tgindex
QUBEE MEDIA

🌍 Welcome to Qubee Media Official 📰 News & Updates 💼 Jobs ⚽ Sports 💻 Technology 📚 Education 🚀 Informative Content Every Day 📢 Stay Connected, Stay Updated Buy Ads :- https://telega.io/c/Qubee_Media_Official For Ads

Последний пост
19:23
Последнее чтение
09:14
Постов за неделю
7
Всего постов
540
Тип
открытый
Язык
английский
Категория
Новости и СМИ
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
59 648
−108 за 5 дн.
Сутки
−18
−0,03%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
8 475
40 постов
Вовлечённость
14,2%
к подписчикам
Постов в день
1,0
всего 540
Упоминаний
1
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
6 684
1/48двое суток
7 659
1/72трое суток
8 261

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • 19:232 574354

    #Yuunivarsiiitii #AAU #UoG Sadarkaa Yuunivarsiitiiwwanii kan bara 2026 Dhaabbanni CWUR jedhamu kan ulaagaalee garaa garaa irratti hundaa'uun sadarkaa Yuunivarsiitiiwwan Addunyaa irra jiran madaalu bara 2026 tti Yuunivarsiitiiwwan filatamoo Addunyaa 2000 kan jedhe sadarkaa isaanii ibseera. Akka Addunyaa Yuunivarsiitiin Ameerikaa Yuunivarsiitii Harvaard qabxii 100'n tokkoffaa irratti argama. Itoophiyaa irraa Yuunivarsiitiiwwan sadarkaa kana keessa seenan 6 qofaa dha. Yuunivarsiitiin Finfinnee akka Itoophiyaatti sadarkaa tokkoffaa, akka Afriikaatti 10ffaa fi akka Addunyaatti 789 irratti qabxii 71.9 n argama. Sadarkaa 2-6 kan jiran ammoo; 2. Yuunivarsiitii Gondar :- Afriikaa irraa 43 qabxii 68 3. Yuunivarsiitii Jimmaa :- Afriikaa irraa 46 qabxii 67.6 4. Yuunivarsiitii Baahir Daar :- Afriikaa irraa 50 qabxii 67.3 5. Yuunivarsiitii Maqalee :- Afriikaa irraa 52 qabxii 67.1 6. Yuunivarsiitii Haramaayaa :- Afriikaa irraa 56 qabxii 66.8 @Qubee_Media_Official @Qubee_Media_Official

  • 15 авг.4 990272

    #AI #APP #Claude #ChatGPT Applikeeshinii AI hanga ammaatti dhageessanii hin beekne ✓ Applikeeshinii kun kana dura kan itti fayyadamaa turtan Chatgpt ni caala ✓ Assignment, document garaa garaa salphaatti siniif qopheessa ✓ Odeeffannoo isaa sirrii ta'uun chatGPT ni caala ✓ Yeroo ammaa kana Applikeeshinii AI iddoo guddaatti eegamaa jirudha ✓ Tajaajiloota garaa garaatiif fayyadamuu dandeessu. Link armaan gadiin seenuun bakka Install jedhu tuquun buufadhaa! yoo isin rakkise karaa keessaa nu dubbisaa! https://qubeeonline.com/2026/04/what-is-claude-ai/

  • 13 авг.7 7404820

    #GPA #CGPA #GradingSystem #UniversityEthiopia #Yuunivarsiitii #AfaanOromoo #Seemisteera #DepartmentFilachuu 📚 Mooraa ykn Yuunivarsiitii keessatti Qabxiin ykn «Grade» akkamitti hojjetama? 🎓 GPA ykn CGPA jechuun maal jechuudha? Barattoota kutaa 12ffaa fi Yuunivarsiitii baratan hundaaf #Share taasisaa! ✍️ Akkuma beekamu grading system Yuunivarsiitiiwwan biyya keenya keessaa hedduu wal fakkaataa dha. Tokkoon tokkoon Seemisteeraatti: 🔸 20%–30%: Test, Quiz, Group work ykn Assignment 🔸 20%–30%: Qormaata Mid 🔸 50%: Qormaata Final 📊 Tokkoon tokkoon koorsii xumura seemisteeraa sadan isaayyuu walitti ida'aamee, bu'aan ida'ama isaa koorsiiwwan hunda waliin walitti ida’aamee hiramee Grade hojjetama. 🎯 Gireediin ida'aama Koorsiiwwan sana hundaa erga walitti ida’aamee booda, qabxiin argamu sun department filachuuf gahee ni qabaata. ➡️ GPA jechuun: Qabxii ykn Gireedii Seemisteera tokko irratti galmeessinu ➡️ CGPA jechuun: Avereejii qabxii ykn Gireedii Seemisteera hunda irratti argamu 📌 Fakkeenyaaf: 🧑‍🎓 Barattoota department filatan: Seemisteera 1ffaa qofaan filatamu: GPA qofa ilaalama Seemisteera 2ffaa fi 1ffaa walitti ida’amee: CGPA irratti hunda’a 📉 Department filachuuf: • Qormaata kutaa 12ffaa: 20% • CGPA: 50% • Qormaata dabalataa (iddoo tokko tokkotti): 30% 📘 Fakkeenya Seemisteera 1ffaa 📝 Koorsiiwwan: • Critical Thinking.......... 5 ECTS • General Psychology............ 5 ECTS • Economics ..................  5 ECTS • Communicative English I .... 5 ECTS • Geography ..............5 ECTS • Mathematics...........5 ECTS • Physical Fitness – (Pass/Fail) 📊 Walumaa galatti: 30 ECTS (Physical fitness hin lakkaa’amne) 👤 Fakkenya barataa Tolaa ; 1. Critical Thinking - 77 (B+) 2. General Psychology - 82 (A-) 3. Economics - 59.9 (C) 4. Mathematics - 42 (D) 5. Communicative English I - 68 (B-) 6. Geography - 64 (C+) 7. Physical Fitness - 70 (P) 🔢 Grading Scale: 🟢 A+ = 90–100 = 4.00 🟢 A = 85–90 = 4.00 🟢 A- = 80–85 = 3.75 🟡 B+ = 75–80 = 3.5 🟡 B = 70–75 = 3.0 🟡 B- = 65–70 = 2.75 🟠 C+ = 60–65 = 2.5 🟠 C = 50–60 = 2.0 🟠 C- = 45–50 = 1.75 🔴 D = 40–45 = 1.0 ❌ F = <40 = 0 📐 GPA'n Tolaa: ✓ 5×3.5 = 17.5 ✓ 5×3.75 = 18.75 ✓ 5×2 = 10 ✓ 5×1 = 5 ✓ 5×2.75 = 13.75 ✓ 5×2.5 = 12.5 Total: 77.5 ÷ 30 = 2.58 Ida'aamni isaa 120 keessaa 77.5 ta'a kanas baay'ina ECTS 30'f hirra sunis 2.58 dhufa. Qabxiin Tolaa 2.58 jechuudha. 📊 Seemisteera jalqabaa irratti GPA'n: ✅ 1.75 – 4.00 ➡ Promoted ⚠️ 1.50 – 1.75 ➡ Warning 🔫 1.00 – 1.50 ➡ Academic Dismissal ❌ 0.00 – 1.00 ➡ Complete Dismissal 📌 Kuni Yuunivarsiitii gara Yuunivarsiitiitti garaa garummaa qabaachuu danda’a. 🤔 Wanti gaaffii isinitti ta’e yoo jiraate, karaa group keenya irratti gaafadhaa! 📲 Join Qubee Media – Odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa! 🔗 @Qubee_Media_Official 🔗 @Qubee_Media_Official

  • 13 авг.1 3375удалён 13 авг.

    без подписи

  • 13 авг.246удалён 13 авг.

    без подписи

  • 12 авг.7 49319

    #Application #Tech #AI #ChatGPT #Andriod #Google Appilikeeshinii Google kan AI ChatGPT kaardii malee hojjetu! • Google AI waan haaraa kana dura hin turre qabatee dhufeera • Kana booda AI fayyadamuuf akka durii Intarneetii fayyadamuun dirqama miti • Dhaabbanni guddichi Teeknooloojii Google AI kan Intarneetii malee kaardii osoo hin guutiin bilisaan hojjetu ifoomseera. Isinis Appilikeeshinii bilisaa kana link armaan gadiin seenuun akkaataa fayyadama isaa ilaaluun bakka INSTALL jedhu tuquun buufadhaa itti fayyadamaa! https://qubeeonline.com/2025/08/run-ai-offline-step-by-step-guide-for-2025/

  • 12 авг.1 7978удалён 13 авг.

    без подписи

  • 12 авг.7 2773511

    #Breaking #Grade_12 #Kutaa_12ffaa Bu'aan Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa bara 2018 yoom ifooma? Yeroo ammaa kanatti ifatti odeeffannoon bahe jiraachuu dhabuyyuu, maddeen garaa garaa irraa odeeffannoowwaan waa'ee guyyaa ifoomuu bu'aa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 akka ibsanitti; Bu'aan qormaata biyyaalessaa bara 2018, Fulbaana 5 dura akka ifoomu ibsameera. Barattoonni karaa AI qormaata hojjetanis bu'aan isaanii 100% akka haqamu ibsameera, kana adda baasuufis hojimaata mataa keenya hojiimaata mataa keenyaa hojii irra oolchineerra jedhaniiru. Kanas qormaata bahumsaa irratti hojii irra oolchanii akka tures himameera. Kunis qabxiin barattoota hedduu haqamuuf sababa ture. Dhimma kana irratti odeeffannoo guutuu kan isin biraan geenyu ta'a! Channel keenya hordofaa! @Qubee_Media_Official @Qubee_Media_Official

  • 11 авг.7 659172

    #Tech #AI #ChatGPT #Gemini Applikeeshinoota AI filatamoo ✅ Bara 2026 tti Applikeeshinoonni filatamoo AI 10 eenyu fa'i? ✅ Applikeeshinoota bilisaa AI isaa kam maaliif fayyadamuu qabna? ✅ Applikeeshinii kamtu barnootaaf gaariidha? ✅ Applikeeshinii kamtu suuraa edit taasisuuf gaariidha? ✅ ChatGPT fi Gemini sadarkaa meeqaffaa irra jiru? maal maaliif fayyadu? Isaan kanaafi guutummaa isaa link kanaa gadi jiruun seenuun guutummaa isaa dubbisaa! https://bit.ly/4g4JQl3 https://bit.ly/4g4JQl3

  • 11 авг.7 580183

    🚨 QORUUMSA ENTRANCE DARBUU BARBAADDAA? 🎯 ❌ Rakkoon kee beekumsa dhabuu miti — qophii sirrii dhabuudha. 🎓 Qubee Tutorial biraa: ✅ Gaaffilee Entrance irratti xiyyeeffannaa kennuun ni barattu. ✅ Video, Note fi wantoota qu’annaaf isin barbaachisan guutuu ni argattu. ✅ Torbaan torbaaniin Quiz, dabalataanis xumura marsaa irratti qoruumsa model ni fudhattu. 🏆 Waggaa 2 oliif, kutaa 9 irraa kaasee hanga sadarkaa yuniivarsiitiitti barattoota baay’ee milkeessinee jirra. 🔥 Maarree isinis qormaata bara kanaa irratti milkaa’uuf, Qubee Tutorial filannoo keessan godhaa! 📢 GALMEE KUTAA 12 EEGALLEE JIRRA! ⏳ Ammuma galmaa'uuf 👉 https://t.me/Qubeetutorial 📞 Odeeffannoo dabalataaf: 0966860278 | 0777203655 🌐 Website keenya daawwachuuf: https://qubeetutorial.courses YEROON OSOO HIN DARBIIN CARRAA KANATTI FAYYADAMUUN AMMUMA GALMAA'AA!!!! #QubeeTutorial ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜

  • 10 авг.9 590701

    #Update #Sagantaa_Reemeediyaalii Komii Barattoota Sagantaa Reemeediyaalii Bara 2018 barattoonni sagantaa Reemeediyaalii qormaata erga fudhatanii booda hanga ammaatti bu'aan isaa ifoomuu dhabuun komii kaasaa jiru. «Qormaata erga fudhannee ji'a lama guutuufi» kan jedhan barattoonni kunneen «Yeroo kana hunda bu'aan keenya osoo hin ifoomiin turuun isaa sirrii miti» jechuun komii isaanii dhiyeeffachaa jiru. «Qabxiin keenya osoo hin ifoomiin guyyoonni 57 darbuun isaanii sirrii miti, dhiibbaa nurraan gaheera» kan jedhan barattoonni kunneen «Mootummaan hatattamaan bu'aa keenya nuuf ifa haa taasisu» jechuunis gaafataniiru. Dhimma kana irratti hanga ammaatti karaa Ministeera Barnootaas ta'e karaa Tajaajila Madaallii Barnootaa fi Qormaataa wanti jedhame kan hin jirre yoo ta'u, gara fuulduraatti hordofnee kan isin biraan geenyu ta'a Barattoonni kuma 53 ol Caamsaa 27 hanga Waxabajjii 3 bara 2018 tti qormaata sagantaa Reemeediyaalii fudhachuun isaanii ni yaadatama. @Qubee_Media_Official @Qubee_Media_Official

  • 10 авг.8 66110

    ⚡ Discover ALEXATOR Original electronic music created to inspire, motivate and energize. 🌐 alexator.com Listen & download for free. 📲 t.me/alexator_music Follow for new music & updates. ▶️ NEW MUSIC VIDEO ALEXATOR — GENESIS (001) https://youtu.be/OR2yplPn1AU

  • 9 авг.9 366171

    #Tech #App #Education #ChatGPT #Andriod Appilikeeshinii ajaa'ibaa bilbila keessan irraa gonkumaa dhabamuu hin qabneefi hojii keessan kan isiniif salphisu, namoota hunda kan fayyadamu, keessattuu barattootaaf ammoo baay'ee barbaachisaa kan ta'e, wanta achi irratti gaafattan ariitiidhaan kan isiniif deebisu! Link kanaa gadi jiru tuquun bakka Install ykn Download jedhu tuquun ammuma buufadhaa itti fayyadamaa!   👇👇👇 https://qubeeonline.com/2024/04/appilikeeshinii-ajaaibaa-ai-kan-bilbiloota-android-faayidaa-hedduu-qabu/

  • 9 авг.8 566315

    #Update #Kutaa_8ffaa #BBO Galmee Barattoota Manneen Barnootaa Bultii Addaafi Addaa Sad. 2ffaa Dorgommiin Galuu Barbaadan Hundaaf Biiroon Barnootaa Oromiyaa Barattoota Bara Barnootaa 2018 Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa fudhachuun qabxii olaanaa galmeessisuun gara kutaa 9ffaatti darbaniifi Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Adaa Sad. 2ffaa, Manneen Barnootaa Bultii Addaa WMOfi Manneen Barnootaa Addaa Sad. 2ffaa dorgommiin Seenanii barachuuf fedhii qaban hundaaf Adoolessa 29/2018 beeksisa baasuun ni yaadatama. Guyyaan Galmee hanga Hagayya 08/2018 qofa bakka jirtanitti Giddu Gala Itti qoramtan karaa online filachuun galmaa'uu ni dandeessu Link galmee :- https://exam.oeb.gov.et Guyyaan qormaataa gara fuulduraatti kan ibsamu ta'a Wanta isin rakkise karaa keessaa nu gaafachuu dandeessu! @Qubee_Media_Official @Qubee_Media_Official

  • 8 авг.9 392331

    🚨📚 BARATAAN TOKKO IDDOO BARNOOTAATTI WAAN HUNDA NI BEEKA, GARUU GUYYAA QORUUMSA ENTRANCE, DALAGUUN MAAF ISA DHIBA?? 🤔🎯 Barattoota hedduu waliin waa'ee kana erga haasofnee booda, wanti walfakkaatu tokko ni jira: qabxiin barnoota waggaa guutuu gaarii ta'us, entrance irratti wanti isaan hin eegin isaan muudata. Innis 👉🆕 gaaffilee haaraa kana dura isaan itti hin qophoofne arguu. 👉📈 Ulfaachuu gaaffii. 👉📄 Gaaffii dheerachuu irraa kan ka’e hiika gaaffii beekuu dhabuu. 👉⏰ yeroon dhiphachuu fi 👉❌ Of-eeggannoo malee qophaa'uudha. 📌 Kanaafuu kun rakkoo dandeettii dhabuu miti, rakkoo qophii sirrii dhabuu ti. Kanaafuu kun nu biratti wanta salphatti fooyyessuun danda'amudha. 💡 Maarree Qubee Tutorial erga barattoota baay'ee gaaffii garagaraa gaafateen booda gadi buu'ee waan kana qorachuun furmaata addaa kaa'ee jira. Innis akkamitti barataan tokko rakkoo kanniin injifachuun qabxii barbaadu galmeessisuu danda'a kan jedhuudha. 🎯 Furmaanni maaliidha? ✅ Qubee Tutorial keessatti: 📖 Barattootni daran akka qophaa'aniif gaaffilee entrance irratti xiyyeeffachuudhaan barsiifna. 📝 Torbee torbeedhaan qormaata Quiz kennuun barataan tokko qormaataaf akka of qopheessu gochuudha. 🎥 Videon guutuun woraabbamee qophaa'ee jira. Kanaafuu yeroo barbaadanitti, iddoo barbaadanitti irra deddeebiin ilaalanii akka barataniif haalli kan mijateedha. 📚 Note fi wantoota qu'annaaf isaan barbaachisan guutuu qopheessinee jirra. 🏆 Waggaa lamaa oliif barattoota kutaa 9 hanga 12 kumaatamaan laakka'aman barsiisaa turuun keenya ni beekkama, innis daran amala barataa beekuu fi barataan tokko maal akka isa barbaachisu akka beeknuuf nu gargaaree jira. Kanaafuu nutis barataa tokko kanatu isa barbaachisa jechuun waan hunda qopheessineefii jirra. 🤝 Qubee Tutorial barataan tokko firii xaarii isaa akka argatuuf yeroo kamis isaan wajjiin dhaabbachuuf qophiidha. 🚀 Galmeen haaraan barattoota kutaa 12tiif eegalee jira waan ta'eef, liinkii armaan gadii tuquun gara channel keenyaatti seenuun ammuma galmaa'aa. 👉 https://t.me/Qubeetutorial 📹 Video sample ilaaluuf yookaan akkaataa nuti video ittiin qopheessinu ilaaluuf, liinkii armaan gadii tuqaa. 👉 https://t.me/qubeetutorialsample 📞 Gaaffii fi yaada yoo qabaattan ☎️ Lakk bil:- 0966860278 0777203655 🌐 Toora website keenyaa daawwachuuf https://qubeetutorial.courses 📢 Wanti kun sin fayyedu yoo ta'e tarii maatii barataa ykn barataa kana dhagahuu barbaachisutu jiraata waan ta'eef, share godhi 🔄❤️ #qubeetutorial ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜

  • 8 авг.7 3705

    🚨📚 BARATAAN TOKKO IDDOO BARNOOTAATTI WAAN HUNDA NI BEEKA, GARUU GUYYAA QORUUMSA ENTRANCE, DALAGUUN MAAF ISA DHIBA?? 🤔🎯 Barattoota hedduu waliin waa'ee kana erga haasofnee booda, wanti walfakkaatu tokko ni jira: qabxiin barnoota waggaa guutuu gaarii ta'us…

  • 7 авг.9 921218

    #Application #Tech #AI #ChatGPT #Andriod #Google Appilikeeshinii Google kan AI ChatGPT kaardii malee hojjetu! • Google AI waan haaraa kana dura hin turre qabatee dhufeera • Kana booda AI fayyadamuuf akka durii Intarneetii fayyadamuun dirqama miti • Dhaabbanni guddichi Teeknooloojii Google AI kan Intarneetii malee kaardii osoo hin guutiin bilisaan hojjetu ifoomseera. Isinis Appilikeeshinii bilisaa kana link armaan gadiin seenuun akkaataa fayyadama isaa ilaaluun bakka INSTALL jedhu tuquun buufadhaa itti fayyadamaa! https://qubeeonline.com/2025/08/run-ai-offline-step-by-step-guide-for-2025/

  • 7 авг.8 998358

    #Update #Kutaa_8ffaa #BBO Galmee Barattoota Manneen Barnootaa Bultii Addaafi Addaa Sad. 2ffaa Dorgommiin Galuu Barbaadan Hundaaf Biiroon Barnootaa Oromiyaa Barattoota Bara Barnootaa 2018 Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa fudhachuun qabxii olaanaa galmeessisuun gara kutaa 9ffaatti darbaniifi Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Adaa Sad. 2ffaa, Manneen Barnootaa Bultii Addaa WMOfi Manneen Barnootaa Addaa Sad. 2ffaa dorgommiin Seenanii barachuuf fedhii qaban hundaaf Adoolessa 29/2018 beeksisa baasuun ni yaadatama. Haaluma kanaan: Ergaawwan sirrachuu qaban lama yoo ta'an; 1. Iddoo Galmee :- Iddoon Galmee ibsaman sunniin hin barbaachisan. Kanaafuu, Galmeen karaa online waan ta'eef barataan kamiyyuu linkm armaan gadii fayyadamuun lakkoofsa galmee (Registration Number) kan kutaa 8ffaa ittiin qormtan galchuun, itti aansuun maqaa Akaakayyu galchuu, itti aansee filannoon isiniif dhufu ammoo, bakka itti qoramuu barbaaddan giddu gala qormaataa yoo ta'u, bakka qoramuuf isinitti dhihaatu filachuun iyyachuu ni dandeessu. Guyyaan Galmee har'a (01/12/2018) irraa kaasee hanga Hagayya 08/2018 qofa bakka jirtanitti Giddu Gala Itti qoramtan karaa online filachuun galmaa'uu ni dandeessu Link galmee :- https://exam.oeb.gov.et Guyyaan qormaataa gara fuulduraatti kan ibsamu ta'a Wanta isin rakkise karaa keessaa nu gaafachuu dandeessu! @Qubee_Media_Official @Qubee_Media_Official

  • 7 авг.8 26421
  • 6 авг.10,3 тыс11613

    #Update #Sagantaa_Reemeediyaalii Komii Barattoota Sagantaa Reemeediyaalii Bara 2018 barattoonni sagantaa Reemeediyaalii qormaata erga fudhatanii booda hanga ammaatti bu'aan isaa ifoomuu dhabuun komii kaasaa jiru. «Qormaata erga fudhannee ji'a lama guutuufi» kan jedhan barattoonni kunneen «Yeroo kana hunda bu'aan keenya osoo hin ifoomiin turuun isaa sirrii miti» jechuun komii isaanii dhiyeeffachaa jiru. «Qabxiin keenya osoo hin ifoomiin guyyoonni 57 darbuun isaanii sirrii miti, dhiibbaa nurraan gaheera» kan jedhan barattoonni kunneen «Mootummaan hatattamaan bu'aa keenya nuuf ifa haa taasisu» jechuunis gaafataniiru. Dhimma kana irratti hanga ammaatti karaa Ministeera Barnootaas ta'e karaa Tajaajila Madaallii Barnootaa fi Qormaataa wanti jedhame kan hin jirre yoo ta'u, gara fuulduraatti hordofnee kan isin biraan geenyu ta'a Barattoonni kuma 53 ol Caamsaa 27 hanga Waxabajjii 3 bara 2018 tti qormaata sagantaa Reemeediyaalii fudhachuun isaanii ni yaadatama. @Qubee_Media_Official @Qubee_Media_Official