tgindex
H
@Harartube1английский

HARAR TUBE SOURCE OF INFORMATION About STUDENTS WORLDWIDE NEWS NATION DAILY BOOSTED KNOWLEDGE and others

Последний пост
15 авг.
Последнее чтение
ещё не заходили
Постов за неделю
7
Всего постов
144
Тип
открытый
Язык
английский
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
1 941
−5 за 4 дн.
Сутки
−2
−0,10%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
357
40 постов
Вовлечённость
18,4%
к подписчикам
Постов в день
1,0
всего 144
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
143
1/48двое суток
163
1/72трое суток
176

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • ‎Dargaggeessi kun Shukrii Abraahim jedhama. Yuunivarsiitii Jimmaa irraa muummee Accounting and Finance'n bara kana(2018) eebbifame. Dhalootaan Godina Harargee lixaa Aanaa Doobbaa Araddaa Caffee Baanteeti. ‎ ‎Gaafa guyyaa 4/12/2018 tti Aanaa isaa ‎Doobbaatti waamuun hojii si galchina jedhanii erga inni deemee booda dirqamaan gara Raayyaatti makamta jechuun ammatti hidhanii akka jiran qunnamtii hawaasaa irra deemaa jiraa. Barattoonni keenya naannoo mucaa kana beektan yoo jiraattan itti dhiyeenyaan hordofaa. ‎ ‎Madda; Qunnamtii hawaasaa

  • без подписи

  • без подписи

  • .❣ የኔ የምላት ስጦታዬ ላለሁበት ከፍታዬ ቀኗ መሽቶ ለኔ ነጋ አኖረችኝ ከፍላ ዋጋ የሷን ነገ ለኔ ትታ አቆመችኝ በከፍታ በመንገዴ ፊት ተጓዧ በጥፋቴ ተናዛዧ ለቆምኩበት መሰረቴ የምወዳት ናት እናቴ ❤❤️‍🩹❤️‍🩹❤️‍🩹

  • без подписи

  • без подписи

  • Qomoon keenya dhiigaa jira! Qomoowwan keenya Oromiyaa dhihaa hidhattoota FAANNOO'tiin weerarri irratti banamee ajjeefamaa waan jiraniif barattoonni keenya bakka garagaraa jirtan saba keessaniif gama qunnamtii hawaasaa qabdaniin sagalee akka taatan isiniin jenna!

  • 10 авг.259из Download TikTok Instagram YouTube Bot

    без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • "" Maatii dureessa irraa hin dhufne; karaa nu dura tole irra deemaa hin jirru. 🏚️🛤️ Waa lama keessaa takka:- ykn dureessa ta'een seenaa koo kana jijjiirra ykn odoon yaaluun du'a. 🛑🧭 Garuu, abadan fadhii lubbuu Tiyyaa jala deemee odumaan Taa'uu Taa'umsatti hin kufu. 🪑⚖️ Kuni waadaa yoomiyyuu hin jijjiiramne! 🤝✨ ©️ past "@oroNej

  • የቀኑ መልዕክት💌 ውብ ሆነሽ ብቻ አይደለም የምወድሽ ቢደክምሽ, ቢከፋሽ,ባይሳካልሽ እንኳ አንቺ የልቤ ሰላም, የነፍሴ ማረፍያ ነሽና በየትኛውም ማንነትሽእመርጥሻለው ❤️‍🩹 💝💝     💝💝 💝🍡🍡💝🍡🍡💝 💝 🍡🍡🍡🍡🍡 💝   💝                     💝      💝🍡🍡🍡💝          💝🍡💝               💝

  • ዛሬ ያለዉበትን ህይወት ትላንት ተመኝቼው እንደነበረ ትዝ ሲለኝ...... አልሀምዱሊላህ 🫶❤️‍🩹

  • U guys ለአላህ ብዬ እወዳቹሀለው 🤌♥️ እንደ ምትዋደዱ መናገር ልመዱ u don't know መቼ ለመጨረሻ ግዜ እንደምትገናኙ

  • የቀኑ መልዕክት💌 ንግግርህ ከፍም ዝቅም ያደርግካል!

  • Hireen jireenyaa tokko nu godhuu baattullee, wanti waliin dabarsine, na biratti Muuziyeemii yaadannoo keessatti kunuunfamaadhaa 💔 nama tokkoofi 😘

  • Jireenya namaa, Soba, Abdii hin jirreen, beellama hin guutamneen yoo balleessite, Akka Ida’aa (Liqiitti) qabadhu. Rabbiin tirfii godhe sirraa kafaluu hin dhiisu 🫡 #Gorsa

  • Alii Ahmad Gara Itoophiyaa Dhufaa Jira. Taphataan hidda dhaloota Itoophiyaa qabuufi waancaa addunyaa bara kanaa irratti Kanaadaa waliin hirmaachuun injifannoo seena qabeeysa galmeeyse Alii Ahmad waamicha Imbaasii Itoophiyaarraa dhiyaateef fudhachuun yeroo ammaa Kaanaadaa magaalaa Toorontoo irraa balallii kan jalqabe yommuu tahu, halkan kana magaalaa Finfinnee ni seena ja'amee eeggama. Taphataan kun turtiisaa Itoophiyaatti taasisuun dargaggoota kakaasuu, hirmaannaa ispoortii jajjabeessuu, guddina ispoortii irratti mallattoo gaarii akka dhiisu ibsamee jira. Kilaba Shaampiyoonshiippii Ingiliiz Noorwiich Siitiif kan taphatu Aliin taphataa hidda dhaloota Itoophiyaa qabaatee waancaa Addunyaarratti hirmaate kan jalqabaa tahuun ni yaadatama. Maddi Dirre Dhawa Tv

  • ኢላሂ…🤲 ያየህብኝን ፥ አታሳይብኝ፣ እኔ እና አንተ የምናውቀውን ፥ አትንገርብኝ። እያየኸኝ ነው ፥ የወንጀል ሸክም አደካክሞኛል፣ የተውከኝ ዕለት… ያበቃልኛል። ቆሸሽክ ብለህ፥ አልገፋኸኝም። ከንፁህ ደጅህ… ሰተርከኝ አይደል? በዛውም ማረኝ ፥ በነካው እጅህ።🤲

  • የሴት ልጅ አይኖች ከሺ መፅሀፍት በላይ ታሪክ ይናገራሉ❤️‍🩹 🌺❤️‍🩹