tgindex
Barsisa Adaba NTB

Barsisa Adaba NTB

Статистика

Channel kanaan, 👉barruuwwan barsiisoo 👉 Ergawwaan hayyootaa(qoutes) 👉Dubbiiwwaan kaka'uumsa (motivational speech) 👉Gorsa(advice) 👉Carraawwan hojii(job opportunity) ni argattu 👉Karaalee milkaa'inaa(ways of success) Join 👇👇👇👇👇 @Baro_150

Последний пост
14 авг.
Последнее чтение
15 авг.
Постов за неделю
11
Всего постов
102
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
1 658
+13 за 4 дн.
Сутки
+12
+0,73%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
536
40 постов
Вовлечённость
32,3%
к подписчикам
Постов в день
1,6
всего 102
Упоминаний
4
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
267
1/48двое суток
305
1/72трое суток
330

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • ➪𝗕𝗮𝗿𝗿𝘂𝘂𝘄𝘄𝗮𝗻  𝗯𝗮𝗿𝘀𝗶𝗶𝘀𝗼𝗼 ➪𝗲𝗿𝗴𝗮𝗮𝘄𝘄𝗮𝗻 𝗵𝗮𝘆𝘆𝗼𝗼𝘁𝗮𝗮 ➪𝗗𝗶𝗯𝗯𝗶𝗶𝘄𝘄𝗮𝗻 𝗸𝗮𝗸𝗮'𝘂𝗺𝘀𝗮𝗮 (𝗠𝗼𝘁𝗶𝘃𝗮𝘁𝗶𝗼𝗻 𝘀𝗽𝗲𝗲𝗰𝗵) ➪𝗚𝗼𝗿𝘀𝗮 (𝗮𝗱𝘃𝗶𝗰𝗲) ➪𝗖𝗮𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗯𝗶𝘇𝗶𝗻𝗲𝘀𝗶𝗶(𝗯𝘂𝘀𝗶𝗻𝗲𝘀𝘀 𝗼𝗽𝗽𝗼𝗿𝘁𝘂𝗻𝗶𝘁𝘆) ✔𝗞𝗮𝗻𝗻𝗲𝗲𝗻 𝗸𝗮𝗻𝗮 𝗵𝘂𝗻𝗱𝗮 𝗯𝗮𝗸𝗸𝗮 𝘁𝗼𝗸𝗸𝗼𝘁𝘁𝗶 𝗮𝗿𝗴𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳 𝗯𝗮𝗸𝗸𝗮 𝗝𝗢𝗜𝗡 𝗝𝗲𝘁𝘁𝘂 𝘁𝘂𝗾𝗶.

  • በዓለም ላይ ያሉ ስኬታማ ሰዎች ምስጢር Motivation አይደለም! Discipline ነው! በዲሲፕሊን እና በመነሳሳት መካከል ያለውን ልዩነት መረዳት ሕይወትህን ይቀይረዋል፦ 🔹 Motivation: በስሜት ላይ የተመሰረተ ነው። ዛሬ ሊኖር፣ ነገ ሊጠፋ ይችላል። 🔹 Discipline: በውሳኔ እና በስርዓት ላይ የተመሰረተ ነው። ስሜትህ ቢኖርም ባይኖርም ሥራውን እንድትሰራ ያደርግሃል። ዲሲፕሊን ለመገንባት…

  • በዓለም ላይ ያሉ ስኬታማ ሰዎች ምስጢር Motivation አይደለም! Discipline ነው! በዲሲፕሊን እና በመነሳሳት መካከል ያለውን ልዩነት መረዳት ሕይወትህን ይቀይረዋል፦ 🔹 Motivation: በስሜት ላይ የተመሰረተ ነው። ዛሬ ሊኖር፣ ነገ ሊጠፋ ይችላል። 🔹 Discipline: በውሳኔ እና በስርዓት ላይ የተመሰረተ ነው። ስሜትህ ቢኖርም ባይኖርም ሥራውን እንድትሰራ ያደርግሃል። ዲሲፕሊን ለመገንባት 3 እርምጃዎች፦ ✅ትንሽ አድርገህ ጀምር: በቀን 10 ገጽ ማንበብ ወይም 15 ደቂቃ አካላዊ እንቅስቃሴ ማድረግ። ✅ሰበብን አስወግድ: "ደክሞኛል" የሚለውን ስሜት ሳታስተናግድ ወዲያውኑ ወደ ሥራ ግባ። ✅የቀን Routine ይኑርህ: በየቀኑ በቋሚ ሰዓት የምታከናውናቸው ጠንካራ ልማዶችን ገንባ። 👉 ይህንን ጠቃሚ ትምህርት በዲሲፕሊን ማደግ ለሚፈልግ ጓደኛህ Share አድርግለት! 🚀 የእናንተው ቤተሰብ ✅@baro_150

  • Motivation ካልነበረህ ምን ታደርጋለህ? Motivation (መነሳሳት) ልክ እንደ ዝናብ ነው። ይመጣል፣ ይሄዳል። በየቀኑ ዝናብ ካልጣለ አልሠራም ካልክ ግን በድርቅ ትሞታለህ! ብዙ ሰዎች አዲስ ነገር ለመሥራት ወይም ልማድ ለመቀየር "መነሳሳት" (Motivation) እስኪመጣላቸው ይጠብቃሉ። ነገር ግን እውነታው ይህ ነው፦ Motivation ጅምርን ይሰጥሃል እንጂ ጨራሽ አያደርግህም። የሚሳካላቸው ሰዎች በየቀኑ ስሜት ስለተሰማቸው ሳይሆን የሥራው አስፈላጊነት ስለገባቸው እና Discipline (ዲሲፕሊን) ስላላቸው ብቻ ይሰራሉ። እውነተኛ ስኬት የሚገነባው ስሜትህ "አርፍደህ ተኛ" ሲልህ፣ ማንነትህ ግን ተነስተህ ሥራህን ስታከናውን ነው። 👉 አንተስ በስሜት ነው የምትመራው ወይስ በዲሲፕሊን? የእናንተው ቤተሰብ 👉@the_secret_power ✅ @baro_150

  • Osoo kaka'umsa hin qabaatin maal goota? Kaka’umsi akka roobaati. Dhufee ni deema. Guyyaa guyyaan roobni yoo hin roobne dheebuun duuta! Namoonni baay'een waan haaraa hojjechuuf ykn amala jijjiiruuf "kaka'umsa" gara isaanii dhufuu eegu. Garuu dhugaan jiru…

  • Osoo kaka'umsa hin qabaatin maal goota? Kaka’umsi akka roobaati. Dhufee ni deema. Guyyaa guyyaan roobni yoo hin roobne dheebuun duuta! Namoonni baay'een waan haaraa hojjechuuf ykn amala jijjiiruuf "kaka'umsa" gara isaanii dhufuu eegu. Garuu dhugaan jiru kana: Kaka’umsi jalqaba malee xumura siif kenna. Namoonni milkaa'an guyyaa guyyaan kan hojjetan waan itti dhaga'ameef osoo hin taane, barbaachisummaa hojii sanaa waan hubataniif Discipline waan qabaniif. Milkaa'inni dhugaa kan ijaaramu yeroo miirrii kee "yeroo booda ciisii" siin jedhudha, eenyummaan kee garuu ka'ii hojii kee hojjedhu siin jedhudha. 👉 Miiraan moo naamusaan oofaa? Maatii keessan 👉@aangoo_iccitii ✅ @baro_150 jedhamuun beekama

  • без подписи

  • Addunyaa barnootaa waggaa 12! Tarii waggaa 3..4..5 dabaltee baratteetta ta'a. Garuu guyyaa tokko illee Addunyaa dhugaan akkamiin akka hojjettu barattee hin beektu. Maal yaaduu akka qabdu malee akkamitti yaaduu akka qabdu hin baranne. Jireenyaaf kan si barbaachisu waan gaarii tokko hin baranne. Waan sin fayyadnedha kan ati sammuukeetti shamaddadaa turte. Wanti beektu qacaramuu qofa. Waa'ee maallaqa qusachuu yookaan waa'ee hidaa hin baranne. Liqaadhaan goolamtee jirta. Maarree waggaa kana hunda maal baratte? waggootiin barnootaa sun hundi qisaasa'aa turan jechuudhaa? Tole kan baratteen addatti maal yaaltee beekta? Tarsiimoon barnootaa kan diriirfameeru milkaa'aa akka taatuuf miti. Ajajamaa akka taatuuf malee. Akka yaaddu hin barbaadan. Akka hojjettu malee. Yeroodhaan lixanii barfatanii kan bahan ajajamtoota hojjettoota barbaadu malee. Maaliif akka ta'e osoo hin gaafatiin waan ajajaman qofaa akka hojjetan, Hojjettoota jajjaboo barbaadu. Xiqqoo yoo dhimmakeef gaaffii gaafatte nama rakkoo uumu jaallatu jedhamteetu maqaan siif ba'a. Sababnisaas umuriikee guutuu gaaffii gaafachuuf harka baasuu fi eeyyama argachuutu sirra jiraata. Hawaasa waliin akkamiin akka jiraattu miirakee akkamiin to'achuu akka qabdu hin baranne. Kaayyoon barachuukee siin jireenyaaf qopheessuuf hin turre, hojiidhaaf malee. Maashinoota akkamiin akka hojjechiistu beekumsa ni qabaatta. Garuu Maashinoota akkamiin akka hojjettu yookaan oomishtu hin baranne. Dhukkubsattoota yaaluu fi wal'aanuu ni dandeessa. Ofiin of yaaluuf garuu ni dhiphatta. Abbaa seeraa ta'uu ni dandeesaa. Qabeenyakee garuu eegsifachuu hin dandeessu. Mana ijaaruu ni dandeessa, garuu kan ofiikee keessa jiraattu mana mataakee hin qabdu. Sirnisaa sitti fayyadamuuf malee akka ati itti fayyadamtuuf miti. Sirni barnootaa ilaalchakee kan ittiin to'atan meeshaa qophaa'edha. Dammaqi! Yaada kana itti waliif ni galtuu? Biyyi keenya nama hojii uumuu fi biyya kana ol kaasu barbaaddi! Kanaafu Haa dammaqnuun dhaamsakoodha! Addunyaa barnootaa sadarkaa Idil addunyaatti maal akka ta'e hubachuun barbaachisaadha! @baro_150

  • без подписи

  • Which is killing your life ? Comment

  • 1.Easy choice Hard Life 2.Hard choice easy life Which one is your choice Comment 🫵🫵 @baro_150

  • без подписи

  • 8 авг.1 1802

    без подписи

  • 8 авг.1 1482

    без подписи

  • 8 авг.1 0762

    без подписи

  • 8 авг.1 0682

    без подписи

  • 8 авг.1 0632

    Ijoollee biyya Abishee Garbaa #shaambuu Mee comment godha mee @baro_150

  • Barsisa Adaba NTB pinned a photo

  • Namoonni shambuu Magalaa ishee jirtaan namni 3 qoftii Hello jedha Daqiqa 30 giddutii yoo darbee Expired waan tahuf Kun kan👇@baro_150💫

  • 6 авг.1 3041

    Namoonni shambuu Magalaa ishee jirtaan namni 3 qoftii Hello jedha Daqiqa 30 giddutii yoo darbee Expired waan tahuf Kun kan👇@baro_150💫