ሌላ ልዕልት ልጅ አያገኙም፡፡ስለዚህ ሁሌም በህይወታችን ላይ ለመወሰን ስንነሳ እኛን በማሳደግ የጎበጠችው እናታችን ፤ እኛን በማሳደግ በውርጭና በፀሀይ ፊቱ የከሰመው አባታችን ይታወሱን ታሪኩ አስተማሪ ስለሆነ ሼር 🛰️🛰️ @barnotadiin 🛰️🛰️ 🛰️🛰️ @barnotadiin 🛰️🛰️ 🛰️🛰️ @barnotadiin 🛰️🛰️
✍️ Milkaa’inni guddaan maali beektaa? Ibidda Azaabaa jalaa naga baatee qananii Jannataa sana keessa seenuudha…..! ﴿فَضلًا مِن رَبِّكَ ذلِكَ هُوَ الفَوزُ العَظيمُ﴾. Rabbiin warra Jannataa nu haa taasisu….. 🥀🥀 @barnotadiin 🥀🥀 🥀🥀 @barnotadiin 🥀🥀 🥀🥀 @barnotadiin 🥀🥀