FOCUS FINFINNEE
СтатистикаWelcome! This is FOCUS Finfinnee's Official Telegram Channel! Library: @focuslibrary Facebook: https://www.facebook.com/focusfinfinnee Youtube: https://www.youtube.com/@FOCUSFinfinnee-yp2jh Contact us: 0967464945 Ask Anything: @focusfinfinnee_bot
- Последний пост
- 14 авг.
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 20
- Всего постов
- 77
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- Категория
- Видео
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 90
- 1/48двое суток
- 103
- 1/72трое суток
- 111
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
Barsiisaan LUBA LAMMISAAF KEBBEDEE Naayiroobii, Keeniyaa irraa! Waaqayyoo baraaf jireenya isaanii haa eebbisu!🙌
Faarfannaadhaan Obboleetti keenya jaallatamtuu: # Daraartuu Tesfaa dha. # Barattu 'Bio-medical engineering' # Waggaa 4ffaa, mooraa kiiloo 5 irraa! Waaqayyoo baraa jireenya ishee haa eebbisu!🙌
Kadhanna dura bu'uu dhaan Kan nu tajaajile obboleessa keenya jaallatamaa: # Guddetaa margaa dha, # Barataa 'management' # Waggaa 4ffaa, moora FB irraa Waaqayyoo baraaf jireenya isaa haa eebbisu🙌
#WINNERS Baayyeen keessan yaaltaniittu!👏👏👏 Hirmaannaan keessan baay'ee namatti tola ,Waaqayyoo guddaa isin haa eebbisu.🖐😍 #DEEBII I.Dhugaa/Soba 1.Dhugaa 2.Dhugaa II. 1 a.Kan Kristos(Kristosiin fakkaata) b.Waaqayyotti qabamee jiraata c.Cubbuutti qabamee hin jiraatuu 2.Yoh:1:3, Ef:2:4-5, 1Qor:6:7 III. a.Raawwatameera b.Hafuuraan Deebii sirrii dursanii erguudhaan kan injifatan immoo obboloota armaan gadiiti👇 1ffaa: @qomoo430 6/6 2ffaa :@Ebbaaaaa 5.5/6 3ffaa ; @HAALEELUYYAA 5/6 Hundi keessaniyyuu waan hirmaattaniif; Waaqayyoo guddaa isin haa eebbisu🙏 Halkan Gaarii🥰
Live stream finished (1 hour)
Yeroon kenname dhumeeraa! Eebbifamtaaniittuu!
I.DHUGAA YKN SOBA 1.Namni humna ittiin Waaqayyoon jaallatuuf barbaaduu hin qabu. 2.Tokkuummaan nuyi wal wajjin qabaachuu qabnu akkuma Abbaan ilma keessa, Ilmi immoo Abbaa keessa tahettidha. II. DEEBII GABAABAA KENNI 1.Nama uumama haaraa tahe irraa maal akka mul'atu yoo xiqqaate 3 tarreessi. 2.Kutaalee Macaafa barumsa kana keessatti eeraman yoo xiqqaate 3 himi. III. BAKKA DUWWAA GUUTII 1.Dubbii Kristos fannoo irra ta'ee dubbate inni dhuma.......................dha. 2.Warri Yihuudota fi Yohuudota hin tahiin dhagna tokko tahuuf.........................n cuuphaman.
#Seera_Gaaffii_fi_Deebii 1. Erga ergitanii booda "edit" gochuun hin danda'amu ! 2. AI (ChatGPT) fayyadamuun(hin fayyadamtaniyyuu malee😊) kallattiimaan dorgommii keessaa nama baasaa! ❗️ 3.Namoota dursanii deebii caalmaa deebisantuu badhaafama. 4. Daqiiqaa 6 keessatti xumurama ! 👉 Deebii keessan username @TheMoExSt kanarratti ergaa!
Namni dursee guuttatee @TheMoExSt irratti nuu haa beeksisu! Eebbifamtaniittu!
Bakka qubee Giriik lakkoofsa "hint" jedhee jiru fayyadamtu!
123Ω7α4αΩ8α825 Hint: α=0 Ώ =8
1
2
3
Qophaa'aa! Ergamuuf waan jiruuf
Live stream started
Live stream scheduled for Aug 14 at 18:00
“Caaffanni qulqullaa'aan hundinuu geggeessaa hafuura Waaqayyootiin caafame; barsiisuuf, balleessaa hubachiisuuf, qajeelchuuf, qajeelummaattis leejjisuudhaaf dhimma in baasa.” 2Xim. 3:16 Nagaa fi araarri waaqayyoo hunduma keessaniif haa baayyatu Jaallatamoo obboloota keenyaa🤗 ✨✨✨✨Sagantaan keenya "ONLINE" torbanoota darbe jalqabnee Dubbii Waaqayyo barachaa jirru har'as sa'aatii 3:00LT irraa kaasee kan itti fufu ta'a. Kanaaf hunduu hiriyoota keessan akkasumas namoota isinitti dhihoo jiran affeeruun sagantaa kana waliin haa hirmaannu, ittiinis haa eebbifamnu🥰🙏 Sagantaaleen keenyas👇: 🙏Kadhannaa 🙌Waaqeffannaa 🎁Giveaway 📖Barumsa dubbii waaqayyoo(Soolawwan Shanan) 🏆Dhuma irratti gaaffiin badhaasa qabu ni jiraata.🏆 Yeroon isaa: ⏰: 3:00LT(galgala) 👉Jimaata yeroo hundumaa #Live #via_Telegram_Channel #We_are_focused #We_Live_for_God #We_reach_all_Nations Follow us on our : |TELEGRAM| |LIBRARY | |FACEBOOK| |YOUTUBE| |TIKTOK| |INSTAGRAM|
“Namni arraba isaa eeggatu, jireenya isaa in eeggata; namni of eeggachaa hin dubbanne garuu, jireenya isaa in balleessa.” ✨ Fak. 13:3 Guyyaa eebbifamaa qabaadha 🌟✨ #We_are_focused #We_Live_for_God #We_reach_all_Nations
“Inni humna isaa isa nu keessatti hojjetuun wanta nuyi kadhannuuf wanta nuyi yaaduu dandeenyu hundumaa irra safara malee caalchisee gochuu in danda'a.” Efe. 3:20 EEBBIFAMTANIITTUU Guyyaa gaarii qabaadhaa! Follow us on our : |TELEGRAM| |LIBRARY | |FACEBOOK| |YOUTUBE| |TIKTOK| |INSTAGRAM|