Oromia State University Jimma Campus
СтатистикаThis is the official telegram channel of Oromia State University Jimma Campus. Website: www.jcte.edu.et P.O.Box 95, Jimma, Oromia, Ethiopia.
- Последний пост
- 19:02
- Последнее чтение
- ещё не заходили
- Постов за неделю
- 9
- Всего постов
- 20
- Тип
- открытый
- Язык
- английский
- Категория
- Образование
- В каталоге с
- 15 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 5 846
- 1/48двое суток
- 6 699
- 1/72трое суток
- 7 225
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
Dorgomtootni bu'uura boruu yeroo galmeef mana barumsa bultii addaa Amboo yammuu deemtan ragaa orijinaala kaardii ministrii kutaa 8fi interaansii kan kutaa 12 akkasumas tiraaniskiriiptii kutaa 9- 12 fi suuraa gurdii 2 qabattanii akka deemtan isin beeksifna
BEEKSISA Kaadhimamtoonni Barsiisotaa maqaan keessan asitti maxxanfame kun kanneen Mana Barumsaa Bultii Addaa AMBOOtti ramadamtanii dha. Leenjiin Hagayya 14 bara 2018 kana (14/12/2018ALI) waan jalqabuuf Hagayya 13 bara 2018 (13/12/2018ALI) iddoo leenjii kana galtanii akka bultan isin beeksifna. Hubachiisa: Uffata halkanii qabattanii akka deemtan isin hubachiifna.
Guyyaa gaafa 8/12/2018 ganama sa'a 2:30 irraa eegalee Af-gaaffiin waan gaggeeffamuuf dorgomtoonni Sagantaa sertifikeetii ganna bara 2018 Qorumsa Seensaa fudhattan mooraa kasmpaasichaatti akka argamtan isin beeksifna.
Dorgomtoonni yeroo qormaataaf dhuftan waraqaa eenyummaa qabattanii dhufuun dirqama
SH..Dhiira..Akka qormaataaf qophooftaniif kan maxxanfame yoo ta'u kanneen ulaagaa hinguunne dogoggorsiisuun galmooftanii yoo maqaan keessan maxxanfameera ta'e tooruma kanarratti akka qormaataaf hindhufne bor (06/12/2018) ganama sa'a 4:00 irratti kan isin beeksifamu ta'a.pdf
SH.Dubara..Akka qormaataaf qophooftaniif kan maxxanfame yoo ta'u kanneen ulaagaa hinguunne dogoggorsiisuun galmooftanii yoo maqaan keessan maxxanfameera ta'e tooruma kanarratti akka qormaataaf hindhufne bor (06/12/2018) ganama sa'a 4:00 irratti kan isin beeksifamu ta'a.pdf
SU..Dubara..Akka qormaataaf qophooftaniif kan maxxanfame yoo ta'u kanneen ulaagaa hinguunne dogoggorsiisuun galmooftanii yoo maqaan keessan maxxanfameera ta'e tooruma kanarratti akka qormaataaf hindhufne bor (06/12/2018) ganama sa'a 4:00 irratti kan isin beeksifamu ta'a.pdf
SU..Dhiira..Akka qormaataaf qophooftaniif kan maxxanfame yoo ta'u kanneen ulaagaa hinguunne dogoggorsiisuun galmooftanii yoo maqaan keessan maxxanfameera ta'e tooruma kanarratti akka qormaataaf hindhufne bor (06/12/2018) ganama sa'a 4:00 irratti kan isin beeksifamu ta'a..pdf
Beeksisa Dorgomtoota Sertifikeetii (12+1) ganna 2018 galmaa'aniif.pdf
Dorgomtoota Sagantaa Sertifikeetii (12+1) ganna 2018 kan galmaa'aa jirtan hundaaf.pdf
Great!!!!
Beeksisa waamicha dorgomtoota partaayimerii ganna bara 2018ALI calallii xumuraa darbanii.pdf
Calallii xumuraa Dorgomtoota Partaayimerii ganna bara 2018ALI.pdf
Haaraa Dabalataan Jimmaatti kan ramadamaniidha. Guyyaan galmee akkatuma kalaandera duraan maxxanfameedha
Barattoota haaraa ganna 2018 galmeef Jimmaa Dhufuu hin qabneedha. Jimmaatti galmaa'uu hin dandeessan.
***Barattoonni kanaan dura leenjii waggaa tokkoo (Semisteera lama) fudhachuun sertifikeetiin eebbifamtan kaadhimamtoota barsiisotaa ganna bara 2018 kana sertifikeetaan gara keenyatti (YNO Kaampaasii Jimmatti) ramadaman keessa maqaan keessan yoo jiraate DOGOGGORA waan ta'eef dafaa nuuf gabaasaa. Nuti kan isin hinsimanne ta'uu cimsinee isin beeksifna.
без подписи
Beeksisa Qacarrii Partaayimarii ganna 2018f.pdf
без подписи
без подписи