- Последний пост
- 1 нояб.
- Последнее чтение
- 14 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 20
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- Категория
- В каталоге с
- 14 авг.
- 1/24сутки в ленте
- —
- 1/48двое суток
- —
- 1/72трое суток
- —
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
SnapTube_2.2_APKPure.apk
Eye Protector:Bluelight Filter_1.22.0-max_APKPure.apk
Eye Protector:Bluelight Filter_1.22.0-max_APKPure.apk App galgala ifa slki ofirra tiqqessu kan Buusati itti fayyadama
Beat me in Gravity Ninja: Emerald City
Qabxiin darbiinsaa 300 ture 297 ta'e. Barattoota qabxii qormaata kutaa 12ffaa bara 2017 dhibbeentaa 49.50 - 49.99 fidan qabxiin isaanii gara dhibbeentaa 50tti siqsamuun akka darban akka taasifamu murtaa'e. Ministeerri ministeera barnootaa Pirofeeser Birhaanuu naggaan barattoonni qormaata kutaa 12ffaa bara 2017 dhibbeentaa 49.50 - 49.99 fidan qabxiin isaanii gara dhibbeentaa 50tti siqsamuun akka darbaniif murtaa'uu isaa beeksisuun xalayaa Yuunivarsitiileef erganiiru. Bifuma kanaanis qabxiin darbiinsaa 600 irraa 300 ture gara 297tti gadi kan siqe yommuu ta'u barattoonni 297 fidan gara dhaabbilee barnoota olaanootti ramadamuun barumsa isaanii ka itti fufan ni ta'a.
Asala mu'aleyku warahamtuullahi wabarakaatu akkam nagaya jumma gaari guuyya kabajama baga isin gahe ergaman rabbi sallallahu aleyi wassallam guyya juma'a salawaata heddumeysa ni milkotan jedhe salawaata ha buufnu
Green screen follow button
Alahamdulilla ramadana keenya kana nurra qeebali warra hoggayyu itti deddeebi'u nu godhii
MA NET VPN_1.5_APKPure.xapk
As wr wb ummata jaalala akkam jirtan
As wr wb akkam nagaya fayya keessani jumma mubark isiniin jecha nabi muhammed irratti salawaata ha buufnu sallallahu alehi wassallam
durarratti as wr wb isiniin jecha warroottan oromo taatan martinu kan biyya keessafi biyya biralle ilaalchise akkam nagaya fayya keessanin jechu barbaada Arra gammachu natti dhagahame keessa yero gabaabdu keessatti followers 100k na seensisu kessaniif heddu…
durarratti as wr wb isiniin jecha warroottan oromo taatan martinu kan biyya keessafi biyya biralle ilaalchise akkam nagaya fayya keessanin jechu barbaada Arra gammachu natti dhagahame keessa yero gabaabdu keessatti followers 100k na seensisu kessaniif heddu takka na gammachifatni bayye galatooman jechu barbaada rabbi gaditti kan gargaarsa nuf taatani bakka tanaanis nu fetanis heddu naaf hulfaadhadha insha alla ammalle abdi hin kunnu ilma oromo tokkotti 100k ni tiqaata oromo millona m60 lakkawaman ilaalchise gana million 1m 2m jenne itti fufna warroottan comantin fi gama keessaatin saport nu godha nu jajjabeeysa turtanis galanni kiyya kan onnee irra buqqa'e bakka jirtanitti isin ha qaqqabu jallatamtoota ko Arra me wal haa barru An hararge lixa aana habro magaala waccuuti jireenyi kiyya isinis biyya keessan comantirratti naaf barreessadha comanti irra seenudhan biyya ati jiraattu yo ka si dura barreefamte jiraatte taate biyyuma san like godhuudhan na beeysisu akka hin daganne wan haga ammatti na waliin turtef baayyee naaf ulfaadhu haga ammatti accaawanti kanaaf harawa yo taate akka sitti tole godhi guyya yoonif jiraatte guyyaan ke siif ha bareedu jecha halkan yoniif jiraatte halkan ke siif ha bareedu nagaya naaf qabaadha garmaamu tola.
Alahamdulilla galanni rabbiif ha gahu jecha asiis geenye warroottan nu cina dhabbattani asiin nu feetanis gudda isin galateeffanna ammallee onnee keenya keessa akka jirtan ni bekkama insha allah 100k miti 1m ni geenya galatooma
без подписи
без подписи
Picsart Lite_ Photo Editor_v26.0.5_lite_APKPure_Installer.apk
Akkam jirtu joolle jaalala olamaan jumma qashti ture Ergama rabbi irratti waliin taane salawaata ha buufnu SALLALLAHU ALEHI WASSALLAM
без подписи
Kirkirri lafaa deebi'ee uumame Kirkirri lafaa yeroo darbe Finfinneetti mudate yeroo lammaffaaf ammas mudate. Kirkirri kun naannoo Awaash Fantaalleetti ganama har'aa sa’a 1:37 tti sekondii 50f mudachuun hanga Finfinneetti dhaga'ameera.