tgindex
AASTU FOCUS

> Kun FOCUS AASTUtti Toora Barsiisa🤹🏼 , #Sagantaan_keenya_JIMAATA sa'aatii #12:00tti #Faaruwwan #Akkasumas_Ergaale_Tokkummichaa💒 irratti argannuudha. Yaada qabdanif : @Itsyoujesus @Jo_shib @Biely7 @Altleg @gike7 @moy3ka @Fibaa

Последний пост
7 авг.
Последнее чтение
14 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
79
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
895
+1 за 2 дн.
Сутки
0
0,00%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
194
40 постов
Вовлечённость
21,7%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 79
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
165
1/48двое суток
189
1/72трое суток
203

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • Obboloota keenyaa sagantaan keenyi guyyaa har'aa kana fakkaata ture akka isin itti eebbifamtaniifi irraa buufattan ni amanna. 👉Akkasuma warra guyyaa har'aa kara gargaraa nu tajaajilan waaqayoo isaan haa Eebbisu! ⚡️waaqayyo isa amma yeroo kanaatti nu waliin taee darbees nu wajjin jiruuf Galanni haa tau! iddoo gaarii bulaa🫡 halkan gaarii isiniif haa tau #Halkan_gaarii #Eebbifamaa #sin_jaallanna Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb

  • #Yeroo_Beeksisaa 1) Torban lamaan har'aa sagantaan keenya ONLINE marsaa 4ffaan ni gaggeeffama. Kanaaf  obboloota har'a hin hirmaanne  yaadachiisuun akkasumas hiriyyoota keessan affeeruun waliin gooftaa fayyina keenyaa akka waaqeffannu isin yaadachiisna 2) Team hundumtuu akkasumas Familyn platform gara garaa fayyadamuun akka wal argitanii macaafa waliin dubbistan, waliin kadhattan akkasumas hafuratti wal jajjabeessitan jaalala Waaqayyoon isin gaafanna. 3) Obboloonni Kennaa jaalalaa keessan kennuun feeloo keessan bira dhaabachuu barbaaddanis account number kanaa gadii jiru fayyadamuu ni dandeessu. Account no: 1000682602698   AASTU FOCUS Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb

  • 7 авг.219141

    Warra moo'atan Buusi booda isin beeksisna. Yeroon itti aanu yeroo buusin itti sassaabamuudha buusii keenya haa qopheeffannu.

  • #Yeroo_Buusii ✨Kennaa keenyaan yeroo itti waaqeeffanu ta'a. Account number: click to copy 1000682602698 AASTU FOCUS yk Focus mini #screen shot isaa username @Fibaa irratti nuuf ergaa Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb

  • Warra moo'atan Buusi booda isin beeksisna. Yeroon itti aanu yeroo buusin itti sassaabamuudha buusii keenya haa qopheeffannu.

  • Bonus +2 minutes

  • 7 авг.185141

    1.Bishaan badiisaa inni bara Nohi guyyaa hammaafif lafa irraa lola'ee? A. guyyaa 40 B.waggaa 1 C.ji'a 6 D.guyyaa 150 ⁴ 2.Yesus eenyuun "ijoollee mar'ataa" jedhee waame? A. Yihuudota B. Farisoota C. Barsiisota Seeraa D. Saduqoota E. B fi C 3.Akka Ibroota 2:14 jedhutti, Gooftaan keenya yeroo lafa irra ture? A. Akkuma namootaa foonii fi dhiiga ture B.Uumama waaqayyummaa ture C. Uumama hafuuraa fi lafaas ture D. Lafa irratti Waaqayyo ture 4.Fannoo Yesuus baachuutiin kan isa gargaare eenyu? A. Yohannis B. Simoon isa Qareenaa C. Yaaqoob D. phexros 5.Osoo baarnaabaasii fi saa'ol tajaajilaa deemanii mandara phaafositti namichi qooricha namatti godhu argani maqaa isaa eenyu? A.Sergiiyos B.Luukiyoos C.Baaryesuus D,Qish 6.🌋🔥🏃🏼‍♀️🚫👀🥶

  • yeroo gaaffii fii deebii #Seera_Gaaffii_fi_Deebii 1. Erga deebii ergitanii booda "edit" gochuun hin danda'amu ! 2. Nama dursee deebii caalmaa deebisetu badhaafama 3. Daqiiqaa 6 keessatti xummurama ! 👉 Deebii keessan username @Jo_shib irratti ergaa Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb

  • Obboleessa keenya Naola Waaqayyoo isa haa eebbisu. Eebbifami Naola . Isinis obboleessa keenya Eebbisanii Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb

  • 7 авг.184232

    ✨️✨️ Yeroo lallabaa✨️✨️ Obboleessa keenya Naa'ol Wandimmuu waliin Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb

  • ✨Sagantaan keenya akkuma itti fufetti jira. Ammammoo yeroo itti dubbii sagaale waaqayyo barannu ta'a Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb

  • Ready 1 2 Go 🏃‍♂️ 🏃‍♀️ Card number:- 18230899482307 Namni guutate comment irra waa ha jedhu 😄

  • Yeroo Badhaasaa 😋😉 Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb

  • Obboleessa keenya segni Waaqayyoo isa haa eebbisu. Eebbifami segni . Isinis obboleessa keenya Eebbisanii Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb

  • 7 авг.203263

    🎹🎻 Worship Time 🎻🎹 with Brother segni Terefe 2nd year pre Engineering Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb

  • ✨Tole Sagantaan keenya akkuma itti fufetti jira. 👉Yeroo kanammoo Yeroo Itti Faarfannaadhaan Waaqayyoon Waaqeffannu ta'a Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb

  • Obboleettii keenya Haannaa Waaqayyoo isheehaa eebbisu. Eebbifami Haannaa . Isinis obboleettii keenya Eebbisanii Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb

  • 7 авг.188261

    ✨✨ Yeroo kadhannaa✨✨ Obboleettii keenya Haannaa Alaamayyoo waliin ,2nd year Engineering Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb

  • ✨yeroo kadhannaa Tole 👉Amma Immoo Yeroo Itti Waaqayyoon Kadhannu ta'a Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb

  • 🙌 Nagaa fi Araarri Waaqayyoo  inni baayeen sun iddoo jirtaniti hunduma keessaniif haa baay'atu. Yeroo kanammoo boqonnaa keenya walakeessa irratti argamna akka gaariitti akka dabarsaa jirtanu abdii qabna . 📌kunoo ammammoo carra ittiin tokkummaan waaqayyoon galateeffannu arganneera , sagantaan keenya online guyyaa har'aa  jalqabameera Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb

AASTU FOCUS — tgindex