tgindex
QUBEE ACADEMY
@qubeeacademyанглийский

"Help others with what you can!" Contact: @Fayisa8 To get freshman and grade 12 EUEE Solution video tutor👇 https://youtube.com/channel/UCLPTQfMXS6we7aTT4g9MwCw ➤Buy ad : https://telega.io/c/qubeeacademy

Последний пост
14 авг.
Последнее чтение
13 авг.
Постов за неделю
13
Всего постов
277
Тип
открытый
Язык
английский
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
85 987
−34 за 3 дн.
Сутки
−7
−0,01%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
7 692
40 постов
Вовлечённость
8,9%
к подписчикам
Постов в день
1,9
всего 277
Упоминаний
6
каналов
Охват размещения
по 5 постам
1/24сутки в ленте
2 994
1/48двое суток
3 431
1/72трое суток
3 700

Медиана по постам, которые мы застали свежими и померили через сутки.

Посты

  • 14 авг.2 8363813

    видео или голосовое, без подписи

  • 14 авг.4 420101из TGOD JEREMIAH

    видео или голосовое, без подписи

  • 14 авг.3 994из TGOD JEREMIAH

    видео или голосовое, без подписи

  • 14 авг.4 3846

    видео или голосовое, без подписи

  • QUBEE ACADEMY pinned «Yango Adaamaa irratti hojii isaa jalqabeera! 💛 Amma imala barbaaddan salphaatti ajajaa, mijannaan imalaa! Adaamaa keessatti Yango waliin imala keessan gammachuudhaan godhadhaa! 🚕✨ 💰 Imalli 80 Birrii irraa eegala! 🎉 Imala 3 jalqabaa irratti 30% hir’ifama…»

  • 13 авг.4 958223

    BEEKSISA Galmeen Barattoota MBBAfi MBA Guyyaa 2 Qofatu Hafa (Hanga Hagayya 08, 2018 qofa); Guyyaan Qormaataa Hagayya 20/2018 Ta'uunis Beekame. BBO - Hagayya 07/2018 Barattootni Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa Bara 2018 Qabxii Olaanaa Gameessisuun Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultuu Addaa, Manneen Barnootaa Bultii Addaa Waldaa Misoomaa Oromiyaafi Manneen Barnootaa Addaa Sad. 2ffaa Oromiyaa Galuuf fedhii qaban galmeen hanga Hagayya 08/2018 qofa ta'uu ibsuun keenya ni beekama. Haaluma kanaan Guyyaan Qormmaata_Seensaa itti kennamu immoo #Hagayya 20/2018 Waan Ta'eef Giddu Gala Filattanitti Ganama Sa'aatii 1:30tti Argamuun Qormaata 'online'n /Kompitaraan(CBT) akka fudhattan isin beeksifna. https://t.me/Oromiastudent_s https://t.me/Oromiastudent_s

  • 12 авг.5 6321916

    ✨ || Physics Multiple Choice questions with answers ▎Question 1: What is the net force acting on an object in equilibrium? A) Equal to its mass B) Zero C) Equal to its weight D) Equal to its acceleration Answer: B) Zero ▎Question 2: An object is moving in a circular path at a constant speed. Which of the following statements is true? A) The object is not accelerating. B) The object is accelerating due to the change in direction. C) The object's velocity is constant. D) The net force acting on the object is zero. Answer: B) The object is accelerating due to the change in direction. ▎Question 3: According to Newton's third law of motion, if a person pushes against a wall with a force of 50 N, the wall: A) Pushes back with a force of 50 N. B) Pushes back with a force of 100 N. C) Does not push back. D) Pushes back with a force less than 50 N. Answer: A) Pushes back with a force of 50 N. ▎Question 4: A car accelerates from rest at a rate of 3 m/s². How far does it travel in the first 5 seconds? A) 15 m B) 30 m C) 37.5 m D) 75 m Answer: C) 37.5 m ▎Question 5: What happens to the momentum of an object if no external forces act on it? A) It increases. B) It decreases. C) It remains constant. D) It can become negative. Answer: C) It remains constant. ▎Question 6: In the absence of a net force, a moving object will A) slow down and eventually stop B) stop immediately C) turn right D) move with constant velocity Answer: D) move with constant velocity ▎Question 7: The acceleration of an object is inversely proportional to A) the net force acting on it B) its position C) its velocity D) its mass Answer: D) its mass ▎Question 8: Which one of the following activities of the experiment is not necessary to determine the specific latent heat of vaporization of water? A) measuring time B) measuring mass C) measuring volume D) measuring temperature Answer: C) measuring volume ▎Question 9: If two objects collide and stick together, what type of collision is this? A) Elastic collision B) Inelastic collision C) Perfectly elastic collision D) Super elastic collision Answer: B) Inelastic collision ▎Question 10: In a frictionless environment, if a car travels at a constant speed around a circular track, which of the following statements is true? A) The car's acceleration is zero. B) The car's velocity is constant. C) There is a net force acting on the car towards the center of the circle. D) The car will eventually come to a stop. Answer: C) There is a net force acting on the car towards the center of the circle. IDEA FOR ALL STUDENTS TO GET OTHER EUEE QUIZ JOIN BELOW LINK OR DABOO QUIZ [Channel Link👇👇 https://t.me/Abdii_oromoo https://t.me/Abdii_oromoo https://t.me/qubeeacademy https://t.me/qubeeacademy Don't forget if you like react now. For video Lectures check our youtube channel 👇👇👇👇👇👇👇 https://youtube.com/channel/UCLPTQfMXS6we7aTT4g9MwCw

  • 12 авг.4 6803

    https://t.me/Oromiastudent_s/4645

  • 12 авг.5 55118из TGOD JEREMIAH

    Yango Adaamaa irratti hojii isaa jalqabeera! 💛 Amma imala barbaaddan salphaatti ajajaa, mijannaan imalaa! Adaamaa keessatti Yango waliin imala keessan gammachuudhaan godhadhaa! 🚕✨ 💰 Imalli 80 Birrii irraa eegala! 🎉 Imala 3 jalqabaa irratti 30% hir’ifama argadhaa! 📱 Yango App amma buufadhaa, imala keessan jalqabaa! Linkii cuqaasaa⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️ https://ya.cc/t/8U2HsMWO9Uc4ah

  • 12 авг.5 15541из TGOD JEREMIAH

    видео или голосовое, без подписи

  • 11 авг.6 550151

    https://t.me/Oromiastudent_s/4644

  • 11 авг.7 3142132

    📚Ratio and proportion Questions 1. If the ratio of boys to girls in a class is 3:4 and there are 28 girls, how many boys are there? 2. A recipe requires sugar and flour in the ratio of 2:5. If you use 10 cups of flour, how much sugar do you need? 3. The ratio of the ages of two siblings is 5:7. If the younger sibling is 15 years old, how old is the older sibling? 4. If a car travels 120 miles in 2 hours, what is the ratio of distance to time? 5. In a bag of marbles, the ratio of red to blue marbles is 4:3. If there are 28 red marbles, how many blue marbles are there? 6. A scale model of a building has a length of 12 meters and a width of 8 meters. What is the ratio of length to width? 7. If the ratio of two numbers is 3:5 and their sum is 64, what are the two numbers? 8. In a class of 30 students, the ratio of boys to girls is 2:3. How many boys are in the class? 9. A car's fuel efficiency is represented by a ratio of miles per gallon (mpg). If a car can travel 240 miles on 8 gallons of fuel, what is its fuel efficiency in mpg? 10. The ratio of two quantities is 7:9. If the first quantity is increased by 6 and the second quantity remains the same, what will be the new ratio? ▎EUEE 2018 EC Choice Questions 1. If the ratio of two numbers is 4:5 and their difference is 9, what are the numbers?    – A) 36 and 45    – B) 27 and 36    – C) 18 and 22    – D) 12 and 15 2. In a recipe, the ingredients are mixed in the ratio of 1:3:4. If there are 24 parts in total, how many parts does each ingredient represent?    – A) 2, 6, and 16    – B) 3, 9, and 12    – C) 1, 3, and 4    – D) 2, 8, and 14 3. A map has a scale of 1:100,000. If two cities are 5 cm apart on the map, what is the actual distance between them?    – A) 5 km    – B) 50 km    – C) 500 km    – D) 100 km 4. The ratio of cats to dogs in a pet store is 2:3. If there are 30 pets in total, how many cats are there?    – A) 12    – B) 18    – C) 20    – D) 15 5. If a student scored in the ratio of marks obtained in Mathematics to Science as 3:4 and scored a total of 140 marks, how many marks did he score in Mathematics?    – A) 60    – B) 70    – C) 80    – D) 90 6. The ratio of two angles in a triangle is 1:2. If the third angle is twice as large as the smaller angle, what is the measure of the smaller angle?    – A) 30°    – B) 40°    – C) 45°    – D) 50° 7. In a school, the ratio of students who prefer basketball to those who prefer soccer is 3:2. If there are a total of 50 students, how many prefer soccer?    – A) 20    – B) 30    – C) 25    – D) 15 8. If the ratio of boys to girls in a school is maintained at 5:6 and there are currently 60 boys, how many girls are there?    – A) 72    – B) 60    – C) 48    – D) 54 9. The ratio of the heights of two trees is given as 3:5. If the height of the shorter tree is 15 meters, what is the height of the taller tree?    – A) 25 meters    – B) 20 meters    – C) 30 meters    – D) 35 meters 10. If a fruit basket contains apples and oranges in the ratio of 4:1 and there are a total of 50 fruits, how many apples are there?     ▪ A) 40     ▪ B) 30     ▪ C) 20     ▪ D) 10 ▎Answers 1. 21 boys 2. 4 cups of sugar 3. 21 years old 4. 60 miles per hour (ratio = distance:time = 120:2 = 60:1) 5. 21 blue marbles 6. 3:2 7. 24 and 40 8. 12 boys 9. 30 mpg 10. New ratio = (7+6):9 =13:9 ▎EUEE 2018 EC Choice Questions Answers: 1. A) 2. A) 3. B) 4. A) 5. A) 6. B) 7. A) 8. A) 9. A) 10. A) IDEA FOR ALL STUDENTS TO GET OTHER EUEE QUIZ JOIN BELOW LINK OR DABOO QUIZ [Channel Link👇👇 https://t.me/Abdii_oromoo https://t.me/Abdii_oromoo https://t.me/qubeeacademy https://t.me/qubeeacademy Don't forget if you like react now. For video Lectures check our youtube channel 👇👇👇👇👇👇👇 https://youtube.com/channel/UCLPTQfMXS6we7aTT4g9MwCw

  • 11 авг.6 84052

    #BBO Beeksisa Qacarrii Barsiisotaa Biiroon barnoota Naannoo Oromiyaa Qacarrii Barsiisota Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad. 2ffaa gosoota barnoota garagaraa irratti akkasumaas gosoota afaanota biyya alaa barsiisaniif Warra Ulaagaa guutan qacaree hijjachiisuu barbaada: 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/Oromiastudent_s/4637?single

  • 8 авг.10,1 тыс359

    #SIRREEFFAMA Galmee Barattoota Manneen Barnootaa Bultii Addaafi Addaa Sad. 2ffaa Dorgommiin Galuu Barbaadan Hundaaf ------------- BBO - Hagayya 01/2018 Biiroon Barnootaa Oromiyaa Barattoota Bara Barnootaa 2018 Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa fudhachuun qabxii olaanaa galmeessisuun gara kutaa 9ffaatti darbaniifi #Manneen_Barnootaa_Ifa_Boruu_Bultii Adaa Sad. 2ffaa, Manneen Barnootaa #Bultii_Addaa_WMOfi #Manneen_Barnootaa_Addaa Sad. 2ffaa dorgommiin Seenanii barachuuf fedhii qaban hundaaf Adoolessa 29/2018 beeksisa baasuun ni yaadatama. Haaluma kanaan: #Ergaawwan sirrachuu qaban #lama yoo ta'an; 1) #Iddoo_Galmee :- Iddoon Galmee ibsaman sunniin hin barbaachisan. Kanaafuu, Galmeen Oonlaayiniin(#Online)n Waan Gaggeeffamuuf barataan kamiyyuu bakkuma barbaade jiraatee(taa'ee) #Liinkii asii gadiitti fayyadamuun #Lakkoofsa_galmee (Registration Number) kan kutaa 8ffaa ittiin qormtan galchuu, itti aansuun maqaa #Akaakayyuu(Grandfather's Name) Galchuu, itti aansee filannoon isiniif dhufu immoo, bakka itti qoramuu barbaaddan/Giddu Gala Qormaataa/(Exam Center) yoo ta'u, bakka qoramuuf isinitti dhihaatu filachuun iyyachuu (Apply) gochuu ni dandeessu. #Guyyaan_Galmee har'a (01/12/2018) Sa'aatii ammaa kanarraa kaasee hanga Hagayya 08/2018 qofa bakka jirtanitti Giddu Gala Itti Qoramtan (#online)n filachuu galmaa'uu ni dandeessu #Liinkichis : https://exam.oeb.gov.et/ 2) #Guyyaa_Qormaataa : Fuuldura Murteessinee isin beeksifna. https://t.me/Oromiastudent_s https://t.me/Oromiastudent_s

  • 7 авг.9 3215810

    🌟 kabajamtoota hordoftoota keenya Mee har'a immoo yuunivarsiitii keessatti haaraa akka isinitti hin taaneef waa tokko tokko share isiniif haa goonu.👏 Barattoota Fresh ta'anii mooraa seenan irra caalaan isaanii rakkinni Kun waan mudatuuf, ammaa kaastanii beekuun keessan baay'ee faayidaa qaba. 🤔Gaaffii 🌟Bu'aan waggaa tokkoffaa(freshman ) Simisteera 1ffaa barbaachisaa akka ta'e ni himama. Mee akkamitti Akka ta'e waa xiqqoo irraa isinii haa ibsinuu? ✅Deebii 🎓 mooraa yuunivarsiitii keessatti Qabxiin ati simisteera hunda keessatti galmeessitu sadarkaa wal fakkaataa qaba, haa ta'u malee bu'aan simisteera tokkoffaa turtii mooraa kee itti aanuuf bu'uura guddaa Qaba. 😏Fakkeenyaaf barataan tokko simisteera tokkoffaa keessatti qabxii 3.8 fi isaa ol yoo fide, simisteera itti aanuuf abdii guddaa qabaata. Kunis, qabxiin isaa simisteera lammaffaa keessatti yoo gadi bu’eyyuu CGPA'n isaa baay’ee hin gadi bu’u. ✨Haa ta'u malee, jalqaba irratti qabxiin isaa yoo gadi bu'e rakkoon adda addaa isa mudachuu mala. 🫤Fakkeenyaaf, barataan simisteera tokkoffaa keessatti qabxii 1.5 hanga 2.00 yoo galmeesse simisteera lammaffaa keessatti 4 yoo fideyyuu CGPA'n isaa baayyee gadi bu'aa ta'a, kunis psychologically barataa sanaarratti miidhaa geessisuu danda'a. 🫤Rakkoon biraa keessattuu bara kana, bu'aa simisteera jalqabaa fi bu'aa simisteera lammaffaa irratti hundaa'uun damee barnootaa (field ) kee filachuu waan dandeessuuf, department barbaaddetti galuudhaaf bu'aa gaarii qabaachuu qabda. 🫨Bu'aan simisteera tokkoffaa Engineering, law, medicine, pharmacy fi dental galuuf murteessaa yoo ta'u, department wwan hafan immoo bu'aa waggaa tokkoo booda,(simisteera 1ffaa fi 2ffaa) yeroo barnoota freshman xumurtu qabxii galmeessitan irratti hundaa'uun kan itti ramadamtan ta'a. Kanaafuu semestera tokkoffaa keessatti qabxii gaarii yoo qabaattan....inni itti aanu salphaadha😉 😎Garuu hunda dura CGPA jechuun maal jechuudha? ☑️CGPA jechuun cumulative GPA jechuudha. (Average qabxii simistera baranne jechuudha). bu'aa keenya irratti hundaa'uun semesteera hunda ni jijjiirama. CGPA gaarii yoo qabaatte, Department barbaadde barachuu akkasumas erga eebbifamtee booda Carraa Iskoolaarshiippiis argachuu dandeessa. jireenya keetif illee waan barbaachisaa ta'eef xiyyeeffannaa guddaa itti kennuu qabda. Join 👇👇👇👇👇👇 https://t.me/Oromiastudent_s https://t.me/Oromiastudent_s Join 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/knowledgy_hub https://t.me/knowledgy_hub

  • 7 авг.9 49271

    https://t.me/Oromiastudent_s/4626

  • 6 авг.11,2 тыс283

    Guyyaan Filannoo Iddoo qormaata itti fudhattan har'a xumurama Qormaanni Madaallii Gahumsa ogummaa Eebbifamtoota Ogeeyyii Fayyaa kan Hagayya 13–15, 2018 A.L.I. kennamuuf, yeroon buufata filannoo qormaataa taasisuuf kenname har'a, Adoolessa 30, 2018 A.L.I. ni xumurama. Kanaafuu, eebbifamtoonni ogeeyyii fayyaa maqaan isaanii Lakkoofsa Faydaa (Fayda ID) waliin walqabsiifamee eegaa jiran hundi, marsariitii https://hple.moh.gov.et/ irratti seenuun Fayda ID fi Password isaanii galchuun, yeroo hafe keessatti buufata qormaataa isaanii filachuu akka qaban jechuun beeksifameera. https://t.me/Oromiastudent_s https://t.me/Oromiastudent_s

  • 5 авг.12 тыс5865

    📚Set Theory Multiple-Choice Questions 1. If A={1,2,3,4} and B={3,4,5,6}, then n(A∪ B) is: A. 4 B. 5 C. 6 D. 8 2. A set has 4 elements. How many subsets does it have? A. 4 B. 8 C. 12 D. 16 3. If A={1,2,3,4,5} and B={2,4,6}, then A-B is: A. {2,4} B. {1,3,5} C. {1,2,3,4,5,6} D. {6} 4. In a class of 50 students, 32 study Mathematics, 28 study Physics, and 15 study both subjects. How many students study neither Mathematics nor Physics? A. 3 B. 5 C. 7 D. 10 5. How many proper subsets does a set with 5 elements have? A. 16 B. 25 C. 31 D. 32 6. Find the intersection of the intervals [1,5) and (3,7]. A. [3,5] B. (3,5) C. [3,5) D. (3,5] 7. If A={1,2,3} and B={3,4}, then the symmetric difference A△ B is: A. {3} B. {1,2,4} C. {1,2,3,4} D. {1,2} 8. If A⊆ B, n(A)=3, and n(B)=5, then n(B-A) is: A. 1 B. 2 C. 3 D. 8 9. If A={a,b} and B={1,2,3}, then n(A× B) is: A. 5 B. 6 C. 8 D. 9 10. Let U={1,2,…,10}, A be the set of multiples of 2, and B the set of multiples of 3. How many elements are in (A∪ B)'? A. 2 B. 3 C. 4 D. 5 11. Given that n(A)=40, n(B)=35, n(C)=30, n(A∩ B)=15, n(A∩ C)=12, n(B∩ C)=10, and n(A∩ B∩ C)=5, find n(A∪ B∪ C). A. 68 B. 70 C. 73 D. 78 12. If A∪ B=A, which of the following must be true? A. A⊆ B B. B⊆ A C. A=B' D. A∩ B=∅ 13. In a universal set U, n(U)=100, n(A)=60, n(B)=45, and n(A∩ B)=20. Find n((A∪ B)'). A. 10 B. 15 C. 20 D. 25 14. Which of the following is equivalent to A'∩ B'? A. (A∩ B)' B. (A∪ B)' C. A∪ B D. A'∪ B' 15. How many subsets of {1,2,3,4,5,6,7,8} contain both 1 and 2? A. 16 B. 32 C. 64 D. 128 16. If n(A)=18, n(B)=25, and n(A∪ B)=35, then n(A∩ B) is: A. 6 B. 8 C. 10 D. 12 17. Let A={x∈ℤ:-2≤ x≤ 3} and let B be the set of odd integers. Find n(A∩ B). A. 2 B. 3 C. 4 D. 5 18. Let A={1,2,{1,2}}. What is n(A)? A. 2 B. 3 C. 4 D. 5 19. If n(A× B)=12 and n(A)=3, then n(B) is: A. 3 B. 4 C. 6 D. 9 20. Let A be the set of positive divisors of 12 and B the set of positive divisors of 18. Find n(A∪ B). A. 6 B. 7 C. 8 D. 10 IDEA FOR ALL STUDENTS TO GET OTHER EUEE QUIZ JOIN BELOW LINK OR DABOO QUIZ [Channel Link👇👇 https://t.me/Abdii_oromoo https://t.me/Abdii_oromoo https://t.me/qubeeacademy https://t.me/qubeeacademy Don't forget if you like react now. For video Lectures check our youtube channel 👇👇👇👇👇👇👇 https://youtube.com/channel/UCLPTQfMXS6we7aTT4g9MwCw

  • 2 авг.13,3 тыс5346

    📚Properties Of Matrix 1. Two matrices are equal if they have: A. The same determinant B. The same number of rows only C. The same order and corresponding elements equal D. The same number of columns only 2. If A is a 2× 3 matrix and B is a 2× 3 matrix, then A+B is: A. Defined and of order 2× 3 B. Defined and of order 3× 2 C. Not defined D. A square matrix 3. Matrix multiplication AB is possible if: A. The number of rows of A equals the number of rows of B B. The number of columns of A equals the number of columns of B C. The number of columns of A equals the number of rows of B D. Both matrices are square 4. If A is a 2× 3 matrix and B is a 3× 4 matrix, then AB has order: A. 2× 4 B. 3× 3 C. 4× 2 D. 2× 3 5. For any matrix A, the additive identity is: A. I B. A C. -A D. O 6. For a matrix A, the matrix satisfying A+B=O is: A. A B. Aᵀ C. -A D. I 7. Which of the following is always true? A. AB=BA B. A+B=B+A C. AB=A+B D. A²=A for every matrix A 8. If A is a 3× 3 matrix, then AI₃ is equal to: A. I₃ B. O C. A D. Aᵀ 9. If A is a 2× 3 matrix, then Aᵀ has order: A. 2× 3 B. 3× 2 C. 2× 2 D. 3× 3 10. If A and B are matrices for which AB and BA are both defined, which statement is generally correct? A. AB=BA always B. AB≠ BA always C. AB and BA may not be equal D. AB and BA always have the same order 11. Let A be a 2× 3 matrix and B be a 3× 2 matrix. Which statement is correct? A. AB is 2× 2 and BA is 3× 3 B. AB is 3× 3 and BA is 2× 2 C. Both AB and BA are 2× 3 D. Neither product is defined 12. For matrices of suitable orders, the distributive law is: A. A(B+C)=AB+AC B. A(B+C)=AB+C C. A(B+C)=A+B+C D. A(B+C)=BA+CA 13. If A, B, and C are matrices of suitable orders, then the associative law of multiplication is: A. A(BC)=(AB)C B. A(BC)=B(AC) C. A(BC)=C(AB) D. A(BC)=A+B+C 14. If A and B are square matrices of the same order, which relation is always valid? A. (A+B)ᵀ=Aᵀ+Bᵀ B. (A+B)ᵀ=AᵀBᵀ C. (A+B)ᵀ=Aᵀ-Bᵀ D. (A+B)ᵀ=AB 15. For matrices A and B of suitable orders, the transpose of a product satisfies: A. (AB)ᵀ=AᵀBᵀ B. (AB)ᵀ=BᵀAᵀ C. (AB)ᵀ=AB D. (AB)ᵀ=Aᵀ+Bᵀ ▎Answers 1. C 2. A 3. C 4. A 5. D 6. C 7. B 8. C 9. B 10. C 11. A 12. A 13. A 14. A 15. B IDEA FOR ALL STUDENTS TO GET OTHER EUEE QUIZ JOIN BELOW LINK OR DABOO QUIZ [Channel Link👇👇 https://t.me/Abdii_oromoo https://t.me/Abdii_oromoo https://t.me/qubeeacademy https://t.me/qubeeacademy Don't forget if you like react now. For video Lectures check our youtube channel 👇👇👇👇👇👇👇 https://youtube.com/channel/UCLPTQfMXS6we7aTT4g9MwCw

  • 1 авг.14,2 тыс304

    #Week 3 Akkam jirtu maatiiwwan Qubee Academy? Sagantaa qo'annaa fi qormaataa kana dura isiniif baasuun keenya ni yaadatama; isinis kana hubachuun akka itti qophaa'aa turtan abdii guutuu qabna. Guyyaa har'aa immoo qormaata marsaa 3ffaa (Week 3) gosa barnootaa: 1⃣Barattoota kutaa 9ffaa dubbisaa turtaniif 1. Biology Grade 9 Unit 5: 🕔Sa'aatii 10:00 - 10:45 2. Math's Grade 9 Unit 6 and Unit 7 🕔Sa'aatii 11:00 - 12:30 2⃣Barattoota kutaa 12ffaa dubbisaa turtaniif 1. Biology Grade 12 Unit 2: 🕔Sa'aatii 10:00 - 10:45 2. Physics Grade 12 Unit 2 🕔Sa'aatii 11:00 - 12:30 Guyyaan itti qormaati kun kennamu har'a: 25/11/2018 👉 #Hubachisaa: Sa'aatii jedhametti isiniif hin mijanne sa'aatii isiniif mijatutti qoramu dandeessu!✅ Qormaati karaa 'on-line' yeroo ta'u link ittiin argattan sa'aatii jedhametti kan isiniif maxxansinu ta'a. Qormaata kana qoramuuf 'email' isin barbaachisa Galmaa'uuf ✅Barattoonni kutaa 12ffaa 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/qubeeacademy/22695 ✅ Barattoonni kutaa 11ffaa 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/qubeeacademy/22697

QUBEE ACADEMY — tgindex