tgindex
Последний пост
17:25
Последнее чтение
15 авг.
Постов за неделю
24
Всего постов
63
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
9 604
−34 за 5 дн.
Сутки
−13
−0,14%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
562
40 постов
Вовлечённость
5,9%
к подписчикам
Постов в день
3,4
всего 63
Упоминаний
3
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
462
1/48двое суток
529
1/72трое суток
571

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • 17:2526611

    MAANGOO FI FAAYIDAA ISAA Maangoon gooftaa_kuduraa jedhamuun waamu warreen adiin. Faayidaalee maangoon fayyaa keenyaaf kennu keessaa muraasni: 1. Hanga kolestiroolii qaama keenya keessaa ni xiqqeessa. 2. Gogaa qaama keenyaa cufame banuun fayyaa fi miidhagina gogaa keenyaaf ni tola. Haala itti fayyadamaa Gogaa maangoo erga quncifnee gogaa qaama keenyaa dibachuu Erga dibannee booda daqiiqaa 10'f tursinee irraa dhiqachuu. 3. Maangoon vitamin E'n waan badhaadheef namoota fedhiin wal qunnamtii saalaaf isaan qaban yoo gadi bu'e maangoo soorachuun fala. 4. Maangoon dhibee hir'ina dhiigaa waan nurraa qolatuuf, dubartii ulfaafis ni gargaara. 5. Ulfaatinni qaama keenyaa kan gadi bu'es yoo ta'e maangoon bilchaataan tokko #kaaloorii 75 waan qabuuf akkasumas starch waan of keessaa qabuuf yoo sooratne ulfaatina qaama keenyaa ol kaasuun ni danda'ama. 6. Ciccitaan maangoo #kubbaayyaa 1 fedhii vitamin A 25% waan nuuf guutuuf, yoo sooranne fayyaa ija keenyaaf gaarii dha. 7. Hamma waa yaadachuu keenya ni dabala. 8. Gubiinsa qaamaa akka malee nurraa ittisa. 9. Daakamuu dhabuu soorataa nurraa ittisa. 10. Dhibee sukkaaraan kan hubamaniif hanga insulin qaama keenya keessaa hir'isuun ni gargaara. Haala itti fayyadamaa- Baala maangoo xiqqoo danfisuu Halkan guutuu dhuubuun bulchuu Ergasii bishaan isaa calaluun dhuguu 11. Dhibee kaanserii nurraa qolata. Galatooma Fayyaan faaya!! Fayyaa ta'aa!! Maddi: WHO healthiest food guidlines and summary researches. Fayyaan faaya. Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @waf37fspainbv💌

  • без подписи

  • без подписи

  • Hundee diimaa(Beetroot) ==================== Qabiyyee ................ Vitaminoota gara gosa shanii fi pirootinii fi albuudota kanneen akka kaalsiyeemii, Ayiranii, soodiyamii, fi pootaasiyamii fa'an kan badhaadhe. Faayidaa .............. 1. Hanga cholesterol qaama keessaa ni xiqqeessa. 2. Goginsa garaa nurraa ittisa. 3. Fayyummaa ija keenyaaf. 4. Rakkoo waa irraanfachuu bara dulluma keessaa nurraa ittisa. 5. Sirna ittisa dhibee qaama keenyaa ni dabala. 6. Carraa dhukkuba onneen qabamuu ni hir'isa. 7. Bareedina gogaa qaama keenyaaf. 8. Kaansarii mar'ummaan furdaa fi kalee nurraa ittisa. ...... Hubannoo ................. Namootni dhibeewwan - cirracha kalee - dhibee jilbaa fi rihii qaban hundee diimaa hedduminaan soorachuun faayidaa isaa irra miidhaa isaatu caala waan ta'eef, akka deddeebiin hin nyaatamne gorfama. Galatoomaa Maddi:-WHO healthiest food guidlines and summary researches Fayyaan faaya. Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @waf37fspainbv💌

  • без подписи

  • без подписи

  • MALLATTOO DHUKKUBA BUSAA -Dhagna gubaa -Mataa dhukkubbii -Dafqisiisuu -Balaqqamsiisuu -Buusaa (joint) namaa caccabsuu (dhukkubsuu) fi dadhabbii. Dhukkubni busaa gosoota afur qabaatus keessaa kan hamaa ta'eef lubbuu namaa dabarsuuf ariifatu kan plasmodium faalsifaaramii isa jedhamuun dhufu yoo ta'u yaalamee qorichaan akka salphaatti fayyisuun osuuma danda'amuu sababa dafanii mana yaalaa deemuu dhiisuu ykn carraa isaa dhabuutiin lubbuun daa'iimmanii fi dargaggoota keenya hedduutu darba. Mallattoolee armaan olii kana yoo ofirratti maatii keenyarratti ykn nama biraa irratti argine deemnee yaalsisuun dirqama lammummaa keenyati. Fayyaan faaya. Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @waf37fspainbv💌

  • без подписи

  • без подписи

  • Wantoota hirriiba nama dhoowwan keessaa tokko jaalallee(chiikii) wajjiin wal arguuf beellama qabachuudha. Qorannoon garagaraa akka jedhutti namoonni baay'een guyyaa itti aanu hiriyaa isaanii waliin beellama qaban galgala san waa'ee beellamichaa yaadaa buluudhaan rakkoon hirriba dhabuu isaan mudata jedha. Beellama boruutif, har'a hirriba dhabuun sirrii miti!! Hunduu yeroo isaatti yoo ta'e gaaridha waan ta'eef har'a rafanii waa'ee beellamichaa boruma itti yaaduu wayya!! Rafaa! Halkan Gaarii!!! Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @waf37fspainbv💌

  • Dubartoonni ofiin of gammachiisun ykn fedhii ofiin ofirraa baasun rakkoolee armaan gadiitif isaan saaxiluu danda'a. ➯ Afaan gadaamessaa akka madaayuu godha. ➯ Qaamni saalaa dubartii hooqsisuu itti fida. ➯ Afuuffeen fincaanii michii/infekshiinii godhachuu fida. ➯ Dubrummaa balleessuu danda'a. Kunis yeeroo hedduu fayyadamuufi miira hamaa keessa seenanii fayyadamuu irraa darbee darbee kan mudatuudha. Walumaa galatti ofiin of gammachiisuun rakkoo gama xinsammuufi rakkoo fayyaa hedduu fiduu bira darbee araada hamaadha. Araada kanaan namoonni saaxilaman erga gaa'ela keessa seenanii, dhoksaanis ta'ee ifatti waan kana ni raawwatu. Sababa kanaanis gaa'elli jeeqamu hedduudha. Gochaa fokkataa kanarraa of qusadhaa!!! Galatoomaa!!! Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @waf37fspainbv💌

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • Yoo dhiirti isaan hawwan dubbise, guyyaa guutuu gammadaa oolan... ********* Dubartoonni hin heerumin odoo dhiira hin hamanne hin oolan jedha qorannoon dubartoota irratti godhame. Qorannoon kun akka agarsiisutti dubartoonni hin heerumin wanni isaan yaadessu keessaa inni ijoon, eenyu akka heeruman, eessatti, akka heeruman, nama akkamii akka heeruman ilmaan meeqa akka irraa argatuu qaban fa'a yaadaa oolu jedha. Yoo dhiirti isaan hawwan tokko karaarratti argee dubbise, akka waan baadhasa argatanitti guyyaa guutuu gammachuun guutamanii ajandaa godhatanii walitti himaa oolu. Yoo namni isaan hawwan sun jecha wahii dubbate, jecha san dinqisiifachuun guyyaa guutuu sammuu keessa deddeebisanii yaadachaafii haasa'aa oolu. Jechoota badaa/ negative ta'e yoo jedheenillee isaan gaaritti/ positive hubatanii gammadaa oolu. Dhiiranno hoo? Galatoomaa! Fayyaa dayaa! Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @waf37fspainbv💌

  • Dhala dhabuu kan dhiiraa (male infertility) kutaa 2ffaa *********** Akkuma karaa keessaa na gaafattaniin deebii gaaffii keessanii kunooti! Rakkoon dhala dhabuu rakkoo karaa dhiiraa ykn kan dubaraa akka ta'uu danda'u ilaalleerra. Harrammoo sababoota dhiira dhala dhabuuf saxiluu danda’an akka armaan gadiitti ilaalla: *Infekshinii qaama saalaa fi naannoo isaa kunis infekshinii cidhaanii (orchitis) , dhukkuboota qunnamtii saalaan daddarban akka Fanxoo faa irraa *Sanyiin kormaa erga gadhifamee booda duubatti deebi’uu ( retrograde ejaculation) kunis kan dhufu sababoota akka dhibee sukkaaraa, miidhama dugugguruu dugdaa (spinal cord) , qorichoota tokko tokko fi kkf *Rakkoo sanyii dhiiraa (sperm) kunis baay'inaan xiqqaachuu , sanyii dhiiraa fayyaa hin taane f kkf *Cidhaan hin bu’in garaa keessatti hafe (undescended testis) *Rakkoowwan hormooniin walqabatan *Rakkoowwan qunnamtii saalan walqabatan akka qaamni saalaa dhabbachuu diduu , ykn yeroo muraasa qofaaf turuu , umaama qaama saalaa irratti rakkoon jiraachuu *Qorichoota mana yaalaa kennaman akka qorichoota kansarii , *Radiyeshinii (yaalaaf yookin karaa biroon) naannoo mudhii gadii saaxilamuu fkn X-ray *Araadawwan adda addaa fi ulfaatina qaamaa garmalee *Yaala baqaqsanii yaaluu mudhii gadiin miidhama dhufu *Rakkoowwan kiromosoomii yookiin rakkoolee dhalootaan dhufan *Rakkoowwan xinsammuu garaagaraa fi kkf dha YAALA ***** Dhala dhabuun dhiiraa erga sababani isaa qorannoon adda bahee booda baay'een isaa ni yaalama! Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @waf37fspainbv💌

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • Haati ulfaa ji'a 6 booda dugdaan cisuun dhorkaadha. JI'a 6 booda akkuma beekamu gadameessi daa'ima baatu wayita guddachaa deemuu ujummoo gurguddaan dhiigaa kan karaa garaa keessa oliif gadi darbu wayita dugdaan ciisan waan cufuuf hammi dhiigaa gara onnee fi akkasumas gara daa'imaa deemuu ni hir'ata. Wayita kana mallattooleen haadha ulfaa kana irratti mul'atan; gar-malee dafquu,ballaqqa muu,mataan itti salpachuu ,onneen garmalee dha'achuu ykn rukkutuu,of wallaaluuf kkfn dha. Akkasumas hammi dhiigaa gara daa'imaa deemus waan hir'atuuf daa'imnis miidhamuu ni danda'a. Kanaaf wayita dugdaan ciisan yoo mallatton kun itti dhagaa'ame atattamaan gara cinaacha bitaa isaaniitti yoo deebi'an daqiiqaa 5_10 gidduutti furmaata argatu. Fayyaan faaya!! Fayyaa ta'aa!! Galatoomaa!! Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @waf37fspainbv💌