AASTU FOCUS
описание
> Kun FOCUS AASTUtti Toora Barsiisa🤹🏼 , #Sagantaan_keenya_JIMAATA sa'aatii #12:00tti #Faaruwwan #Akkasumas_Ergaale_Tokkummichaa💒 irratti argannuudha. Yaada qabdanif : @Itsyoujesus @Jo_shib @Biely7 @Altleg @gike7 @moy3ka @Fibaa
895
подписчиков
Охват к подписчикам
21,7%
ERR
Реакции к просмотрам
3,47%
696 на 50 постов
Пересылки к просмотрам
0,36%
73
Постов в день
0,0
всего 79
Где отзываются чаще
доля реакций к просмотрам- 7 авг.✨✨ Yeroo kadhannaa✨✨ Obboleettii keenya Haannaa Alaamayyoo waliin ,2nd year Engineering Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb13,83%
- 7 авг.🎹🎻 Worship Time 🎻🎹 with Brother segni Terefe 2nd year pre Engineering Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb12,81%
- 7 авг.✨️✨️ Yeroo lallabaa✨️✨️ Obboleessa keenya Naa'ol Wandimmuu waliin Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb12,50%
- 7 авг.Obboloota keenyaa sagantaan keenyi guyyaa har'aa kana fakkaata ture akka isin itti eebbifamtaniifi irraa buufattan ni amanna. 👉Akkasuma warra guyyaa har'aa kara gargaraa nu tajaajilan waaqayoo isaan haa Eebbisu! ⚡️waaqayyo isa amma yeroo kanaatti nu waliin taee darbees nu wajjin jiruuf Galanni haa tau! iddoo gaarii bulaa🫡 halkan gaarii isiniif haa tau #Halkan_gaarii #Eebbifamaa #sin_jaallanna Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb8,30%
- 7 авг.1.Bishaan badiisaa inni bara Nohi guyyaa hammaafif lafa irraa lola'ee? A. guyyaa 40 B.waggaa 1 C.ji'a 6 D.guyyaa 150 ⁴ 2.Yesus eenyuun "ijoollee mar'ataa" jedhee waame? A. Yihuudota B. Farisoota C. Barsiisota Seeraa D. Saduqoota E. B fi C 3.Akka Ibroota 2:14 jedhutti, Gooftaan keenya yeroo lafa irra ture? A. Akkuma namootaa foonii fi dhiiga ture B.Uumama waaqayyummaa ture C. Uumama hafuuraa fi lafaas ture D. Lafa irratti Waaqayyo ture 4.Fannoo Yesuus baachuutiin kan isa gargaare eenyu? A. Yohannis B. Simoon isa Qareenaa C. Yaaqoob D. phexros 5.Osoo baarnaabaasii fi saa'ol tajaajilaa deemanii mandara phaafositti namichi qooricha namatti godhu argani maqaa isaa eenyu? A.Sergiiyos B.Luukiyoos C.Baaryesuus D,Qish 6.🌋🔥🏃🏼♀️🚫👀🥶7,57%
- 7 авг.Obboleettii keenya Haannaa Waaqayyoo isheehaa eebbisu. Eebbifami Haannaa . Isinis obboleettii keenya Eebbisanii Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb6,67%
- 31 мар.без подписи6,67%
- 7 авг.Warra moo'atan Buusi booda isin beeksisna. Yeroon itti aanu yeroo buusin itti sassaabamuudha buusii keenya haa qopheeffannu.6,39%
- 5 авг.без подписи6,33%
- 7 авг.🙌 Nagaa fi Araarri Waaqayyoo inni baayeen sun iddoo jirtaniti hunduma keessaniif haa baay'atu. Yeroo kanammoo boqonnaa keenya walakeessa irratti argamna akka gaariitti akka dabarsaa jirtanu abdii qabna . 📌kunoo ammammoo carra ittiin tokkummaan waaqayyoon galateeffannu arganneera , sagantaan keenya online guyyaa har'aa jalqabameera Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb6,25%
- 7 авг.✨Tole Sagantaan keenya akkuma itti fufetti jira. 👉Yeroo kanammoo Yeroo Itti Faarfannaadhaan Waaqayyoon Waaqeffannu ta'a Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb6,16%
- 7 авг.#Yeroo_Buusii ✨Kennaa keenyaan yeroo itti waaqeeffanu ta'a. Account number: click to copy 1000682602698 AASTU FOCUS yk Focus mini #screen shot isaa username @Fibaa irratti nuuf ergaa Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb6,15%