tgindex

OROMIA EDUCATION BUREAU

описание

Channel kun kan barnoota channel kana gad tuqun join godhaa uses of many question

1 303
подписчиков
Охват к подписчикам
10,7%
ERR
Реакции к просмотрам
0,26%
27 на 44 постов
Пересылки к просмотрам
0,17%
18
Постов в день
1,1
всего 78

Где отзываются чаще

доля реакций к просмотрам
  • 11 авг.без подписи1,50%
  • 8 авг.SIRREEFFAMA Galmee Barattoota Manneen Barnootaa Bultii Addaafi Addaa Sad. 2ffaa Dorgommiin Galuu Barbaadan Hundaaf BBO - Hagayya 01/2018 Biiroon Barnootaa Oromiyaa Barattoota Bara Barnootaa 2018 Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa fudhachuun qabxii olaanaa galmeessisuun gara kutaa 9ffaatti darbaniifi #Manneen_Barnootaa_Ifa_Boruu_Bultii Adaa Sad. 2ffaa, Manneen Barnootaa #Bultii_Addaa_WMOfi #Manneen_Barnootaa_Addaa Sad. 2ffaa dorgommiin Seenanii barachuuf fedhii qaban hundaaf Adoolessa 29/2018 beeksisa baasuun ni yaadatama. Haaluma kanaan: #Ergaawwan sirrachuu qaban #lama yoo ta'an; 1) #Iddoo_Galmee :- Iddoon Galmee ibsaman sunniin hin barbaachisan. Kanaafuu, Galmeen Oonlaayiniin(#Online)n Waan Gaggeeffamuuf barataan kamiyyuu bakkuma barbaade jiraatee(taa'ee) #Liinkii asii gadiitti fayyadamuun #Lakkoofsa_galmee (Registration Number) kan kutaa 8ffaa ittiin qormtan galchuu, itti aansuun maqaa #Akaakayyuu(Grandfather's Name) Galchuu, itti aansee filannoon isiniif dhufu immoo, bakka itti qoramuu barbaaddan/Giddu Gala Qormaataa/(Exam Center) yoo ta'u, bakka qoramuuf isinitti dhihaatu filachuun iyyachuu (Apply) gochuu ni dandeessu. #Guyyaan_Galmee har'a (01/12/2018) Sa'aatii ammaa kanarraa kaasee hanga Hagayya 08/2018 qofa bakka jirtanitti Giddu Gala Itti Qoramtan (#online)n filachuu galmaa'uu ni dandeessu #Liinkichis : https://exam.oeb.gov.et/ 2) #Guyyaa_Qormaataa : Fuuldura Murteessinee isin beeksifna. #Waan_nu_hordoftaniif_Galatoomaa! #share t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa1,10%
  • 6 авг.без подписи0,97%
  • 29 июл.без подписи0,84%
  • 24 июл.без подписи0,81%
  • 21 июл.без подписи0,80%
  • 5 авг.без подписи0,77%
  • 10 авг.Hanga Ammaatti #Barattootni_Kuma_4_Ol Ta'an Galmaa'an. ---------------------- BBO - Hagayya 03/2018 Biiroon Barnootaa Oromiyaa Barattoota Qaxalee Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa Bara 2018 Qabxii Olaanaa Galmeessisuun Gara Kutaa 9ffaa Darban Dorgomsiisee Manneen…0,68%
  • 24 апр.без подписи0,57%
  • 28 июл.без подписи0,41%
  • 5 авг.без подписи0,41%
  • 21 июл.без подписи0,17%